OBORRAA POST via @like
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Xiyya gaafa darbatan akka inni fagoo deemuf sirriitti duubatti harkisaniitu gadi dhiisu. Atis akkuma kana haalli keessa jirtu gaafa duubatti si harkisu fageessee fuulduratti si darbachuufi waan ta'eef jabaadhu kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu!"
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
@OBORRAA1 @OBORRAA1

Karaalee Milkaa'inaa (Ways of Success)
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Ofitti amanamummaa!
➋. Kaayyoo qabaachuu!
➌. Fuulduratti tarkaanfachuu!
➍. Tarkaanfii fudhachuu!
➎. Namoota biroo jajjabeessuu!
➏. Itti gaafatamummaa fudhachuu!
➐. Hojiitti amanuu!
➑. Obsa qabaachuu!
➒. Yeroo ofiitti fayyadamuu!
➓. Haala rakkisaa mijeessuu!
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@OBORRAA1
@OBORRAA1
@OBORRAA1
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Ofitti amanamummaa!
➋. Kaayyoo qabaachuu!
➌. Fuulduratti tarkaanfachuu!
➍. Tarkaanfii fudhachuu!
➎. Namoota biroo jajjabeessuu!
➏. Itti gaafatamummaa fudhachuu!
➐. Hojiitti amanuu!
➑. Obsa qabaachuu!
➒. Yeroo ofiitti fayyadamuu!
➓. Haala rakkisaa mijeessuu!
sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@OBORRAA1
@OBORRAA1
@OBORRAA1
🔺ᴊᴏɪɴ🔺
OBORRAA POST via @like
Gochi kee namoota biroo jijjiiramaaf, barachuuf, caalmaan hojjechuuf, guddachuuf yoo si'eesse ati gaggeessaadha.
@OBORRAA1
https://www.tgoop.com/OBORRAA1
@OBORRAA1
https://www.tgoop.com/OBORRAA1
Telegram
OBORRAA POST
🔛Jechoota babbareedo kan quuqa isinirra buqqiisu:
⚫Jechoota hayyoota
🔴Jechoota Artistoota
⚪Jechoota Xiinsammu
⚫mammaaksa oromoo
🔛Wantoota oromoo fi oromuumma
ilaallatan
YAADAF.... 👇👇👇👇👇
@Oborraabot
⚫Jechoota hayyoota
🔴Jechoota Artistoota
⚪Jechoota Xiinsammu
⚫mammaaksa oromoo
🔛Wantoota oromoo fi oromuumma
ilaallatan
YAADAF.... 👇👇👇👇👇
@Oborraabot
🤔Waan gaafii isinitti tahe kamuu na gaafadhaa. Ani obboleeysa keeysani isin fayyadumaafiin as jiraa !
♡Gaafiifii yaada qabdan biyya keeysaafii alaahiis kana booda yeroo kamittuu👇
@Oborraabot
Gubbaan naaf ergaa !
♡Gaafiifii yaada qabdan biyya keeysaafii alaahiis kana booda yeroo kamittuu👇
@Oborraabot
Gubbaan naaf ergaa !
#Saykolojiiin_akka_jeutti
💁Cinqiin yeroo baayyee kan maddu sababa humnaa ol yaaduutiin, yeroo humnaa ol yaadnu Sammuun teenya rakkinoota hin jirre hedduu waan uumuuf.
@OBORRAA1 @OBORRAA1 @OBORRAA1
💁Cinqiin yeroo baayyee kan maddu sababa humnaa ol yaaduutiin, yeroo humnaa ol yaadnu Sammuun teenya rakkinoota hin jirre hedduu waan uumuuf.
@OBORRAA1 @OBORRAA1 @OBORRAA1
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
☞︎︎︎"Waanuma fadhehu yoo goote(hojjatte) namni waan je`u hin dhiisu Tanaafu ati wan isaan yaadan dhiisii wan barbaadde hojjedhu"

Namoonni du'an namoota lubbuun jiran irra abaaboo hedduu argatu sababni isaa gaabbiin waan Galata irra cimaa ta'eef.:- Anne Frank
________________________
🌹@OBORRAA1
________________________
🌹@OBORRAA1
Forwarded from Deleted Account
HAYYE CHANNALI BEEKSIFACHUDHAF @OBORRAA1
@OBORRAA1 JOIN GODHUDHAN MISENSAA KEENYA TA'A https://www.tgoop.com/OBORRAA1