โพ๏ธ|| Arteta
"Dhugaan jiru carraa argatanitti akka gaariitti fayyadamaniiru, nuti garuu hin fayyadamne. Sadarkaa kanatti sana nu barbaachisa."
๐๐YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal

Tiyoo Waalkoot
"Yeroo ammaa kana waa'ee Arsenaal wanti na yaaddessu yeroo hunda kubbaa rogaa iirratti gammaduu isaaniiti Arsenaal garuu kubbaa miilaa salphaa ta'een beekama turee. Garuu irraa fagaachaa jiru."

Taphoota Arsenaal itti aanan 6:
๐Maanchistar Yunaayitid
๐Tootinaam
๐Aston Viilaa
๐ Diinamoo Zaagreb
๐Wolviis
๐Giroonaa
๐YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐Maanchistar Yunaayitid
๐Tootinaam
๐Aston Viilaa
๐ Diinamoo Zaagreb
๐Wolviis
๐Giroonaa
๐YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Mikeel Artetta ๐ฃ๏ธ:-
Nuyi gara dirree Newcastle deemne qabxiicha jijjiirree gara marsaa itti aanutti darbuu akka dandeenyu amantaa guutun qaba.

Kanaan dura Arsenal hanga fedhe haa durfamuyu male hanga daqiiqa dhumaatti obsaan eega kan turan deegartooni Arsenal kaleessa dirree gadi dhiisani akkasumas teessumni duwwaa ta'e argameera.
Kun Arteettafis Arsenalifus rakkoo gudda ta'u danda'a.
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Kun Arteettafis Arsenalifus rakkoo gudda ta'u danda'a.
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
||โข Artetta waa'e deeggartoota dirree gadi dhiisani ba'ani !
Murtoo mataasanidha. Nuyi wan dandeenyu goonera, gareecha duuka ta'un ykn dhiisani ba'un murtoo mataasanidha.
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Murtoo mataasanidha. Nuyi wan dandeenyu goonera, gareecha duuka ta'un ykn dhiisani ba'un murtoo mataasanidha.
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Mikel Obi ๐ฃ๏ธ:- Mikeel Arteettan bara dorgommi dhufu waanca liigicha kan hin injifanne yoo ta'e kilabicha gadhiisu qaba."
Yaada kana irrati walii galtuu ??
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Yaada kana irrati walii galtuu ??
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Iyran Rayt bu'a tapha edaa booda Boordin Arsenal yeroo utuu hin qisaassesin Artettadhaf taphataa akka bitan himeera kun hin ta'u taanan garuu kana caala moo'amun jirachu akka danda'u dubbatera.
Legend ๐ฅฐ
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Legend ๐ฅฐ
YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Taphattota sarara fuuldura keenya ๐ซข
๐YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
๐ORO ARSENALโฝ
Photo
Nuyi deeggartoni Arsenal taphata sarara fuulduraa hin qabu sarari fuuldura Arsenal rakkoo gudda qaba jechaa oolla.
Rakkoo kana Arteettan waan hin argine sinitti fakkata ?
Rakkon deegartootati mul'ate Artettati hin mul'atu jedhani yaadun gowwummadha, nu caala gareechaf maal akka barbaachisu Arteettan gadi fageenyan beeka.
Akka natti fakkatutti rakkon jiru Arteta bira utuu hin taane abbooti qabeenya kilabicha bukke waan jiru natti fakkata.
Utuu abbotin qabeenya kilabicha maallaqa gaha dhiyeessanif maalif taphataa sarara fuulduraa hin mallattesisu??
Deeggartoonni tokko tokko haasa yeroo darbe Arteettan taphatoota ga'an qaba jedhe dubbate fudhachuudhan isa arrabsu, turi taphattooniko dadhaboodha ani isaaniti hin amanu jechuu qaba turee?
Utuuma taphatota dadhaboo baay'ee qaba ta'eeyyu taphattoniko dadhaboodha jedhe miidiyatti hin duubbatu filanno inni qabus taphattootumasa jajjabbeesa yoo carraa argate taphataa biraa mallattesisudha.
Kaanafu nu caala waan kilabicha barbaachisu kan beeku Arteetadha.
Kaanafu Ani akkan yaadutti Artettan taphata mallattesifachuu jibbe miti sababa boordin kilabicha maallaqa gaha hin dhiyyeesinefidha jedheen yaada.
โ๐ Wรกkรฒ ๐๏ธ
Isinhoo yaada akkami qabdu ?

Barnoota Crypto fi Airdrop Verify ta'an argachuuf ABBU TECH Join godhaa!
T.me/abbu_tech
T.me/abbu_tech
T.me/abbu_tech
T.me/abbu_tech
T.me/abbu_tech
T.me/abbu_tech
๐จArsenal taphataa sarara fuulduraa PSG Lee Kang-in ยฃ40m fudhachuuf fedhii qaba.
Ganners PSG ergisaan fudhachuuf banaa yoo ta'e yoo mari'achuuf fedhii qabaatan filannoo bitachuu qabu.
โฒ TheAthleticFC
๐YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Ganners PSG ergisaan fudhachuuf banaa yoo ta'e yoo mari'achuuf fedhii qabaatan filannoo bitachuu qabu.
โฒ TheAthleticFC
๐YOU TUBE ORO ARSENAL ๐๐
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Arsenal taphaata saraara fulduraa Atiletik Bilbao Nico Williams bituuf fedhii qaba
Taphaatan Kun mindaa Torbanii 300k barbadaa
Maddaa(johncrossmirror)
๐๐ YOUTUBE ORO ๐๐๐ ARSENAL
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Taphaatan Kun mindaa Torbanii 300k barbadaa
Maddaa(johncrossmirror)
๐๐ YOUTUBE ORO ๐๐๐ ARSENAL
https://youtube.com/c/OroArsenal
Share
@Oro_Arsenal
Forwarded from 4-3-3 ORO SPORTโข (Channel Help)
Foddaan jijjirraa taphattootaa Guraandhalaa banamuu isaa ni yaadatama.
Maarree isinis odeeffannoo jijjiirraa taphattootaa kan garee keessaanii akkasumas kan gare walii galaa saffiisaan fi qulqullinaan argachuu yoo feetan chaanaala kana join jedha.
Maarree isinis odeeffannoo jijjiirraa taphattootaa kan garee keessaanii akkasumas kan gare walii galaa saffiisaan fi qulqullinaan argachuu yoo feetan chaanaala kana join jedha.