Telegram Web
Harkaa fuunerra
Xumurameera
Qabxii sadiif goolii 3๐Ÿ”ฅ
Itaan Niwaaneeriin taphataa xiqqaa Arsenaliif Pirimiyer Liigii Ingilaaniin goolii lakkoofsise ta'uu danda'ee jira erga bara 2004 Seeski Faabrigaaz Arsenaliif goolii lakkoofsisee as!๐Ÿ”ฅ

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Bara kana Pirimiyer Liigii Ingilaandiin

Bukayo Saka 8 assists
Nottingham Forest 8 assists
Hirmaannaa goolii afur (4) dorgommiiwwan hundaan!

๐Ÿ’ซ๐Ÿ‘
๐Ÿคญ
Kilabni keenya Liivarpuul fi maancheestar yuunatidiitti aanee Pirimiyer Liigii Ingilaandiin kilaba taphoota kuma lama (2000) injifate ta'uun riikardii haaraa galmeessee jira.

๐Ÿ”ดโšช๏ธ
Carraa goolii tapha har'aa irratti uumameen Maartiin Odegaard carraa goolii Nootingihaam Foorast walii galaan uuman qixa carraa goolii uumuu danda'ee jira.

6 โ€” Martin ร˜degaard
5 โ€” Nottingham Fores

๐ŸŽฉ๐Ÿช„
๐Ÿ˜ฎโ€๐Ÿ’จ
Octopus๐Ÿ™
Rawwi sadarka Addunyaa kan biraadhaan POTM irratti Akka isiin sagalee kennitanif Jenna ๐Ÿคž
โฉ Mikael artteettan bukayo sakadhaf maartin odegard Isaan qabaachuun keenya baayye kan caaromneedha๐Ÿคž
Seenaa Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti dargaggoota umurii xiqqan goolii galchaan

Our new ๐ŸŒŸ ๐Ÿ‘ฆ

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Kaleessa deeggartoonni Arsenal waa'ee Itaan Niwaaneerii erga inni goolii jalqabaa isaa lakkoofsisee booda


๐Ÿ—ฃ Inni keenya! Jechuun weeddisaa turan.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
โ–ช๏ธTaphattoota bara dorgommii 3n darban keessatti goolii 60 ol irratti hirmanna tasisaan :

๐Ÿ‘‰Bukayo Saka
๐Ÿ‘‰Muhaammad Saalaa
๐Ÿ‘‰Erling Haalaand

Bukaayoon star boy dhaa gafa jennu sababa waliini ๐Ÿ˜ค

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Prime menister Engiliz Eedaa Taphaa Arsenal Dawwachaa Ture๐Ÿ™

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Keir starmer deggaraa arsenal dha!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Dachee Englaand irrati Kilaabota 2 qofaa kan Piirmeer Liigi irrati taphaa 2000 injifatee inni tokkko immo Arsenal jedhamaa.

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ YOUTUBE ORO ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ARSENAL

https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿ‘€๐Ÿ‘€๐Ÿ‘€

๐Ÿ‘‡ YOUTUBE ORO ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ARSENAL

https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
2025/02/18 10:28:06
Back to Top
HTML Embed Code: