Arsenal gebaa karabawoo cup yeroo xumuraaf kan injifatte bara 1992/93 dha
🏴ᴛᴀᴘʜᴀᴀ ᴄᴀʀᴀʙᴀᴏ ᴄᴜᴘ ᴡᴀʟᴀᴋᴋᴀᴀ xᴜᴍᴜʀᴀᴀ
80'
ᴀʀsᴇɴᴀʟ 0-2 ɴᴇᴡᴄᴀsᴛʟᴇ ᴜɴɪᴛᴇᴅ
80'
ᴀʀsᴇɴᴀʟ 0-2 ɴᴇᴡᴄᴀsᴛʟᴇ ᴜɴɪᴛᴇᴅ
Taphaa marsaa debbiin qabxii kana jijiree gara ittii anutti darbuuf galchii tokkoyuu nu barbachisaa ammaa
Taphnii karabawoo cup walakkaa xumuraa irraa egalee marsaa lamaan taphatamaa dirree fi dirren ala kanafuu taphaa debbiin carraa darbuu ni qabnaa
Namoonii heddun kessaan gaffii isinittii umamee Jira marsaa lamaan taphatamaa kanafuu taphnii debbii ni Jira jechudhaa