Telegram Web
Evartan tapha har'aa dura maxxansa miidiyaa hawaasaa isaanii irratti maxxansan!

Arteettaan Arsenal dura Evartaniif taphachaa akka ture ni beekkama!๐Ÿ˜Š๐Ÿ˜Š

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Filannoon Amma Arsenaal Sarara fuulduraa irratti qabu, Kanneenidha.๐Ÿ‘‡

1. Leandro Trossard
2. Raheem Sterling
3. Ethan Nwaneri
4. Butler Oyedeji (academy)
5. Ismael Kabia (academy)
6. Charles Sagoe Jr (academy)
7. Andre Harrima Annour (academy)
8.Salah Oulad (academy

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Arteettaan Wiiliyaam Saalibaan gara Riyaal Maadriid akka hin deemne amansiisuuf waan danda'u hundaa hin yaala jechuun [Charles Watts] gabaasee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Bara Dorgommii kana Arsenal Taphattoota sarara fuuldura fillanno jalqaba isa 4 midhaman dhabeera

Midhamnii Havertz Arteettaf Mata dhukubbi biraa dabaleera ๐Ÿ˜”

Carraan amma kana ijoollee academy fakkaata


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Jedhaakaa amma rafuun๐Ÿ˜๐Ÿ”ฅ

"Oolmaa keetu ulfaatee...๐Ÿ’ฅ๐ŸŽง๐ŸŽถ"

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Liverpool qabxii gate;

Tapha qixxeessituu Primeerliigii Liverpool Everton duukaa harโ€™a galgala taphateen 2:2 qixa baโ€™eera!

SHARE
@ORO_ARSENAL
Guys jabeenya keenya gaafata wontichi fagoo hin jiru
Gammachuu keenya haa hir'isnuu! Kilabni keenya taphataa sarara fuulduraa hin qabu!

Liivarpuul qabxii gate jennee hedduu gammaduun nurraa hin eeggamu!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ
Bukaayoo Saakaa fi Gaabreel Maartineeliin yeroo wal fakkaata walakkeessa ji'a bitooteessaa keessa gara dirreetti akka deebi'an [The Athletic] gabaasee jira!

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Qorumsi Exit Exam yoom beeksifama?

Odeeffanoo guutuu channel armaan gadii jalaa argattu


T.me/Oroexitexam
T.me/Oroexitexam
Bozz๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
Akka maddeen bebeekamoon tokko tokko odeefanno baasa jiranitti arteetaan Sarara fuulduraa inni fayyadamuu dandahu
1.foormeshiini taphaa 4,4,2n tro fi nwaneri
2. Foormshiini taphaa 4,3,3n merino iddoo lakk 9 taphachiisu fi
3. Kubbaa qilleesna irraa fayyadamuu fi gara fuulduratti kilaba faalla dhiibuuf Gabriel magalesh iddo lakk 9 ni fayyadama jedhamee eegama


YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
Maqaa biraa (the atiletc) qabatee bahe

Khayon Edward taphataa academy keenyaa
Umrii 21
Tapha 14 taphachuun
7 gool & 2 assist
Taphoota Arsenal fi Liverpool itti aanan.
Isaa inni gooli hin galchinee malee namii bu'aa mucaa kana hubatee waan jiruu mitii.

Garuu kana boode hundumtii kenyaa hin beekana waa'ee isaa

SHARE
@Oro_Arsenal
๐Ÿ‘‹Oduu Gammachisa Namoota Channel Fi Group Telegram bitu barabaddan Hundafโณ

๐Ÿ†˜Channel Members (Namoota) Meeqa qabu barbaddu
Channel member 8000 nu harkatti argamaa (subscriber 8k) bitachuuf

๐Ÿ””โœ”๏ธHubbachisa :-Namooni Channel bitachu barabaddan 100% Nu amanu qabdu .


Gatin isaas Madalawadhan Nu bira argattu Channel bitachuf Kara @NFL_2007 na dubbisa

Na dubbisuf๐ŸŽ–๏ธ @NFL_2007
๐ŸŽ–๏ธ@NFL_2007
Isak gara Arsenaal deemuf fedhii qaba, Arsteettas baay'ee ajaa'ibsiifata. Haa ta'u malee, Newcastle ganna dhuftu isa gadi dhiisuf karoora waan hin qabneef Arsenaalitti gufuu ta'uu danda'a.

๐Ÿ“ Fibrizio Romano.

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
โœ…๏ธKa'i Havertizi bara kana gara taphaatti akka hin deebine Arsenaal naaf mirkaneesseera jechuun Fabrizio Romanio gabaaseera.

YOU TUBE ORO ARSENAL ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtube.com/c/OroArsenal

Share
@Oro_Arsenal
โœ…๏ธGabri'eel Magalesh bara kana taphattoota as gad jiran caala gooli primiyeer liigi galche jira


โ–ช๏ธ Jadon Saanchoo .
โ–ช๏ธ Barnaardoo Siilvaa .
โ–ช๏ธ Raasmus Hoylund .
โ–ช๏ธ Kiriistoofar Nuunku .
โ–ช๏ธ Joshuwa Zirkizee .
โ–ช๏ธ Richaarlisan .
โ–ช๏ธ Pedro Neeto .
โ–ช๏ธ Keevin de Biruuyin

Share
@Oro_Arsenal
2025/02/15 15:15:30
Back to Top
HTML Embed Code: