Telegram Web
Facebook Profile Lock πŸ”

Facebook dhiheenya kana waan haaraa fidee jira. Hiriyoota keetin ala namni biraa 'Timeline' kee jala seenee akka hin sakattaane dhorkuu dandeessa.

https://youtu.be/JwX_QXDV-Tg
https://youtu.be/ZACnzIGYnyo

WhatsApp irratti suuraa yeroo namaf ergitan akka Sekoondii muraasa qofaf nama sana bira turiti meeqa keessantu ergu beeka?

Suuraa yeroo namaf ergitan akka Sekoondii muraasa qofaf nama Sana bira turutti ergine yeroo namni nutti erginef sun si'a takka banee ilaale ofuma isaatif suurichi akka ofiin baddutti erguun danda'ama. kana baruuf linkii kanaratti tuqa daawwadhan!

https://youtu.be/ZACnzIGYnyo
3D Logo (Pixellab) bilbilan tahe Computer keessaan fayyadamtaani logo ammayyaawaa professional tahe hojjachuuf linkii kana bana daawwadha

https://youtu.be/IiXAqLhT7Cs
Application bilbila Android kamu ykn isaa nu barbachisaa jeetenii yaadan Computer ykn Laptop keessaan irratti akkamitti akka fayyadamuu dandeessan linkii kana banuun daawwadha

https://youtu.be/632u6auePkE
Jalatoota hardofttoota keenya channel isin yeroo dheeraaf telegarama irraa barbaada turtan Keeeloo midiyaan isisn8if dhufee jira maree linkπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.tgoop.com/keeloomidiyaa kana tuquun Oddeeffaanno Guyyaa Guyyaan isiniif maxxansu dhafeefadhaa.
WhatsApp Afaan Oromootin hojii eegale!

Dhabbileen Teeknooloojii garagaraa afaan Oromoo afaan hojii dhabbataa isaanii gochuu akkuma itti fufanitti jiru.

Kanan duraa Dhaabbanni Meta(Facebook) Afaan oromootin hojii eegaluun isaa ni beektu jedhen yaada.

ammas dhabbataa metatin kan hogganamuu WhatsApp afaan oromootin hojii eegaluun isaa sadarkaa afaan oromoo irraa gahe kan nutti agarsiisuudha!

WhatsApp keessaan Afaan oromooti jijjirachuuf linkii kana irratti click gochuun vidiyoo isaa daawwadha.

https://youtu.be/Ki0igjB6smw
https://youtu.be/Ki0igjB6smw
#OroArsenal |Deeggartoota Kilaabaa Arseenaal hundaaf:

Jijjiirraa taphattootaa, Seenaa taphattootaa, Tapha kallattiidhaan fi odeeffannoo kilaabaa Arseenaal hundaa ni argattuu.

Itti dabalamaa(JOIN)!πŸ‘‡
https://www.tgoop.com/joinchat-AAAAAFb8UYDIW31McnqHjA
Dhaabbanni Google Afaan Oromoo dabalatee Afaanota 24 tajaajilarra oolchee jira. Yeroof maxxansa Afaan Oromoo kamuu gara Google Translate geessitanii Paste yoo gootan ykn saanduqa qophaaye keessatti Qubee Afaan Oromoon yoo barreessitan gara Afaan isin filattanitti isiniif jijjiira. Guyyoota muraasa as deemu ammoo "Oromo" kan jedhu tarree afaanota 133 tarreeffamee ni argattu. Afaan keessan mana "O" barbaaduu qofa taha.

Baga Gammaddan!
Forwarded from Big
Namooni chaanaalii @oro_sport1 hordooftoota 4.6k ol qabu ykn 4600 ol qabu gatii madalawwaadhaan bitachuu barbaadan qofti
karraa keessaa na qunnamaa.
@oro_waver21
@oro_waver21.
MAJOR AIRDROP kan List ta'u Platform Guddichaa BingX irratti akka ta'e dubaatanii jiruπŸ•―πŸ•―βœ”οΈ

Bakka Task jedhu keessati ni argatu POINT 2000 isiniif keena galma'aa qopha'aa βŒ›βŒ›

Yoo hin eegaliin jirtu ta'e as tuqaa eegalaaπŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.tgoop.com/major/start?startapp=646436265
2025/02/03 09:08:39
Back to Top
HTML Embed Code: