Telegram Web
Channel created
Bu'aawwan sooma
1 rabbiif ajajamuudha
2 namusa nama barsiisa
3 obsa nama barsiisa
4 sammuu namaa qara
5 amaana nama barsiisa
6 waliin jireenya hawaasummaa nama barsiisa
7 fayyaa qaamaatif
8 jaalala rabbi namaa mirkaneessa
@Sh_Abdussalaam_xaahir
Arkaana Soomaa
Arkaanni soomaa sadihi:
1 wantoota Sooma furan Irraa of qabuu(dhiisuu).
2 yeroo keessa soomaan
3 ni soomana jedhe niyyatuu.
@Sh_Abdussalaam_xaahir
Gorsa hayyootaa irraa
☑️Yoo garaan beelaye qaamni hundi ni quufa
Yoo garaan quufe qaamni hundi ni beelaya


☑️Yoo garaan quufe sammuun ni domti,hubbannaan ni laaffatti,arrabni ni hidhamti,qaamni ni dadhabdi
@Sh_Abdussalaam_xaahir
قال الإمام الغزالي رحمه الله تعالى
المفطرات ثلاثة
1 دخول داخل
2 خروج خارج
3 الجماع
Wanni sooma furaa sadi
1 waan alaa seene
Fkn nyaata,dhugaati fi waan bakka nyaataf dhugaati bu'u
2 waan keessa bahe
Fkn beeka of haqqisiisu,koobachu fi dhiiga arjoomu(kan qorannaaf kennamu malee)
3 walqunnamti saalaati
@Sh_Abdussalaam_xaahir
Namoota sooma furuun hayyamamuuf
1 nama dhibame(dhukkubsataa)
2 nama imala bahe
3 manguddoo sooma dadhabe
4 dubartii ulfaa
5 dubartii hoosiftu
@Sh_Abdussalaam_xaahir
Wantoota sooma balleessan :
1 sijaaraa aarsuu.
2 shiishaa xuuxuu
3 Hashiisha(waan sammuu hadoochu)ulachuu.
4 Jimaa alanshuu odoo gadi liqimsuullee baatee.
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Ahkaama Zakaa
1 Dirqama rabbin nama isatti amanerra kaaye
2 Sadaffaa arkaana islaamaati
3 Namni dirqamummaa isii morme ni kafara
4 Qabaattota muslimarraa fuudhamti
5 Rakkattoota(dhabaa) muslimaatif kennamti
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Jecha hayyootta irraa
Namni tajaajila ummata isaatif deyfa hin buufne diina isaan irraa deebisuuf dhiiga ofii hin dhangalaasu
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
🌹 شمروا فإن ضيفكم عجول !

اقرؤوا مصاحفكم ، اجبروا تقصيركم ، أطيلوا سجودكم ، زيدوا في نوافلكم ، ألحّوا بدعواتكم ، تفقدوا أرواحكم !


www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Channel photo updated
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Ka'umsi zakaa bara kanaa(bakki irraa jalqabu) qarshii 9600ETB .
Namni qarshii hagana geettu qabu yoo waggaan irra naannawe zakaan isarra jira .
Nama qarshii kanaa gadii qabu zakaan isarra hin jiru.

http://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Akkataa zakaan itti bayu
1 Nama qarshiin isaa zakaa geetteef akkaataan baasinsaa(9600 ETB qabu waggaan irra deebi'eef)
Qarshii 100=2.5
Qarshii 200=5
Qarshii 1000=25
2 akkaataa meeshaa daldalaa irraa itti bahu
Namni kaumsi meeshaa isaa qarshii 9600 ETB ta'ee waggaan irra deebi'e gatii jiddu galeettii meeshaa san amma itti gurguruun(bu'aallee itti herregee) ofirraa baasa
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Zakaa fixri
Hukmi isii
Dirqama cufa nama islaama ta'e xiqqas ta'ee guddaa,dhiiras ta'ee dhalaa,bilisas ta'ee gabra yoo waan halkan iidati fi guyyaa iidaa irraa hafu qabaate
Yeroo isiin baafamtu
1 yeroo dirqamaa:-aduun xumura soomaa erga seente qabee hanga salaanni iidaa salaatamutti
2 yeroo hayyamaa(baqqaatu):-iida dura guyyaa tokko ykn lama
3 yeroo achiin eeguun jibbamaa:-erga salaata iida salaatame boda hanga aduun guyyaa iida seentutti
4 yeroo achiin eeguun haraamaa:-guyyaa iidaa bira dabarsuu
Hubachiisa
Namni Yeroo haraamaatiin eege qadaa baasee towbata
Namni yeroo jibbaatiin eege jibbaa ta'us baasuun dirqama
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
☑️Waan baafamuu fi hanga baasan
Wanti baasan cufa waan dhiyanoomaaf(nyaataaf) itti tajaajilamanii
Fkn qamadii,garbuu,ruuza,makrooni,daaku,paasta fi kkfn
Nama tokko irra wanti bahu kiiloo sadi(3kg)
Namni irraa baasan nama nafaqaan isaa namarratti dirqamaa(waajiba)ta'e fi da'ima aduun xumura soomaa hin seenin dhalaterraa baha
☑️ nama osoo aduun xumura soomaa hin seenin dura du'ee fi erga aduun xumura soomaa seentee dhalaterra zakaan fixrii hin jiru
@Sh_Abdussalaam_xaahir
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Ahkaama i'itikaafaa:
I'itikaafa jechuun:
Masjida keessa niyyaa ibaadaatiin ulaagaa isaaf kaayamee guuttatee taa'uudha
Namni muslima tahee Aqlii qabu kan waa addaan beeku kan janaabaa irraa xahaarate yoo dubartii taate tan dhiiga Aadaatii fi dhiiga dhalaa irraa qulqulloofte
www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
Hukmiin i'itikaafaa :
Sunnaadha(waajibaamiti)
Yeroo hundumaa taa'uun nitaha yerosoomanaa qofatti gabaabbatuu hinqabu
Garuu soomana keessa irraa jabeeffama.
http://www.tgoop.com/Sh_Abdussalaam_xaahir
2024/10/01 15:54:49
Back to Top
HTML Embed Code: