Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Garaagarummaan Hiriyyaa dhugaatii fii Hiriyyaadhaa hiriyyaan seeqinsa kee qofa arga, Hiriyyaan dhugaa ammoo; seeqinsa kee keessa miidhama kee arga!. 🤍🙏
Kennaa✍️
Join 👇
http://T.me/bishaara_4
Kennaa✍️
Join 👇
http://T.me/bishaara_4
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
If faarsuuf osoo hin taane baruumsatti waanin cimtuu teheef hawwii ummaa tiyyaa tana bakkaan nin gaha je'eetin amanuu ture
Anaa fi saahibban khiyya addaan hin baanu! Waan adda addaa jalatti tagg wal goona, hoggaa footoo khaanee post goone nama biraa dhiifneeti nuti qoftiin comment jalaa wajjiin taphanna, akka waan nama umrii guutuu saahiba tehee jiraatutti guyyaa saahibummaan wajjiin turre hunda teenyee lakkooyna!! Walumaa galatti waan tahuu fi ta hin taane jidduu waanuma wajjiin hin daleyne hin qabnu
Saahibtittii tiyya takka faa haalanin jaalachuu ture ammallee numan jaaladha. Garuu Rabbiin karoora naaf qabu qaba, karoora Rabbiin naaf khaaye san kheessaa tokko isiin jireenya khiyya kheessaa dhabamuudha. Dhugumatti karoorri karoora Rabbii caalu hin jiru.
Itti fufa.............
Ibsaa Habroo ✍
Join
@bishaara_4

Yaa Rabbii Gazaafii Kaaliforniyaa wal fakkeessite Jabinni keet.!
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Qanfadhee gaafachuuf
Araara khee raحmaan
Guutamte qalbiin too
Hamtuufi maعsiyaan
Ol-qabuu sodaadhee
Harka khiyya lamaan
Akka khoos ni beeyta
Naaf dhiisi atummaan
Ilaahi yaa raحmaam

Gaafan an Rakkadhee
Yaadaan qalbii cabe
Siitu na dhihaatee
Ofitti naqabee
Rakkoo too Hubattee
Nawajji Yaaddoftee
Fala Naaf Barbaadda
Na caalaa cinqamtee
Namaan siin qixxeessu
An Numaahun qabuu
Jechaan siin ibsullee
An of Harkaan qabuu
Jiraachuu kootiifuu
Tan sababa taate
Tantee itti dhiiftee
Fadhinnaa koo guuttee
Yoon si gaafadhe bar
Naaf Baafta lubbuu tee
Jannata Haa Tahuu
Harmee qubsumti tee

"Education is the most powerful weapon which you can use to change the world."
– Nelson Mandela
Barachuun faaya!barnootaan ala wanti hojjatamu hunduu faallaa adeemsa abbaati.
Eeeee
Murtii fudhatamu hunda duuba argamatu jira, argama hunda duuba sababa gahatu jiraa xiinxalli.
Eee
Namni waan hunda tuttuqu waa hundatu itti ka'a, namni waan hunda barbaadu waa hunda dhaba, namni sodaaf waan hunda qoratu waan sodaatu hundarra bu'a,namni waa hunda dhugaa sehu waa hundaan sobama,namni waa hunda soba godhu waa hunda kasaara,namni waa hunda shakku waa hundarraa fagaata,namni faaya shakku meetarra bu'a,namni hariira shakke waaroon ukkaamamee du'aa taajjabi.
Yaa
Sammuu kee qabattee.Kophaa kee dhaabbachuu hinbarre taanaan,huuraa hurruma hunda ufirraa hargufutu si dhiba,boca qaama keetiitiifi jiruu keetii wallaalta,jabina ufii qabdu dhiistee tuulaa sobaa ormi sirra kaahee gaafa barbaade sirraa mulquuf qophaawu dhugaa seeta.
Jaaloo
Fuula kee dura laali,bakka manaa baateef argi,ija xixinnoo firii xaafii lafaa funaanuu malee gaara arguu hin dandeenye jalaa siqi,gufuu karaa irraa dhaabbatee si eegu irraa gori,daandii baldhaa eenyuyyuu yagutoo si wajji itti hinqabne faana bu'i.
Obbolaa
Dhungoo gowwaafi makkalaa irra,ulee hayyuufi nama baratee filadhu.
Yes
Yes, education is indeed a power.
Sufian Ousman ✍️

Suuraa kana sirritti yoo laalte qofa siif gala!
Simbirri gaafa lubbuun jirtu mixii nyaatti.
Mixiinis dabaree ofii Eegattee Gaafa simbirri duute nyaatti, yerootu waa hunda jijjiira,kanaaf ani jabaadha jattee hin fokkorin. Bakkatti hafaa fi jabaan rabbi qofa.
Tarii ati Har-a cimaa ofitti fakkaachuu dandeessa;
garuu guyyaa tokkootu jira, kan inni ati har’a laafaa jattee miite dabareen cimaa ta’ee sitti dhufu.!….!
Kanaafu haaluma kamuu keessatti kan sii gadi jiru hin miidhin. ✍️👏🙏
Join👇

Qur'anni galaadha
Qur'ana barachuun
Muslimaf kharaadha.
Khan Itti hidhaateef
Saahiba dhugaati
Faaydaa isaaf qaba
Biyya lameenitti
Gaddaaf Dhiphuu qalbii
Isaatu irraa cufaa
Borus Aakhiraattii
Magantummaaf dhufaa
Join👇
@bishaara_4
Qur'ana barachuun
Muslimaf kharaadha.
Khan Itti hidhaateef
Saahiba dhugaati
Faaydaa isaaf qaba
Biyya lameenitti
Gaddaaf Dhiphuu qalbii
Isaatu irraa cufaa
Borus Aakhiraattii
Magantummaaf dhufaa
Join👇
@bishaara_4
Forwarded from Nashiida Mi'ooytuu™🎧 (Bishaaraシ︎)
Telegram
Bisharo Abdi official (Suheyla)
Baga Nagayan Gama Channel Telegrama Bishaaro Abdii Dhuftan😊
Join T.me/bishaara_4
Yaada Yo Qabaattan👉 @Bishara_4
Channel YouTube Khiyyalle Subscribe Naf Godhaa 👇 Galatooma❤
https://youtube.com/channel/UC28ULCGgYRBgNHJCPfSzuBw
Join T.me/bishaara_4
Yaada Yo Qabaattan👉 @Bishara_4
Channel YouTube Khiyyalle Subscribe Naf Godhaa 👇 Galatooma❤
https://youtube.com/channel/UC28ULCGgYRBgNHJCPfSzuBw
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)
Dubartootaaf..
Akka dubartootaatti yeroo ammaa tana keessatti dubartoonni keenya harkki irra caalaan dhiira waan hin taane isii haasooysiisu, kan miiraa fi fedhiilee gargaraatti isii kakaasu, dhiira sagalee isii waraabdu, dhiira waanuma safuu fi qaanfii tehe irraa abdii murattee daangaa dabarte malee hin jaalatan!
Kuni ammoo jireenya kee keessatti wanta gufuu sitti tahee si danqu keessa tokko. Dhiira suuta deemtu, tan daangaa waa hundaa eeggachaa deemtuutu sittillee kabajaa horaa beeki. Dhiira akkuma ati ifiin barbaadde sii wajjiin tahu qofa irratti xiyeeyfatta taanaan gola sheenaa seenuun kee hafa hin qabdu.
Dhiirti takka gaafa si jaalattee siif gowwoomte gartu akka ati ifiin barbaaddu keessa hin galchin. Yoo akka ati barbaaddu sii wajjiin hin taanees hin aarin, guyyaan si eeggata waan teheef if duraa si miidhuu fi gola gaabbii keessa si galchuu waan hin barbaadiniifi akka inni si qusachaa jiru hubadhu.
Dubartoonni keenya ilma dhiiraa kan akka isin barbaaddan isinii wajjiin hin taane gaafa gartan “ Inni nan jaalatu, bakka naaf hin qabu" jattee lafa hin dhiitin. Gaafa nama san dhabde dhugaa nama sanii hubattaa beeki. Dhiirti ati akka ifiin feetu wajjiin godhattee, akka irraa barbaaddu hunda irraa arkattee ergasii isa dhiiftee kan biraa jala hudduu lultu si arkku si galaafachuurraa if duuba hin ju'u.
Namni gocha kana hunda ifirratti hojjachaa deemu suma tan miira ifii hubachuu dadhabde tanaa beeki. Kan ati bilookii ( block) obaaftee kan biraa isa bilbilaan si qoraasu barbaaddu yaadi mee ⁉️
Gaafa miskiinticha kanatti duuyda galtee kan fedhii tee keessa jiru san barbaaddu, numa arkkatta hafa hin qabu. Gaafas ammoo miira keessa waliin galtee sagalee fii viidiyoolee garagaraa si waraabsiseeti bakkaaf akka ati hin yaannetti dirree waltajjii hawaasaa tana gubbatti ol si baasa. Ergasii atiis sagalee fii viidiyoolee tee san jala lulachaa dhufteeti “ dhiifama! Ilma namaa tehee kan hin dogoggorre hin jiru" jattee as gubbaa mataa ummata seenta.
😒Dhimma hunda waanuma ifii barbaaddu qofa keessa galchitee hin yaadin. Gaarii ati osoo gartuu bira dabrtu kanaatu boru gaabbii sitti taha. Suuta ji'i! Dhiira suuta ejjattutti mataa qabadhu heerumi. Uffata, durummaa, bifaa fi madaala qaamaa osoo filtuu aduun sitti hin dhihin. Barruu tana “save" naaf goradhu.
Kedir Mohammed Raabii✍️