Telegram Web
Forwarded from Golden SHOW
Sirba haraawaa Galaanaa Garoomsaa lyrics Music| 2020 dawwadha.

Yeroo dawwataan SUBSCRIBE akkasumas Like, Share fi Comment gochuus hin dagatiina!

https://youtu.be/YVN6ZbFfDXY
Forwarded from Seeqaa memes 😂
💎💎💎💎💎💎💎💎💎
📲Lakkoofsa bilbilaa kee isa
dhumaa tuqiitii 'OK' irratti cuqaasi
waan uumamu agarta
📱
Forwarded from Golden SHOW via @Qualitymovbot
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Seeqaa memes 😂
💎💎💎💎💎💎💎💎💎
📲Lakkoofsa bilbilaa kee isa
dhumaa tuqiitii 'OK' irratti cuqaasi
waan uumamu agarta
📱
WHAT THE ATTENTION SHOULD BE GIVEN TO!!

WAAN XIYYEEFFANNOO BARBAADU!!

Nama guddaa highland walitti qabee goojjoo jaaruhuu, ormi "scientistii keenya" ja'aniiti mataan nu dhukkubsan media irraa!

Mee waan qaxaleen oromoo, olguddataan umrii 15 kun khalaqe kana laalaati haamilee isaa nuuf jajjabeessaa! ( keessattuu namni itti dhiyaatan)



Maqaan isaa MURAAD JAMAAL ZAKKOO ja'ama baha fugug, biyyoo adaree,araddaa g/shiiraa ganda Muummeeti iddoon dhaloota isaa. Mucaan kun deggarsa tokkoon alatti wantoota inni 'creat' godhee manaan taa'u argeetiin waaniin ja'u dhabe wallaahi!
Bubuutuu 'cartoon' iitii fi sibiilaa walitti qabee konkolaataa xiqqaa sochii konkolaataan guddaan taasisu hunda taasistu harka isaatiin uumee yeroo bararsiisu dhugaa rabbii egereen teenya ajaa'iba tahuutu natti mul'ate! Konkolaataa qofaa miti mucaan hojiilee ajaa'iba hedduu dhatti jira! Garuu namni akkanaa kun beekkamtii takkaan maletti maaliif¿¿

Dhugaa dubbachuuf harka warra siyaasaa tokko tokkoof walitti dhooynu osoo olguddattoota khalaqa akkanaa qabaniif dhooynee hamilee itti goonee hedduu takka das ja'a!

Muraad kiyya nuuf jabaadhu! Qaxalee mucaa!!
Jaartii:- maal hojjachaa jirta?

Jaarsa:- biimbeen ajjeessutti jira.

Jaartii:- meeqa ajjeefte ree?

Jaarsa:- 5niin ajjeesee, 2 dhaltuu 3 kormaa.

Jaartii: haay, akkamitti saala isaanii beeyte?

Jaarsa:- 2 daawwitiirattiin ajjeessee, 3 immoo garaabaa irratti ajjeese kaa!!😜😜😜😂😂😂😂

Yoo siif gale 👍 kana tuquu maaltu si dhoorka ree bro!!
Manguddoonni gurguddoon yeroo namni wal fuudhe hunda bakka cidhaatti " atiis itti aanta kaa¿" ja'anii 'shame' na qabsiisuun na rakkifnaan, aniis maaliin godhuu eegale seetan¿😂😂😂😂😂😂😂😂😂😳😳😳😳😳😳😳😳😳

Yeroo manguddoon akka isaa isaanii du'an hunda " kan itti aanu si'i kaa¿😉". 😂😂😂😜😜😜😜
Wal kabajuun gaarii dha ja'eeti!

By the way, har'a qophaa koo taa'een 'single day' kabajaa jiraa 'baga ittiin si gahe' naan ja'a!!
Torbee kana ganama akkaan hirriibarraa dammaqeen wantiin an godhuu yaalu maali beeytuu?

"Hin beeynu" ja'aa kaa wahiin isinitti himee!

😂😂😂😜😜
️Jaarsaatu kan ifiifuu rifeensa firii 8 qofa qabu mana rifeensa dhaqe. Inni rifeensa sirreessu laaleetuma waan ja'u dhabee akkana ja'een:-"Amma kana niin lakkaawa moo ni mura?"

Yeroo tana jaarsa itti koflee maal haa ja'uun seete¿





😂😂😂😂

" aboo dubbii dhiisii halluu(qalama) dibi mee" hin ja'uun seetani😂😂😂😂😂
Waan qabaniin boonuun akkana!!😜😜😜😜
Akkaan hirriibaa ka'een waantiin an yaalu torbee kana 😂😂😂😂😂😂😘😘😘😘

Hirriibatti deebi'uu dha man!!😂😂😂
Barsiistu:- warreen dhiiraa kan jireenya isaanii keessatti milkaa'an hunda duuba dubartii jabduu takkaatu jira!
Mee kanarraa maal barattu barattoota?

Barattoota:- bilaash dubbisaa ooluurra dubartii jabduu takka barbaadanii if duuba kaa'uun akka caaltu barree, barsiistuu!😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜😜
Baga gammaddan!!
Afaan oromoo afaan hojii federaalaa tahuufi isiniin jachuuf hin deemu!

Channel keessan channelli @taphaa_qoosaa n promotiona mataa isaa jalqabuufi!
Abboottiin channelaa Hundi keessan har'a irraa jalqabee beeksifachuu ni dandeeysu!!
@shemshu
Taphaa fi qoosaa pinned «Baga gammaddan!! Afaan oromoo afaan hojii federaalaa tahuufi isiniin jachuuf hin deemu! Channel keessan channelli @taphaa_qoosaa n promotiona mataa isaa jalqabuufi! Abboottiin channelaa Hundi keessan har'a irraa jalqabee beeksifachuu ni dandeeysu!! @shemshu»
Hedduu na dhukkubeetiin hoospitaala dhaqee Dooktartichi, "ni fayyita, waan hunda yeroo fayyisaa" jechuu dhaan hafuura natti kutnaan, eega yeroon nama fayyifte waliin haa nu fayyiftuu ja'eetiin isaas diree amma waliin tatteenyeeti eegutti jirra yeroo😂😂😂😂😜😜😜😜😜😜😜😜😜
Goowwaan nama qoosatti yeroo 3 kofla!
Tan duraa yeruma namni galteef kofle inniniis cal ja'eetuma kofla. Tan lammataa, yeroo qoosaan sun galteef irra deebi'ee kofla. Inni dhumaa immoo, kofla jalqabaa san osoo qoosaan hin galiniif kofluu isaa yeroo yaadate deebi'ee amma kofla.
Mee osuma jennuu, miseensoonni qoosaaniin an isiniif barreessu daftee galtuuf👍 kan hin galleef immoo👎
Jaartii:- hay! Laali gurbaa sakharaanee akka inni tahaa jiru.

Jaarsa:- Khami inni? Ni beeytaa?

Jaarti:- ee nin beekha. Waggaa 10n dura na fuudhuuf akkuma inni waan hunda qopheeysettiin, an jalaa dide!

Jaarsa:- ahhhh! Hanga ammaa cidha san kabajacha jirakaa ree😂😂😂😂😂
2025/07/14 11:26:50
Back to Top
HTML Embed Code: