Telegram Web
413. Angafti wareegamtootaa Diyaaqon Isxifaanos waa’ee qulqullummaa, qeerrummaa, wareegamummaa fi barsiisummaa isaatiif gonfoo meeqa argate?
Anonymous Quiz
62%
A. Torba
13%
B. Shan
20%
C. Sadii
5%
D. Afur
10👍6
414. Angafti wareegamtootaa Diyaaqon Isxifaanos bara meeqaa wareegame?
Anonymous Quiz
27%
A. 34
31%
B. 35
24%
C. 36
18%
D. 33
16👍3
415. Angafti wareegamtootaa Diyaaqon Isxifaanos akkamitti wareegame?
Anonymous Quiz
17%
A. Seefiidhaan mormisaa muramee
79%
B. Dhagaadhaan rukutamee
2%
C. Umuriinsaa ga’eetu
2%
D. Fannifamee
22
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Instant View☝️ kan jettu tuquun banadhaa dubbisaa!

Cuuphaa Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos

1.1. Cuuphaa Gooftaa waggaa soddomatti

1.1.2. Cuuphaa Goofta keenya Iyyesuus Kiristoos waggaa soddomatti

1.2. Cuuphaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos laga Yordaanositti

1.3. Iccitii cuuphaa Gooftaa halkaan keessa sa’aatii kudhan

1.4. Cuuphaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos harka Yohaannisitti

Kutaan 2ffaa itti fufa

Join: @abdiimaariyaamiifinjira

Group : @DeebiiGaaffiiShakkitootaa

Yaada fi gaaffiidhaaf: @YaadgaaffiiBot

https://telegra.ph/Cuuphaa-Gooftaa-Keenya-Iyyesuus-Kiristoos-01-18
🥰117👍2
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Instant View☝️ kan jettu tuquun banadhaa dubbisaa!

Cuuphaa Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos

Kutaa 2ffaa

1.4 Cuuphaa Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos harka Yohaannisitti

1.5. Lubootni yeroo cuuphaa “Maqaa Abbaa, Ilmaa fi Afuura Qulqulluu” jechuun cuuphu (Maat.28:19); Yohaannis Cuuphaan maqaa eenyuun Kiristoosiin cuuphe?

1.6. Yohaannis yemmuu Gooftaa cuuphu harka irraa hin keenye; maalif?

1.7. Afuura Qulqulluu bifa Gugeen bu’uu fi cuuphaa Ilma Waaqayyoo

1.7.1 Afuurri Qulqulluun bifa Gugeen maaliif bu’ee?

1.8. Afuurri Qulqulluun maalif erga Gooftaan Cuuphamee bishaan keessaa bahee irra bu’ee?

1.9. Baarchisummaa cuuphaa Gooftaa keenyaa

1.10. Cuuphaa Gooftaaf barbaachisummaa Bishaanii

Kutaan 3ffaa fi inn xumuraa itti fufa!

Join: @abdiimaariyaamiifinjira

Group : @DeebiiGaaffiiShakkitootaa

Yaada fi gaaffiidhaaf: @YaadgaaffiiBot

https://telegra.ph/Cuuphaa-Gooftaa-Keenya-Iyyesuus-Kiristoos-01-19
8👍2
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Instant View☝️ kan jettu tuquun banadhaa dubbisaa!

Cuuphaa Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos

Kutaa 3ffaa fi isa xumuraa

1.10. Cuuphaa Gooftaaf barbaachisummaa Bishaanii

1.10.1. Cuuphaan Gooftaa maaliif bishaanin ta’e?

1.10.2 Bishaan keessa seenanii cuuphamuun maaliif barbaachise?

1.11. Garaagarummaa cuuphaa Gooftaa fi cuuphaa ilma namaa

1.12. Faayidaa cuuphaa

https://telegra.ph/Cuuphaa-Gooftaa-Keenya-Iyyesuus-Kiristoos-01-19-2
12🥰6
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Instant View☝️kan jettu tuquun banadhaa dubbisaa!

Cuuphaa Irratti Gaaffii Shakkitootaa Afuriif Deebii Ga’aa!

1. “Cuuphaan Mootummaa Waaqayyoo dhaaluuf osoo hin taane, Kiristiyaanaa taanee gara maatii kiristiyaanummaatti dabalamuu keenyaaf mallattoodha malee mootummaa Waaqayyoo dhaaluuf, Cuuphaan dhimma ijoo fi barbaachisaa ta’e miti”

2. “Kan amanee fi kan cuuphametu fayya; kan hin amanne garuu itti murtaa’a! Kanaafuu, Cuuphaa cuuphamuun fayyuudhaaf nu hin barbaachisu; fayyuudhaaf amanuun qofti ga’aadha”

3. “Yeroo Cuuphamus namni tokko erga amanee cuuphamuu qaba malee ijoollummaatti cuuphamuu hin qabu!”

4. “Erga kan hin cuuphamne Mootummaa Waaqayyoo hin dhaalu jettaniitii Xiixoos (Faayitaawwii Zeyimaan) ykn kan mirga gooftaatti fannifame kun akkamitti utuu hin cuuphamin mootummaa Waaqayyoo gale?”

Deebiisaa hunda ol deebi’aatii, “Instant View” kan jettu tuquun banadhaa dubbisaa!

Join: @abdiimaariyaamiifinjira

Group : @DeebiiGaaffiiShakkitootaa

Yaada fi gaaffiidhaaf: @YaadgaaffiiBot

https://telegra.ph/Cuuphaa-Irratti-Gaaffii-Shakkitootaa-Afuriif-Deebii-Gaaa-01-13
👍94🥰2
Forwarded from GODOLIYAAS
😢Taabota Kakuu Haaraatti😢

( Kutaa -1)

(#Hub: Barreeffamichi baay'ee waan dheerateef kutaa 2n nan dhiyeessa. Kuni kutaa jalqabaati. Dheerachuu danda'a adaraa obsaan dubbisaa!)

#Kaayyoo Ijoo barreeffamichaa

➠Kiristaanonni hubannoo bu’uuraa taabota (kakuu haaraa) irratti akka qabaataniif, akkasuma gaaffii gaafatamaniifis deebii gahaa fi qajeelaa kennuu akka danda’anii fi warreen manni kiristaanaa taabota qabaachuu ishee ilaalcha mataa isaaniin ilaaluu isaanii irraa kan ka’e yakkamtuu taatee isaanitti mul’attes barumsa manni kiristaanittii taabota irratti qabdu hubachuun ilaalcha isaanii akka sirreeffataniif hubannoo uumuudha. Kanaafuu jalqabuma kanarratti, barreeffamicha hunduu qalbiidhaan akka dubbisuu qabu ni yaadachiisna.

Link gadii "INSTANT VIEW" jedhuun seenaa dubbisaa!👇

#Share_Share_Share
https://telegra.ph/Taabota-Kakuu-Haaraatti-Kutaa-1-01-21
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
16👍7
Forwarded from GODOLIYAAS
😢Taabota Kakuu Haaraatti😢

(Kutaa-2)

#Hub: Yeroo darbe kutaa 1ffaa isaa siniif dhiyeessuun keenya ni yaadatama!

#Taabota_44
➠Namoonni tokko tokko waanuma dhagahan qofaadhaaf taabota 44 jechuun yammuu itti dogoggoran yeroo baay'ee ni mul'ata. Gaaffiin kun waan lama irraa ka’a jedheen yaada. Inni tokko hubannoon bu’uuraa taabota irratti qabnu gadi bu’aa ta’uusaa irraa kan ka’e himamsi kun nu keessatti bakka qabachuun gaaffii nutti ta’a. Inni biraan immoo baay’ees nu dhiphisuus baatu fedhii beekumsaaf qofa qabnu irraa ka’uu danda’a. Sanas ta’u kana himamsi kun seenaa yeroo tokko ta’e waliin akka walqabatu maddawwan garaagaraa ibsu

Guutuu isaa link gadii 👇'INSTANT VIEW' jedhu tuquun dubbisuu dandeessu!

https://telegra.ph/Taabota-Kakuu-Haaraatti-Kutaa--2-01-24
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
20👍7👎1
Forwarded from Orthodox Promotion (Misganu Mulatu)
Guyyaa guyyaan gaaffilee afuuraa kan Mana Kiristiyaanaa keenya Ortodoksii Tewaahidoo argachuu yoo barbaaddan kottaa Channel “Gaaffiidhaan baradhaa!” jedhu kana Join taasifadhaa!
22👍9🥰2
2025/07/12 21:01:56
Back to Top
HTML Embed Code: