Telegram Web
#Gadhiifameera

Manni kiristaanaa fi Kiristoos hariiroo akkamii qabu? #Hanqaaquun_Guchii maalif mana kiristaanaa irratti godhama?Manni Kiristaanaa maalif qormaata keessa jiraatti?
Gaaffilee jedhaniif deebii argattu

Dhimbiibbaa Kutaa 2ffaa Bsaa Baacaa Nagaasaa waliin qopheessine kunoo

Tajaajila Miidiyaa kanaa jajjabeessuuf #Subscribe gochuun akka maatii taatan irra deebidhaan isin affeerra.

https://youtu.be/YYLMPZAk8OY?si=efO9BJR1iKLNlX2-
21👍1
#Gadhiifameera

👉 Namootni manni kiristaana Ortodoksii tawaahidoo Kiristoos hin lallabdu jedhan kanneen akkamiiti?
👉 Amantootni namoota akkamii dhagahuu qabu?

Gaaffilee kunneeniif deebii isaanii asiitii argattu, dhimbiibbaa Kutaa 3ffaa Bsaa Baacaa Nagaasaa waliin qopheessine kunoo, itti dhihaadhaa.👇

Tajaajila Miidiyichaa jajjabeessuuf YouTube Miidiyichaa #Subscribe, #Share, #Like fi #Comment akka gootan jaalala Gooftaan isin gaafanna!

https://youtu.be/CqtTupN0W6Q
12👍2
340. Daani’el, Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaan eessaa booji’amanii gara biyya mooticha Nabukedenatsooritti dhufan?
Anonymous Quiz
45%
A. Baabilon
26%
B. Iyyerusaalem
12%
C. Yihuudaa
16%
D. Samaariyaa
🥰74
341. Daani’el, Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaan erga booji’amaniitii bakka jiran kanatti muudamuudhaaf kan mooticha Nabukedenatsoor duratti dhi’eefffaman waggaa meeqa booddeedha?
Anonymous Quiz
30%
A. Waggaa Tokko
22%
B. Waggaa Lama
34%
C. Waggaa Sadii
14%
D. Waggaa Afur
🥰41
342. Daani’el, Anaaniyaa, Misaa’eliifi Azaariyaan dubbii ogummaafi hubannaa, waan hundaan yemmuu Nabukedenatsoor isaan madaalutti guutummaa biyya mootummaasaa keessaa warra ayyaana hedan, beekaa warra jedhaman hundumaarra harka meeqa caalanii argamaniif?
Anonymous Quiz
22%
A. Harka Sadii
34%
B. Harka Kudhan
42%
C. Harka Torba
2%
D. Harka Lama
🥰5👍1
🥰6👍2💔1
345. Mootichi Nabukedenatsoor Waaqa tolfamaa warqee irraa hojjechiise sanatti akka sagadaniif eessa dhaabe?
Anonymous Quiz
38%
A. Baabilon
18%
B. Dirree Duuraa
7%
C. Yihuudaa
5%
D. Iyyerusaalem
32%
E. A fi B
4🥰4
346. Yemmuu Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaan, “Waaqa ati dhaabeef hin sagadnu!” jedhanitti, mootichi Nabukedenatsoor ibiddi isaan keessa buufaman hamma durii irratti harka meeqaan dabalamuu qaba jedhee ajaje?
Anonymous Quiz
56%
A. Harka Torba
23%
B. Harka Sadii
5%
C. Harka Ja’a
16%
D. Harka Kudhan
🥰5👍4
349. Nabukedenatsoor, “Ilaa! Ani namoota ibidda keessa deddeebiʼan afur nan arga; isaanis hin hidhamne; hin miidhamnes; inni afuraffaan immoo........................” jedhe.
Anonymous Quiz
18%
A. “Waaqayyoo fakkaata”
61%
B. “Ilma Waaqayyoo fakkaata”
6%
C. “Nama fakkaata”
16%
D. Hunda
🥰74👏2
350. Nabukedenatsoor ibidda keessatti kan inni arge, inni dargaggoota sana ibiddaan gubachuurraa isaan baraare eenyudha?
Anonymous Quiz
4%
A. Ergamaa Mikaa’el
87%
B. Ergamaa Garbri’eel
8%
C. Ergamaa kam akka ta’e adda hin baane!🤔
1%
D. Raajaa Daani’eel dha malee ergamaa Waaqayyoo miti.
🥰76👍2👏1
352. Nabukedenatsoor erga Anaaniyaa, Misaa’elii fi Azaariyaan, ibiddaan gubachuu irraa baraamanii booddee kutaa biyya Baabilon irratti isaan muudeera!
Anonymous Quiz
27%
A. Soba
52%
B. Dhugaa
7%
C. Waan beekamu miti
14%
D. Lakki biyya isaanitti nagaadhaan isaan deebise!
🥰1710👍3👏1
2025/07/14 15:26:31
Back to Top
HTML Embed Code: