Waaqayyo murtee dhala namaa jecha qofaan dubbatee balleessuu osoo danda’uu nama ta’uun maaliif isa barbachise?
@abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Waaqayyo-murtee-dhala-namaa-jecha-qofaan-dubbatee-balleessuu-osoo-dandauu-nama-tauun-maaliif-isa-barbachise-01-05
@abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Waaqayyo-murtee-dhala-namaa-jecha-qofaan-dubbatee-balleessuu-osoo-dandauu-nama-tauun-maaliif-isa-barbachise-01-05
Telegraph
Waaqayyo murtee dhala namaa jecha qofaan dubbatee balleessuu osoo danda’uu nama ta’uun maaliif isa barbachise?
Kutaa 2ffaa isa xumuraa! Qulqulluun Qeerloos : “Jechi Waaqayyoo [Nama fayyisuudhaaf] foon uffachuu Isa hin barbaachisu ture. Ajaja dubbii afaan isaan qofaan hojii fayyina keenyaa raawwachuu ni danda’a ture. Haa ta’u malees, dhala namaa wajjin tokkummaa hundeessuudhaaf…
❤13👍4
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Telegraph
“Gammachuu Guddaan Isinitti Hima!” (Luq.2:10).
✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa(BTH) Sagalee kana kan dubbate ergamaa Waaqayyoo dha. Kan inni dubbates guyyaa gaafa ilmi Waaqaa foon nama uffachuudhaan qulqulleettii dubroo Maariyaamiirraa nama ta’ee dhalachuudhaan mul’ate yoo ta’u, kan inni itti dubbate immoo…
“Gammachuu Guddaan Isinitti Hima!” (Luq.2:10).
Lallaba akkaan minyooftu, kan guyyaa dhaloota gooftaa irratti barreeffamaan dhiyaate kana sirriitti xiyyeeffannaadhaan dubbisaa!
✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa (BTH)
Join: @GolaSoorataJireenyaa
: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Gammachuu-Guddaan-Isinitti-Hima-Luq-210-12-30-2

🥰9❤4
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
389. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos mandara Beeteliheem kutaa biyya...................’tti dhalate.
Anonymous Quiz
29%
A. Beeteliheemi
18%
B. Iyyeruusalemi
32%
C. Yihuudaa
20%
D. Naazireeti
👍7❤6👏1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
390. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos maaliif Nama ta’ee dhalate?
Anonymous Quiz
2%
A. “Du’asaatiin du’aa balleessuudhaaf” (Ibr.2:14).
3%
B. “Hojii Seexanaa diiguudhaaf” (1Yoh.3:8).
3%
C. “Jaalala isaa nuu ibsuuf” (Yoh.3:16).
3%
D. “Cubbuu addunyaa haquuf” (Ibr.9:26).
89%
E. Hunda.
❤8
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
391. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos yoom Nama ta’e?
Anonymous Quiz
7%
A. Battala dhalate sana
3%
B. “Bara xumura barichaa” (Gal.4:4).
25%
C. “Bara barichi [5500] raawwatame” (Maar.1:15).
8%
D. Bara Addaamii fi Hewaan yakkanitti
11%
E. A fi D
28%
F. B fi C
19%
G. Hunda
🥰7❤2
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
392. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos akkamitti Nama ta’e?
Anonymous Quiz
6%
A. Waaqummaansaa jijjiiramee nama ta’e.
14%
B. Waaqummaa fi namummaan walitti makamee nama ta’e.
69%
C. Tewaahidoodhaa nama ta’e.
11%
D. Waaqummaa fi namummaan walitti ida’aamee nama ta’e.
❤10👍1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
393. Osoo Iyyesuus Kiristoos fooniin hin dhalatin duratti, maqaan isaa “Iyyesuus” akka jedhamu ergamaan Waaqayyoo dubbateera. Erga dhalatee booddee maqaa mucichaa “Iyyesuus” jedhee kan moggaase/waame eenyudha?
Anonymous Quiz
39%
A. Ergamaa Gabri’eel
30%
B. Haadhasaa qulqulleettii Durbee Maariyaam
22%
C. Maanguddicha Yooseef
2%
D. Qulqulleettii Saloomee
7%
E. Jaarsicha Simi’oon
❤7🥰4
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
394. Mootota gooftaa keenyaaf sagaduu dhufan keessa tokko kennaa Warqii laateef; kun maal ibsuufidha?
Anonymous Quiz
25%
A. Waaqayyo ta’uu isaa.
59%
B. Mootii ta’uu isaa.
11%
C. Nuuf jecha fedhii isaatiin du’a akka fudhatu.
5%
D. Nuuf jedhee akka cuuphamu.
❤8
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
395. Moototni ba’a-biiftuu [Seba-segel] gooftaa keenyaaf sagaduu yemmuu dhufanitti kennaa Ixaanaa laachuufiin isaanii maalif dha?
Anonymous Quiz
42%
A. Waaqayyo ta’uu isaa ibsuuf.
23%
B. Mootii ta’uu isaa ibsuuf.
24%
C. Nuuf jecha fedhii isaatiin du’a akka fudhatu ibsuuf.
11%
D. Nuuf jedhee akka du’aa ka’u ibsuuf.
🥰6❤4
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
396. Moototni ba’a-biiftuu [Seba-segel] sun gooftaa keenyaaf sagaduu yemmuu dhufan sanatti kennaan isaan Karbee/Qumbii laataniif maal ibsa?
Anonymous Quiz
26%
A. Waaqayyo ta’uusaa.
15%
B. Mootii ta’uusaa.
55%
C. Nuuf jecha fedhiisaatiin du’a akka fudhatu.
4%
D. Nuuf jedhee akka samiitti ol ba’u.
❤10👍1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
397. Moototni ba’a-biiftuu [Seba-segel] yemmuu gooftaa keenya haadhasaa qulqulleettii durbee Maariyaamii wajjin argatanitti jalqaba maal godhan?
Anonymous Quiz
80%
A. Lafatti gad gombifamanii sagadaniif.
15%
B. Harka fuudhaa kennaniif.
3%
C. Deebi’anii Heeroodiisitti himan.
3%
D. Na’aanii badan!
❤5🥰4👍3
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
398. Moototni ba’a fagoo sadan kennaa “Harka fuudhii” gooftaadhaaf fidan sana eenyuutti kennan?
Anonymous Quiz
33%
A. Maanguddicha Yooseef
52%
B. Haadhasaa Qulqulleettii durbee Maariyaam
8%
C. Qulqulleettii Saloomee
6%
D. Ergamaa Gabri’eel
❤11
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
399. Maqaa mootota ba’a-biiftuu [Seba-segel] dhufanii gooftaa keenyaaf sagadan eenyuu jedhamu?
Anonymous Quiz
40%
A. Awugusxoos, Tewoofiloosii fi Qerneeliwoos
34%
B. Maantuusiimaar, Badiidaasfaa fi Meelkuu
13%
C. Baakos, Badiidaasfaa fi Maantuusiimaar
13%
D. Heeroodis, Qayyaafaa fi Haannaa
🥰7👍4❤3
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
400. Yeroo gooftaan dhalate sanatti tiksootni naanna’aa sana jiran gosa beelledaa kam eegaa/tiksaa turan?
Anonymous Quiz
41%
A. Loowwan
13%
B. Harroota
45%
C. Hoolota
1%
D. Re’oota
❤10👍3
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
401. Gooftaan keenya yemmuu dhalatetti ergamootni hammaan baay’ee ta’an maal jechuun faarfatanii galatan?
Anonymous Quiz
6%
A. “Hin sodaatinaa! Kunoo, ani misiraachoo gammachuu guddaan isinitti hima!”
20%
B. “Har’a magaalaa Daawititti fayyisaan isiniif dhalateera; inni Kiristoos goofticha!”
28%
C. “Ulfinni Waaqayyoof Aariyaamii irratti, nagaan lafa irratti, fedhiisaatiin namootaaf haa ta’u!”
47%
D. Hunda
❤16
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
Telegraph
Foon Uffachuu Gooftaa Keenya Iyyesuus Kirsistoos
Addaam ajaja isaaf kenname darbuun “hin nyaatin!” kan jedhame nyaachuu isaatiin kennaan isaa irraa mulqamuun qullaa isaa gara biyya lafaa kanatti dhufeera. Dubbiin foon uffachuu gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos immoo deemsa Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos…
“Instant View” ☝️ kan jettu tuquun banadhaa dubbisaa!
Foon Uffachuu Gooftaa Keenya Iyyesuus Kirsistoos
1.1 Jechi Nama Ta’uu Isaa
1.2. Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos Maaliif Nama ta’e?
1.3. Iyyesuus Kiristoos Yoom Nama Ta’e?
1.4. Iyyesuus Kiristoos Akkamitti Nama Ta’e?
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
Group : @DeebiiGaaffiiShakkitootaa
Yaada fi gaaffiidhaaf: @YaadgaaffiiBot
https://telegra.ph/Foon-Uffachuu-Gooftaa-Keenya-Iyyesuus-Kirsistoos-01-08

❤4👍4🥰3👏1
Forwarded from GODOLIYAAS
'Maddi maqaa Iyyasuus jedhuu eessa? Hiikni isaa hoo maal jechuudha? Iyyesuus moo Yesuus tu sirriidha'
Lammeessaa T. (Dn)
Mudde 28, 2017
╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮
@Kalabhiyahu
@Kalabhiyahu
╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤12🥰5👍4
Dhaloota Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Dhaloota-Gooftaa-Keenya-Iyyesuus-Kiristoos-01-08
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Dhaloota-Gooftaa-Keenya-Iyyesuus-Kiristoos-01-08
Telegraph
Dhaloota Gooftaa Keenya Iyyesuus Kiristoos
“Kunoo Eefraataatti dhageenye; bosona keessattis Isa arganne. Gara bultiiwwansaatti ni seenna;bakka miilonnisaa dhaabatanitti ni saganna” (Faar. 131: 6-7). Madda: https://eotcmk.org/ao/dhaloota-gooftaa-keenya-iyyasuus-kiristoos/ Waaqayyo Addaamii fi Hewaan…
🥰6❤3💔1
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
406. Ayyaanni angafta wareegamtootaa Diyaaqon Isxifaanos kan Amajjii Tokkoo sababa maalif kabajama?
Anonymous Quiz
22%
A. Guyyaa Itti angafa Diyaaqonootaa ta’ee muudedha.
8%
B. Guyyaa inni itti dhalatedha.
10%
C. Guyyyaa inni itti duuka bu’oota gooftaatti dabalamedha.
30%
D. Guyyaa inni itti wareegamee boqotedha.
30%
E. B fi D dha.
❤9👍5
Forwarded from Gaaffiidhaan Baradhaa/በጥያቄ ተማሩ
407. Abbaa fi haati qulqullicha angafta wareegamtootaa Diyaaqon Isxifaanos eenyu?
Anonymous Quiz
36%
A. Simi’oonii fi Haannaa
10%
B. Zakkaariyaasii fi Elsaabeet
34%
C. Haanaaniyaa fi saphiiraa
20%
D. Simi’oonii fi Aqleesiyaa
❤14