Telegram Web
Link kun eenyuu irraayyuu yoo isiniif ergame, akka bantanii waan inni isin gaafatu hin guutneef of eeggannoo cimaa taasisaa!

Kaayyoon link kanaa, Telegram Account keessan, Channel Telegram fi Group Telegram qabdan mara kan isin dhabsiisuu fi abaluun kun immoo ofii itti fayyadamuufidha.

Darbees waan isin nama biraa faana haasoftan iccitii keessan facaasuu fi isin fakkaatee yakka garaagaraa dagaluuf, maqaa isin balleessuufidha! Kanaarraa abbaatu cimsee of eeggata!
👍11🙉5
#Gadhiifameera👇

#Dhimbiibbaa
#Mana_Kiristaanaa
#Kiristoos_Hin_Beektu

Kiristoos Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo qofatti karaa sirrii fi dhugaatin lallabama. Haa ta'u malee shakkitootni baay'ee mana kiristaanaa kanaan Kiristoos hin beektu jedhu. Dhugaan jiru garuu akkami?


~ Turtii barsiisaa Baacaa Nagaasaa (Dn) waliin taasifame, Kutaa 1ffaa.

"...mana dha jedhamti malee mana kiristaanaa hin jedhamtu!!" jedhan. Manni Kiristaanaa Ortodoksii Kiristoosiin hin lallabduu?


Gaffii kanaa fi kanneen biroof deebii isaa asuma keessaa waan argattaniif haga dhumaatti akka hordoftan jaalalaan isin affeerra.

Tajaajila Miidiyichaa jajjabeessuuf #Subscribe gochuun dirqama kiristaanummaa keessan akka baatan maqaa Waaqayyootin isin yaadachiifna!👇

https://youtu.be/m--o4esUvtg?si=uOqontosUtn9cS3w
11👍2❤‍🔥1🥰1
#Gadhiifameera

Manni kiristaanaa fi Kiristoos hariiroo akkamii qabu? #Hanqaaquun_Guchii maalif mana kiristaanaa irratti godhama?Manni Kiristaanaa maalif qormaata keessa jiraatti?
Gaaffilee jedhaniif deebii argattu

Dhimbiibbaa Kutaa 2ffaa Bsaa Baacaa Nagaasaa waliin qopheessine kunoo

Tajaajila Miidiyaa kanaa jajjabeessuuf #Subscribe gochuun akka maatii taatan irra deebidhaan isin affeerra.

https://youtu.be/YYLMPZAk8OY?si=efO9BJR1iKLNlX2-
21👍1
#Gadhiifameera

👉 Namootni manni kiristaana Ortodoksii tawaahidoo Kiristoos hin lallabdu jedhan kanneen akkamiiti?
👉 Amantootni namoota akkamii dhagahuu qabu?

Gaaffilee kunneeniif deebii isaanii asiitii argattu, dhimbiibbaa Kutaa 3ffaa Bsaa Baacaa Nagaasaa waliin qopheessine kunoo, itti dhihaadhaa.👇

Tajaajila Miidiyichaa jajjabeessuuf YouTube Miidiyichaa #Subscribe, #Share, #Like fi #Comment akka gootan jaalala Gooftaan isin gaafanna!

https://youtu.be/CqtTupN0W6Q
12👍2
2025/07/14 02:04:43
Back to Top
HTML Embed Code: