Kuusdeetaalee(Servers) xixiqqaa, gurguddaa hanga Giddugala deetaa(data centre) dhaabbileen barbaaddan @oictsolutions biraa argachuu dandeessu. Keessaan nu dubbisaa isin keessummeessuuf qophiidha. #oictsolutions
Namni hanga ammaa taphachaa hin jirre jiraa? π€
Bilbila tokko irraa lakkoofsa adda addaatiin taphachuu hin danda'amu....ππ
https://www.tgoop.com/TronKeeperBot/app?startapp=710286813

Congratulations Oromoo....
Twitter(X) Afaan Oromootiin tajaajila Eegale. Gaaffiin keenya deebii argateera.
Deetaan kan fudhatame Google irraa waanbtaheef hanqinni hiikkaa jiraachuu mala.
Fooyyeffataa adeemna
Baga Gammaddan!

Bara 2022, Akkuma Afaan Oromoo Gugilii irratti Tajaajila eegaleen, irra deddeebiidhaan garee Teekinikaa Dhaabbata Twitter duraanii, X ammaa akka Afaan Oromoo dabalan gaafachaa kan turre yoo ta'u, Gaaffiin Ummata baldhaa Oromoo deebii argatee Dhaabbata guddaa Idil-Addunyaa, kan Abbaa qabeenyaa Addunyaa kanaa, Elon Musk too'atamu X irratti Tajaajila eegaluuf qophii ta'aa jiraachuu yoo ibsinu GAMMACHUU GUDDAADHAAN!
AFAAN OROMOO QOFAA MITI UMMATA OROMOOTIIFIS INJIFANNOODHA! BAGA GAMMADDAN! BAGA GAMMANNE!
Imalli Afaan Oromoo sadarkaa Idil-Addunyaatti dorgomaa taasisuuf imallu kana caalaa dachaan kan dabalu yommuu tahu, Ilmaan Oromoo fi qaamoleen milkaa'ina kana keessatti gahee keessan bahachaa dadhabbiin keessan firee horatee muldhachaa jira, Addatti Baga Gammaddan, Baga Gammanne.
Kana caalaa jabaannee fuulduratti tarkaanfachuuf muldhii jabeeffadhaan waamicha kooti
Odeeffannoo Guutuunππ½
https://web.facebook.com/share/p/1EaGpwbxbB/
HORAA BULAA DEEBANAA
Abdisa Bancha Jara
AFAAN OROMOO QOFAA MITI UMMATA OROMOOTIIFIS INJIFANNOODHA! BAGA GAMMADDAN! BAGA GAMMANNE!
Imalli Afaan Oromoo sadarkaa Idil-Addunyaatti dorgomaa taasisuuf imallu kana caalaa dachaan kan dabalu yommuu tahu, Ilmaan Oromoo fi qaamoleen milkaa'ina kana keessatti gahee keessan bahachaa dadhabbiin keessan firee horatee muldhachaa jira, Addatti Baga Gammaddan, Baga Gammanne.
Kana caalaa jabaannee fuulduratti tarkaanfachuuf muldhii jabeeffadhaan waamicha kooti
Odeeffannoo Guutuunππ½
https://web.facebook.com/share/p/1EaGpwbxbB/
HORAA BULAA DEEBANAA
Abdisa Bancha Jara
Namni hanga ammaa taphachaa hin jirre jiraa? π€
Bilbila tokko irraa lakkoofsa adda addaatiin taphachuu hin danda'amu....ππ
https://www.tgoop.com/TronKeeperBot/app?startapp=710286813
Bilbila tokko irraa lakkoofsa adda addaatiin taphachuu hin danda'amu....ππ
https://www.tgoop.com/TronKeeperBot/app?startapp=710286813
Namootni tapha adda addaa taphachaa jirtan taphni kun gaariidha jedhama yaalaa π
https://www.tgoop.com/bums/app?startapp=ref_4wfccglP
https://www.tgoop.com/bums/app?startapp=ref_4wfccglP
Namni hanga ammaa taphachaa hin jirre jiraa? π€
Dafaa taphachaa, irraa baafadhaa....ππ
https://www.tgoop.com/TronKeeperBot/app?startapp=710286813
Dafaa taphachaa, irraa baafadhaa....ππ
https://www.tgoop.com/TronKeeperBot/app?startapp=710286813
Telegram
TronKeeper
TronKeeper is your secure Tron wallet on Telegram. invite friends, and earn USDT rewards! Simple, fast, and secure . π
Korpoorashiiniin Interneeta Idil Addunyaa Yaa'ii waliigalaarratti- Afaan Oromoo filannoof dhiyeesseeraπͺ
Korpoorashiiniin Interneeta Idil Addunyaa Afaanota gurguddoo 8 kan hojjatu yoo tahu, Yaa'ii waliigalaa bara kana Istaanbuulitti qopheesse irratti #Afaanota hirmaattota hedduu qabaachuu danda'an, Afaanota gurguddoo filaman, #AfaanOromoo dabalatee Yaa'ichi waliigalaa irratti Afaanotni carraa hiikkaa barreeffamaan ykn sagaleen akka dabalamu barbaadan ummanni unkaa kana akka guutu gaafachaa jiru.... Kun Afaan keenyaaf carraa guddaa waan taheef, Unkaa kana guutnee hirmaattotni Afaan Oromoo baay'een yaa'ii waliigalaa kana kallattiin ykn toora-inteneetaa(online) akka hordofan agarsiisuu qabna.
Iddoo Afaan barbaaddan jedhu hundatti #Oromo filadhaa..π
https://www.surveymonkey.com/r/SZ9H5T2

Abukaatoon #qubeechallenge dhaan too'atame!
Guyyaan kun akka dhufu eegaa turre.
#Mannimurtii gaafa dhimma isaa qofa seera Kabachiisuu bira darbee #sirnaanqubeessuuchallenge irratti xiyyeeffannoo kennee seera adabbii nuuf qopheessuu qaba.
Tana Qawween: Abbootiin Alangaa eecha jiruu?π

Taphi TronKeeper kun bifa haaraan garee haaraa jalatti gurmeessuu jalqabeera $TRONARX hiruu eegaleera.
Akka haaraatti seentanii taphachuudhaan USDT, TRX, TON, TRONARX argachuu dhaan yoo 5 ol argattan USDT irraa kan hafe gara Bytbit ykn Binance fa'atti USD dhaan dabarfachuu dandeessu..
Gareen haaraa kunooπ
https://www.tgoop.com/TronKeeperBot/app?startapp=710286813_team

Ispoortiidhaan #Itoophiyaa kan mataa olqabachiisee waltajjii idil-addunyaa irratti muldhise Oromoo akka tahe walnun gaafachiisu. Ammas kunoo dhalootni ammaa akka Bilisuma kun kalaqa addaatiin Itoophiyaa waltajjii Idil-addunyaatti galmeessisuuf imala irra jiru. Kalaqa Dargaggeessa kanaa waltajjii idil-addunyaatti agarsiisuuf gareen ijaarame tokko jabaatee hojjachaa jira. Jabaadhaa jennaan.
Bilisummaa dabalatee kanneen kalaqa addaa qaban kunneen akka bakka yaadan gahan hundi keenya tumsa murraa eegamu gochuu qabnaan dhaamsa kiyya. Galatoomaa