Telegram Web
Jireenya Kee keessatti wanti ati jaalattu amala kee miidha

Jaalallii Haababoo miiraa mi'aawaa dhala
Jaalallii Duumessaa immoo yaada Bal'aa dhala

Jaalallii Daa'imani hafuura Daa'imummmaa Gammachuu dhala

Akkasumas Jaalallii Manguddootaa Ogummaa fii Bilchina sammuu oomisha

Jaalallii kitaaba adda addaa dubisu Bal'ina Hubanno horata

Jaalallii Aduu baatu Abdii dhala

Jaalallii tola olttummaa Namummaa dhala.
Hubadhu
Baay'ee hin Amaniin iddoo ati Qalbii nama keessatti qabdu .
Guyyaa hunda namoonni miiraa adda addaatin jijiramu

Ilaalchi isaanii walitti fufinsaan jijjiramaa jira
Miirri isaanii battalatti jijiramu sababa maraatummaatif sii ganu danda,u

Garuu erga isaan argrtutti sii dagatau ykn bakka bu,a arggatani sii irraffatu.

Yeroon atii isaan bira jirtu sii jaalatu danda,u
Garuu erga isaan deemanii hanga ati isaan argitutti sii dagataniru.

Ummanni waltajjii dha malee mana miti.
Waltajjii tokko itti fufuu danda'a
Garuu dhumarratii kophaa kee galtta.

Wantoota dhabuu hin barbannee qofa komanna.
Yeroo irraa deebi'uun dhaabbatu arggamu fii dhabamuun isaa garaagarummaa nuuf hin qabu.

#yeeron_waa_hunda_jiijira
Yeroo inni barreessu
Sammuun jecha bareecha
Akkasumas Yeroo onneen barreessitu dubbichi dhugaa ta'a.

Yeroo quuqamni barreessu immoo inni jechichi gad fagoodha!

Achuman Namnii tokko dubbisaa jira
Waanan Sammuu kootiin barreessu Namnii garaan dubbisu immoo ni jira

Akkasumas warrii miiraa isaanii dubbisan ni jiru
Garuu kan akka koo miira walfakkaataa qabu qofatu na hubata

Miirri Afaan Onnee waan ta'eef

.عندما يكتب
العقل تكون الكلمة أجمل
وعندما يكتب القلب تكون الكلمة أصدق
وعندما يكتب الضمير تكون
الكلمة أعمق !
ثم
هناك من يقرأ
ماأكتبه بعقله وهناك من يقرأ بقلبه
وهناك من يقرأ بمشاعره
لكن ..
لن يفهمني إلا من كان له نفس إحساسي ..
لإن الإحساس لغة القلوب ....
Waan Qalbiin kee irratti hin tasgabbofne Hin amanin
Onneen Ijaa Caala Argu danda'aa waan taheef Onneen Jalqabi

Gafaa Wonit Tokko nat tolee waan sana hawwe Jalqaba Onnee kootinan maryaadha waan onnee kootif tasgabbii, boqonnaa hin kenninee Abadan hin amanu

Onneen Nama waan hunda irratti hin tasgabbaa'uu kanaf haala hunda irratti maarin nut gegeessu qabnu onnee kenyaa wolin ta'uu qabaa

Rabbiin waan nuuf hin taane akka iti hubanu karaa heddu nuuf kenne jiraa
Miirii kenyaa waan hundaf hin gamadu, onneen kenyaa waan hunda irratti hin tasgabbaa'uu kanaaf Ademsaa kessat onnee kessanin maryaadha 👌
Jireenyii yeroo Waayee isaa dubbannu salphaa fakkaata yeroo waliin mari'annu ni ulfaata.
Akkuma itti jiraantu nama dhukubsa.
Karaa ishee keessa fiiguun dadhabeera yeroo w waay'ee isaa yaadnu gabaabaa
Garuu yeroo Amanisifnnu namattii tola.

Onnee tee ykn kee Qulqulluu taasisi
Yoo sababa dhibba Barbaaddeyyuu
wantta badatti jijiruuf sababa tokko barbaadi.

Lubbuun tee ykn kee akka kee ykn tee
Qulqulluu fii Baareeda haa Taatu 🌹🌹💟
#yeeron_waa_hunda_jiijira
Jaalala malee Na kabajii
Garuu
Kabajaa malee nan Jaalatin

Jaalalli waan bareedaa dha Garuu Kabajaa hin qabuu taanan bu'a hin qabu

Yo Na jaalateef
👉Namuma Ko kabaji
👉Ilalchaa Ko kabaji
👉 Dandeeti Ko kabaji
👉Karoora koo kabaji
👉Maatiko kabaji
👉Firaa ko kabaji
👉 Hiryaa koo kabaji
👉Ganda Dhaloota Ko kabaji
Wolumaa galaati waan anan wol qabatu waan gaari hunda naaf kabaji akkas gaafa goote dhuga na jaalata kana hin ta'u tanaan Jaalali ke ana biraat fudhatama hin qabu

Amantaho akka hin jenne Ani nama Amantaf kabaja hin qabne irra hin dubadhuu waan taheef Amantan Ko angafa waan hundat✅️♥️

Ergan kun Namota heddudhaf malee dhunfan namaaf dhaama hin jiruu 😊👌
⚠️Mallattoo Munaafiqaa⚠️
………………………………………………
Ergamaan Rabbii [SAW]akkana ja’an;

“Namni Haalli Afur isa kheeysatti arkame,Munaafiqa Qulqulluu(Munaafiqa isa Munaafiqummaan isaa ifa ta'e) san tahee jira; Namni immoo Qooda kana irraa isiin takka biratti arkamte,qodni tokko tan munaafiqummaa isa biratti arkamtee jirti hanga dhiisutti;
1.Yeroo Amaname ni gana(amaanaa san diiga)
2.Yeroo haasawu ni khijiba
3.Yeroo Beellama seene ni diiga
4.Yeroo falmu Haqa irraa daba.


Bukhaarii fii Muslimtu Gabaase.

عن عبد الله بن عمرو بن العاص رضي الله عنهما: أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: ((أربع من كن فيه، كان منافقا خالصا، ومن كانت فيه خصلة منهن، كانت فيه خصلة من نفاق حتى يدعها: إذا اؤتمن خان، وإذا حدث كذب، وإذا عاهد غدر، وإذا خاصم فجر)). متفق عليه.

Of Haa ilaalluu.
Haalawwan kun si biratti ni arkamuu, yoo si bira jiraatte Dafii lakkisi, ykn Mallattoo munaafiqummaa irraa waa qooddatee jirta.
Yoo haalawwan kun sibira jiraachuu baate Haalawwan kana irraa eeggadhu.

Nu hunda Rabbiin kheeysaa duuba kheenya munaafiqummaa irraa nuhaa qulqulleeysu.
Yeroo namni ofii isa wajjin gadii taa'ee waan isaa irra deebiin ilaalu
Boca fii halluu namoota of kessaa qaba argganno.

Namni harka isatti ballise sa'atii tokko keessati isa oolcha.
Dhibbaa biraa irraa gara nama dhukubsuttii akka waan diyaries kee gad lakkiftetti ni arggatta
Kan Namnii tokko lafa kee kessatti biqiltuu dhaabe

Mukti isaas guddatee gaaddisaa fii firi ta'e
Namnii tokko onnee kee keessatti Arshii akka dhaabe ni Barta

Muraasnii qabeenya yaadannoo qaalii siif dhiisanii deemu.

Yeroo hunda naannoo kee ilaaltu Yeroo hunda wanta baareeda biroo kan gadda malee homa sii hin dhisaan

Kanaafidha kan ati fuula darzaana yaadanno kee irraa gaadhiisun kee nama hin dhibu Taayitani darzanaan ni bada akkasumas haaldureen hedduun ni bada

Garuu fuuldura kee fuulota ija kee keessaa hin baanee muraasa.
#yeeron_waa_hunda_jiijira
Jireenyii keessuummaadha
Namoota akka mismaara onnee keessatti qaraman kan lubbuun isaan hin daganne waliin wal nu barsisiti.

Muraasni isaani jaalala ibsamuu oliin walitti nu fidu fageenya isaa osoo hin ilaalin Muraasni isaani jaalala idileetiin jaalanna.
Isaanirra adda bahuu bannus muraasa isaani ni jaalanna isaan waliin jireenya dhbanus.

Muraasni isaanii kan irraa adda baane haala jireenya fii yeroo hunda wal argguf hawwinu isaan keessaa tokko isaanitti mufannee dubbannee xumurre
Muraasni isaanii dhugaan nu jaalatu garuu onneen keenna balbala cufate oso isaan ol hin seenin.

Gariin isaani warra faayidaan isaan dhumatee.
Dhukbbii fii laala jireenya nama keessatti dhiisu osoo hin taane

Jireenya Kee keessatti wanti hin dabarre hin jiru
Jireenya Naamotaa biro keessatti yaadannoo gaarii dhiisuuf yaalii.

Waan facaafate murata waan ta'eef
Jireenyii barumssaa gati qabeessa na barsiftte
Akka hin eegne na barsiftte Eeguun yeroo hunda yaaddodha

Boqonnaan waniti anaaf ta'e akka dhufu mirkaneefadhhera .

isheen na barsiftte akkan hin midhamnne ykn duubatti hin deebine.
Kan na barbaadu ni tura malee namni na tuffatu immoo ni dhiisa..!!

Jireenyii na barsiftte iddoo ko onnee namootaa keessatti akkan hin yaadnee

Haalli koo hojii isaan anaaf jecha isaan anaaf qaban irratti ni muldhata.!!

Warrii jaalatan hin miidhaman jette na barsiftte eenyutu gara jabeessa ta'e hin jaalatu Goyyonni fii Waggonni ni deemu jireenyi Baranoota hin Dagatamne ta'a.

Haalota Adunyaa tanarra Jireenyatu sii barsisaa
Haalota namoota sii barsifti

Akkamitii akka of eggata jiraattu sii barsiftti
Adunyaan mana barumssaa waan hunda keessatti barattudha. sirratti hubadhu of hubadhu jireenya hubadhu Akkamitii akka jiraattu.
#yeeron_waa_hunda_jiijira
Nama Rabbitti amane wanti isa qunnamaa hundi kheyrimaafi.

Yoo nuti garaa qulqulluun isatti amannee; irkannoo teenya isa qofa godhannaan qormaanni inni keessa nu dabarsu hundi gammachuun goolabama.

Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedhan: “Ajaa'iba amrii nama mu'minaa wanni hundi kheeyruma isaaf qabdi, namni sun nama biraa osoo hin taane nama mu'aminaati; hoggaa gammachuun isa qunnamte Rabbi galatoomfata, isumaaf irra caala(Kheyrii tah); yoo rakkoon isa qunnamtes irratti obsee Rabbii isaa galatoomfata khunis isumaaf irra caala(Kheyrii taha)”

عَنْ صُهَيْبٍ، قَالَ قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم ‏ "‏ عَجَبًا لأَمْرِ الْمُؤْمِنِ إِنَّ أَمْرَهُ كُلَّهُ خَيْرٌ وَلَيْسَ ذَاكَ لأَحَدٍ إِلاَّ لِلْمُؤْمِنِ إِنْ أَصَابَتْهُ سَرَّاءُ شَكَرَ فَكَانَ خَيْرًا لَهُ وَإِنْ أَصَابَتْهُ ضَرَّاءُ صَبَرَ فَكَانَ خَيْرًا لَهُ ‏"‏ ‏.‏

Sahih Muslim

Rabbi obsaafi iimaana jabaan onnee teenya nuuf haa sabachiisu.
Haali Jireenya Bifaa kee Jijiruu danda'aa
Garuu Enyumaa kee hin Jijiruu kana hin dagatin

Har'aa Yaroo Jireenyi Akka namni fedhu ta'uu didee faalla ta'uu Biftii kenyaa jijiraame Midhaagin kenyaa dhokachuu danda'aa✅️
Garuu Jireenyi hangam ulfaataa ta'uule Enyumaa kessa kenyaa jiruu Jijiruu hin danda'uu 🌹

Gaafa Gubbaan nama laalitu kan ati barbaadu ta'u dhabuu danda'aa nama kessa nama hubaatuf gubbaan gatii hin qabuu kessatu Bareedinaa dhuga ibsaa waan taheef ♥️✅️
صباح الخير 🌹

‏"الحمدلله الذي أبعدنا عن دُروبٍ لا تليق بنا وسخَّر لنا من الأقدار أجملها."
Badriya Awel official channel
Photo
وَلۡيَعۡفُواْ وَلۡيَصۡفَحُوٓاْۗ أَلَا تُحِبُّونَ أَن يَغۡفِرَ ٱللَّهُ لَكُمۡۗ وَٱللَّهُ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Dhiifama haa godhanu; namaafis irra haa dabranu Sila Rabbiin isiniif araaramuu hin jaallattanuu? Allaahnis araaramaa, rahmata godhaadha.✅️

Dhifamaa woli Gafaachun akasuumaas Dhifamaa wolif gochuun Yaroo hunda ta'uu qaba ha ta'u malee Gafaa Ramadaani dhufuu qalbii nagaan gara Rabbiitti deebine Kheyri ji'aa Ramadaana kana argachuuf Dhifamin dachaan barbaachisa

Social media kana irraat Namoota heddun bakka heddut wol argina beekas utu hin beekins qalbi wol cabsina kanaaf Onnee irraa dhiifama woliif ha goonu

Namni kamiiyyu dogongora dha kanaf dhiifamin jireenya kenyaa Kessa jiraachu qaba Yaroo Hunda

Kanaaf Yaa obboleeyyan islaamaa Hundii kessanu bakkuma jirtanu irra dhiifama wolif godha wolif qulqulluu taha mindaan dhiifama Rabbiin irra waan taheef

Ani namaa kamitu hin mufaane kanan iti baleese heddudha kan nat baleese hin jiruu
Kanaaf Hundaa kessanin dhiifama jechun barbaada

Ramadaana dhufe kana nagan itiin nuhaa ga'uu Amalee genye kenyaa hin beknu nama qalbii Naga soome mindaa argatu Rabbiin nuhaa godhu🤲

Dhiifama Dhiifama Dhiifama Dhifamaa 🌹
Du'aa'ii Soommanaan furan.

•ﺫَﻫَﺐَ ﺍﻟﻈَّﻤَﺄُ ﻭَﺍﺑْﺘَﻠَّﺖْ ﺍﻟْﻌُﺮُﻭﻕُ ﻭَﺛَﺒَﺖَ ﺍﻷَﺟْﺮُ ﺇِﻥْ ﺷَﺎﺀَ ﺍﻟﻠَّﻪُ•

•Zahaba zama'u, wabtallatil-uruuqu wasabatal ajru inshaa Allaah•

Hiikkaan: Dheebuun deemte, hiddi jiidhe, yoo Rabbi ja’e Ajriin (galatnis) sabate.

Eega kadhaa tana kadhanne booda “bismiLlaah” jannee nyaatuu jalqabna.

Share godhi! Sababaa keetiin namni tokko yoo kadhaa tanaan fure Ajrii argatta.
Channel name was changed to «Badriya Awel official channel»
Sahuurii godhaa sahuurii keessa barakaatu
Jiraa jedhan Nabi muhammad Sallallaahu waaAleeyhi waassallam 🤍
Badriya Awel official channel
Video
Aferra Qur'ana Rabbii Hospitala Qalbbi Surah Al ma'arej
2024/09/11 13:56:15
Back to Top
HTML Embed Code: