Telegram Web
Waan qaban jaalatuun albuuda (kuusaa) hin dhumne.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka,
An sirraa fayyuun hin eegamukaa.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka,
Wanni ati jettu hundi jechama weeddutti siif deebisa (jijjiira).! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka,
Osoo. Urjii addunyaa kana irraa fagoo jirtu duuba tarree anaaf ati qofa tanee teennee.! Jecha namaa dadhabnekaa.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Yoo hin beekin na gaafadhh
Yoo sii hin galin na qormaati
Yoo si hin ajaaibin natti hinmi
Garuu cal'isuu kiyyaaf narratti murterssuu hin jalqabin. πŸ–€
@ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Yoo hin beekin na gaafadhu
Yoo sii hin galin na qormaati
Yoo si hin ajaaibin natti himi
Garuu cal'isuu kiyyaaf narratti murterssuu hin jalqabin. πŸ–€
@ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Onnee kee qabattee naannahaa ooltullee jaalalleen akka jaalallee jalqabaa hin argamu.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Forwarded from Bar-ifaa AbaadirπŸ“Ώ
tapha kana ijoollummaa keessatti hiriyyoota tiyya waliin taphadhee jira😍😍 @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Duraan obboleettii hirribaa ture, akka gaafa siin wal baradhee as hirribaan addaan fagaadhe gurzaa baradhe.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Bara barri bifa hin qabnellee anaaf ati akka feene.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Yoowali dhufeenyi isin qabdan jijjiirama siif hin qabaatin ati nama dogongoraa waliin jirta.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Yoowali dhufeenyi isin qabdan jijjiirama siif hin qabaatin ati nama dogongoraa waliin jirta.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
hiriyyaan yeroo hammaataallee si cinaa jiru kan umrii guutuu ta'uu qaba.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Si waliin guyyootaa fii addunyaan tun guutuun na miidhagdi.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Booyuu hin dhiisu gadduu hin dhiisu garuu sababa malee akkanumaani.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Gaafa si waliin jiraadhu hoxxeen xiqqoon teenna akka jannataatti na bal'atti OBSAA kiyya.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Qubeellaa Quba kee irraa aduun (biiftuun) naa baati.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
An hiriyyaa fii jaalallee dhugaati nama fuula tokko qabuuf.! @ifaa_man @ifaa_ifuu @badrka
Onnee koo qofaa miti kan si yaade qaamni koo guutuun akka onnee ta'ee si yaade.! @ifaa_ifuu @ifaa_man @badrka
2025/04/13 21:52:45
Back to Top
HTML Embed Code: