Pirezidaantiin Taanzaaniyaa Joon Maagufuliin du'aan boqatan.
Du'a pirezidaantichaaf sababni dhibee Onneeti jechuun itti aantuun pirezidaantichaa Saamiyaa Suluhu ibsanii jiru.
Joon Maagufuliin nama waggaa 61 yoo ta'an erga Ji'a Gurraandhalaa keessa miidiyaa irratti mul'atanii as miidiyaa irratti deebi'anii hin mullane jedhamee jira.
Namoonni hedduun pirezidaantichi dhukkuba Covid -19 qabamee du'uu hin oolu jechuun shakku. Keessattuu pirezidaantichi dhibee Covid-19 kadhannaan biyya keessaa balleessinee jirra jechuun ibsa miidiyaaleef kennaa turuun ni yaadatama.

Eriitiriyaan loltoonni ishee lafa Itoophiyaa keessa jiraachuu amante.
Mootummaan Itoophiyaa fi Eriitiriyaa yeroo dheeraaf loltoonni Eriitiriyaa Itoophiyaa keessa hin jran jechaa turanis yeroo Amma kana biyyoonni lamaanuu ammananii jiru.
Kanaanis Eriitiriyaan loltoota ishee Itoophiyaa keessaa Akka baastu ifa gootee jirti.
Muummeen ministeera Itoophiyaa Eriitiriyaa daawwachuuf gara biyyattiitti imalanii jiru.
Biyyoonni lamaan dhimma kana Kan amanan erga dhiibbaan Alaa fi Miidiyaalee idil addunyaa cimee booda. Torbaan kana keessa Gamtaan Awurooppaa Eriitiriyaa irratti uggura buusuun ni yaadatama.

Dhiittaa mirgootaan walqabatee dhiibbaan qindoome Chaayinaa muudataa jira.
Dhiittaa miirgootaa Chaayinaan naannoo Uyiguur fi Bulchiinsa Hoongkoong taasistuun Wal qabatee yeroo gara yerootti dhaabbileen mirga namoomaa fi biyyoonni dhihaa ibsa baasaa turuun ni yaadatama.
Guyyoota muraasa duras Gamtaan Awurooppaa Chaayinaa irratti qoqqobbii buusee ture.
Akka gabaasni miidiyaa Jaappaan NHK WORLD mul'isutti sababa dhiittaa miirgootaan Wal qabatee US Ameerikaa, Gamtaan Awurooppaa, Kanaadaa fi Biriiteen irraa dhiibbaan qindoome Chaayinaa muudataa jiraachuu ibsa.
Akka diploomaatiin Jaappaan duraanii tokko jedhutti biyyi takka kophaatti qoqqobbii Chaayinaa irratti buustu dhiibbaa guddaa uumuu dhabuu danda'a jechuun dhiibbaan bifa qindoomina qabuun taasifamu dhiibbaa uumuu danda'aa jechuun dubbatu.
Ministeerri haajaa Alaa Chaayinaa Waang Yii qoqqobbii Gamtaan Awurooppaa Chaayinaa irratti dabarse biyyi isaanii akka hin fudhanne ibsanii turan.

Aaga dhagahaa marsaariitiin haarofti www.daldalaa.com jedhamu dhaloota haarawaan hojjatamee isiniif dhihaatee jira. Daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama. Daldaltoonni galmaahuudhaan meeshaalee fi tajaajila keessan irratti gurgurachuu ni dandeessu. Marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni dandeessu.
Ammuma www.daldalaa.com/register irratti galmaahuudhaan meeshaalee(phone, laptop, tablet, Tv, fashion, car, house etc) irratti beeksifachuu ni dandeessu.

Sagantaan Koloneel Atileet Daraartuu Tulluuf beekamtii kennuu bor, Bitooteessa 19 bara 2013 Finfinnee, Hoteela Iskaay Laayititti ni gaggeeffama.
Atileet Daraartuun ALA bara 1992 Olimpikii Baarseloonaatti gaggeeffameen fageenya meetira kuma 10 Itoophiyaafi Afrikaa bakka bu’uun durbartii meedaaliyaa warqii jalqabaa argamsiifteedha.
Atileet Daraartuu Tulluu yeroo ammaa Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa pirezidaantummaan tajaajilaa jirti.
https://www.tgoop.com/batumedia

Forwarded from Daldalaa.com
Aaga Dhagahaa Daldaltoonni marsaaariitii(website) keenya irratti galmaahuudhaan meeshaalee keessan karaa salphaa ta'een gurgurachuu ni dandeessu. akkasumas namoonni meeshaa akka Laaptooppii, Bilbila, Taableetii, konkolaataa, uffata, meeshaalee manaa fi ijaarsaa karaa salphaa ta'een Daldalaa irraa argachuu ni dandeessu. marsaariitii Daldalaa Daawwadhaa. @daldalaacom @daldalaacom
Qabxiin seensa yuunivarsiitii olaanaan kan bara kanaa 669 ta'uun galmaa'ee jira.
Barattoonni 702 qabxii 600 olii yommuu galmeesisan. Barattoonni parsantiin 55.7 qabxii 350 olii galmeesisuu ministeerri barnootaa beeksisee jira.
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa guyyaa boru ykn har’aa ni ifooma jedhamee eegama.
Barattoonni har’a yookaan guyyaa boruu irraa eegalanii bu’aa qormaata isaanii karaa ergaa gabaabaa 8181 beekuu kan danda’an ta’uu ibsaniiru.
@batumedia

Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoome.
Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2012 guyyaa har'a ifoomeera.
Barattoonnis fuula marsaariitii hawaasaa ejensichaarratti http://result.neaea.gov.et akkasumas ergaa gabaabaa 8181 lakkoofsa adda qormaataa isaanii galchuun firii qoramaata isaanii ilaallachuu ni danda’uu jedhameera. #SHARE

Ministeerri muummee Dr. Abiyy Ahmad guyyaa har'aa 27/07/2013 tti muudama haaraa sadi dabarsanii jiru.
Haaluma kanaan Muhammad Idiriis Daayirektara Olaanaa Abbaa Taayitaa Biroodkaastiingii Itoophiyaa gochuun Yoo muudan, Yoonaatan Tasfaayee Raggaasaa fi Gizaaw Tasfaayee itti aanaa gochuun muudama kennanii jiru.

Mariin dhimma hidha haaromsa guddicha Itoophiyaa biyyoota sadan gidduutti taasifamaa ture addaan cituu ministeerri dhimma Alaa Ijiptii beeksisuu miidiyaaleen biyyattii gabaasaa jiru.
Mariin Suudaan,Ijiptii fi Itoophiyaa gidduutti dursummaa Gamtaa Afriikaatiin Riippaablika Dimookiraatawaa Koongootti taa'ama Akka ture ni yaadatama.
Yaadota hidhichaan Wal qabatan Suudaan fi Ijipti dhiheessan gama Itoophiyaatiin fudhatama dhabuu isaatiin Akka ta'e ibsamaa jira.

Ministeerri Saayinsii fi Barnootaa Olaanoo qabxii darbiinsaa ykn seensa Yuunivarsiitii ifoomse.
Haaluma kanaan:
1. Saayinsii Uumamaa (Natural Science):
• Dhiiraaf qabxii 380
• Dubaraaf qabxii 368
- Qaama miidhamtootaf:
• Dhiiraaf qabxii 350
• Dubaraaf qabxii 345
2. Saayinsii hawaasaa (Social Science):
• Dhiiraaf qabxii 370
• Dubaraaf qabxii 358
- Qaama miidhamtootaf:
• Dhiiraaf qabxii 340
• Dubaraaf qabxii 335
@batumedia
Haaluma kanaan:
1. Saayinsii Uumamaa (Natural Science):
• Dhiiraaf qabxii 380
• Dubaraaf qabxii 368
- Qaama miidhamtootaf:
• Dhiiraaf qabxii 350
• Dubaraaf qabxii 345
2. Saayinsii hawaasaa (Social Science):
• Dhiiraaf qabxii 370
• Dubaraaf qabxii 358
- Qaama miidhamtootaf:
• Dhiiraaf qabxii 340
• Dubaraaf qabxii 335
@batumedia
Muummeen ministeera Suudaan Abdallah Hamdook Ijiptii fi Itoophiyaaf waamicha Wal gahii cufaan taasisuuf dhiheessaniiru.
Abdallah Hamdook waamicha kana Kan taasisan erga mariin dhimma hidha haaromsa guddicha Itoophiyaa yeroo lammaaffaaf bishaan guutuu Koongoo Kinshaasaatti taa'ame waliigaltee malee xumuramee asiidha. Gabaasni Kan Sudan Tribune.
https://www.tgoop.com/batumedia
Abdallah Hamdook waamicha kana Kan taasisan erga mariin dhimma hidha haaromsa guddicha Itoophiyaa yeroo lammaaffaaf bishaan guutuu Koongoo Kinshaasaatti taa'ame waliigaltee malee xumuramee asiidha. Gabaasni Kan Sudan Tribune.
https://www.tgoop.com/batumedia
Suudaan dhaabbata Mootummoota gamtoomaniitti kaawunsilii nageenyaatiif Itoophiyaan walii galteen alatti yeroo lammaaffaaf bishaan akka hin guunne jidduu akka seenuu waamicha dhiheessuun dhagahame.
Kanaan duras biyyattiin dhaabbileen fi biyyoonni lixaa akka jidduu seenuun Wal mariisisan gaafachaa turuun Kan yaadatamu yoo ta'u Itoophiyaan fudhatama dhabsiisuun ni yaadatama.
https://www.tgoop.com/batumedia
Kanaan duras biyyattiin dhaabbileen fi biyyoonni lixaa akka jidduu seenuun Wal mariisisan gaafachaa turuun Kan yaadatamu yoo ta'u Itoophiyaan fudhatama dhabsiisuun ni yaadatama.
https://www.tgoop.com/batumedia
Qabxiin seensa dhaabbilee barnoota olaanoo ifoomeera.
Haaluma kanaan :- Saayinsii Uumamaan Barattoota idileef dhiira 363, dubartootaaf 351 yoo ta’u, Saayinsii hawaasaan barattoota idileef dhiiraf 264, dubartootaaf 254 ta’uu ibsameera.
Akkasumas Saayinsii Ummanaan naannolee Guddinarra jiranii fi Horsiisee Bultootaa Barattoota idileef Dhiira 351, durbaaf 339, Barattoota qaroo dhaggeetti hin qabneef koorniyaa lamaanuu 300, Barattoota dhuunfaan qoramaniif koorniyaa lamaanuu 380 ta’uu eerameera.
Saayinsi hawaasaan naannolee Guddinarra jiranii fi Horsiisee Bultootaa Barattoota idileef dhiiraf 254, dubartootaaf 250, Barattoota qaroo dhaggeettii hin qabneef koorniyaa lamaanuu 250, Qaroo dhabeeyyi koorniyaa lamaanuu 200, kanneen dhuunfan qoraman ammoo koorniyaa lamaaniinuu 280 ta’uu himameera.
Dhaabbilee barnootaa olaanoo dhuunfaa hordofuuf Saayinsii Uumamaan qabxii gadi aanaan 300, Saayinsii hawaasaan qaroo dhabeeyyiirra kan hafe hunduu 250 yoo ta’uu qaroo dhaabiiyyiif koorniyaa lamaanuu 200 ta’uu eerameera.

https://www.tgoop.com/pixelversexyzbot?start=976792444
Let's fight for rewards together!
Take your welcome bonus:
💸 2,000 Coins + 2X multiplier for the first 24 hours
🔥 10,000 Coins + 3X multiplier if you have Telegram Premium

Telegram
PixelTap by Pixelverse
Tap tap tap! Earn Coins and Fight for supply in real time battles ⚔️
Build by @pixelverse_xyz gaming team 👾
Build by @pixelverse_xyz gaming team 👾