Telegram Web
Oduu baayโ€™ee nama gaddisiisu ๐Ÿ˜ญ
Mootummaan amma irraa kaasee tarkanfii hin fudhatu taanaan kun rakkoo guddaa fida.

Har'a ganamaa naannoo sa'aatii 4:00 irratti haleellaan Waldaa Makaana Yesuus Aqaaqii Basaqaa jedhamurra qaqqabe.


Haadholii fi ijoollee dabalatee Amantoota achi jiran irratti reebichaa cimaa geessisaniiru. Akkuma suuraa irratti argaa jirtan taa'umsaa fi meeshaa isaa itti fayyadamanis caccabsuun faayidaan ala godhaniiru. Meeshaawwan elektirooniksii hafe immoo konkolaataatti fe'achuun jalaa fudhataniiru. Namooni 4 miidhamuun Hospitaala Xiruunesh Beejing tti yaalamaa jiru. Nagaa eegsistoonni tokkollee isaaniif dirmachuu hin dandeenye. Baay'ee nama gaddisiisa.
Kitaabni MAAMILOOTA CUBBUU jedhu kun W.W.W. M.Y. Gafarsaa Gujee itti gaafa Caamsaa 21, 2014 A.L.I. Ganama sa'aatii 5:00 irratti eebbifama. Kitaabichi Ijaarsaa W.W.W.M.Y. Gafarsaa Gujeef kan kennamedha. Kanaaf, waldaa kana wal gargaarree ijaaruun eebba mana keenya ijaarrachuu irra waan caaluuf hundinuu affeerraa eebba kitaaba kanaa irratti affeeramtaniittu.

Guyyaa eebba kitaaba kanaa Koonfiraansiin Hafuuraa guddaanis waan jiruuf eebba dachaa dachaa fudhattanii galtuu waan ta'eef irraa hin hafiinaa!

โœ“โœ“ Waan dhuftanii, eebbiftanii, eebbifamtaniif, eebbifamaa!
Yeroon Nutti Qabnu---Amma dha.

"Hojii isa ana ergee guyyaadhaan hojjechuun nuuf in ta'a, yeroo namni tokko illee itti hojjechuu hin dandeenye halkan in dhufa'o" (Yoh 9:โด).

"Yeroon nutti namoota qaqqabuuf qabnu umurii lafa kanarraa qabnu qofa keessatti akka taโ€™e nuuf ibsa innis ammaafi amma qofadha---yeroon nutti namootaaf Oduu gaarii qooduufi qabnu jechuudha.

Dhugumaan iyyuu akkuma Yesuus dubbate yeroon namoota gooftaa hin qabne gara isaa akka dhufan gochuuf hojjechuu qabnu amma umurii lafa kanarra qabnu keessatti---kun hojii Isa guddaa Waldaa Kiristiyaanaati kennameedha---Garuu kan namni amane fayyee kamiyyuu hojjechuu qabudha!

Oduu gaariin nu bira malee biyya lafaa keessa hin jiru---namootaaf Oduu gaarii--sagalee misiraachoo ittiin haa geenyu jedha.

Share godha
โ€œqabeenyi yommuu baay'atu, warri isa nyaatanis in baay'atu; inni hore garuu ija isaatiin ilaaluu malee maal bu'aa qaba?โ€
โ€” Lal. 5:11
Maaliin Of jajjaa?
Dizaayinerri dureettiin beekamtuu addunyaafi barreessituun Crisda _Rodriguez, Dhukkuba kaanseriitiin qabamtee du'uu isheetiin dura qabsiisa ishee irratti akkas jechuun barreessitee turte.
1) Konkolaataawwan qaalii addunyaa kanarra jiru jedhaman keessaa tokko bakka suphiinsaakoo(Garaaaajiikoo) keessa dhaabbatee jira. Amma garuu #Wiilsheriidhaanan socho'a.
2) Manakoo keessa uffataawwaniifi kopheewwan qaqqaalii dizaayineroota fifilatoomaatiin hojjetaman hedduutu jiru. Amma garuu #erbee haphii Hospitaalaa naaf kennamteenin qaamakoo haguuggadhee jira.
3) Akkaawontii Baankii koorraa #qarshii hamma barbaachisuu olittin qaba. Hamma garuu itti fayyadamuu hin danda'u.
4) Mannikoo mana gosa Palace jedhamuuti. Amma ani garuu kutaa xiqqoo hospitaalaa keessaa naaf kennamte kessa Siree xiqqoo tokkorran ciisa.
5) ittii fufa...
โ€œqabeenyi yommuu baay'atu, warri isa nyaatanis in baay'atu; inni hore garuu ija isaatiin ilaaluu malee maal bu'aa qaba?โ€
  โ€” Lal. 5:11
   Maaliin Of jajjaa?


5)  Dubartiin dur Hoteela abbaa Urjii shanii tokkorra gara isa kan biraatti akka feetee deemtee bashannantu, har'a Hospitaalichuma keessaa kutaa #Laaboraatoorii isa tokkorraa gara kutaa Laaboraatoorii isa kan biraatti oliif gadi jooruun dirqama anatti ta'eera.
6) Dur namoonni dhibbootaan lakkaa'aman guyya guyaatti nuuf mallatteessi jedhanii na rakkisu turan.Har'a garuu #Ogeessi(Dr) ana wal'aanu, guyyaa tokkollee naaf mallatteessi jedhee na gaafatee hin beeku.
7) Almaazotaafi warqeewwan qaqaalii ta'an kan an mataakoo ittiin miidhagfadhu gosa torban qaban ture. Amma garuu kana gochuu hin danda'u.Rifeensa hin qabu waanan ta'eef.
๐Ÿ˜Ž  Dur Xiyyaara dhuunfaa kootiitiin qofaakoo addunyaarraa iddoon barbaade  deeman ture.  Amma garuu yeroon socho'uu barbaaduyyuu, #gargaarsi namoota lama dirqama na barbaachisa.
9) Dur guyyaa guyyaan nyaatawwan filataman kan gosa #Biiffee jedhamaniin sooradhan ture. Amma garuu nyaannikoo guyyaatti #qoricha Tabileetti Firee lamaafi coba #Ashaboo xiqqoo kan galgala naaf kennamtuudha.
Qabeenyi kun hundiifi gammachuun durii sun hundi garuu amma na fayyisuu hin dandeenye!
Dhuguma jireenya dhugaa jechuun, Waaqaa wajjin jiraachuufi abboommii isaafis bitamuu jechuudha.
youtube Subscribe www.youtube.com/dandiwangela
facebook Dandi Wangela
#Raaheel_Tafarraa๐Ÿฅฐ
๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ
#Ijaaramaa_deemna

Bishaan kattaa ekeessaa futtaafachiista
Waan hin jirre gara jiraatti waamta
Lafee lafa oonaatti lubbuu ni deebista
Mil'uu kee tokkittiin dachee roommisiista

Eeyyee eeyyee ni amanna
humna waaqa keenyaatti ni amanna(*4)

Ulfina keetiif maaltu hin biitamu
galaanni hin qoora gaarri hin socho'a
yemmuu ati kaatu tulluun raafamee
macci hundinuu gadi gadi jedha

Utuu nu balleessuu barbaadee
dinqii kana hundumaa nutti hin agarsiisu ture
ijaaramaa deemna kakuu keenya dhaala
akka nu barsiise isatu nuuf lola(*2)

Eeyyee eeyyee ni amanna
humna waaqa keenyaatti ni amanna(*4)

Gimbii jabaadha maqaan Waaqayyoo keenyaa
garasaatti baqannee ololol jenna
maqaansaa qulqulluun nuuf ta'eerawoo gaachana
Isumaan of jajna isa dhaadannoon keenya

Eeyyee eeyyee ni amanna
humna waaqa keenyaatti ni amanna(*4)

๐Ÿ‘‰Ani Wangeelatti hin yeella'u
Share๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅ Share
Join๐Ÿ’ฅ๐Ÿ’ฅJoin
Telegram
@dandiwangela
@dandiwangela
@dandiwangela
Channel name was changed to ยซDANDI WANGELAยป
'Waan na bira jiru rukuteen jecha tokko baasa'- Kabaa Fidoo
********
Faarfataa Kabaa Fidoo daaโ€™imummaa isaarraa kaase ni giingaโ€™a.

''Dur haatii koo ergaa yoo na ergattu, dhaqeen balbala namaa reebee, wayita na jalaa banan ergaa himuu dhiisee mana warra kootti deebiโ€™a gala,โ€™โ€™ jedha.
''Ijoollee wajjin yeroo taphannu, of tumee, waan na bira jiru rukuteen jecha tokko baasa'' jedha.

Kabaan giingaโ€™uu isaatiif barsiisaa, poolisii, ogeessa fayyaa fi qonnaa taโ€™uu hin dandeessu jedhamee Yuunvarsitii fi koolleejjiirra ariyatamuu himata.

Source:- BBC
2025/03/03 14:56:30
Back to Top
HTML Embed Code: