Telegram Web
Forwarded from Sano Haji
📓🖌 Dalagaalee kheeyrii wanti Nama jalaa balleeysu akkaan hedduudha. Dubbiin Hojjechuu qofaa miti, Inumaa Dubbiin jabduun Kheeyrii hojjettan wanta isii balleessu irraa eeguudha🌿.
📓🖌 العلامة بن القيم رحمه الله
📜🖌وابل الصيب ٢٠.
Forwarded from Sano Haji
★. Rabbi ﷻ guddisuun TOWHIIDA irraayi. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun TOWHIIDNI isa biratti bakka guddaa qabaata. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun hedduminaan baay'inaan ajajoota Rabbiiﷻ Raawwata. Namni tokko hanguma Rabbi ﷻ guddisuun isaa guddaa ta'uun Rabbi ﷻ Jaalachuun isaatilleen guddaa ta'a.]|*

🎙Sheikh Abdulaziz Al-Rayis Hafizahullah

.
www.tgoop.com/Sano_Haji1
Forwarded from Sano Haji
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Sano Haji
Xiinxalaa dhugaa

     Ni'imaa Tawhiidaa

// \\  Baharri ilmii Sheekhul Islaam Ibnu Teymiyaan rt ni jedhe:

" Akkaataa Aalama duniyaa namni qu'ate tolina lafarratti arkame hunda duuba isaa yoo qorate Rabbi tokkichoomsuu, ibaadaa Isaaf godhuufi ajaja Ergamaa Isaa godhuu akka tahe arga.

Faallaa isaa:
Sharrii, fitnaa, balaa, hoongee, diinaan injifatamuufi waan biraa kan Aalama keeysatti arkamu hunda sababni isaa Ergamaa(saw) faallessuu fi waan Rabbiin achitti gabbaramuutti wal waamuu akka tahe hubata."

      Fatwaa waliigalaarraa
Forwarded from Al-Kawsar
#Ibaadaa
Ibaadaa jechuun: "Waan Rabbiin Gammachiisu Kan Inni Akka Dalagnu Ajaje Hundaa Ofkeessatti Hammata."
Namni Tokko Rabbii Isaa Wanti Gabbaruuf Jaalala Isaa Qaburraa Kan Ka'e, Sodaa Adabbii/Qixaaxa Isaatii (Azaaba) fi Kajeellaa Badhaasa Rabbii (Jannata) Irraa Qaburraahi.
Jaalala, Sodaa fi Kajeellaan; Utubaa Ibaadaa ykn Bu'uura Ibaadaa ykn Humna Dalagaa Dalagutti Nama Kakaaftu Jedhaman.
Forwarded from Al-Kawsar
👆👆Koottaa haa barannu!!🌹❤️
Forwarded from Sano Haji
Nagayaa fi Rahmatni Rabbii Ergamaa Isaa Nabi Muhammad Irra Haa Jiraatu!
.
Follow Us | @Sano_Haji1
Forwarded from Sano Haji
Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah!
.
H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef. Hundaafuu, Halli Barnootni itti kennamu garerratti kan ibsamu ta'a.
.
https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN

ღ" Qalbiileen hedduu garagaggaltee jijijjiiramti. Rabbiin ﷻ qalbiilee teeysan akka haqarratti gad dhaabu sabaata kadhadhaa!. Tolinaa fii istiqaamaa isii kan yeroo muraasaa kanaan hin dagaminaa. Irra hedduun duaaii Rasuulaa ﷺ " Yaa isa qalbiilee garagaggalchitu qalbii tiyya diin keetirra naaf gad dhaabi ||  "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك ""* jechuu turte.

۞  Nagaya bahuu fii Sabaata Rabbi ﷻ kadhadhaa! "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك "

.
Follow us: www.tgoop.com/Sano_Haji1
Forwarded from Sano Haji
Barnoota Kitaabaa Barachuuf carraa kanatti fayyadamaa; Hiriyyoota keessanis itti affeeraa yeroo gabaabatti ni eegalama, In Shaa Allaah!
.
H.B: Dhummarratti certify ni taatu; certificate ni qaba waan ta'eef.
.
https://chat.whatsapp.com/FJt3XQtRKt362np6FEhCxN
Forwarded from Sano Haji
أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.
.
@Sano_Haji1

-Ajrii ykn Galata Guyyaan Jumu'aa qabu:
.
عن أوس بن أوس عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: من غسل واغتسل وغدا وابتكر ودنا من الإمام و لم يلغ كان له بكل خطوة عمل سنة صيامها وقيامها.
.
Rasuulli Sallallaahu aleeyhi wasallam akkana jedhan: "Inni dhiqachiise (maatii isaa), ka dhiqate (ofiifis), kan ganamfate (ganamaan/yeroon masjiida kan dhaqe), kan gorsa ykn khuxbaa dhaqqabate, kan imaamatti dhihaatee taa'e (saffaa jalqabaa argatee taa'e), kan hin haasawin (dubbatin) cufa tarkaanfiitiin ni taati isaaf (jumu'aan) dalagaa waggaa soomana isaatii fi salaata isaa. {Sunan An-Nasa'ii: 1392}
.
Follow Us | @Sano_Haji1
Forwarded from Sano Haji
أكثروا الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم يوم الجمعة وليلة الجمعة.
Rasuula Sallallaahu aleeyhi wasallam irratti salawaata guyyaa jumu'aa fi halkan jumu'aa buusuu baay'isaa!
اللهم صل وسلم على نبينا محمد صلى الله عليه وسلم.
.
@Sano_Haji1
Forwarded from Sano Haji
"(Osoo humaa Iimaanni isaanii hin daballe) warra akka Aanan dhugutti Qur'aana dhuguutu ummata kiyyarraa baha."
Nabi Muhammadﷺ
[Sahiihul-Jaami' 3653]

- Zamana boodaa warra Qur'aana beeku ka itti hin daleyneetu mul'ata. Yeroo Qur'aana dubbisnu hiikaafi Ahkaama qalbisuun, itti dalaguunis barbaachisaadha. Qara'uu qofa osoo hin taane, akka ittiin bulluuf Qur'aanni buufame.

*سيخرُجُ أقوامٌ من أُمَّتِي يَشربُونَ القرآنَ كشُربِهِمْ اللَّبَنَ.*
الراوي : عقبة بن عامر.
2024/09/27 02:09:27
Back to Top
HTML Embed Code: