Warning: Undefined array key 0 in /var/www/tgoop/function.php on line 65

Warning: Trying to access array offset on value of type null in /var/www/tgoop/function.php on line 65
1893 - Telegram Web
Telegram Web
Yoo dhukkubbiin sitti dhagahmte ati lubbuun jirta jachuudha. Garuu miidhamni namaa dhukkubbiin namaa yoo sitti dhagahamte ati dhuguma ILMA NAMAATI!.🖤🖇


@fazakkir12
Du'ai irraa yeroo abdii murachuuf yaaddutti Yaadadhu Rabbiin akkana ja'e waadaa siif seenee jira...
"Bakka isin hin yaadin irraan isiniif dhiheessa!". Nuun ja'e❤️‍🩹🖇



@fazakkir12
اللَّهُــمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَـــا مُحمَّد ﷺ

اللَّهُــمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَـــا مُحمَّد ﷺ

اللَّهُــمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَـــا مُحمَّد ﷺ
JUM'A + RAMADAN 🌙✨️🖇
FAZAKKIR㋛︎
JUM'A + RAMADAN 🌙✨️🖇
Yaa Allaah... Qalbii Sodaa tee hin qabnerraa, Du'ai hin dhagahamerraa, Lubbuu nعma teetti hin gammannerraa, Beekkumsa nama fayyannerra sittin maganfadha yaa Rahmaan!.❤️‍🩹🖇


@fazakkir12
Waan ofii kheetiin hin jaalanne nama biraatin hin miidhin!.🖤🖇


@fazakkir12
FAZAKKIR㋛︎
Yaa Rabbi....❤️‍🩹
Yaa Rabbi...❤️‍🩹
Nuti isaannan du'ai malee humaa qabne sani... tanaaf yaa rabbi warra hoongawee deebi'erra nun taasisin!.❤️‍🩹🖇



@fazakkir12
FAZAKKIR㋛︎
Habiibi Muhammedﷺ❤️🖇 اللَّهُــمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَـــا مُحمَّد ﷺ
Jaalala fii yaadni seensi isaanii ijaanii ja'an. Garuu Habiibin kheenya osoo hin argamin Jaalatamanii osoo ijaan hin arkin isa yaaddaman sani!.❤️‍🩹🖇


اللَّهُــمَّ صَلِّ وَسَـــلِّمْ وَبَارِكْ على نَبِيِّنَـــا مُحمَّد ﷺ



@fazakkir12
Waan Qalbii teenya kheessa jiru hunda baasne dubbachuun ibsachuun nutti ulfaata, Saniifi Rabbiin Imimmaan, booinsa, hirriibaa fii Seeqinsa Laafaa qabbanaawa tahe nuuf uume!.❤️‍🩹🖇



@fazakkir12
Akka carraa tahee Abaaboon Waan xurii/qushaasha irraa biqiluu dandaha, Rakkoo boodaan ballinni akka dhufuuf taa'u nu barsiisuuf jacha!.🥀🖤🖇


@fazakkir12
Ramadaanni kuranan jalqabaa Jarjaraan dabree jira. 🥺 Rabbiin dilii teenya nuuf araarame عbaada teenyaas nurraa haa qeebalu!.❤️‍🩹🖇


@fazakkir12
FAZAKKIR㋛︎
Sabr....❤️‍🩹
Guyyaa tokko moo Du'ain tee haala siif qrebalamtuu taateen lafaa khaate fuul dura kheetitti agaruuf teessa. Ijji teetis sababa gammachuutiin imimmaan gammachuudha dhangalaasuuf teessi Xiqquma Obsi!.❤️‍🩹🖇

Sabr....❤️‍🩹



@fazakkir12
Xiqqumallee taatu amala gaarii yoo nu kheessatti agartan, Bu'aa Nabi Muhammedi!.❤️🖇


۞ اللهم صل وسلم على نبينا وحببينا وشفعنا محمدﷺ💚🤍



@fazakkir12
Akka Roobaa 🌧️ tahi!.

Yeroo dhufuuf kha'e Akka dhufu Akka beeysisutti..
Yeroo dhufes Uumaa rabbi kha fayyadu...
Yeroo deemuus Mallattoo gaarii dhiise kha deemu...
Yeroo badee ammoo kha Yaadamu!.🖤🖇


@fazakkir12
Yeroo takka takka Rabbiin karoora khee hunda si jalaa balleessa!, Sababninis karoorri khee khun booda akka si balleessu waan beekhuuf!.🖤🖇



@fazakkir12
Rabbiin Gammachuu guddoo ati gaddaa fii miidhama khee hunda itti irraanfattu siif haa khannu!.❤️🖇


@fazakkir12
Barreeffama seenaa tokko khanin dubbiserra isiniif qooduu fadheeti insha allaah.


Gurbaa Dardaraa tokkootu intala Dubaraa takka akka baretti itti taohachuuf khabajaa isii irraa fudhuu barbaade maqaa JAALALAtin ittit dhihaate Jaalala khijibaa fakkeessuu fii maqaa jaalalatiin isii khunuunsu jalqabe... Akkuma inni barbaadetti Dubartiin Jaalalaan khufteef!. Yeroo harka isaa galuu isii argu...Gara mana haadhaa fii Abbaa isaatti yaame yeroo inni achitti yaamu san yeroo Matiin isaa mana jirreeti waan tureef intaloon yeroo baayyee erga if duuba daddeebite booda Haya jatteen.

Yeroo guyyaan Beellama isaanii gahettii nama 5 kha isiin hin beeyne kha isaan isii hin beeyne yaame manatti isii eegee jalaqaban... Jidduma tana Haati isaa irra daddeebiin bilbila turte yaalii hedduu booda bilbilli kha'e Abbaa isaa Balaan konkolaata akka irra gaheefii Hospital kham akka jiran fii akka dhufu itti himte... Intaloon sa'a 11 akka dhuftuu fii akka itti taphatani if gammachiisan itti himee biraa deemee.

Hospital dhaqee haala abbaan isaa irra jiru erga bare booda Haati Obboleetti isaa(erga biyya dhufte guyyaa 15 tan gahin) eessa akka jirtu gaafatte... mucaan rifaatuun "si waliin hin turree"?! Ja'e deebisee gaafate... Haatinis "Ati bilbila khaasuu dinnaan akka si yaamtuuf khara manaa erginee" jatteen... mucaan bakka seenuu dhabee khara mana fiige... tahullee garuu Obboleettin isaa dhiigaan laaqaamtee khufte lafarra ciisti!. Saahibban isaa kha inni yaame shananu Tara taraan itti taphatanii biraa deemanii jiran!.💔 Obboleettiin isaa waan dubbattu dhabdee ija ija isaa qofa ciistee laalti!💔

Seenaa tana asumatti dhaabaa...
Obboleettii teetii fii haadha tee kharaa itti siif khunuunsamuu barbaadduun ati Obboleetti namaatii fii haadha namaa kharaa saniin khunuunsi!. Hamtuun ati abbaa feeterra daleeydu fuula biraatin sirrattii fii namoottan ati jaalattun sitti deebi'uuf jiraatti!.🖤🖇



Unknown author ✍️

@fazakkir12
Yeroo jaalalati dhugaa taatetti, dogoggorri miira khee jirjiiruu hin dandahu Sammuun 🧠 aaruu malti Garuu Onneen🫀 yeroo hunda dhiifama gootee jaalatti!.❤️‍🩹🖇



@fazakkir12
Atummaan sitti hin dabrin malee wanni hin dabarre hin jirtu!.🖤🖇


@fazakkir12
2025/05/17 22:01:21
Back to Top
HTML Embed Code: