Telegram Web
# Yaadannoo:
#Gorsa Hayyummaa

Mootummaan Hindii bara 2022/23tti lammiilee Itiyoophiyaa 55f barnoota bilisaan akka kennu beeksise.

Iskoolaarshiippiin Mana Maree Hariiroo Aadaa Hindii (ICCR) irraa kenname: Sagantaa barnoota digirii jalqabaa fi lammaffaa of keessatti qabata.

Carraawwan yunivarsiitiiwwan Hindii keessatti kennaman: Tajaajila barnootaa bilisaa fi tikkeettii xiyyaaraa bilisaan mo'attootaaf ni kenna.

Iyyattoonni umuriin isaanii waggaa 18 hanga 30 gidduutti ta’uu kan qabu yoo ta’u, hanga yunivarsiitii shanitti iyyachuu danda’u.

Yeroon iyyannoo boru Caamsaa 23, 2014 xumurama.

Iyyachuuf hidhaa armaan gadii fayyadamaa:

https://a2ascholarships.iccr.gov.in

https://www.tgoop.com/gadanews
General Physics Freshman Course Last Year #MidTermExam

Qormaata physics waggaa 1ffaa mid term exam.

የወላይታ ሶዶ ዩኒቨርስቲ የአምና ፍሬሽማን ፊዚክስ የሴሚስተር አጋማሽ ፈተና


https://www.tgoop.com/gadanews
https://www.tgoop.com/gadanewshttps://www.tgoop.com/gadanewshttps://www.tgoop.com/gadanewshttps://www.tgoop.com/gadanewshttps://www.tgoop.com/gadanewshttps://www.tgoop.com/gadanews
2025/02/04 12:48:31
Back to Top
HTML Embed Code: