Telegram Web
Hayu Academy Internship |#Carraa_Ispoonsarummaa(Leenjii Bilisaa fi Hojii walcinaa) - Call For Internship(Free training & Job opportunity)

Odeeffannoo Guutuu link kanarraa dubbisaa 👇🏼👇🏼
https://oroict.info/barnoota-adda-addaa/leenjii-fi-gorsa-tqo/hayu-academy-internship-carraa_ispoonsarummaaleenjii-bilisaa-fi-hojii-walcinaa/

Namootni Gaaffii fi Yaada qabdan Garee marii #Telegram keenyaa kana hordofuudhaan yaada/marii/ibsaa... kennuu dandeessu
Telegram: @hayuacademy
HAYU Academy | Dargaggoota Jajjaba Leenjii Akkaadaamii Hayyuu duuba jiran keessaa muraasa:
- Dar. Abdiisaa Bancaa Jarraa(Ogeessa Olaanaa Tekinoolojii Qunnamtiif Odeeffannoo), Hundeessaa OICT Solutions
- Dar. Mariid Tulluu(Ogeessa Olaanaa Diinagdee fi Sirna Gabaa) - Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaatti ammoo ogeessa tarsimoo Waliigalaa (Corporate Strategy)ti
- Dar.Magarsaa Dastaa - Barsiisaa Yuunivarsiitii
- Dub. Nadiinee Vaandar Haar - Ogeettii Gabaa Dijiitaalaa
fi qindeessitoota biroo heddu qabna.

Namootni Gaaffii fi Yaada qabdan Garee marii #Telegram keenyaa kana hordofuudhaan yaada/marii/ibsaa... kennuu dandeessu
Telegram: https://www.tgoop.com/+Bg8RT9XmgWNkNmNk

Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251903439943
Email: [email protected] / [email protected]
Web: www.hayuacademy.com
Facebook: https://www.facebook.com/hayu.academy
#Share godhaa waliif dabarsaa, hiriyyoota keessan dhageechisaa

HORAA BULAA DEEBANAA
AKKAADAAMII HAYYUU!
Asiin koottaa
Hoffoltii Nuuf Godhaa Marii Biraa irratti Deebii keessan qabadhee dhiyaadha.
Marii Mikaa'aa sa'aatii tokkoo ol fudhate taasifneerra
Adeemsuma walfakkaataan Walirraa Barree kan walbarsiifnu taha

Miseensotni HAYU Academy Galatoomaa
Mariin keenya hardhaa Marsariitii Hayyuu irra isiniif kaayama. Namootni hin hirmaatin argachuu danda'u
HAYU ACADEMY - Marii Miseensota Hayu Academy Ogeessa Tekinoolojii Dar.Abdisa Bancha Jara waliin...
****************
Leenjii Hayu Academy irratti, Ogeessi Tekinoolojii Obbo.Abdisa Bancha Jara, Miseensota haaraa Leenjii fudhachuuf Galmaayaniif waliin Marii kallattii taasisan.
Marii kana irratti,
- Maalummaa/Kaayyoo fi Galma Akkaadaamii Haayyuu,
- Barbaachisummaa, Faayidaa, Garee/Turtii fi Qabiyyee Leenjichaa,
- Namootni Leenjii kana xumuran, Imala fuulduraa keessatti maal akka isaan fayyaduu fi kkf irratti ibsa baldhaa erga kennan booda
#Gaaffilee Hirmaattotarraa dhiyaate, kan akka..
- Dhaabbilee hedduu dargaggoota biyya keessaa/alaa irraa mallaqa sassaabee kisaarsaa waan tureeruuf kanaaf furmaata gaafatame dabalatee gaafilee hedduuf deebiin kennameeraa.

Baldhinnaan hubachuuf akka isiniif mijatu Sagantaa Marichaa guutuu Yuutuubii OICT irra isiniif keenne kunoo hordofaa
https://youtu.be/FDH7xRmzT8o

#Hub: Komii yeroon Galmee/kafaltii nutti gabaabbate jedhurraa ka'uudhaan marii miseensota waliin godhamerratti hondoofnee #Galmee Torbaan tokkoof dheeressineerra
Galmaayuuf: https://hayuacademy.com/register/

#Akkasumas, Namootni Kafaltii hin raawwatin Raawwadhaa!

Odeeffannoo dabalataatiif:
Tel: +251903439943
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Email: [email protected] / [email protected]
Web: www.hayuacademy.com
#Yaadachiisa - Galmeen hanga Jimaataa dhufuu qofa. Sambata Ramaddii Garee irratti mariin godhama, Dilbata #Barumsatu eegala

Namootni kafaltii hin raawwanne raawwadhaa

Odeeffannoo dabalataatiif
@hayuacademy hordofaa
Kabajamoo Maatii Akkaadaamii Hayyuu - Galmeen itti fufee jira.

Odeeffannoo dabalataatiif bilbila duraan fayyadamaa jirtan osoo hin taane Bilbila Haaraa Damee Sub-qunnamtii Hayyuu kana fayyadamaa.
Namootni kafaltii raawwattan T.E(Email) keenya asii gadii irratti #Naagahee nuuf erguu hin irraanfatinaa

Tel: +25191 147 0125
Telegram: www.tgoop.com/hayuacademy
Email: [email protected]
Web: www.hayuacademy.com

Horaa Bulaa Deebanaa
Akkaadaamii Hayyuu
Damee Sabqunnamtii
Kabamtoota Maatii Akkaadaamii Hayyuutiif:

Guddinni Teekinoolojii Hawaasa keenyaaf hawwutti jirru keessaa tokko kan tahe #AfaanOromoo gara Dhaabbata Tekinoloojii Guddicha #Google Dabalamuu isaatiif Baga Gammaddan! Baga Gammanne!

Kanumaan walqabatee Qophiin Affeerraafi Gammachuu ibsachuutiif Miidiyaaleen adda addaa affeerraa Dursaa Garee keenyaa fi Qindeessaa Hiikkaa Google Afaan Oromoo kan tahe Abdiisaa Bancaatiif gochaa jiraniif Jecha karoorri torbee kana barumsa eegaluuf jenne Guyyaa muraasaaf dheerateera.

Nammoota Kafaltii raawwatan #Ramaddiin Garee hojjatamaa jira hardharraa eegalee #email keessaniin isiniif ergama.

#Internship namoota calallii dhumaatiif darban Email ergamaa jira.
Namootni #kafaltii hin raawwatin raawwadhaa.

Sagantaa jijijjiirameef Dhiifama Gaafachaa Injifannoo karaa Guddina Afaan Keenyaa argame gareen keenyaan durfamuu isaatiif Gammachuufi Kabaja saba keenyaatiif aarsaan kafallee bu'aa argamsiisuun isaa nu boonseera. Caalmaatti cimnee kan itti fufnu taha.

Telegramaa @hayuacademy
Horaa Bulaa Deebanaa
Akkaadaamii Hayyuu
Mariif: Kaayyoon HAYU Academy Ummata keenya Tekinoolojiidhaan walitti madaksuudha.
Ammatti leenjiin kennuuf deemnu
1) Bu'uura Tekinoolojii
2) Interneetaan Hojii Uummachuudha.

Mee Isin hoo Ummata keenyaaf barbaachisaadha waan taheef Barnoota Dabaluu qabdan jettan nuuf eeraa..

Galatoomaa
@hayuacademy hordofaa

Akkaadaamii Hayyuu
Leenjii Hayu Academy irratti namootni Gaaffii qabaachaa turtan, @fff_media irratti ibsa baldhaa isiniif keenneerra👇🏼👇🏼

https://3fnews.com/hayu-academy
2024/10/05 11:10:51
Back to Top
HTML Embed Code: