Forwarded from Wisdom From Above (Getbot)
ANI SIIF JIRA!!!
โ Hundumti keessan garee ani isiniif jira jedhu kanatti dabalamtanii hojii tola ooltummaa fi dhaloota waan qabaniin gargaaruu irratti hirmaachuuf hayyamamoo akka taatan isinan jajjabeessa!
Galatoomaa!!!
๐๐๐๐
JOIN ALL CHANNEL HERE!
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โ Walmararfanna!
โ Waljaalanna!
โ Waliif jiraanna!

โ๏ธ HOPE PROMOTION - 02
โ WELLCOME โ
Channel kanneen baay'ee barbaachisoo fi jireenya guyyuu keessatti isin gargaaran "OPEN" bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa!
โ OPEN________________โ๏ธ
โ OPEN________________โ๏ธ
โ OPEN________________โ๏ธ
โ OPEN________________โ๏ธ
Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu.
๐๐๐๐
โโโโโโถJOINโโโโโโโ
โโโโโโถJOINโโโโโโโ
โโโโโโถJOINโโโโโโโ
โโโโโโถJOINโโโโโโโ
โโโโโโถJOINโโโโโโโ
๐๐๐
โ Free promoter: Getu Abera yookiin Getpostbot Qunnamaa!

Promotion Channel Telegram baay'ee isin fayyadu kana irratti gadi tuquudhaan โบJOIN โบ godhaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
โโโโโโโโโโโโโโโ
Suuraa kana irratti cuqaasuun gara channelichaatti seenudhaan โบJOIN โบ taasisaa!!! Nu waliin yoo turtan dhugumatti beekumsa gonfattu!

Forwarded from Hiixuu!
ะฯ
โะบฯ
โfฮฑัฮฑฮฑ
Kulkulfataa madaa gubaa
Dhukkubsataa fira xiiqii
Dhimma keefuu na dhukkuba
Kan madaa'e bar si miti
Faana kee natu dhaha
Gaaddidduu kee firomfatee
Gungummii kees ni dhagaha
Dhageettiin koo si qeenfatee
Achi fagoo argamakee
As dhiyeesse of biratti
Nan dubbisa an miira kee
Kan mulโatu halaalatti
โ @milkiifenet
@hii_xuu
Kulkulfataa madaa gubaa
Dhukkubsataa fira xiiqii
Dhimma keefuu na dhukkuba
Kan madaa'e bar si miti
Faana kee natu dhaha
Gaaddidduu kee firomfatee
Gungummii kees ni dhagaha
Dhageettiin koo si qeenfatee
Achi fagoo argamakee
As dhiyeesse of biratti
Nan dubbisa an miira kee
Kan mulโatu halaalatti
โ @milkiifenet
@hii_xuu
Forwarded from Hiixuu!
Si Yaadeera!
Qaroo kiyya fageesseen,
Kan qalbiif ilaalcha
Si arguuf ifaajeen,
Bahem si barbaacha
Fagootti si argeen
Gaaddidduu kee faana dhaha
Hiidhaa yaadaa darbeen
Bakka jirtu gaha
Si yaadeera koottu
Hin turiin barfattee
Qalbiin si'iif joortuu
Si arguuf jarjarte
โ @milkiifenet
@hii_xuu
Qaroo kiyya fageesseen,
Kan qalbiif ilaalcha
Si arguuf ifaajeen,
Bahem si barbaacha
Fagootti si argeen
Gaaddidduu kee faana dhaha
Hiidhaa yaadaa darbeen
Bakka jirtu gaha
Si yaadeera koottu
Hin turiin barfattee
Qalbiin si'iif joortuu
Si arguuf jarjarte
โ @milkiifenet
@hii_xuu
Hin barbaadin!
Anaa ifaaju ni hubattaaf
Kan kaleessa ni yaadattaaf
Godoo jigeen kophaa dhaaba
Si'iif sitti kuni tapha
Waan argitu ofii se'aa
Yabala keen gama ce'aa
Ati silaa hin yaadattu
Akka qalbiin siyyaafattu
Boru bari; barri darbee
Siif mul'atee ifajuun koo
Suuqa sanaa ana dhabdee
Hin barbaadin gaddiidduu koo
โ @milkiimagarsaa
@hii_xuu
Anaa ifaaju ni hubattaaf
Kan kaleessa ni yaadattaaf
Godoo jigeen kophaa dhaaba
Si'iif sitti kuni tapha
Waan argitu ofii se'aa
Yabala keen gama ce'aa
Ati silaa hin yaadattu
Akka qalbiin siyyaafattu
Boru bari; barri darbee
Siif mul'atee ifajuun koo
Suuqa sanaa ana dhabdee
Hin barbaadin gaddiidduu koo
โ @milkiimagarsaa
@hii_xuu
Beekaa? hin beeku waanin yakke
Kan ayyaanni kee narraa sokke
Si qorannaan koo si hubachuuf
Iyyafannoon koo si argachuuf,
......Garuu......!
Garuu hin taane nat-fakkaate
Edaa kee faanni, dur fagaate
Natu coraa bade of yaaddeessa
Qabsiisa kee dhameen, of bobeessa
Akka waan jirtu at na bira
Miira hin argamneen of uggura
Argama kee dhiyeeffadhee
Callisuu kees dhaggeeffadhee
Akka jirreetti harโa ga'e
Kiyya golli ona taโe
An hin yaalle si dagachuu
Kudhaama kee kute gatee
Waadaa ormaa sobee baachuu
Lubbuu kiyyat siif kakate
Kun yoom ife sitti halkanii
Agartuun kee fageessanii
Akkan ta'uuf akkan jiru
Waan garaa koo hin argani
Har'as beekaa? Lakki hinbarre
Fulleeffadhees hin agarre
Yoo dhageesse koo sagalee
Barun fedha an har'allee!
โ @milkiimagarsaa
@hii_xuu
Forwarded from Wisdom From Above (Getbot)
๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐๐๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ
โ๐ ๐ก๐ ๐ก๐ฃ๐ ๐๐ - 02
โโโโฆโโโฆโโโโโโโ โโโโโโโฃโโโโโฏโฐโ โโโโโโโฃโโฃโโฃโฐโฏโ โโโโฉโโโฉโโฉโโฉโโ~
๐ค ๐ก๐บ๐๐บ ๐ญ๐บ๐๐บ๐บ๐ ๐ฃ๐๐๐ฟ๐๐บ๐:
แดแดแดาแดแดแด แดสแดษดษดแดส แดแดสแดษขสแดแด แดสแดแดแดษด ษขแดแด ษชแดแดษช แด สษชสแดแดแดแดษด สแดษดแด แดแดแดแด าษชสแดษดษดแดแด แดแดแดssแดษด ษขแดแด สแดแด สแดแด!
๐๐๐
โ sแดษขแดษดแดแดแดสแดแด สแดsสแดษดษดแดษดsษชษชsแดแด
โ วซแดแดสษชษช าษช สแดสsษชษชsแด แด ษชษดวซษชsษชษชsแดแด
โ แดสษขแดแด ษขแดสสแดแด ษขแดสสแดแด
โ สแดแดสแด แดสแดแด แดษชสแดแดแด'ษชษดแดแด
โ แดกแดสแดสแดแด าษช แดแดสแดษชษช
โ แด แดสสษชษช สแดสสแดแดแดแดแด ๐ฃ๐ฆ ๐จ๐๐ซ๐ซ๐ข๐ข๐ซ ๐๐ฆ๐ฏ๐ฌ๐ฌ ๐ฎ๐๐๐๐ซ๐ซ๐ข๐ข ๐ฆ๐ฐ๐ฆ๐ซ ๐ข๐ข๐ค๐๐ ๐ง๐ฆ๐ฏ๐ฏ๐!
๐๐ฒ๐ซ๐ฌ๐ฌ ๐๐ช๐ช๐ฒ๐ช๐ ๐ง๐ฌ๐ฆ๐ซ ๐ค๐ฌ๐ก๐ฅ๐๐ก๐ฅ๐๐!
โโโโ โโโโ
โโโโโโโโโโโฆโ
โโโโโโโ โฃโโโโ
โโฃโโโฌโโโโโโโ
โโโโโโโโโโฉโโ
๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฃ๐ฅ๐ข๐ ๐ข๐ง๐๐ข๐ก
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ/๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
Promoter: ๐พ๐๐ฅ๐ฆ ๐ธ๐๐๐ฃ๐ or ๐พ๐๐ฅ๐ก๐ ๐ค๐ฅ๐๐ ๐ฅ

ANAA DHUFU! Channel Gorsaa fi Barsiisaa kana namoonni hin qabne jirtuu?
WE ARE HERE
โฒ to love!
โฒ to serve!
โฒ to inspire!
โฒ to support!
โฒ to live truth!
JOIN โโโ Share
Our Service
โ Ani siif jira!
โ Ati naaf jirta!
โ Walmararfanna!
โ Waljaalanna!
โ Waliif jiraanna!
๐
ยซJOIN ALL CHANNELยป
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฃ๐ฅ๐ข๐ ๐ข๐ง๐๐ข๐ก
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ/๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
Getu Abera or Getpostbot
WE ARE HERE
โฒ to love!
โฒ to serve!
โฒ to inspire!
โฒ to support!
โฒ to live truth!
JOIN โโโ Share
Our Service
โ Ani siif jira!
โ Ati naaf jirta!
โ Walmararfanna!
โ Waljaalanna!
โ Waliif jiraanna!
๐
ยซJOIN ALL CHANNELยป
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฃ๐ฅ๐ข๐ ๐ข๐ง๐๐ข๐ก
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ/๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
Getu Abera or Getpostbot
Forwarded from Wisdom From Above (Getbot)
SHALOOM ๐
Gallery miidhagaa isiniif hojjenna jedhaa jira! Photo wallpaper keessaan isiniif bareechuu nu biraa argattu! Ammuma nutti dabalamaa! Join tuquudhaan Maatii keenya ta'aa!!!
ยซJOIN ALL CHANNELยป
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โบJOIN โบ
โ Free Wallpaper argadhaa!
โ Itti Gammadaa!
๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฃ๐ฅ๐ข๐ ๐ข๐ง๐๐ข๐ก
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ/๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
@Getu_Abera
@Getpostbot

๐ >5K Subscribers channels - Wave promodhaaf namni Galmeessifachuu barbaadu yoo jiraate utuu Folder hin guutin ammuma na dubbisuu dandeessu!
๐ @Gech_Ab irratti na dubbisuu dandeessu!
HOPE PROMOTION
Advertising Telegram
Channels/Groups
@Hope_Promo
@Getpostbot
๐ @Gech_Ab irratti na dubbisuu dandeessu!
HOPE PROMOTION
Advertising Telegram
Channels/Groups
@Hope_Promo
@Getpostbot
Tuuta danuu keessa
An qofti koโeettii
Jamaa fuldura hiriruu
An hafe booddeetti
Anatu jedhee ofitti gungumaa
Warri si dursan, si dursuu dhuguma?
Moo.....?
Karaa isa keerra
Talbaan dhangala'ee
Mucuccee jilbaatiif
Sababa siif taโe?
Tarii......!
Anatu filannoo badee
Mucucatti dhaqaa?
Silaa......!
Isan shan filadheen
Shan deebisee haqaa
Jedhee....ofuma of morma
Lamatti of qoodee,
Mirgaan of sossobaa
Bitaan ofiin hoodee...
Ergan tuuta danuu keessa
Kophaatti of baasee
Waraqaa filannoo
Bakkatti dachaasee,
Harkisa, jaalalaan
Ofii na filatee
Ulaagaa maleessaan
Ilmoo na godhate
Ilmoo ta'een of arge
Ilmo dhaala danuu
Sichi aajaa darbeef
Of hin waamu anuu!
โ๏ธ @milkiifenet
@hii_xuu
An qofti koโeettii
Jamaa fuldura hiriruu
An hafe booddeetti
Anatu jedhee ofitti gungumaa
Warri si dursan, si dursuu dhuguma?
Moo.....?
Karaa isa keerra
Talbaan dhangala'ee
Mucuccee jilbaatiif
Sababa siif taโe?
Tarii......!
Anatu filannoo badee
Mucucatti dhaqaa?
Silaa......!
Isan shan filadheen
Shan deebisee haqaa
Jedhee....ofuma of morma
Lamatti of qoodee,
Mirgaan of sossobaa
Bitaan ofiin hoodee...
Ergan tuuta danuu keessa
Kophaatti of baasee
Waraqaa filannoo
Bakkatti dachaasee,
Harkisa, jaalalaan
Ofii na filatee
Ulaagaa maleessaan
Ilmoo na godhate
Ilmoo ta'een of arge
Ilmo dhaala danuu
Sichi aajaa darbeef
Of hin waamu anuu!
โ๏ธ @milkiifenet
@hii_xuu
Forwarded from Barruu Harmee (Moonenus Kennesaa Warra Maccaa)
Barruu Harmee J15ffaa.pdf
939.8 KB
Barruu Harmee Jildii 15ffaan maxxanfameera; itti dhiyaadhaa!
Dubbisa Gaarii๐
Dubbisa Gaarii๐