Telegram Web
Forwarded from Fursaan Media (Fares Muhamed)
#KHUZ_AQIIDATAKA (AQIIDAA TEE FUDHU)
#خذ_عقيدتك


Gaafii 2:- Ibaadaa (Gabbartii) jechuun Maali ??
Deebii 2:- Ibaadaa jechuun maqaa walitti qabduu taate hunda waan rabbiin jaalatuu Dalagaafii gocha irraa Akka Rabbiin kadhachuu, akka Salaataa, akka rabbiif jecha wareega godhuu fi kkf

Ragaan jecha rabbii ol aaneeti:-

⊙ قل إن صلاتى ونسكى ومحياي ومماتى لله رب العالمين ⊙
" Jedhi yaa ergamaa kiyya Salaanni kiyya, Wareegni kiyya, Jiruun tiyya, Duuti tiyya, mootii aalamaatiifi ka tahe "
[ Suuraa An'aam Keyyata 162 ]

Ergamaan rabbii akkana jedhe (SAW)

« وما تقرب إلي عبدى بشيء احب إلي مما افترضته »
[حديث قدسي رواه البخاري]

" Gabrichi kiyya waahiin natti hin dhihaatu, wanni sunuu gama kiyyatti irra jaalatamaa ka tahe, waan ani isa irratti dirqama godhe irra "
[Hadiisa Qudsii Bukhaarituu gabaase]

Gaaffii 3:- Rabbiin Akkamitti gabbarra ?
Deebii 3:- Akka rabbii fii Rasuulli nu ajajanitti gabbarra.

Ragaan jecha rabbii ol'aaneeti:-

⊙ يأيها الذين آمنوا أطيع الله وأطيع الرسول ولا تبطلوا أعمالكم ⊙

" Yaa warra amantan, Rabbiin tole jedhaa, Ergamaa isaallee tole jedhaa, dalagaa teessan hin balleessinaa "
[Suuraa Muhammad Keyyata 33]

Ergamaan rabbii (SAW) akkana jedhe:-
« من عمل عملا ليس عليه امرنا فهوا رد » (أي: غير مقبول)
[رواه مسلم]
" Namni dalagaa takka dalage, tan ajajni keenna itti hin jirre isarratti deebifamtuu dha " (Isarraa hin qeebalamtu)
[Muslimtuu gabaase]

Gaaffii 4:- Sila Rabbiin haala isa kajeelluufii isa sodaannuun gabbarraa ??
Deebii 4:- Kuutaa itti aanu keessatti nu eegaa

#Kan_Afaan_Oromootti_hiike
Barataa @Faresmuhamed

#Share waliif godhaa
Chaaynaalii keenna ittis wal affeeraa @Fursaan_Media

@Fursaan_media

https://www.tgoop.com/Fursaan_Media
Forwarded from Fursaan Media (Fares Muhamed)
Innaa lillaahi wa innaa ileeyhi raaji'uun

#ODUU_Gaddaa
#Yaman
#Baqattoota_Oromoo

Baqattoota oromoo mana hidhaa yaman keessa jiran nama 450 keessaa nama muraasa malee bombii irratti darbameen hunduu bakka takkatti dhuman.

Teenna tuni maaluma yaa allaah


@Fursaan_Media
@fursaan_Media
Forwarded from Mɮʀɨɢɦt 🎧 (ɮʀɨɢɦt World🎧) via @like
Jumma Mubarek [Mubarek😜😍
@Mubarekbright3
Baatii Ramadaanaatiif #Guyyaa_31 qofatuu hafe.
🌙 🌙 🌙 🌙 🌙

#YADACHIISA
Warri sooma waggaa dabree sababa garagaraatiin hin soomin kan amma soomuu dandeettan guyyaa isin irra jiru ofirraa soomaa qadaa kafalaa.

◀️ قال الله تعالى: (( وَمَنْ كَانَ مَرِيضًا أَوْ عَلَى سَفَرٍ فَعِدَّةٌ مِنْ أَيَّامٍ أُخَرَ ))

Rabbiin ittiin nu haa gahu.
@Fursaan_Media
http://www.tgoop.com/ibadurehman5
Forwarded from Fares Muhammed (Fares Muhamed)
#Heeloo jachuun maal akka jachuu taate ni baytanii ?
Dhiiroo Heeloon tun eenyu ?

Heeloon jacha ittiin nagaya wal gaafatan osoo hin tahin maqaa namaati.
Maqaa Namittii Maargriit Heeloo ja'amtuuti. Isiin tun jaalallee qaallicha bilbila yaroo jalqabaatif tolchee Girhaam Beliiti.

Eega bilbila tolchee fixe booda jachaa yaalii #Heeloo jachuun maqaa jaalallee isaa yaame.

Kanaafu Heeloo jachuu dhiisaati hoggaa bilbila kaastan maqaa jaalallee teessanii. 😜😜😜 dhiifama (maqaa jaartii jachuu kiyya ) teessanii yaamaa osoon isiniin ja'e maal naan jattan ⁉️⁉️
Forwarded from Fares Muhammed (Fares Muhamed)
IMAAMA MASJIDAA fii BULCHAA GANDAA

Masjida duratti harreen duutee imaamni masjidaa bulchaa gandaatti " Harree tana nurraa kaasaa " jechuun bilbilee itti hime.

Bulchaa Gandaa : " Duuba dhiqanii awwaalun dalagaa teessanii mii !? " jachuun imaamtichatti qoose.

Imaamnis : " Ee bar keefannee awwaaluun durattj maatii baysisuu waanuma dirqama qabnuuf si baysise. " jachuun dhakaa afaan kaahef. 😂

😆😆😀😀
©Maya Usmaan
Har'i jum'aa dha rasuula irratti salawaata buusuu hin dagatinaa

قال اللّه تعالى ۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّواعَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝ [الأحزاب : ٥٦]


Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhan
«Irraa caalaan guyyoota keessanii guyyaa jum'aatii, Guyyaa jum'aa jeessa salawaata narratti buusuu heddemmeessaa»
Abu Dawuddu gabaase


Allaahumma salli wa sallim alaa sayyidinaa Muhammad wa alaa aalihii wa sahbihii ajma'iin

Guyyaa Jum'aa gaarii isiniif haa ta'u

@Faresmuhamed
@Fursaan_Media
🌹🌸🌸🌹🌸🌸🌹🌸🌸🌹
T.me/ibadurehman5
Forwarded from AL-RISALA HUMANITY CENTER (🅾️🅱️S🅰️)
Al-Risala Humanity centere

RAMADAN MUBARAK
اللهم بلغنا شهر رمضان المبارك.
Sagantaa Gabaabduu Bashannansiisoo fii Dhaamsa babbareedaa qabu Dilbata Guyyaa borii sa'aatii 10:00 irraa eegale Markaza Al-Risala Humanity centre n qophaahe irratti Hundi keessanuu Affareemtanii jirtu

Dhufaa Irraa fayyadamaan Dhaamsa Markazichaati .


@Alrisala1
@Alrisala1
Forwarded from ABU WALAD MEDIA
Daqiqa Murasa Boda nu eeggadha
Simannaa Ramadana Kuta 1ffaa #Shek Abdusalam Xahir
@Abu_WaladMedia
#DHALOOTA_HEGEREEF
2025/02/25 21:46:53
Back to Top
HTML Embed Code: