Leencaa fi Waraabessatu guyyaa tokko walargani. Leenci, Waraabessaan maal ati hamma kana geessee hanga yoomiitti du’aa nyaatta? Jedheeni. Humnaa fi dandeettii akkasii utuu qabduu fayyaa qabattee nyaachuu dhiiftee du’aa nyaattaa jedheenii lole. Kana irratti Waraabessis dhugumayyuu ani maaliifan akkas hin godhuu jedhee “Ani har’aa kaasee lammata du’aa hin nyaadhu. Anis si wajjin adeemeen fayyaa qabadhee nyaadha” jedhee waadaa galeef. Kanumaan haasaa isaanii xumuranii...
Seenaa kanarraa waan danuu barattu. Seenaa kana itti fuftanii dubbisuuf link kana cuqaasaa. https://ifargantech.com/nama-borii-tauuf-kaadhimamuu/

Maanguddoo siree dhukkubsattoonni irra ciisanirra ciisee yaalamaa jiru tokkotu, Dookteera isaatiin, “Hin yaadda’iin; du’uuf jechaa akkan jiru beeka. Rifeensakoo ilaali; addaataniiru. Bubbuqqaa'aniirus. Gogaan qaama kootii, shuntuureera. Bareedinni akka daraaraa keellootti nagateera. Dargaggummaan nigodaane. Umuriidhaan lafa guureera. Qoodan lafa kanarraa qabu goolabuuttin jira. Ati garuu yeroo kanatti bifa, humna, yeroofi umurii qabda. Baran jiraadhe keessatti jireenyarraa waan baay’ee baradheera. Waanan jireenyarraa baradhe keeessaan, waan sifayyadu sitti hima. Yeroo umuriinkoo waggaa 10noota keessa ture...
Seenaa kanarraa waan danuu hubattu. Barruu kana itti fuftanii dubbisuuf link kana cuqaasaa. https://ifargantech.com/qarqara-duaarratti-gaabbii/

Asoosama Hiriyaa - Kitaaba Jaallatamaa kana dubbisaa. Link https://ifargantech.com/hiriyaa-asoosama/
👍1
Adolf Hitler dhalataa Oostriyaa fi lammii Jaarmaanii kan ta’ee fi polotikaa irratti nama bal'inaan beekkamu dha. Partii NAZI hoogganuun akkasumas ajjeechaa cimaa warroota ayhuudii irrattii geessiseen beekkama. Yeroo sanatti warroota ayhuudii miilyoona jaha ajjeesiseera. Sababa kanarraan kan ka’e xiqqaa qabee hanga guddaa addunyaan guutuun keessattuu warroonni ayhuudii maqaa isaa yoo dhagahan onneen isaanii akka nama maaraatoonii fiigetti dhahata. Namni kun jinni ykn seexanaa miti. Hitler nama lammii Jarmanii ejjannoo fudhateef duubatti hin deebine dha. Anas seenaa namicha kana barreessuuf kan na kakaasee... Seenaa nama kanaa guutummaatti dubbisuuf Link kana cuqaasaa. https://ifargantech.com/adolf-hitler-%e1%8a%a0%e1%8b%b6%e1%88%8d%e1%8d%8d-%e1%88%85%e1%89%b5%e1%88%8c%e1%88%ad/
Weebsaayitii keenya, kan dhaabbata Ifargan Technologies seenaa daawwadhaa. Link isaa kunooti. https://ifargantech.com
1. Saxaxa qola kitaabaa yoo hojjechiisuu barbaaddan filannoo keessan nu taasifadhaa. Saxaxni qola kitaabaa nuti hojjennu kan halluun itti hin hedduummanne, halluuwwan Premium kan fayyadamnu, size fi quality maxxansaaf mijatuun bareechinee hojjenna.
Link: https://ifargantech.com/book-cover
Projects: https://ifargantech.com/projects
2. Weebsaayitii miidhagaa ta'e, sadarkaa Portifolio nama dhuunfaarraa kaasee hamma siistema dhaabbilee gurguddaatti ni dalagna, hojii ni eegalchiifna, tajaajila suphaa hamma ji'a jahaatti ni kennina. Weebsaayitii Biloogiif ta'us ni hojjenna.
Link: https://ifargantech.com/website-development

Hojiiwwan armaan olii qabdu taanaan filannoo keessan nu taasifadhaa. Hojii Boonsaa isiniif hojjenna!
Our Projects: https://ifargantech.com/projects
Ifargan Technologies
https://ifargantech.com
Powered by: Ifargan Gudeta Eticha

👍2
Maalif Gaa'elatti Seenta?
Bilchina hamma feete qabaadhu, umrii kamirras jiraadhu, gaa'ela hin dhaabbanne taanaan mata dureen yeroo hundaa mata si dhukkubsu isa. Haa ta'u malee karaa kamiinuu gaa'ela dogoggoraa hundeessuun bu'aa isaarra miidhaa isaatu caala. Barruu haala gaariin Ogeessaan qophoofte kana karaalee gaa'ela dogoggoraa fi sirrii nu barsiisan qindeessee bifa biloogiitiin maxxanseen jira. Yoo seentee dubbifte waan danuu irraa hubatta. Link isaa 👇👇
https://ifargantech.com/maalif-gaaelatti-seenta/

Arrabni haadha manaa Soqraaxis akka baala gurgubbee (saammaa) kan nama gubaa turedha jedhama. Dubartii hamtuu waa obsuu hidadeeyeefi dubartii "bishaantu qallate" jettee manatti abidda qabsiisuu geessu turtedha jedha seenaan ishee. Hanga daangaa darbuttis dubartii obsa Soqraaxis qoraa turtedha jedhamti.
Fakkeenyaaf, ganama ganama hoggayyuu mana keessaa ariitee, ala aduu keessa taa'i jettin.
Soqraaxis, abbaan manaa ishee sun deebi'ee mana oli seenuu kan danda'u wayita iji aduu dayeessa duubaan dhokattu ture.
Kan nama dinqu garuu, haati manaa isaa hagam jireenya isaatti gidiraa taatu illee, Soqraaxis nama alagaa biratti haadha manaa isaa ilaalchisee hamaa ishee hindubbatu ture jedhama. Gaarummaafi cimina isheetiin faarsaanii ture jedhu.
Inumaayyuu, akka inni falaasamatti qaroomuf qorumsi isheen irraan ga'aa turte daandii ogummaa (wisdom) akka tahefitti tibba tokko dhugaa bahee akka ture odeeffama.
Guyyaa tokko immoo akkas tahe:
Soqraaxis taa'ee utuu barattoota isaa wajjin mari'atuu haati manaa isaa kun dhuftee itti dutte
/oriite. Dheekamtee hindhiisine. Bishaan gamboo guutuu mataa irratti gombiste. Soqraaxis gochaa isheetti hin'aarre. Hingaddines. Suutuma fuula isaa qoorfatee, "bakakkaa duubaan roobni akka dhufuu malu tilmaamuun laafaadha," jedhee callise.
Seenaan haadha manaa Soqraaxis garuu utuu hin'eegamiin akka tasaatti goolabame. Akkuma barte guyyaa biroo tokkottis Soqraaxisitti geerarte. Soqraaxis akkuma guyyaa kaan godhu jalaa callise.
Itti hindheekkamne. Deebiis hinkenninef. Akkuma dhagaa callisee yaada sammuu isaa alanfata ture. Calleensi isaa caalaatti nagaa ishee dhowwate. Nifiniinte. Nigubatte. Aarii irraa kan ka'e dhiigni sammuu ishee kore. Tasatti onneen ishee dhaabatte. Jireenyi ishee dachee irraa goolabame. Ni'obbaafatte. Niduute.
Kanumaan, maqaan haadha manaa Soqraaxis duumeessa seenaa wajjin godaane.
▬▬▬
Seenaan kun seenaa waldiddaa (conflict) miti, qalbifadhu.
▬▬▬
Ayyaantummaan calleensa keessattillee lafa qabachuu akka danda'u nu'akeeka.
Barsiisoonni jajjaboonis, latoo/jireenya ulfaataa tahe keessa hulluuqanii bakka guddaa maqaa isaan waamsisu kan gahan tahuu isaanii hubatta.

👍5❤1