YAADANNOO IJOOLLUMMAA - KUTAA 1FFAA
--------------------------------------------------————------
Yeroo ijoollummaa keenyaa yeroo huccuun haaraan nuuf bitamu baay'ee gammadna. Yeroon itti huccuun haaraan nuuf bitame sun nutti kennamu yoo guyyaa yookaan ganama ta'e yeroosuma uffannee ala bahuun hiriyootaa fi ollaatti agarsiifanna. Yoo yeroon isaa galgala ta'emmoo uffannee ilaallannee osuu gammachuu isaa hin fixatiin, "egaa boru uffattaa baafadhu" nuun jedhama. Haa ta'u malee baafannullee namatti hin amannu. Peestaalaan hidhannee of jala bulfanna. Ala baanee hiriyoota keenyatti agarsiifachuufis bari'emoo hin bariine jennee qaawwaan ala eegaa bulla. Carraan hirribaan qabamuu illee dhiphaadha. Sababa kanaaf halkanichillee nutti dheerachuu danda'a.
Karaa qaawwaa ifti xiqqoonshii mul'annaan daddafnee kaanee huccuu haaraa keenya uffannee ala baana, yoo haalaan hin bariine ta'emmoo maatii dhokannee manuma keessa bakka tokko teenya. Yeroo yaasaan bushaayee gahu dursinee balbala banachuun gadi baanee namoota naannootti argamuu malan hunda dura deemnee huccuu keenya agarsiifanna. Yoo ijoolleen ollaa fi hiriyoonni keenya gadi hin baane ta'e mana isaanii dhaqnee waamnee hirribaa kaasuun itti agarsiifanna. Yoo namoonni dursanii nurratti arguu baatan, "Eelaa... uffatan bitadhee... narraa bareedaa" jennee itti mul'ifanna.
Hiriyoonnii fi namoonni ollaa martuu, "si dhiisee haa dhumu" nuun jechuun dirqama. "si dhiisee haa dhumu" nuun jechuu baannaan huccuu haaraa bitachuu kootti inaafeera/inaafteetti jennee akka diinaatti fudhanna. Gallee maatii keenyattillee himanna. "Ebaluun huccuu koo argee/argitee si dhiisee haa dhumu naan hin jenne" jennaan. Haaloo guddaadha jechuudha. Amma ijoolleen ollaa huccuu keenya hawwanii gororanitti itti of jajna.
Ijoolleen ollaas dhiyeenyatti huccuu haaraa hin bitanne taanaan galanii boowuun maatii isaanii rakkisu. "Ebaluuf huccuun haaraan bitameera, anaafoo naaf hin bittanii?" jechuun maatii dararu. Nus gaafa dabaree keenyaa akkasuma goona jechuudha. Dabareen wal dharraasifanna.
Erga saatii murtaayeef ijoollee ollaatti agarsiifannee booda, "egaa baasii lafa kaa'i, guyyaa ayyaanaa uffatta, yeroo mana barumsaa deemtu uffattaa, guyyaa church deemtu uffattaa" jedhamnee akka ofirraa baafnu ajajamna. Amma huccuchi moofa'utti garuu halkan halkan garaa keenya jala bulfanna. Waanti kun martuu immoo huccuu yookaan kophee ta'uu danda'a.
Kutaa 2ffaan itti fufa!
Isin birawoo maaltu jira? Yaadannoo akkasii qabduu? Comment jalatti nuuf qoodaa!
Ana Ifargan Guddataa Itichaa dha.
Mudde 06, 2014 | Haramayaa irraa!

HIRIYAA.pdf
614.8 KB
Kitaaba Asoosamaa
Maqaa: Hiriyaa
Fuula: 62 in A5
Size: 614 KB
Barreessaa: Ifargan Guddataa
Maqaa: Hiriyaa
Fuula: 62 in A5
Size: 614 KB
Barreessaa: Ifargan Guddataa
QAAM'EE FI KALAANDARII ITOOPHIYAA.pdf
151.8 KB
Qaam'ee fi Kalaandarii Itoophiyaa
Xiinxala adeemsaa
Fuula - 4 in A5
Size - 151 kb
Barreessaa - Ifargan Guddataa
Xiinxala adeemsaa
Fuula - 4 in A5
Size - 151 kb
Barreessaa - Ifargan Guddataa
Mana kana seenaa sakatta'aamee. Chaanaalii Ifargan Tech karaa youtube video babbareedaan bohaarsaa nama barsiisu argattu. SUBSCRIBE gochuus hin dagatiinaa. Link kanaa gadii tuqaa seenaa.
WHY DO MEN LIE SO MUCH?
----------------------------——-----
One disciplined lady asked Steve Harvey, "Why do men lie so much?" on his usual Tv talk. The audience laughed and disappointed. She replied, "I mean you all isn't lying". In between Steve Harvey asked her, "Okay, you want to know the truth?"... She nodded her head. Steve Harvey continued, "We lie because we are afraid of your reaction to the truth". She nodded her head again and said, "Right!, Right!". The audience whistled, clapped and shouted!
So guys, this is a truth. Women doesn't give a positive response to a bitter truth. That is why a men do lie; to save their relationship and their life. What do you say?

Dhimma qubee Afaan Oromoo link kana tuquun seenaa dubbisaa. https://gadaallinone.wordpress.com/2022/05/07/eenyu-itti-haa-gaafatamu/
ATTENTION!
----------------------------
Cost-sharing free educational scholarship for Ethiopian students at Menschen Fùr Menschen university. It is a wonderful chance every student should try his best!
Read more on the link
http://www.mfmattc.edu.et/?p=614
Don't miss this chance!

GAADDIDDUU ADDUNYAA.pdf
967.6 KB
Kitaabni qoosaa haarawni kunooti. Waliif qoodaa. @ifargantech | Gaaddidduu Addunyaa
Please youTube koo kana link kanaan seenuun subscribe naaf taasisaa! https://www.youtube.com/watch?v=46SIJUL8Dn8&t=2s