Warning: Undefined array key 0 in /var/www/tgoop/function.php on line 65

Warning: Trying to access array offset on value of type null in /var/www/tgoop/function.php on line 65
5259 - Telegram Web
Telegram Web
Taphoota har'a taasifamu.

💠Piriimeer Liigii Inglaand

11:00 🔰 Everteen Cheelsii waliin
11:00 🔰 Fulhaam Saawuzhampiten waliin
11:00 🔰 Leester Siitii Wolviis waliin
11:00 🔰 Maan Yunaayitid Bornmaawuz waliin
01:30 🔰 Tootenhaam Livarpuul waliin

💠Seeriyaa Itaalii

08:30 🔰 Roomaa Paarmaa waliin
11:00 🔰 Veneziyaa Kaagilaarii waliin
02:00 🔰 Atlaantaa Empoolii waliin
04:45 🔰 Moonzaa Juuveentus waliin

💠Bondasliigaa Jarmaan

11:30 🔰 Bookum Haydaniyeem waliin
01:30 🔰 Wolfisbarg Dortumaand waliin

💠Laaliigaa Ispeen

10:00 🔰 Vaalensiyaa Alavez waliin
12:15 🔰 Riyaal Maadriid Seeviyaa waliin
02:30 🔰 Laas Paalmas Ispaanyool waliin
02:30 🔰 Legaanes Viyaariyal waliin
05:00 🔰 R. Beetis Riyoo Vayakaanoo waliin

@isportf
Taphoota kaleessa taphataman

💠Piriimeer Liigii Inglaand

Astonvilaa 2-1 Maanchister Siitii
Bireentfoord 0-2 Notinghaam
Iswiich 0-4 Niwkastil
Westhaam 1-1 Biraayten
Kiristal Paalas 1-5 Arseenaal

💠Seeriyaa Itaalii

Torinoo 0-2 Boolenyaa
Jenewaa 1-2 Naapoolii
Lichee 1-2 Laaziyoo

💠Bondasliigaa Jarmaan

Firaankifert 1-3 Meenz
Hofaniyeem 1-2 Monchegladbah
Holiysteyn Keelii 5-1 Ogisbarg
Stuutgaart 0-1 Seentpawul
Werder Bireemen 4-1 Yuniyeen Barliin
Baayer Livarkuusen 5-1 Firaayberg

💠Laaliigaa Ispeen

Hetaaffee 0-1 Maayorkaa
Seltavigoo 2-0 Riyaal Soosedaad
Osaasunaa 1-2 Atleetikoo Bilba'oo
Baarselonaa 1-2 Atleetikoo Maadriid

@isportf
Hiriira!

11:00 | Everten vs Chelsii

@isportf
Hiriira

11:00 // Maan Yuunaayitid Vs Bornimaawoz

@isportf
Taphoota Pirimeer Liigii Inglaand torbee 17ffaa amma taphatamaa jiruun.


Boqonnaa

Everteen0-0 Cheelsii

Fulhaam 0-0 Saawuzhampiten

Leester Siitii 0-3 Wolviis

Maan Yunaayitid 0-1 Bornimaawoz


@isportf
Taphoota Pirimeer Liigii Inglaand torbee 17ffaa.

Xummurame
Everteen 0-0 Cheelsii

Fulhaam 0-0 Saawuzhampiten

Leester Siitii 0-3 Wolviis
⚽️G. Goydez 18'
⚽️Goomeez 36'
⚽️Kunyaa 44'

Maan Yunaayitid 0-3 Bornmaawuz
⚽️Hojusen 29'
⚽️J. Klaayvert 61' P
⚽️Semenyoo 63'

@isportf
Taphoota Pirimeer Liigii Inglaand torbee 17ffaa.

46'
Tootenhaam 1-3 Livarpuul
⚽️Maadiseen 41'⚽️Diyaaz 23'
⚽️Maakalester 36'
⚽️Zobozlaay 45'


@isportf
#boxing_day


Sagantaa Piriimer Liigii torbee kanaa

💠 Kamisa

09:30 🔰 Maan Siitii Evartan waliin
12:00 🔰 Boornimaawuz Kiristaal Paalaas waliin
12:00 🔰 Chelsii Fulhaam waliin
12:00 🔰 Niiwukaastil Aston Viilaa waliin
12:00 🔰 Foorest Tootenhaam waliin
12:00 🔰 Saawuzhaampitan Westhaam waliin
02:30 🔰 Woolvis Maan Yuunaayitid waliin
05:00 🔰 Liivarpuul Leestar Siitii waliin

💠 Jimaata

04:30 🔰 Biraayitan Bireentfoord waliin
05:15 🔰 Arsenaal Ipswiich Taawon waliin

@isportf
Arsenaal guyyaa waggaa haaraa yeroo taphatu hunda waancaa malee bara xumuraa ture.

Arsenaal guyyaa waggaa haaraa taphoota liigii yeroo 8 injifachuu kan danda'e yoo ta'u waggoota 8 hunda keessatti waancaa tokkollee kaaznaa keessa osoo hin qaabatini darbeera.....

Seenaan badaan kun bara kana itti fufaa moo ni dhaabata?


Gadaa


@isportf
Oduu jijjiirraa Kamisa waaree duraa itti dhiyaadhaa dubbisaa
Oduun jijjiirraa erga baname har'a guyyaa 2ffaa dha
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

📌Maanchistar Yunaayitid bara dorgommii isaanii baraaruuf jecha taphataa sarara fuulduraa Siwiidin Viktor Gyokeres, ganna 26, Ispoortiin irraa fudhachuuf ji'a kana ni yaalu, garuu gatiin £80m akka baasu eegama. (mirror)..

📌 Riyaal Maadriid ganna kana jijjiirraa bilisaatiin Tireent Aleeksaandar-Arnoold mallatteessisuuf daandii irra kan jiru yoo ta'u, taphataa ganna 26 kun Liivarpuul gadhiisuu barbaada. Kilabiin Laaligaa kun taphataa sarara ittisaa Ingilaand kun yaada isaa jijjiiruu akka hin dandeenyeef waliigaltee kontiraata duraa dafee akka mallatteessuu barbaada. (Relevo - afaan Ispeeniin)

📌Riyaal madrid Aleeksaandar-Arnoold fudhachuuf paawundii miliyoona 20 dhiyeessee jira.

📌Daarektarri ispoortii Baarseloonaa Deekoo taphataa sarara fuulduraa Liivarpuul lammii Kolombiyaa Luwiis Diyaaz mallatteessisuuf fedhii guddaa kan qabu yoo ta'u, taphataa ganna 27 kun kontiraata fooyya'aan Anfiild turuuf mariin jalqabuu dhabuu isaatti hin gammadne. (Ispoortii - afaan Ispeeniin)

📌Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Eintracht Frankfurt lammii Masrii Omar Marmoush ganna 25 mallatteessisuuf dursaa jira,kilaboonni akka Liivarpuul, Paaris Seent Jarmain fi AC Miilaan mucaa kana barbaadaa jiru... (GiveMeSport), kan alaa

📌 Gaanaars taphataa sarara fuulduraa Maanchistar Yunaayitid Maarkus Raashfoordi fudhachuuf yaadaniiru, garuu taphataa lammii Ingilaand ganna 27 kanaaf paawundii miiliyoona 25 ol kaffaluuf fedhii hin qaban.

📌Raashfoord ji'a kana keessa Maanchistar Yunaayitid gad dhiisuuf dhaabbata tokko waliin marii taasisuu isaa haaleera. (MEN).

📌DEAL DONE: Stade Rennes Seko Fofana Al-Nassr irraa €20M mallatteesise. (Source: @staderennais)

📌Real Betis Antony ergisaan fudhachuuf gaafii dhiyeesse..

📌Arsenal biriyaan Imboomoo Brentford irraa fudhachuuf sochii jalqabe.(Football london).

📌 kilabni Faransaay Maarseel taphataa sarara gidduu Biraazil Andirees Pereeraa, ganna 29 fulham irraa fudhachuuf gaafii dhiyeesse..(times)..

📌Bireenfoordi, Weestihaam fi Fuulhaam haala kontiraata taphataa sarara gidduu Ingiliiz ganna 29 Wiil Hiyuuz Kiristaal Paalaasitti hordofaa jiru. (Football Insider)

📌Baayermuunik fi Paaris Seent Jarmaniin kilaboota Piriimiyerliigii Ingiliiz jaha waliin wal dorgomuun taphataa sarara fuulduraa Ispeen Daani Olmoo jijjiirraa bilisaatiin ni mallatteessuu, haa ta'u malee Baarseloonaan taphataa ganna 26 kana walakkaa lammaffaa bara kanaa irratti galmeessuuf abdii hin kutanne. (mirror)..

📌Maanchistar Yunaayitid baatii kana keessa taphataa lammii Biraazil Kaaseemiroo akkasumas taphataa sarara gidduu Deenmaark Kiristaan Eriksen, lamaan isaanii iyyuu ganna 32 fi taphataa sarara ittisaa Siwiidin ganna 30 Victor Lindelof gurguruuf murteesse (Fabrizio Romano)

📌Atileetik Biilbaawoo taphataa sarara fuulduraa Ispeen Niikoo Wiiliyams ganna 22 kilabii Laaligaa gadhiisee yoo ba'e urjii dhalootaan Baaskii Noorwiich Siitii Borjaa Saayinz ganna 23 bakka buusuuf jira. (Ispoortii karaa Football Espana), alaa

📌Nottingham Forest taphataa sarara fuulduraa Naayijeeriyaa Taiwo Awoniyi, 27, baatii kana keessa gurguruuf jira (mail)..

📌Maanchistar Yunaayitid Piriimiyerliigii Ingiliiz irraa yoo gadi bu'e walii galtee uffannaa £ miiliyoona 900 Adidas waliin qabu dhaabbatichi uffata ispoortii Jarmaniin addaan kutuu danda'a.

📌Leenjisaan Ruuben Amorim taphataa sarara ittisaa bitaa Ingilizii ganna 17 Haarii Amaas fi taphataa sarara gidduu Ingilizii Daan Goor ganna 20 baatii kana keessa ergisaan Maanchistar Yunaayitid akka gadhiisan ni hayyama. (mirror)..

📌 Kiristaal Paalaas jijjiirraa baatii amajjii irratti taphataa sarara ittisaa bitaa Ingilizii ganna 25 Taayirik Miicheel maallaqaan argachuuf ilaaluu danda'a, osoo walii galteen isaa dhuma bara dorgommii kanaatti hin xumuramin dura. (Football Insider)


@isportf
Eenyummaa Deevid Alaabaa kana beektuu?

Kan dhalate Jarmanitti.🇩🇪
Kan guddate Ostiriyaa keessatti 🇦🇹
Abbaan isaa #Naayijeeriyaawwii🇳🇬
Harmeen isaa Filiippiins🇵🇭
Haati manaasaa Denmaark dha🇩🇰
Akaakayyuun isaa Koongoo🇨🇩

Yeroo ammaa kana Ispeen 🇪🇸 keessa jiraata. Maatiinsaa Ingilaand keessa jiraatu🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿.

(Alaabaan hordofaa amantii Kiristaanaa yoo ta'u Abbaan isaa Musliima, Harmeen isaa hordoftuu amantii Budihizimiiti.)

@isportf
Diyaagoo Simooniidhaam kan durfamu Atileetikoo Maadrid yeroo ammaa kana taphoota 15 walitti aansee injifachuu danda'eera.🔥

2-0 vs UE Vic
2-0 vs Las Palmas
2-1 vs PSG
1-0 vs Mallorca
2-1 vs Deportivo Alaves
6-0 vs Sparta Prague
5-0 vs Real Valladolid
3-1 vs Cacereno
4-3 vs Sevilla
3-1 vs Slovan Bratislava
1-0 vs Getafe
2-1 vs Barcelona
1-0 vs Marbella
1-0 vs Osasuna
4-0 vs Elche

🥶

@isportf
Taphataa kubbaa miilaa otoo hin taane taate maal taata turte?

Erling Haalaand 🗣️ "horsiisee bulaa horii hedduu qabunnta'a ture" .

@isportf
Sagantaa piriimer liigii Ingilaand torbee kanaa Akka 90' predict godhetti.

Isinoo?


@isportg
Taphoota har'a taphatamu.

💠Piriimeer Liigii Inglaand

12:00 🔰 Biraayteen Everteen waliin
12:00 🔰 Livarpuul Ipswich waliin
12:00 🔰 Saawuzhampiten Niwkaastil waliin
12:00 🔰 Wolviis Arsenaal waliin
12:00 🔰 Bornmaawuz Notinghaam waliin
02:30 🔰 Maan Siitii Cheelsii waliin

💠Laaliigaa Ispeen

10:00 🔰 Maayorkaa Riyaal Beetis waliin
12:15 🔰 A. Maadriid Viyaariyaal waliin
02:30 🔰 Seeviyaa Ispaanyool waliin
05:00 🔰 Vaaladolid Riyaal Maadriid waliin

💠Seeriyaa Itaalii

11:00 🔰 Koomoo Atlaantaa waliin
02:00 🔰 Naapoolii Juveentus waliin
04:45 🔰 Impoolii Boolenyaa waliin

💠Liigii Faransaay

01:00 🔰 Moonaakoo Reens waliin
03:00 🔰 Straasbarg Liil waliin
05:05 🔰 PSG  Reems waliin

💠Bondasliigaa Jaarmaan

11:30 🔰 Ogisberg Haydaniyeem waliin
11:30 🔰 Dortumaand Werder Bireemen waliin
11:30 🔰 Firaayburg Baayeer Muuniik waliin
11:30 🔰 Meenz Stuutgaart waliin
11:30 🔰 RB Lepziish Livarkuuseen waliin
02:30 🔰 Monchegladbah Bokuum waliin


@isportf
Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 23ffaa.


Maanchister Siitii 3-1 Cheelsii
⚽️Gavrdiyol 42' ⚽️Maadukee 3'
⚽️Haalaand 68'
⚽️Foden 87'

@isportf
liigota gurguddoo Awurooppaatti Taphoota Dilbata taphataman.

Piriimeer Liigii Inglaand


Tootenhaam 1-2 Leester Siitii
Paalaas 1-2 Bireentfoord
Astonvilaa 1-1 Westhaam
Fulhaam 0-1 Maan Yunaayitid

Laaliigaa Ispeen

Vayaakanoo 2-1 Jiroonaa
Sosedaad 0-3 Hetaaffee
Atleetik Kilab 0-0 Leegaanes 
Baarseloonaa 7-1 Vaalensiyaa 

Seeriyaa Itaalii

AC Milaan 3-2 Paarmaa
Yudinizee 1-2 Roomaa 
Liichee 0-4 Inter Milaan 
Laaziyoo 1-2 Fiyoorentinaa

Liigii Faransaay

Liharvee 0-1 Bireest
Leens 1-0 Angeers 
Naantis 1-- Liyoon
Toluz 1-2 Moonpeelee
Niis 2-0 Maarsee

Bundasliigaa Jaarmaan

Hofaniyeem 2-2 Frankifert
Seent Pawul 3-0 Yuniyeen Barlin

@isportf
Gooliiwwan 920 ... 1000 Soon ! 🔥. CR7

@isportf
2025/02/23 18:40:17
Back to Top
HTML Embed Code: