Onneen si jaalattii
Qalbiin siif bilbiltii
Fadhiin jaalala koo
Lubbuu dha siif laattii
Ijji yoo si laaltuus
Suma qofa gartii
Anuu suma qofaaf
Qoodamni koo marti
My heart loves you
My mind calls you
My feeling loves you
My soul want you
My eyes looks you
My arms need you
I am only for you
By @jalalaadhugaa
Qalbiin siif bilbiltii
Fadhiin jaalala koo
Lubbuu dha siif laattii
Ijji yoo si laaltuus
Suma qofa gartii
Anuu suma qofaaf
Qoodamni koo marti
My heart loves you
My mind calls you
My feeling loves you
My soul want you
My eyes looks you
My arms need you
I am only for you
By @jalalaadhugaa
🌸Maatii channala keenyaa fi barattoota qorumsa biyyoolessaa fudhachuudhaaf qophi irra jirtan hunda keessaniifuu carraa gaarii isinii hawwina.
🌺 Qormaata milkii, kan bu'aa gaarii itti galmeessitan isiniif haa tayu.
#sirritti Tasgabbii qabaadhaan dhaamsa kenya.
🌺 Qormaata milkii, kan bu'aa gaarii itti galmeessitan isiniif haa tayu.
#sirritti Tasgabbii qabaadhaan dhaamsa kenya.
Itti Dhihaadhaa!
Dubbii Jaal Marroo WBO godina Arsii irratti.
WBO fi TPLF galmee Shororkeessummaa keessatti galmeeffamuu isaanii fi kijiba PP.
Odeeffannoo keenya daawwadhaa Share gochuun qoodaa.
https://youtu.be/Dvx3WgW2xww

jaalala dhugaa❤️
Channeli kana keysatti wanti argattan
✦ Gorsa jaalalaa
✦ imiman walaloo
✦ Yaada Jaalalaa
✦ Kalaqa walaloo
✧Sirboottan Jaalalaa
✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin
✡Walaloota ✡
✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu
Yaadaaf 👇
@Bilisa24
https://www.tgoop.com/jalaladhugaa

Telegram
Bbc 3fnews
Jaalala dhugaa
Jaalala_Keeti
~
Sareen bar dutuuf
shokokii eeggata
waa'ee keen yoon yaadu
onneen shan rukuta
~
Yaadan rafa malee
an hirriiban qabu
Jaalala keeti bar
kan onnee na gubu
~
Sababa biraan qabu
sababni koo suma
Namatti hin haasa'u
ofittan gumguma
~
Jaalala kee malee
sammuun kiyyan yaadu
onneen si filate
kan biraan barbaadu
~
Jaalaluma keeti bar
kan mataa na raasu
Taa'atiin bula an
osuman si faarsuu
~
Haasa'ee hin quufu
waa'ee kee yoomumaa
Yaada biraan qabu
yaadni kiyya suma
~
Jaalala keeti bar
dhibeen onnee kiyyaa
Sin jaalla naan jedhi
oggasuman fayya
@jalaladhugaa
~
Sareen bar dutuuf
shokokii eeggata
waa'ee keen yoon yaadu
onneen shan rukuta
~
Yaadan rafa malee
an hirriiban qabu
Jaalala keeti bar
kan onnee na gubu
~
Sababa biraan qabu
sababni koo suma
Namatti hin haasa'u
ofittan gumguma
~
Jaalala kee malee
sammuun kiyyan yaadu
onneen si filate
kan biraan barbaadu
~
Jaalaluma keeti bar
kan mataa na raasu
Taa'atiin bula an
osuman si faarsuu
~
Haasa'ee hin quufu
waa'ee kee yoomumaa
Yaada biraan qabu
yaadni kiyya suma
~
Jaalala keeti bar
dhibeen onnee kiyyaa
Sin jaalla naan jedhi
oggasuman fayya
@jalaladhugaa
jaalala dhugaa❤️
Channeli kana keysatti wanti argattan
✦ Gorsa jaalalaa
✦ imiman walaloo
✦ Yaada Jaalalaa
✦ Kalaqa walaloo
✧Sirboottan Jaalalaa
✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin
✡Walaloota ✡
✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu
Yaadaaf 👇
@Bilisa24
https://www.tgoop.com/jalaladhugaa
Channeli kana keysatti wanti argattan
✦ Gorsa jaalalaa
✦ imiman walaloo
✦ Yaada Jaalalaa
✦ Kalaqa walaloo
✧Sirboottan Jaalalaa
✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin
✡Walaloota ✡
✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu
Yaadaaf 👇
@Bilisa24
https://www.tgoop.com/jalaladhugaa
Telegram
Bbc 3fnews
Jaalala dhugaa
Onneen si jaalattii
Qalbiin siif bilbiltii
Fadhiin jaalala koo
Lubbuu dha siif laattii
Ijji yoo si laaltuus
Suma qofa gartii
Anuu suma qofaaf
Qoodamni koo marti
My heart loves you
My mind calls you
My feeling loves you
My soul want you
My eyes looks you
My arms need you
I am only for you
By @jalaladhugaa
Qalbiin siif bilbiltii
Fadhiin jaalala koo
Lubbuu dha siif laattii
Ijji yoo si laaltuus
Suma qofa gartii
Anuu suma qofaaf
Qoodamni koo marti
My heart loves you
My mind calls you
My feeling loves you
My soul want you
My eyes looks you
My arms need you
I am only for you
By @jalaladhugaa
Channeli kana keysatti wanti argattan
✦ Gorsa jaalalaa
✦ imiman walaloo
✦ Yaada Jaalalaa
✦ Kalaqa walaloo
✧Sirboottan Jaalalaa
✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalooti ✡Walaloota ✡
✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu
✦ Gorsa jaalalaa
✦ imiman walaloo
✦ Yaada Jaalalaa
✦ Kalaqa walaloo
✧Sirboottan Jaalalaa
✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalooti ✡Walaloota ✡
✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu
#A͟k͟k͟a͟m͟ s͟i͟i͟f͟ H͟a͟a͟ T͟a͟h͟u͟
Yeroon si yaadadhu
Bishaantu nahudhaa
Kanbiraan jaalatin
Anumaa sifudha
Hiraata hin nyaatin
Anaa sinyaachisaa
Abbaan ke hamaan san
Suma maaf rakkisa
Jalaa badii koott
Hin dhagahinii isa
Kan shira nutti yaadu
Hundi maal abbaa sa
Simbo ko bareedduu
Yaa sanyii bilisaa
Jaalalli kee hamaan
Garaan nama yaasaa
Haakima yoon dhaqu
Naan jedhe doktorri?
Jaalalle ke waliin
Galgala booharii!
Ati maaf siin galle?
Wanti garaa kootii
Birrii hin barbaadin
Anuu birrii keetii
Fadhii kee hundaahu
Siifan guuta anuu
Hadaraa Nan ganin
Anilleen Sin ganuu
Yeroon si yaadadhu
Bishaantu nahudhaa
Kanbiraan jaalatin
Anumaa sifudha
Hiraata hin nyaatin
Anaa sinyaachisaa
Abbaan ke hamaan san
Suma maaf rakkisa
Jalaa badii koott
Hin dhagahinii isa
Kan shira nutti yaadu
Hundi maal abbaa sa
Simbo ko bareedduu
Yaa sanyii bilisaa
Jaalalli kee hamaan
Garaan nama yaasaa
Haakima yoon dhaqu
Naan jedhe doktorri?
Jaalalle ke waliin
Galgala booharii!
Ati maaf siin galle?
Wanti garaa kootii
Birrii hin barbaadin
Anuu birrii keetii
Fadhii kee hundaahu
Siifan guuta anuu
Hadaraa Nan ganin
Anilleen Sin ganuu
Akkamiin siif ibsuu
Jaalala na keessaa
Halkan nan raffisu
Guyyaa na joonjessa
Ganama haaraadha
Galgalas nii dhufa
Yoon waa'eekee yaadu
Junuunfadheen kufa
Jaalalleekoo giifti
Siif dhabeera fayyaa
Irriba dhiiseera
Maaluma naaf wayyaa?
Si malee hin barbaadu
Jedhee kakadheera
Nyaataaf dhugaatiikoo
Hunda dagadheera
Agabuun tiradha
Silaa maras dhiisee
Garaa na hoossisa
Halkan gaafan ciise.
Maal jetta jaalalle
Anoo siif gaggabee
Ammayyuu nan boo'a
Adeemuu dadhabee
Kan biraan yoo hafe
Anoo gaaga'amee
Miidhamnikoo danuu
Utuu lakka'aamee
Miillikoo naafatee
Garaachikoo qooree
Fuullikoo shuntuuree
Ijnis natti kooree
Ati garuu bilille
Kan hin yaadne lubbuu
Rabbii sirra hin kaa'in
Hojii hamaaf cubbuu
Jaalalakeef du'ee
Yoon dhabeeyyuu faacha
Sitti ha ilaalamu
Cubbuumti garaachaa.!
✍✍✍✍✍✍
Jaalala na keessaa
Halkan nan raffisu
Guyyaa na joonjessa
Ganama haaraadha
Galgalas nii dhufa
Yoon waa'eekee yaadu
Junuunfadheen kufa
Jaalalleekoo giifti
Siif dhabeera fayyaa
Irriba dhiiseera
Maaluma naaf wayyaa?
Si malee hin barbaadu
Jedhee kakadheera
Nyaataaf dhugaatiikoo
Hunda dagadheera
Agabuun tiradha
Silaa maras dhiisee
Garaa na hoossisa
Halkan gaafan ciise.
Maal jetta jaalalle
Anoo siif gaggabee
Ammayyuu nan boo'a
Adeemuu dadhabee
Kan biraan yoo hafe
Anoo gaaga'amee
Miidhamnikoo danuu
Utuu lakka'aamee
Miillikoo naafatee
Garaachikoo qooree
Fuullikoo shuntuuree
Ijnis natti kooree
Ati garuu bilille
Kan hin yaadne lubbuu
Rabbii sirra hin kaa'in
Hojii hamaaf cubbuu
Jaalalakeef du'ee
Yoon dhabeeyyuu faacha
Sitti ha ilaalamu
Cubbuumti garaachaa.!
✍✍✍✍✍✍
Jaalala_Keeti
~
Sareen bar dutuuf
shokokii eeggata
waa'ee keen yoon yaadu
onneen shan rukuta
~
Yaadan rafa malee
an hirriiban qabu
Jaalala keeti bar
kan onnee na gubu
~
Sababa biraan qabu
sababni koo suma
Namatti hin haasa'u
ofittan gumguma
~
Jaalala kee malee
sammuun kiyyan yaadu
onneen si filate
kan biraan barbaadu
~
Jaalaluma keeti bar
kan mataa na raasu
Taa'atiin bula an
osuman si faarsuu
~
Haasa'ee hin quufu
waa'ee kee yoomumaa
Yaada biraan qabu
yaadni kiyya suma
~
Jaalala keeti bar
dhibeen onnee kiyyaa
Sin jaalla naan jedhi
oggasuman fayya
@jalaladhugaa
~
Sareen bar dutuuf
shokokii eeggata
waa'ee keen yoon yaadu
onneen shan rukuta
~
Yaadan rafa malee
an hirriiban qabu
Jaalala keeti bar
kan onnee na gubu
~
Sababa biraan qabu
sababni koo suma
Namatti hin haasa'u
ofittan gumguma
~
Jaalala kee malee
sammuun kiyyan yaadu
onneen si filate
kan biraan barbaadu
~
Jaalaluma keeti bar
kan mataa na raasu
Taa'atiin bula an
osuman si faarsuu
~
Haasa'ee hin quufu
waa'ee kee yoomumaa
Yaada biraan qabu
yaadni kiyya suma
~
Jaalala keeti bar
dhibeen onnee kiyyaa
Sin jaalla naan jedhi
oggasuman fayya
@jalaladhugaa
tuu onneekotti dhiyaattee dha'aanna onneekooti dhageefatteti onneenkoo kankee akka isheen taate ni hubatta, waqnii wantaa gaari inni naaf kennee kessaa innii guddaan si'ii ta'uu isaa gaafan yaadu kessikoo gammachuu guddaan guutama, wanta hundumaa caala maal akka na gammachiisu bektaa? Ganama hirriba kessaa yeroon ka'uu akka ati kankoo taate yaadudha. Wantonnii hundinuu sababaf uumaman, Abaaboon gurguddachuuf bishaan isaan barbachiisa atis akkasuma an jiraachuudhaf ati jireenyaakoo kessatti hedduu na barbachiifta. Yeroo hedduu waqnii namootaf kennaa Adda addaa Kenna waqni garuu anaaf kennaa Adda na kenne Innis si'i.
Gammachuukoo gammachukee gochuu, haala rakkiisaa kessaa yoo seenteyyuu yeroo hunduumaa an si bukkee akkan jiruu waadaan siif seena waada koo kanammo an nama dagatu miti, lafarratti umuriin koo akka matuusaala dheeratus yookin barri jireenya koo har'a qofaa ta'uus, jalallii an siif qabuu dabala adeema malee tasumaa hin hir'atu.
Jalallii waraqaa irraatti hin barrefamuu, wantii waraqaa irraatti barrefame balleefamu ni danda'a, akkasumas dhagaa irratti barrefamuu hin danda'uu sababnii isaa dhagaan caccabuu danda'aa waan ta'eef.
Garuu jalalli onnee irraatti barreefame amma xumuraatti jiraachu

lubbuyyee jaalala keetif jedhee
waan hunduma dhiisee nama hunda caalaas jaalala
keetif bakka kenne.
du'eetin bada An qashxiyyee
yooniin sin arganne onne koo keessa jirta lubbuyye
An takkaa sin daganne.
waan hunduma dhiisee nama hunda caalaas jaalala
keetif bakka kenne.
du'eetin bada An qashxiyyee
yooniin sin arganne onne koo keessa jirta lubbuyye
An takkaa sin daganne.
jaalala dhugaa❤️
Channeli kana keysatti wanti argattan
✦ Gorsa jaalalaa
✦ imiman walaloo
✦ Yaada Jaalalaa
✦ Kalaqa walaloo
✧Sirboottan Jaalalaa
✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin
✡Walaloota ✡
✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu
Yaadaaf 👇
@Bilisa24.
https://www.tgoop.com/jalaladhugaa
Channeli kana keysatti wanti argattan
✦ Gorsa jaalalaa
✦ imiman walaloo
✦ Yaada Jaalalaa
✦ Kalaqa walaloo
✧Sirboottan Jaalalaa
✧Seenaa dhunfaa Bifa Walalootiin
✡Walaloota ✡
✦ Kolfaa fi baacoo fi k.k.f oll ni argattu
Yaadaaf 👇
@Bilisa24.
https://www.tgoop.com/jalaladhugaa
Telegram
Bbc 3fnews
Jaalala dhugaa
Waaqoo Guutuu

Jeneraal Waaqoo Guutuun (1920 - Gurraandhala 3, 2006) geggeessaa Fincila Baalee fi qabsaawaa mirga uummata Oromooti. Jeneraal Waaqon umurii isaa guutuu mirga ummata Oromoo kabachiisuf qabsaa'un dabarse.
Ijoollummaa Isaa
Gootichi Oromoo Jeneraal Waaqoo Guutuu abbaasaa Guutuu Usuu Cammarrii fi haadhasaa Dhuulloo Alii Hasanirraa bara 1924 aanaa Madda Walaabuu lafa Oda jedhamutti dhalate. Abbaansaa Guutuun ilma dhiiraa kudhanii fi durba sagal walumaagalatti ijoollee kudha-sagal qaba ture. Isaan keessaa Jeneraal Waaqo ammoo dubartoota torbarraa ijoollee afurtamii-sagal kan hore yoo ta'au , kaniin keessaa kudha-shan lubbuun hin jiran. Yeroo ammaa (2015tti) dubartoota kudha-ja'a fi dhiirota kudha-saddeetii walumaagalatti ijoollee soddomii-afur qaba.
Jeneraal Waaqo ijoolummaa isaatirraa jalqabee xiiqii fi jibbinsa diinaa qaba; faandhooftuu diddaa gabrummaas ture. Bara 1938, fuudhee mana osoo hin bayin, osoo abbaansaa hinbeekin horii abbaasaa gurguree qawwee ittiin bitate. Sammuunsaa roorroo gabrumaa fudhataa waan hinta'iniif ijoollee hiriyootasaa gurmmeessuun akkasumas gorsuun poolisii mootummaa tumaa turan.
Qabsoo Jalqabuusaa
Jeneraal Waaqon bara 1943 Muhaammad Gadaa Qaalluu fakkeenna godhachuun diddaa gabrummaatti seene. Bara 1952 akka nama hiyyeessa tokkoo ta'anii uffata poolisii nama dhaloota gosa Raayituu Alii Jiloo kan maqaan kiristaana Shaalaqaa Isayaas jedhanii mogaafatan kadhate. Erga inni uffata kana kenneefii booda isuma uffachuun magaalaa seeneei kitilaayyota Nafxanyaa sodaachisaa ture. Iccitiidhan gartuuleen diinaarrati tarkaanfii ciccimaa fudhataa turan. Haaluma kanaan, bara 1958 poolisii lama ajjeesan. Baruma kana keessa poolisoota erga ajjeesaniin booda, Waaqon akkuma tasaa magaalaa Nageelleetti shaalaqaa sanaan walargan. Yoo kana "Eessatti baddee, Waaqoo!!!" jedhee gaafate. Yoo tana malli dafee dhufeefii "Looniin godaanee gammoojjii ture, damma adii ati jaalattu kan nagaafate san siif arge, horii ittiin bitu dhabee fidi" jedheen. Shaalaqaan baayyee gamaddee qarshii 200 itti kenne. Qarshii kanaanis rasaasa zinnaara dachaa lamaa ittiin guutatee. Ammas baatii tokkoon booda Nageellematti walitti dhufani. Nagayyumalee utuu hin gaafatin "maali si barbaadaa mitii, damma kee bitee lafa jiraa, horii karaa waan kafalu ittiin feesisuun dhabee" jedheenii qarshii 20 ammallee irraafudhate tooftaa kana fakaatu hedduun gargaaramanii diina hifachiisaa turan.
Bara 1962 dhiibaan, gidiraafi ajjeechaan mootummaa Nafxanyaa Hayila Sillaasee ummata isaanii irratti hammataa dhufnaan ijoollee gana kudhanii gadii imaa Helgool Waaqoo. Abdallaa guutuu , Alii Jiloo, Yisaaq Suudee Goobana, Muhaamad Butaa Aagaatii, Alii Buttaa Aagaa kkf dhibboota ajjeefaman keessaa haga tokko yoo ta'an, tarkaanfii Mootummaa Abashaa kana hifachuun ummanni bulchitoota naannooo kana mootummaatti hiyyate. Yeroo kana dubbiin kun mooticha bira ga'e. Finfinnee irraa Koloneel Taaaddasaa Tagan namni jedhamuu fi ajajaa waraanaa kutaa bulchiinsa Sidaamoo yeroo sanii koloneel Zawudee Xilahun gadi dhufanii uummata Oromoo naanoo Nageellee Booranaa jiru mooraa waraantitti walitti qabuun rakkoon keessan maali jedhee yoo gaafatu ummanni "rakkoon teena isini biyya teena irrati dhuftanii nu ajjeessaa jirtan, dubartii fi daa'imman teena irra deemitanii fixaa jirtan, qabeena keena saamtanii kaan barbadeesaa jirtan, namoon isin of jalati qabattanii nuun ajjeeftaniif nuun saamtan maaliin nuun adda jiran? Nuuf isaan obboleeyaanii maaliif adda nu baaftan? kana hundaa isintuu nutti fidee lafa keenyarraa nuu ka'aa" jedhaniin. Nafxanyoonni lafa kana gadi lakkiftanii deemuu qabdu, yoo diddan ajjeechaa, saamichii fi qabeenya barbadeessun itti fufa jedhaniin. Ummanni wacee lakki jennaan loltuu waraanaa itti waamani.
"Gabroomfattootni ammoo ummatchaan guyyaa torba keessatti akka gadi lakkiftanii biyyanaa baatan, murtii tana beekaa," jedhanii gadi furan.

#Du'een
Ani bakkaan laadhu
Abiddaanis gubaadhu
Du'een badaa malee
Sirnicha hin fudhaadhu
Yoo feetes na murii
Yoo feetes naa nyaadhu
Du'eetan badaa malee
Gabruummaa kee baadhu
Seena kalee darbee
Nurraatti rawwaatte
Harkaa nu murtaani
Lammii koo fixxaanii
Yooman dhufee ani
Gondoorif gojjaami
Kanaan jiru ani
Handhuura shaggaari
Sirna kee goottota
Sirna gommaa hin qabnee
Osoo nagaan jirru
Siniif nagaa dhabnee
#Like
#Share
#Comment
Ani bakkaan laadhu
Abiddaanis gubaadhu
Du'een badaa malee
Sirnicha hin fudhaadhu
Yoo feetes na murii
Yoo feetes naa nyaadhu
Du'eetan badaa malee
Gabruummaa kee baadhu
Seena kalee darbee
Nurraatti rawwaatte
Harkaa nu murtaani
Lammii koo fixxaanii
Yooman dhufee ani
Gondoorif gojjaami
Kanaan jiru ani
Handhuura shaggaari
Sirna kee goottota
Sirna gommaa hin qabnee
Osoo nagaan jirru
Siniif nagaa dhabnee
#Like
#Share
#Comment