Kitaaba HIN GABBUU warri barbaadan asin @Ma_momye143 nu dubbisa.
Jireenya keessatti rakkoolee gurguddoon kan isa mudatuufi namoota biroottiis rakko kan fidu, nama namoota isaan waliin jiraniif waan gaarii hin yaanne ykn dhugaa hin jaalanneedha. Alfreed
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
JECHOOTA HAYYOOTA
Kitaaba HIN GABBUU warri barbaadan asin @Ma_momye143 nu dubbisa.
HIN GAABBU (Jawaar Muhammad)_241231_103817.pdf
65.2 MB
HIN GAABBU kitaaba jawwee buufadha πππππππππβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA
Obomboleettiin mukkeen hidda gadi fagoo akka qabaatan taasisa.
βDolly Parton
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
βDolly Parton
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Yaada tokko fudhadhu. Yaada tokko sana jireenya kee godhi - itti yaadi, abjoodhu, yaada sanaan jiraadhu. Sammuun, maashaaleen, narviin, kutaan qaama keetii hundi yaada sanaan haa guutamu, yaada biraa hunda dhiisi. Karaan milkaa'ina kana.
- Swami Vivekanand
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
- Swami Vivekanand
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Jijjiiramaaf of irratti xiyyeeffadhu.
Namoonni biroo akka si hubatan yaadda'uu dhiisi. Kanaa of wajjiin wal qunnami. Waan si gammachiisu, waan lubbuun kee nagaa itti dhagahamu irratti xiyyeeffadhu. Ati waadaa kee isa guddaadha, kanaaf mudaa kee, cimina kee, saaxilamummaa kee, waan hunda jaallachuu jalqabi. Jireenyi caalaatti baay'ee ta'a. Salphaatti ofii kee yoo taate jireenyi ni guutama. Namoonni si hubatanis si hubatuu baatan addunyaan naanna'uu itti fufti, kanaafuu maaliif ka itti aanu waa'ee keessan imala aduu keessa naanna'uu maaliif hin gootu.

Addunyaan tun ganda nama hundaaf gahu tokko. Ifitti hin dhiphisin.
Tokkoof yoo takka laaffise, tokkoofiis waanuma takka laaffisa. Tokko tokkoof immoo lama, sadi fi afurfaa...wal cinaa laaffisaaf. Baga laaffiseef san hojii Rabbiiti, Rabbitti aartee "Dogongoraan lama isaaf kanname malee qooda amma inni kanname kanafaa anaatu argatuu qaba ture" jattee Rabbii waliin morkitti seenuu ni dandeessaa? Bas waan hin dandeenye qeebaliitii furadhu.π€·ββοΈ
Namni tokkolleen qooda kee irra hin jiru, atiis qooda nama takkaa irra hin jirtu. "Hattaa" beekkamtiilleen qooda. DandahiβΊοΈ
"Haada hinaaffaatiin huutee if hin ajjeesin." Addunyaan tun hanguma ati hinaaftu takka si dhiphatti, hanguma hinaaftu takka Rabbittillee aarta, waan namni biraa argateef gammaduu, nama Rakkateef rifatuu yoo qabaachuu baatteellee leenjii godhi Rabbiiniis irratti si gargaara.
"Qooda kiyya namni biraa hin fudhatu, qooda naaf qoodame kamuu addunyaarratti dhiisee hin deemu, arra yoon argachuu baadhees qoonni kiyya taa'eetuma na eega, kan inni argate kanuma isaati, yaa Rabbi itti dabaliif" ja'iitii qalbii tee ballisi, namaaaf gaarii hawwi boqonnaa dhugaa yoo feete.
Join
http://T.me/Jechootahayyoota

Telegram
JECHOOTA HAYYOOTA
Channel kana baanuf kanaan
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
ππππππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!
YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
ππππππ
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
FUULA BAREEDAA HIN BARBAADIN.
Gaaf tokko ni dulloomti. Gogaa lallaafaa hin barbaadin, gaaf tokko ni cabbabaa. Garuu Onnee amanamaa guyyaa guyyaan si barbaadu bara baraan si jaalatu barbaadi.β€οΈ
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Gaaf tokko ni dulloomti. Gogaa lallaafaa hin barbaadin, gaaf tokko ni cabbabaa. Garuu Onnee amanamaa guyyaa guyyaan si barbaadu bara baraan si jaalatu barbaadi.β€οΈ
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Love Diary:
Imali malee namatti hin himin. seenaa jaalala dhugaa jiraadhu malee namatti hin himin. gammachuun jiraadhu malee namatti hin himin, namoonni waan babbareedaa ni balleessu.
βKhalil Gibran

Namoonni waggoota muraasa booda si yaadatuu hin danda'an.
Namni hunduu jireenya mataa isaatiin qabamee jira, namni waaβee kee yaaduuf yeroo hin qabu, keessattuu βdogongoraβ kee miti.
Deemi RISK fudhadhu, jireenya barbaaddu ijaari , sana yoo hin ta'in dhumarratti jireenyi kee hadhaa'aa, yaaddoo fi namoota birootiif gammachuu dhugaa osoo ta'in dadhabdee goolabama.
βββββββββββ
@

Garaagarummaan Hiriyyaa dhugaatii fii Hiriyyaadhaa hiriyyaan seeqinsa kee qofa arga, Hiriyyaan dhugaa ammoo; seeqinsa kee keessa miidhama kee arga!. π€π
KennaaβοΈ
Join π
@jechootahayyoota
KennaaβοΈ
Join π
@jechootahayyoota
Hanga hojjattutti fakkeessi.
Hanga hojjettutti of jajjabeessi.
Hanga hojjettutti abdii qabaadhu.
Hanga hojjettutti ofitti amani.
Hanga hojjettutti wallaansoo qabi.
Yaada siif hojjetu kamiinuu tarkaanfadhu garuu dhiisuu gonkumaa hin yaadin.

Yoo wanti tokko siif hin taβu taβe.
1- Ati itti hin qophoofne ta'a .
2- Siif qophaaβaa miti ta'a .
Ta'uu danda'a,
AMMALLEEβ¦
Abdii hin kutatin!
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
1- Ati itti hin qophoofne ta'a .
2- Siif qophaaβaa miti ta'a .
Ta'uu danda'a,
AMMALLEEβ¦
Abdii hin kutatin!
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
Yeroon ni jijjiirama,wantoonni ni jijjiiramu,namnis ni jijjiirama!
βββββββββββ
@Jechootahayyoota
βββββββββββ
@Jechootahayyoota