Forwarded from GRACE TUBE via @Frepromotion_bot
Forwarded from ⚡ B.Pro ⚡
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN.
👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇
Forwarded from ⚡ B.Pro ⚡
🌐Group durii (old group) yoo qabaattan Keessaan Nuuf barreessa Ni Bitna.
Bara Group Sun Create Ta'etu Ilaalama Maleee Miseensa group Miti.
🟠Bara 2022
🟠Bara 2021
🟠bara 2020
🟠Bara 2019
🟠Bara 2018
Garee bara kana keessa baname yoo warra qabaattan bitaa jirra
🔴 Yaadachiisa ➺ Baay'inni miseensaa 0 haa ta'u Ni ta'a.
Keessan Nu Dubbisa
👉 @Daani28
Bara Group Sun Create Ta'etu Ilaalama Maleee Miseensa group Miti.
🟠Bara 2022
🟠Bara 2021
🟠bara 2020
🟠Bara 2019
🟠Bara 2018
Garee bara kana keessa baname yoo warra qabaattan bitaa jirra
🔴 Yaadachiisa ➺ Baay'inni miseensaa 0 haa ta'u Ni ta'a.
Keessan Nu Dubbisa
👉 @Daani28
Forwarded from ⚡ B.Pro ⚡
Forwarded from GRACE TUBE via @Frepromotion_bot
Forwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver 👉 @Daani28
👇👇
Waver 👉 @Daani28
👇👇
Forwarded from ⚡ B.Pro ⚡
📛6⃣6⃣6⃣📛 ILLUMINANTII
👌Maalummaa fi Dhiibbaa isaa
❓Akkamitti jalaa miliqquun danda'ama ?
👇ᵍᵃᵈᶦ ᵗᵘᵠᵃᵃ ᵒˡ ˢᵉᵉⁿᵃᵃ👇
👌Maalummaa fi Dhiibbaa isaa
❓Akkamitti jalaa miliqquun danda'ama ?
👇ᵍᵃᵈᶦ ᵗᵘᵠᵃᵃ ᵒˡ ˢᵉᵉⁿᵃᵃ👇
Forwarded from ⚡ B.Pro ⚡
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN.
👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇
Forwarded from Crypto Market (@maraol1st)
🚀 GeeFi is Launching – Be Among the First to Join! 🔥
GeeFi Wallet is launching soon on Play Store and App Store, and this is the best time to be part of it! We're just launching, and early adopters will have the biggest advantages.
💎 Why Join GeeFi Today?
✅ Non-Custodial Crypto Wallet – You own your keys, you own your assets! 🔑
✅ Built-in Exchange – Trade directly from your wallet, across multiple chains! ⚡️
✅ Crypto Cards Coming Soon – Spend your crypto in the real world! 💳
✅ Staking & Rewards – Get in early and maximize your gains! 📈
✅ Multi-Chain Support – Manage assets across different blockchains! 🌍
This is your chance to be an early adopter of a growing ecosystem built for the future of decentralized finance! Don’t miss out! ⏳
📲 Learn more about GeeFi: https://tglink.io/ce5ede4130a9
💬 Join our Community: @geefichat

Channel kanaan,
👉barruuwwan barsiisoo
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
👉Carraawwan hojii(job opportunity)
ni argattu
👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success)
Ammuma join godhadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇

Forwarded from 📖Laga Jireenyaa
YESUUS WAAQAA MITI FAYYISAAS MITI, GOOFTAAS MITI WARRA JEDHANUUF DEEBIINSAA KUNOOTI
KUTAA 1FFAA
Namoota baayyee waliin waa’ee Yesuus Kiristoos yoo dubbadhu, yoo dhugaa itti bahu gaaffiin baayyeensaanii nagaafatan, karaa keessaatiinis keessattuu amantoota amantaa kan biraa irraa yoo naaf barreessan Kitaaba Qulqulluu keessatti Yesuus Kiristoos Waaqa ta’uusaa, Gooftaa fi Fayyisaa ta’uusaa waan dubbate hin qabu, isintu lafaa ka’ee uume malee, inni namadha ergamaa rabbiiti malee Waaqaa miti, Gooftaas miti Fayyisaas miti jedhu Ani Waaqadha, nawaaqessaa bakka itti jedhee kallattiidhaan dubbate nuuf ibsaafaa jedhu. Kiristaanotni baayyeenis gaaffileen akkasii yoo isaan mudatu ciminaan deebisuuf akka rakkatan naaf barreessan.
Kanaafuu, gaaffii kanaaf Sagaleen Waaqayyoo, Kitaabni Qulqulluun waa’ee Waaqummaa, Fayyisummaa fi Gooftummaa Yesuus Kiristoos maal jedha?
1. Wangeela Yohaannis. 10:30 irratti Yesuus Kiristoos waa’ee Waaqummaa Isaa Yihuudotaaf yoo dubbatu, ‘Abbaanii fi Ani tokko isaaniin jedhe Innii fi Waaqayyo Abbaan waaqummaadhaan tokko akka ta’an mirkaneesse. Ibroota 1:8 irrattis, Waaqayyo Abbaan waa’ee Ilma Isaa Teessoon kee yaa Waaqayyo, baraa hamma baraatti…’ jedhee Yesuus Kiristoos Waaqa ta’uusaa ibsa. Kanaafuu Yesuus Kiristoos Waaqayyoodha, Fayyisaadhas.
2. Wangeela Yohaannis. 8:58 irratti Yesuus Waaqa ta’uusaa yoo ibsu, ‘Dhuguma dhuguma isinitta hima, Abrahaam osoo hin dhalatin Ani jiran ture jedheen. Inni, Abrahaam Yihuudotni akka abbaatti ilaalanii fi maqaasaa waaman dursee akka ture, bara baraan kan jiru ta’uusaa mirkaneesse. S.Bawuu 3:14 irratti Waaqayyo yoo Muuseetti ofi ibsu, ‘Ani Isa jiraataadha jedhee dubbate. Yesuus Kiristoos yoo akkas jedhuun isaan garuu, S.Leewotaa 24:16 irratti, ‘Namni maqaa Ana Waaqayyoo arrabsuudhaan salphisu haa ajjeefamu. Guutummaan Waldaa sanaa dhagaadhaan isa haa rukutuu kan jedhu yaadatanii dhagaadhaan isa rukutuudhaaf ka’an, Inni Waaqa ta’uusaa hin hubanne. Gooftaan Yesuus bakka adda addaatti ‘Ani jedhee of ibseera, (Ani buddeena jireenyaati; Yohaannis 6:35-48, Ani ifa addunyaati: Yohaannis 8:12 & 9:5, Ani balbala jireenyaati: Yohaannis 10:7, Ani du’aa ka’uu fi jireenyadha: Yohaannis 11:25, Ani karaadha, dhugaadha, jireenyadha…Yohaannis 14:6, Ani muka wayinii Isa dhugaadha: Yohaannis 15:1-5, Ani Tiksee Gaariidha Yoh. 10:11-14, Faarf. 23:1 irratti Waaqayyo tiksee gaariidha jedha, Yesuus Kiristoos ifaa ifatti Ani tiksee gaariidha jedhee Waaqayyo ta’uusaa ibse). Kun hundumtuu Yesuus Kiristoos Waaqa ta’uusaatiif ragaa guddaa ofii Isaatii dubbateedha,. Kanaafuu, Yesuus Waaqadha, Gooftaadhas, Fayyisaadhas.
3. Wangeela Yohaannis. 1;1, 14 irratti, ‘Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; Sagalichi Waaqayyo bira ture; Sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture Sagalichis nama foonii ta’ee, nugidduus buufate. Ulfina Isaa isa ayyaanaa fi dhugaadhaan guutes argine jedhee ifaa ifatti Yesuus Kiristoos Waaqa foon uffatee dhufe akka ta’e ibsa.
4. Hojii Ergamootaa 20:28 irratti ‘…Waldaa Kiristaanaa isa Waaqayyo dhiiga Isaatiin kan Isaa godhate eegaa’ jedhee dubbata. Kan Dhiiga Isaa jigsee Waldaa Kiristaanaa godhate Yesuus Kiristoos Waaqa ta’uusaa asirrattis ibsameera. (Acts 20:28 tells us Be shepherds of the church of God, which He bought with His own blood) Waaqayyo dhiiga Isaa jigsee Waldaa Kiristaanaa bitate,kan fannoo irratti dhiiga jigsee kan Isaa godhate, waldaa Kiristaanaa hundeesse immoo Yesuus Kiristoosiidha. Kanaafuu Yesuus Kiristoos Waaqa.
5. Wangeela Yohaannis 20:28 irratti, Hordofataa/ Duuka bu’aa Yesuus Kiristoos filate 12 keessaa tokko kan ture Toomaas, waa’ee waaqummaa Yesuus Kiristoos yoo dubbatu Gooftaakoo Waaqayyookoo jedhee dubbate. Yesuus Kiristoos erga dubbii Toomaas kana dhaga’ee deebisee ‘lakkii ani waaqa miti jedhee isa hin sirreessine. Waggaa 3 fi walakkaa waaqummaa Isaa karaa baayyeedhaan ibsaa, mul’isaa, barsiisaa tureera waan ta’eef. Toomaasis waanuma baratee fi hubaterraa ka’ee Gooftaa kiyya, Waaqayyoo kiyya jedheen. Kanaafuu, Yesuus Waaqadha, Gooftaadhas
Kutaa 2ffaa itti Fufaa.....
By Paaster Ermiyaas Daanyuu Tilahun
@LagaJireenyaa

🇼🇪🇱🇱 🇨🇴🇲🇪
✅Dhimmoota Kam Irratti Gorsa Ogeessaa barbaadduu ❓
👇🏻Kan barbaaddan filachuun👇🏻
join request seenaa
✅Dhimmoota Kam Irratti Gorsa Ogeessaa barbaadduu ❓
👇🏻Kan barbaaddan filachuun👇🏻
join request seenaa
Forwarded from 1137439312:AAGumjHJ7pzA6vrrfVMlKoqTUsCs59GySrg
Channel kanaan,
👉barruuwwan barsiisoo
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
👉Carraawwan hojii(job opportunity)
ni argattu
👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success)
Ammuma join godhadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
👉barruuwwan barsiisoo
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
👉Carraawwan hojii(job opportunity)
ni argattu
👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success)
Ammuma join godhadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
Forwarded from ⚡ B.Pro ⚡
CHANNALII WAA'EE FAYYAA NI ARGATTU, NAMNI TOKKO MALLATTOO DHUKKUBA ISAA IBSACHUUN MAALUMMAA ISAA BARUU NI DANDA'A. KANAAF NAMOONNI FAYYAA ISAANIIF HAA DUBBISAN.
👇👇👇👇👇
👇👇👇👇👇
✅ Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif
✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu
✍️ Gatii madaalawaan ni bitna
➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022
Gatii 🟥 🔂Gatii group ittiin bitnu
✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr
2023 ji'a jan-may kan baname
✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE
Gurguruu warreen barbaaddan inbox 👉 @Dani0l12
⚠️ Hubachiisa❗️
⛔ Baayyinni Member ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.
✅two step verification ta'uu isaa check godhaa