Erga wal fuudhanii booda...
Isa:- lubbuuko rakkoo tokkotu na quunname...
Ishee:- erga wal fuunee rakkoo koo wanti jedhamu hin jiru rakkoo keenya jedhama.
Isa:- eeyyee wangeellis akkas jedha.
Ishee:- tole maalidharee rakkoon nu quunname
Isa:- hojjettuu manaa keenya ulfeessineerra
πππ https://www.tgoop.com/kottuukolfiwaliinkolfinaa

Ala ba'aatii taphadhaa...
Xiyyaarri 1 Namoota machaa'an baayyee fa'ee utuu balali'aa jiruu
Namonni machaa'an bayyee jeequ, ni wacus turan. jara keessa macha'aan 1 paayileeti(pilot) bira dhaqee, xiyyaara balaliisisuu na barsiisi jedhee gaafachuun bayyee rakkiseen.
sana booda Payileticha yoo namoota jeeqan hunda akkasaan callisan goote sinbarsiisa ittiin jedhe.
Jennaan macha'ichi tole jedhee warra machaa'an bira dhaqe...
Takka turee deebi'ee
jarri callisaniiruu nabarsiisi amma jedheen.
Paayileetichis baayyee ajaa'ibsiifatee!
maal jenaan siif callisan jedhee gafate??
Machaa'ichi deebisee akkas jedhe. . .
.
.
.
.
.
Balbala baneefii gadi bahaa taphadhaa jedheen
πππ
@kottuukolfi

Sidhaam, maal seete....?
#QORICHA_MATAA_BOOWWUUTI
=======\\=====
Barataa tokkotu yeroo baay'ee daree keessatti mataatu isa boowwofachuu baay'isa jedhan.
Barsiisaansaa guyyaa tokko, dhibee barataa kanaa gaafatnaan Bowwuun mataa akka isa rakkisu itti himate. Sana booda barsiisichi ofiis yeroo baay'ee mataa bowwuun akka rakkatu itti hima.
-------------
Barataa: Fallisaa maalidha jettaniree barsiisa? Isiniiniin akkamitti isin dhiisa bowwuun?
Barsiisaa: Mataa bowwuun yeroo na rakkisu ani dhaqeen haadha manaakoo dhungadha. Yeros battalatti na dhiisa. Egaa fallisaa dhungooma qofa. kanuma gochuudha.
Barataa: Tole barsiisaako akkumasin jettan gdheen ilaalamee.
------------
(Borumtaasaa...)
------ -----
Barsiisaa: Mee amma bowwuun mataakee akkam sitti jira?
Barataa: Akkumasin jettan goonaan na dhiiseem barsiisa. Haati manaa keessanimmoo baay'ee miyoofti π

Forwarded from moti tube (Moti Bedasa)
Amma shamarran 2 baabura keessatti teessoo 1 irraatti utuu wal-lolanuu mucaan tokko argee... "ani bayyee fokkisa kan jettu irra taa'aa" jedheen
Lamman isaani ni dhaabbatan
ππππ
Umurii mucichaaf haadabalu male kunoo ani teessuma jirri irratti wal-lolan irra ta'een siniif barreesa jira
π like tuquu hindagatin
Hiryoota kee 3f ergi!
https://www.tgoop.com/kottuukolfi

Intala bareedduu tokko argee janajjanuuf itti sisiquu jalqabe
haasa jalqabsiisuuf jedheen
Ana..."Maal aduun harraa dhakaa baqsa! Miti?... bareeddu" jedheen
Isheeπ±ββοΈ... kanaaf dhafqiteeka!
πββοΈ
Maal akkamiin chiiki baranaatti dubbatu?π€¦ββοΈ
ππ tuqi darbi
share gochuu hin dagatin

Abbaadhafi mucaa waggaa 6 tu mana barumsaa deemani...
Isa booda abbaan mucaa barsiistuu isaatin mucaanko hamaadha qumaara baayyee jaallata yoo inni qabsiisi sin jedhe tole hin jedhin sinyaata... jedhee gorsaan..
Abbaan waaree boda mucaa fudhachuuf yommuu dhufu...
Mucaanko si rakkisee jedhee gaafata...?
Barsiistuun immoo lakki ani qabsiise mucaa ke nyaadheyu jettin...
Akkamiin jedha abbaan ilmaa?
Butaantan ati ka'atte jirtu diimaadha naan jedhe qarshii 25 qabsiise ...animmoo keelloon uffadheen ture... nan nyaadhen. jetti
Wayyooo nanyaachiste ganama yommuu mana bahu butaantaa barsiistu ko ilaaleen dhufa jedhee qarshii 100 qabsee deemem
Like ππ share godhaa!
Joinβ¨οΈ@kottuukolfi

Forwarded from Garee Walgargaarsa
Lafa kaaree 140
magaalaa walakaa dha
bishanii galee jira
ibsaa hin qabu
nannoon isaa jirenyaaf bayyee mijjataadha
ODEFANOO GUUTU ARAGACHUUF πππ
https://shope.bbcko.com/product/lafa-kaaree-140/
dandii gudda irra xiqoo fagaata

Forwarded from Oromiatimes.com
Tajajiloota @Miltotravelagency isiniif kennu:
Dhaabbatni Geejjiba Miiltoo rakkoo barattoota hedduu biyya keenya kan ta'e yeroo gara yuuniversiititti imalan rakkoo isaan qunnamu hambisuu giddu galeessaa godhatee kan hunda'e,yeroo gabaabaa keessatti Maamiloota hedduu horachuu danda'eera.Isin kan gara moora yuuniversiiti Imaluuf yaaddan martuu filannoo keessan taasifattanii Miiltoo waliin ta'uun Imalaa keessan salphaa taasisuu keessaniif baga gammaddan.Akkasumalle hiriyoottan keessan hafan gara Miiltotti affeeruun waliin fayyadama ta'a!
Tajaajilli Miiltoo:
1.Odeeffannoo haala karaa deemtanii dursee isiniif qooduu
2.Yeroo waamicha keessanii hordofee dursee bilbila kessaniin isin beeksisuu/bakka butoota yuuniversiitii hundarraa waan qabuuf odeeffanno dhugumman isaa mirkanaa'e isiniin ga'a.
3..Gara Magaala Yuuniversiitii isin deemtanitti Konkoolaata deemu utuu isin hin jooriin dhabbatni keessan kun Tikeetii dursee isiniif Muruudhaan joormaa tokko malee finfinne (magaala bultii kessanni kan biros yoo tahee)kessa akka daabartaan isiin gargaarra.
4.Yeroo Maatii bira kaataanii dhuftan konkolaatan yoo dhiisifatee gale,Maatii @miltotravelagency yoo taatan siree dursee waan isinii qabamuuf yaaddo tokko malee dhuftanii boqochuun gara imala keessan aanuutti ceetu.
5.Yeroo Magaala Finfinnee dhuftan bakka buutotni dhaabbaticha Buufata Konkolaatatti isin eeguun isin simatu.
6.Akkasumas Yeroo Moora keessan geessan Maatiin Miiltoo achiittis Simannaa isinii taasisuun dursaanni siree isinnii qabun gara doormii keessanii isin geessu.
7.Dabalataanis yeroo Imalaa keessan kanatti Magaala Guddoo Baha Afrikaa kan taate,Finfinnee daawwachuun darbuu yoo barbaaddan daawwachiistota muxannoo qaban waliin tajaajila ga'aa ta'e isiniif kennutti jira.
βΌοΈMaal kana qofa Tajaajiloota hedduu isiniin Fayyaadamaa taasisan of keessatti qabatee Miiltoon As ba'e jira.
πItti Gargaarama!
Miiltoon Kan keessanii!π―
Miiltoon waliin Imallii salphaadha!
Odeeffannoo dabalataaf π±
0931302944
&
0910228433
or inbox
@MiltoTravelAgency1
&
@Miltotravelagency2
Irraatti bilbiluun odeeffannoo ga'aa ta'eefi Tajaajila barbaaddan Argachuu dandeessu.
@miltotravelagency

Miiltoo Filannoo Dhaloota Haaraa!
Forwarded from Oromiatimes.com
seenaa dhagahamme hin bekne wayye Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed,
Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%) hordoftoota Amantii Musliimaa yommuu taβan, dhibbeentaan 10 hafe immoo hordoftoota amantii garagaraati. Haa tahuu malee Dargaggeessi qaroon Oromoo kun Maatii amantiidhaan walmakaa(Abbaadhaan Musliimaafi haadha Kiristaana) irraa dhalate
Haalli kun Dargaggeessi gameessi kun umrii dargaggummaasaatti....
guttumma isaa link armaan gadii irra dubbisa.
https://oromiatimes.com/seenaa-gabaabaa-xiinxalaa-siyaasaa-fi-hoogganaa-olaanaa-omn-obbo-jawar-mohammed/

Aappiin kun aappii baay'ee nama fayyadu dha. Ammaan boodaa passwordii wi-fi barbaaddachuun hafe. Akkamitti?
Aappiin kun aappii wi-fi passwordii malee banachuuf isin fayyadu dha. Kan isinirraa eeggamu aappii kana buufachuu qofa. Wi-fi nama kamiiyyuu bilbila nama wi-fi fayyadamaa jirurraa yeroo scan gootan passwordii wi-fi sanii guutuu isaa isiniif fida.
Itti fayyadamni aappii kanaa baay'ee salphaa dha. Aappicha buufadhaatii itti fayyadamaa isiniin jenna.
Aappicha buufachuuf liinkii asii gadii tuqaa πππππ
https://moti.bbcko.com/2022/08/11/qr-barcode-scanner/
Waliif qoodaa ππππππ

BILBILAA HARKAA FI MIDHAA INNI QABU
Bilbilli harkaa(mobile) jireenya keenya guyyaa guyyaa kessatti heddu barbachisaa taβuurra kan kaβe yeroo amma kana daqiiqaa tokkoof of bira dhabuun namoota hedduuf ulfaataa akka taβe hundi keenyaa beekna. Kanaaf ka Mata duree barreeffama kana ilaalee qofa namni natti dheekkamu hin dhabamu; akka qoronnowwan adda adda mulisutti bilbilaa harkaa fayaadammun midhalee armaan gadii qaba.
karaalle ittin midhaa kana of irra ittisuu dandenyuu link armaan gadii irra dubbisaaπππππ
https://kiyyainfo.com/bilbilaa-harkaa-fi-midhaa-inni-qabu/

Amaloota namoota milkaaβanii 7:
Akka hayyuu xinsammuu Steevan Koovey kitaaba isaa βThe Seven Habits of Highly Effective Peopleβ keessatti barreessetti namoonni jiruu fi hojii isaanii keessatti milkaaβan amaloota tokko isaan godhu torba qabu!
Amaloonni kunneen qorannaaf qoβannaa bara dheeraatin booda kan argamaniidha. Kitaabni kuni akka addunyaatti kan garmalee dubbifame keessaa isa tokko.
link armaan gadii irra dubbisaππππππππππππ
https://toli.kiyyainfo.com/toli/2022/09/21/20/

βHarree kiraatiin daldala jalqabeen harβa biliyeenara taβeeraβ Tokkummaa Fiixee
Seenaa kana link armaan gadii irraa dubbisaa waan baayyee irraa barattuuπππππππ
https://toli.kiyyainfo.com/toli/2022/09/22/harree-kiraatiin-daldala-jalqabeen-hara-biliyeenara-teera-tokkummaa-fiixee/