Telegram Web
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
የስውን ልጅ አካል እየቆራረጠ የሚጨፍር ጋንጩር ሴጣን አማራ ፋኖ በሽብርተኝነት ተፈርህጆ ምሽግ ያደረጋቸው. ደብር እና ገዳማት በሚሳኤል ዶግ አመድ መሆን አለበት
Forwarded from Gumaa Saaqqataa (Gumaa Saaqataa)
"ያኔ አፄዎቹን harma muraa (ጡት ቆራጭ) ፣ harka muraa (እጅ ቆራጭ) ነበር የምንላቸው ። አሁን ደግሞ morma muraa (አን**ገት ቆራጭ) ልጆቻቸው ብቅ ብለዋል።

በ 21ኛው ክፍለዘመን አንገት ቆ**ር*"ጠው ጭንቅላቱ ጦር ላይ ሰክተው የሚጨፍሩ እና ጋዜጣዊ መግለጫ ኦሮሚያ ውስጥ ሲሰጡ እያየን ነው።
ድሮ በመኢሶን ዘመን " የነቃ እና የተደራጀ ህዝብ ያሸንፋል" የሚለው ብሂል ልንጠቀምበት ይገባል ህዝቡ በቻለው አቅም ተደራጅቶ ያለውን አቅም በሙሉ ተጠቅሞ ራሱን መከላከል አለበት።ምክንያቱም ዛሬ ላይ ፈጣሪም መንግስትም ይጠብቀኛል ብሎ መቀመጥ አያዋጣም "

ፕ/ር መረራ ጉዲና
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ኦርቶዶክስ መፈተሽ አለባት አራጆቻችን ከዛ ነው እየወጡ ያሉት
🚩 #ኢትዮጵያ  ወይም  #ኢምፓዬሯ..⁉️

📌ባለፉት ዓመታት በኢትዮጵያ ምን ያልተፈጸም ፤ ምንስ ያልተደረገ ግፍ አለ ?

📌እጅግ በጣም ሚያስደነግጠው እንዲሁም ፍጹም ከሰውነት ተራ እየተወጣ መሆኑን የሚያሳየው የድርጊቱ ፈጻሚዎች ልክ ጀግንነት ፣ በጎ ተግባር፣ ፍቅርን ለትውልድ የሚያስተላልፉ ይመስል ግፍና ጭካኔያቸውን በቪድዮ ማስረጃ እራሳቸው ቀርጸው ለትውልድ እያስቀመጡ መሆናቸው ነው።

በእርግጥም እንዲህ እየቀረጹ ማስቀመጣቸው ህዝቡን ለሚፈልጉት ዓላማ ለማነሳሳትና እርስ በርስ ለማባላት፣ ህዝቡን ወደ ግጭት ለማስገባት ሊሆን ይችላል።

በጥላቻ የሚፈጽሙት የግፍ ተግባራቸው አላረካ ብሏቸው ፣ " እዩልን ምን ያህል አውሬ እንደሆንን " የሚለውን ለማሳየትም ይሆናል።

🚨በሀገራችን ፦ 🗣

♨️ሰው ከነህይወቱ ሲቃጠል
♨️ በድንጋይ ተወግሮ ሲገደል
♨️በጅምላ በጥይት ተደብድቦ ወደ ገደል ሲከተት
♨️ አስክሬን ሲጎተት
♨️ አስክሬን አደባባይ ላይ ሲጣል
♨️ ተዘቅዝቆ ሲሰቀል
♨️በስለት ተቀልቶ ሲገደል
♨️ የጥይት በረዶ ሲዘንብበት ... ኧረ ብዙ ብዙ በቪድዮ ተቀርጾ አይተናል።

ይኸው ዛሬ የሰው ልጅ ልክ እንደ ዶሮ " በስመአብ " ተብሎ ሲታረድ በቁማችን አየን።

ይህ ጭካኔ በማስረጃ በቪድዮ ተቀርጾ የወጣ ነው ለመሆኑ ስንት በቪድዮ ያልተቀረጸ ፣ በየአካባቢው የተፈጸመ ግፍ ይኖር ይሆን ?

እነዚህ ግፍ ፈጻሚ ሰዎች ሰይጣናዊ ስራቸውን በቪድዮ ቀርጸው ማስቀረታቸው በቤተሰብ ፣ በህዝብ ላይ የማይረሳ ቂም፣ ቁርሾና ቁስል ለማኖር ይመስላል።

የትም ይሁን ማንኛውም የግፍ ድርጊት ሲፈጸም ግን የሚቀድመው ድርጊቱን ከልብ አዝኖ ማውገዝ  ነው። ፍትህ ተጠያቂነት እንዲሰፍን መጠየቅ ፤ ለፍትህ መታገል ነው።

ልክ ሰው በሞተ ቁጥር ያለ አንዳች ሀዘን እና መከፋት ወደ ፖለቲካ ንትርክ መግባትና የሰው ደም ፈሶ እንዲቀር ለማድረግ መሯሯጥ የግፍ ግፍ ነው።

ከዚህ ቀደም ብዙ ታዝበናል።

ሰው በግፍ ይገደላል ከዛም ሰዎች በየማህበራዊ ሚዲያ ይመጡና " የኔ ወገን ሰው አይገድልም፤ ፍጹም ነው ፣ ፃድቅ ነው ፣ እንዲህ እንዲያደርግ ተፈጥሮው አይፈቅድለትም " እያሉ ድርጊቱ ያራክሱታል።

ሌላው ወገን ይመጣና በሞተው ንጹህ ሰው ደም ፖለቲካ ይሰራል። በጅምላ ጥላቻውን ይተፋል። በዚህ መንገድ የስንት ሰው ደም ፈሶ ቀረ ?

ላለፉት ዓመታት ሰው በግፍ ይገደላል ከዛ የቀናት የማህበራዊ ሚዲያ አጀንዳ ሆኖ ያልፋል፤ ይረሳል። ከዛ ሌላ ግፍ ሌላ ግድያ ይፈጸማል።

አንዳንዱ እውነት ከልቡ አዝኖ ፤ አንዳንዱ ደግሞ የይስሙላ ያዘነ ይመስል ሸፋፍኖ በማህበራዊ ሚዲያው ይጽፋል ፤ ይለፍፋል። ከሰዓታት በኃላ ሁሉም ረስቶት ምንም እንዳልተፈጠረ ወደ ህይወቱ ይመለሳል። ማህበራዊ ሚዲያ ሲገባ ትዝ ሲለው ለቀናት ስሜቱን ይፅፍ ይሆናል።

እስከ ህይወት ፍጻሜ ድረስ በሀዘን የሚቃጠሉትና ልጃቸውን የማይረሱት እናት አባት፣ ወንድም ፣ እህት ቤተሰብ፣ ዘመዶች ናቸው።

በተለይ እናት እና አባት ሲያለቅሱ ነው የሚኖሩት።

ይህ አዙሪት መቆም አለበት። ደመ በፈሰሰ ቁጥር ቁርሾ ቂም እየተወለደ እንጂ ፍቅር አንድነት አይመጣም።

ልጆቹን የተነጠቀ ቤተሰብና አካባቢ እንደሌላው የማህበራዊ ሚዲያ አርበኛ የአንድ ቀን ሀዘን አድርጎ አያልፈውም። የተፈጸመበትን ግፍና በደል መቼም አይረሳውም ! ቂም በውስጡ ያድራል። ይህ በሀገር ህዝብ ትስስር ላይ የሚያሳድረው ተፅእኖ ከባድ ነው።

ከምንም በላይ ለተጎዱ ወገኖች ፍትህ በማስፈን ፣ ሌላ የአንድ ሰው ደም እንዳይፈስ በማድረግ አዙሪቱን ማቆም ካልተቻለ የከፋ ነገር መምጣቱ አይቀርም።

እዚህች ምድር ላይ ነገ ሳይሆን ዛሬ የሰው ልጅ ደም መፍሰስ እንዲቆም ማድረግ ይገባል።

ፍትህ ሊሰፍን ፤ ተጠያቂነት ሊረጋገጥ ይገባል።

ታጣቂም ሆነ አልሆነ ፤ የአካባቢው ፣ የክልሉ የመንግሥት አካል ሆነ አልሆነ ሁሉም በየድርሻው በየደረጃው ሊጠየቅ ይገባል።

እጅግ በጣም አስገራሚው ነገር በምንም አይነት መንገድና ሁኔታ የዜጎችን ደህንነት ማስጠበቅ ቀዳሚ ስራው ሊሆን የሚገባው እና ችግርም ሲፈጠር ለህዝብ የማሳወቅ ኃላፊነት ያለበት መንግሥት የሚፈጸሙ ድርጊቶችን ከማህበራዊ ሚዲያው ጩኸት በኃላ ለመናገር ሲወጣ መታየቱ ነው።

ለመሆኑ የሚፈጸመውን የሚሰማው ከህዝብ ጋር በሚዲያ ነው ? ነዋሪው በሚዲያ ባይጮህ ላያወግዝ ነው ?

ቆይ ልክ እንደማንኛውም ሌላ አካል " አወገዝኩ " ብቻ ነው የሚባለው  ወይስ ስለተፈጸመ ግፍ በዝርዝር አጣርቶ ለህዝብ ወጥቶ መረጃ መስጠት ነው የሚገባው ? የመንግሥት ስራ ድርሻው ምንድነው ? ለስንቱ ፍትህ ለተነፈገ እያነባ ላለ ወገን ፍትህ ሰጠ ? ተጠያቂነትን አሰፈነ ? በደል የደረሰባቸውን ካሰ ? ዳግም ደም እንዳይፈስ ተከላከል ? እኚህ ሁሉ ጥያቄዎች መልስ ይሻሉ።

ህዝብ በሀገሩ የሚሆነውን ሁሉ ያያል ፣ ይታዘባል፣ ይገመግማል ፣ ነጥብም ይይዛል።

በምንም አይነት ሁኔታ የሰው ደም አይፈስስ ፤ ደም ሲፈስ ቂምና ቁርሾ እንጂ ፍቅርና አንድነት አይወለድም።

- Finfinne Times

ለተጨማሪ መረጃዎች የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ!💎
 ____

   📌www.tgoop.com/Fastsinfo99

   📌www.tgoop.com/Fastmereja5

    🌴  🌴   🌴
Forwarded from Qaroo Post (Abdi M)
3/12/2024
Hidhattoonni Faannoo Aanaa Amuruutti lammiilee nagaa shan ajjeesuun himame.


Haleellaa hidhattoonni Faannoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu keessatti ALI Wiixata Sadaasa 23, 2017 raawwataniin lammiileen nagaa shan ajjeefamuu jiraattonni fi Aangawaan Aanichaa himan.

Bulchaan Aanaa Amuruu Obbo Dhiinsaa Dhugumaa, hidhattootni kun ''namoota konkolaataadhaan deemaa jiran ganda Jawajaa jedhamu bakka addaa naannoo Laga Abbayyaatti haleellaa lubbuu nama shanii dabarsee fi sadiimmoo madeesse raawwataniiru" jedhan.

Namoonni haleellaan irratti raawwatames ‘’dargaggoota gabaa daldalanii jiraatanidha” kan jedhan bulchaan aanichaa, “qabeenya konkolaataa Isuzu tokkos bakka sanatti barbadeessanii deeman” jedhan.

Namoonni haleellaan irratti raawwatame “konkolaataa Isuzu jedhamurratti hoolaa fe’anii gara iddoo Caaboo jedhamutti imalaa turan. Hidhattoonni Faannoos Laga Mormor (Abbayyaa) irratti eeggachuun dhukaasa itti bananii ijoollee shan battala lubbuu baasan” jechuun kanneen haleellaa sanarraa hafan himaniiru.

“Ijooleen lubbuunsaanii bahe kun daldaltootadha. Hoolota kana gama ceessisanii Oromoo gama jiranitti gurguratanii deebi’u. Kaleessammoo lubbuunsaanii akkasitti wareegame” jedhan.

Haleellaan guyyaa Wiixataa kun hidhattoota Faannoo lakkoofsaan naannoo 30 ta’aniin raawwatamuusaa Bulchaan Aanaa Amuruu Obbo Dhiinsaa Dhugumaa dubbataniiru.

Jiraattonni Aanichaa sababa hidhattoota Faannootiin yaaddoo nageenyaa keessa jiraachuu kan himan yoo ta'u, dabalataanis Sodaa nageenyaa qabaachuu fi of-eeggannoon isaaniif godhamus laafaa akka ta'e ” himan.

Taatee Wiixata darbe raawwate kanaan gaddi guddaan akka itti dhagahame kan himan Bulchaan Aanaa Amuruu Obbo Dhiinsaan gama isaaniitiin komii ‘gama mootummaatiin laafinni jira’ jechuun jirattota biraa ka’eef yeroo deebisanis, “karaa aanaa keenyaa dhugaa dubbachuuf mootummaan hinteenye, hojjetamaa jira” jedhan.

Pirezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa dhihoo dubbii taasisaniin hidhattoota Faannoof haala kan mijeessu hidhattoota 'Shaneedha' jechuun himachuunsaanii kan yaadamuudha.

Hidhattootni WBO badiiwwan garagaraaf himatamanis, himannaa dhugaarraa fagaateedha jechuun waakkachaa turaniiru.

#BBC wabeeffanne.

@QarooPost
Account keessan Premium godhachuu warreen barbaaddan akkasumas namoonni star bitachuu barbaaddan. @Egaadhaqi irratti nu qunnamaa.

1 year = 4500
6 month = 2800
3 month = 2100

@Egaadhaqi
Forwarded from Finfinne Times (FT🍅🎩🔵)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ABO-WBOn Jajjabee Haara Leenjise Eebbisisun Akkuma Itti Fufeetti Jira.
Qaba'oon Haqaaf Deggertooni WBO baga gammaddaan.

Isa Hayiluu Gonfaaf OBN harra ololan isiintu hin qalbeeffannef malee ji'a 3n dura isiniitti himne turre Oromoo.
Olola fi Tiyaatir Diina dhiisaati Hidhannoo keessan jabeeffadha.
IUOf
Garii durii (Old telegram) warra qabdaniif

✍️Baayyina miseensa Group hin barbaannu

✍️ Gatii madaalawaan ni bitna


➡️2019
➡️2020
➡️2021
➡️2022

Gatii 🟥  🔂Gatii group ittiin bitnu

✍️2018- 500birr
✍️2019- 400birr
✍️2020- 300birr
✍️2021- 250birr
✍️2022- 200birr


2023 ji'a jan-may kan baname

✔️Kaffaltiin : Telebirr, CBE

Gurguruu warreen barbaaddan  inbox 👉 @Kaachuu_YW


⚠️ Hubachiisa❗️

Baayyinni Member ''0'' s ta'ee baayyee gatiin waluma qixa. Nuti kan barbaannu bara itti banamedha.

two step verification ta'uu isaa check godhaa     
                                               
    
💗💗💗   💗💗💗💗  
@kaachuu_YW
Hɪʀɪʏᴀᴀ Dʜᴜɢᴀᴀ​
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ Yeroo tokko hiriyoota lamatu waliin gammoojjii keessa deemu turan. Osoo deemaa jiranii yaadan walitti bu'uun wal lolan. Inni tokko isa kaanin kaballaan fuula keessa cambalaase.

✧ Inni kabalame sun osoo waa tokko hin dubbatin gad jedhee cirracha irratti "Hiriyaan koo dhugaan har'a fuula keessa na kabale" jedhee barreesse.

✧ Sana booda deemsa itti fufan. Hamma lafa bishaan jiru gahuutti deeman. Erga bishaan bira gahanii bishaan daakuu barbaadanii bishaanichatti seenan.

✧ Erga seenanii daqiiqaa muraasa booda inni kabalame sun bishaan keessa gad lixuu jalqabe. Hamma gadi fagaatutti keessa gadi badee afuura baafachuu dadhabe. Sana booda hiriyaan isaa argee dafee qabee bishaan sana keessaa baasee dhagaa irra teessisee akka inni afuura baafatu godhe.

✧ Inni kabalame sun erga of beekee booda dhagaa sana irratti "Hiriyaan koo dhugaan har'a du'a na oolche" jedhee barreesse.

✧ Inni hiriyaa isaa kabalee fi du'a oolche kun gocha hiriyaa isaa kana raajeffachuun gaaffi akkas jedhu gaafate.

✧ "Yeroon si kabale cirracha irratti barreessite yeroon amma du'a si oolchu immoo dhagaa irratti barreesite. Maalif?" Jedhee gaafate.

Hiriyaan isaa sunis akkas jedhee deebiseef:

✧ "Yeroo namni nu miidhu cirracha irratti barreessuu qabna. Yeroo bubbeen dhiifamaa dhufu isa akka balleessuuf, yeroo namni waan gaarii nuuf godhu garuu dhagaa irratti barreessuu qabna. Bubbeen kamillee dhufee isa fuudhee akka hin deemneef" jedhen.

Gaarummaan nuti yeroo kamu goonu nufidha.

Ammallee gaarummaaf jaalalli lapheef onnee keessanirratti haa katabamu.
Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

@segnigudeta @WABIISG
USDT fi crypto kamiyyuu namoonni gurgurachuu barbaaddan @Walaloo_bot irratti nu qunnamuu dandeessu.

Hub:- screenshot gootanii erguun amma fi ammaamiin akka gurgurattan ibsuun jalqabdu

Usdt 1 qarshii 135 kaasee hanga 150tti baayyina isaa irratti hundaa’uun ni bitna.
【DPK-AI Trading】Automatic quantitative system can automatically search for the lowest selling price of digital currencies such as BTC, ETH, USDT, etc. on major exchanges, and quickly purchase them in seconds.

1.DPKAI-quantification, deposits and withdrawals are automatically credited.

2. VIP1-VIP11, quantitative income 20% -35% income.

3. Support multi-currency, smart investment income 25%% up to 40% income.

4. Quantification is reset every 24 hours, and each person can participate in quantitative trading income once a day.

5. Recommend three-level agent invitation rewards, the more invitations, the more rewards, there is no upper limit [A reward 10%, B reward 5%, C reward 3% = 18% reward], send the invitation link to share to your social software, such as: Tiktok, Facebook, Twitter, YouTube, Instagram, WhatsApp group, Telegram group, etc.

【DPK-AI Trading】Registration link:  https://dpk-ai.com/#/register?ref=410215

【DPK-AI Trading】Online customer service: https://chat.ssrchat.com/service/gomw2j
Forwarded from Jawar Mohammed
Godinoota Oromiyaa maratti duulli dargaggoota humnaan qabanii gara waraanaa erguu bifa haraan geggeeffamaa jira. Ka'imman kana fedhii malee gurranii, leenjii gahaa osoo hin kenniniif, tarsiimoofi hoggansa barbaachisaan maletti dirree lolaatti bobbaasu. Joolleenis lola yeroo gabaabaa keessatti dhumatti, tan hafte harka kennatti. Yeroo lakkoofsi loltootaa haphate ammas haaraatti qe'eerra deemanii guuranii dhumaatiitti ergu. Marsaan ittuma fufa.

Hubadhaa! Duulli humnaan dargaggoota guuruu kun Oromiyaa keessatti qofa geggeeffama.
Forwarded from Jawar Mohammed
Forced conscription into the Ethiopian army, which had been paused a few months ago following alarming reports by media outlets and advocacy groups, including the government-appointed Human Rights Commission, has now resumed at full scale.

Young men are being rounded up from streets, schools, and their homes, loaded onto trucks, and transported to military training centers. This is happening across Oromia, including in major cities like Adama and Shashemene. As in the past, those whose parents could afford can secure their release by paying hefty ransom.

The mass forced conscription is reportedly aimed at replenishing the army, which has suffered heavy losses in the ongoing civil wars in Oromia and the Amhara regions in recent weeks, as well as preparing for a potential war with Eritrea.

Meanwhile, senior army generals are busy broadcasting daily propaganda about their success in building a “professional” force capable of delivering “world-class”military victories. The irony is impossible to ignore.
Forwarded from Jawar Mohammed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Sababa dargaggoota dirqiin waraanatti erguuf adamsuu kanaatiin shoorarakaa ummanni keessa jiru iyyeensa hawwan naannawa baadiyyaa Haramaayaa kanarraa hubachuun ni danda’ama.
Forwarded from Jawar Mohammed
Dargaggoota dirqamaan waraana oofuu yaalan didnaan rasaasaan ajjeesutti seenananii jiran. Kaleessa Arsii Lixaa Asaasatti nama afur galaafatan. Har’a ammoo Hararger Bahaa miidhagaa Tolaatti gurbaan daa’imani tokko deemuu didnaan ajjeesan.

“Gadda hamaa onnee nama cabsu Harargee bahaa Aanaa miidhagaa tolaa.

Aanaan kun bara wayyaanee keeysallee takkaa qabsoorraa booda hin jenne. Arra immoo dargaggoo qaxalee rasaasaan waxalanii lubbuu da*rsan.

Dubbiin akkana kunoo. Kaleeysa ijoollee raayyaa ittisa biyyaaf gandarraa sassaabamte keeysaa namni tokko miliqee fiigee bahe. Kana sababa godhachuun hooggansa paartiiti kan ifiin ji'u Abbabaa lammii namni kan jedhamu namni kana duraas doorsisaafii gara jabinaan hooggansaa hanga dargaggeeysaa cinqaa ture kun "maaliif rasaasaan hin dhawinaa" jedhee milishootaan lole.

Arra ganama Araddaa biyyoo waraabaa keeysatti milishaan ilma ooyruu isaaniitii ariyee mana isaanii gaafa seenee hulaa cufatu hulaa cabsanii abbaan ilma kiyya dhiisaa jedhee mancaa fudhatee yeroo gad bahu abbaa miila keeysa dhawanii ilma immoo bahuuf yeroo yaalu rasaasaan garaa keeysa dhawanii yeroo hoospitaala Aanaa fidan mucaa qaxalee kana lubbuun dabarte.

Kana duraas aanaa kana reform nurraa godhaa jennee yeroo hedduu dubbachaa turre. Garuu godinni keenya nu dhagahuu hin dandeenye. Kunoo osoo gaafa wayyaane namni lubbuun dhabin bara keenyatti yeroo jalqabaaf miidhagaa tolaatti sababa ajaja hooggansa miiraan ajaja dabarsuutiin lubbuun dargaggoo biyyaafiis tahee maatiif osoo hin oolin guyyaa Adiidhaan galaafatamte. Abbaan ammallee hoospitaala jira yaala irra. Ilmi immoo wareegamee jira rabbiin raahmata haa godhuuf jenna.

Hooggansa nyaata bareefii gara jabeeyyii tana nurraa kaasaa jennee dadhabne amma maal haa jennu mee godinni harargee bahaa hooggansi miskiirraa kaasaa deebii nuuf godhaa. Moo ammallee lollee karaatti baanee lubbuu biraa daballa mee?”
2025/06/28 12:28:28
Back to Top
HTML Embed Code: