Forwarded from Bisharo Abdi official (Suheyla)

Watch "WALALOO_HAADHA 03" on YouTube
https://youtu.be/NijKAk7ZhVU
https://youtu.be/NijKAk7ZhVU
Forwarded from Islam is peace ❤
Watch "NASHIIDAA EYBAA AL-BURHAAN INSHAD GROUP" on YouTube
https://youtu.be/Hz7lkfZZd4A
https://youtu.be/Hz7lkfZZd4A
YouTube
NASHIIDAA EYBAA AL-BURHAAN INSHAD GROUP
Nashiidaa Eyba Obboleytii Tenya Rahanza_Mohamed Dawadha Chanela Khenyas Subscribe Share godhaa

Watch "Walaloo Hidhamtoota Kheenyaf" on YouTube
https://youtu.be/OS7YaRh9vyw

Watch "WALALOO Yatiima Gargaara Jattu" on YouTube
https://youtu.be/-F4TVbOSDqI
https://youtu.be/-F4TVbOSDqI
YouTube
Yatiima gargaara By Bisharo Abdi
WALALOO #YATIIMA_GARGAARA Jattu By Bishaaro Abdii Channel khana Subscribe Like Share Godhaa Galatooma
#Bisharo Abdi official
#KHADIIJA D.GROUP
#Bisharo Abdi official
#KHADIIJA D.GROUP
Forwarded from MAHER ZAIN☞ Official
Forwarded from MAHER ZAIN☞ Official
Watch "Nashida Haarawa "AMBIYOOTA ULU-AZM"| New Oromic Islamic Nashed #Ulul_Azm #Gamtaa #NashidaAfaanoromo" on YouTube
https://youtu.be/Acxt4nDNRLY
https://youtu.be/Acxt4nDNRLY
YouTube
Nashida Haarawa "AMBIYOOTA ULU-AZM"| New Oromic Islamic Nashed #Ulul_Azm #Gamtaa #NashidaAfaanoromo
Hojii Qulqullinaa fi Bu'aa bahii Meeqaan Hojjatame Waan taheef Download Osoo Hin tahin #Like #Share Godhaa waliif Qoodaa Galatoomaa
Forwarded from Muusaa Abubakar
Waa Sadi Namni Hunduu Qabaachuu Ni Hawwa !!!
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1: Beekkumsa
2: Qabeenya
3: Fayyaa
• Waa Sadii Jaalalaan Qabachuutu Barbaachisa
1: Dubartii
2: Dhibamaa
3: Abbaa Taaytaa
• Waa Sadii Qalbii Nama Qabbaneessan
1: Bishaan
2: Miidhagina ykn Bareedina
3: ilillii
• Waa Sadii Kabajaa Namatti Godhan
1: Naamusa Gaarii
2: Arjummaa
3: Dhiifama Namaaf Godhuu
• Waa Sadii Gammachuudha
1: Qulqullina
2: Of Gad Qabuu
3: Miidhagina
• Yaa Rabbi Jiruu fii Jireenya Keenya Hunda Nuuf Bareechi
Barreeffama Kana Dubbisaa Share Waliif Godhaa
@alyaqiintube

Forwarded from Abdurazak Abdurahman
*Qabriin marraa 5 lallaba akkana jedha:*
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana kophaati qur'aana taasifadhu saahiba kee .
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana dukkanaati salaata halkaniitiin na ibsi
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana biyyeeti taasifadhu firaasha kee dalagaa gaarii
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana boofaati ballaqqisa baahadhu inni sunuu maqaa rabbiitii
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Ani mana munkirii nakiri heddummeessi jecha shahaadaa lamaanii
╬═╬ ╬═╬ ╬═╬
Share godhi sababaa seensa kiyyaaf keetii tahu malaa jannata insha Allah
Osoo share hin godhin dura
* bismillahi arrahmaani arrahiim jedhi*
(Risaalaa akkanaa tana akka namarra naannoftu taasisii ajrii isii fudhadhu , waan duniyaan dhabamtuu taate)
Du'aa'ii tana nama meeqatu share godha ?
*( yaa rabbi haadha tiyya dubartoota jannataa irraa taasisi )*
*( Abbaa kiyyas ollaa nabiyyii keenaa muhammad ﷺ jannatatti )*
Namni dubbisee geesse hundinuu share godhi grouppii sibira jiru hunda keessatti sifayyaduu hin ooltuu aakiraa tee keessatti.
Waa shanan tana itti fayyadami
........................................................
☞1- Kana bektaa
Hoggaa azaanamu arraba keessan hin sochoosinaa du'aa'iin malee hanga azaanni xumuramutti , share godhi namni biraa hin beekuu.↓
☞2-Kana hoo bektaa
Eessa kaayamti diliin tee hoggaa ati salaattu ?*
☘Ergamaan rabbi 🍃S A W🍃 akkana jedhan gabrichi yoo salaatuuf qophaahu dilii isaa hundaa baahatee dhufa mataa isaatii fi gurmuu isaatirra kaahamti yeroo inni ruku'a bu'e yookaa sujuude isarraa buuti )*
☞Yaa nama rukuu'aa fi sujuuda ariifachiiftu sujuuda keetii fi ruku'a keetis dheeressi haga dandeessu akka sirraa buutu diliin ifin dabarsin ajrii kana "
Namni ilmii diinii takka beekee isii nama hin barsiisin guyyaa qiyaamaa ni gaafatama "*
☟
*Kana hoo bektaa
Intalti gaariin takka duutee wayta qabrii isii bira dabran hundaa foolii akkaan urgooftu suufan jaarsi isii akkana jedhe isiin yeroo hundaa suuraa almulki qara'uu hin dhiiftu osoo hin rafin dura atis isii qara'i isiin azaaba qabrii irraa najaa nama baaftii nama jaalattuuf himi ani waan sijaaladhuuf sii himee .*
☞Kana hoo bektaa
Yoo aayatal kirsiyyii qaraate salaata hunda booda jidduu keetii fi jidduu jannataa du'a qofatu jira .* 👇
☞Kana hoo bektaa !
Hoggaa salaata xumurte hin ariifatin waa xiqqo turi sababaan waan malaa'ikaan siif kadhattuufi rabbii kee biratti. *
*_If biratti qabdee hin taa'iniin ilmii keyrii mindaa ittiin argattu
☞ilmii kheyrii mindaa irratti argattu ifbiratti qabdee hin taa'iniin
>><<>><<
Sakandii 20 keessatti qormaata qabda
↪️Sheyxaana kee qormaati
Sheyxaana injifatuu beekuu barbaaddaa ??
Ergaa tana ergi nama hundaaf eega dubbistee ni agarra mee yoo Sheyxaanni dhaabuu dandahe Subhaanallaahi wal hamdu lillaahi walaa ilaaha illallaah wallaahu akber walaa howla walaa quwwata ilaa billaahii
☝Allaahummaa salli wabaarik alaa sayyidinaa wanabiyyinaa muhammad aleyhissalaatu wasallam
Subhaanallahi wabi hamdih adada kalqihii waridaa nafsihii wazinata arshihii wamidaada kalimaatih
Astaghfurulahil aziim
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah
Share godhi amma hin turin haga guyyaan qiyaamaa dhuftutti hasanaata fakkeenya gaaraatu siif jiraa
Waan ati sababaa taateefi zikrii rabbii nama yaadachiisuu Keessatti ...
☝Alhamdulillah ani ufirraa ergee jira gara kiyyaan
👉Yoo rabbii kee jaalatte 💔message hin cufin yoo ergite malee nama kidmaatti dabalame3hundaa/
Laa ilaaha illallaah muhammad rasuulullaah /

Na dhugoomsi guyyaa ati erguu hawwitutu dhufaa☝😭
🌷Astaghfurullaahil aziim
... ... ... ... ... ... ... ... .... ... ... ... .

1. Wɑ sɑdii eegii
⭐biyyɑ
⭐hɑɑdhɑ
⭐ijɑ
2. Wɑ sɑdiif qophɑɑ'i
⭐dirqɑmɑ sitti lɑɑtɑmu
⭐beekumsɑɑf
⭐gɑɑ'ilɑɑf
3. Wɑ sɑdii kɑbɑjjii
⭐wɑɑdɑɑ ke
⭐hiryɑɑ ke
⭐gɑɑ'ilɑ ke
4. Wɑ sɑdii too'ɑdhuu
⭐Arɑbɑɑ ke
⭐dɑllɑnsuu ke
⭐miirɑ ke
5. Wɑ sɑdii dinqisiifɑdhu
⭐bɑreedinɑ
⭐jireenyɑɑ
⭐uumɑmɑɑ
6. Wɑ sɑdii jibbii
⭐komii
⭐inɑɑffɑɑ
⭐hɑmeenyɑ
7. Wɑnti sɑdii bɑyyee si bɑrbɑɑchisuu
⭐Amɑntɑɑ
⭐Abdii
⭐jɑɑlɑlɑ
🙏 yeroo Gɑɑrii
🌺 @muddassirmohammed 🌺
⭐biyyɑ
⭐hɑɑdhɑ
⭐ijɑ
2. Wɑ sɑdiif qophɑɑ'i
⭐dirqɑmɑ sitti lɑɑtɑmu
⭐beekumsɑɑf
⭐gɑɑ'ilɑɑf
3. Wɑ sɑdii kɑbɑjjii
⭐wɑɑdɑɑ ke
⭐hiryɑɑ ke
⭐gɑɑ'ilɑ ke
4. Wɑ sɑdii too'ɑdhuu
⭐Arɑbɑɑ ke
⭐dɑllɑnsuu ke
⭐miirɑ ke
5. Wɑ sɑdii dinqisiifɑdhu
⭐bɑreedinɑ
⭐jireenyɑɑ
⭐uumɑmɑɑ
6. Wɑ sɑdii jibbii
⭐komii
⭐inɑɑffɑɑ
⭐hɑmeenyɑ
7. Wɑnti sɑdii bɑyyee si bɑrbɑɑchisuu
⭐Amɑntɑɑ
⭐Abdii
⭐jɑɑlɑlɑ
🙏 yeroo Gɑɑrii
🌺 @muddassirmohammed 🌺
Watch "Nashiidaa Akka malee namatti toltu dhageyfattu malee bira hin dabrin" on YouTube
https://youtu.be/0MfTpmtMXuY
https://youtu.be/0MfTpmtMXuY
YouTube
Nashiidaa Akka malee namatti toltu dhageyfattu malee bira hin dabrin
We're talking about MARKAZU 📚ABUU HUREYRAA🕋QURAAN 🅰️FI 🕋HURUUFAA 📚SHURUUXA 📚SALAATAA/ Saatii)1: 4 ⏱9 :12. Click the link to join us!https://s.imoim.net/LPQblh?from=copy_link