Telegram Web
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashidaa Hawwiin egaa turtan tan nii”iima Jettu Video waraabi camera duuba ( Bihind seen )Yeroo Dhihootti Clip bifa addaattin nu eega YouTube kiyyarratti https://www.youtube.com/@obsasule4469
Forwarded from Hamdi abdujabar
Ilma namaa mo....

@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Join and share
Forwarded from Hamdi abdujabar
MIRKUZ DIRRE DHAWAA DHUFEE JIRAπŸƒβ€β™‚β€βž‘οΈ

Urjii bahaa giiftii gammoojjii fi Ityoophiyaa xiqqoo tan taate magaalaa Dire Dhawaa galma dargaggootaa kan koongoo meedaa kessa  argamutti guyyaa alhadaa February 23 ganama sa'atii 3:00 irraa jalqabee kan gaggeefamu yoo tahu MIRKUZ 30, Halluuwwan Ramadaanaa 6ffaa qabatee dhufee jira. ⏳
Warri Dirre qophiidhaa?


🌴 MIRKUZ 3⃣0⃣
πŸ“ Dirre Dhawaa galma dargaggootaa
πŸ—“ Alhada Feb 23

⏳ Baallamni keenya kan eeggame taha βŒ›οΈ

πŸ•‹ MIRKUZ 30 🎊
🌜 Halluuwwan Ramadaanaa 6ffaa🌴

@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
As we wb akam jiirtaan jalaawan 🫑
Sagantaan Eebba Kitaaba Seenaa AbbaaDhaloota Harraa Abbaa Qubee Afaan Oromoo Hayyuu Dhaloota Qubee Dr #Mahammad_Rashaad_Abdullee kan lIma Isaanii #Khalid_Muhammad tinQophaa'e Gaafa Guyyaa 16/06/2017 A.L.I yoo Ta'u 23/02/2024 G.C Dilbata/AlhadaFinfinnee Hoteela #lilliitti BakkaKeessummoonni fi HayyoonniArgamanitti Sa'aa 7:001rraa eegaleeHaala Hoo'aa Ta'een Kan Eebbifamu Ta'aIsin Hunduu Affeeramtanii lirtu WolArgaan Keenya Finfinnee Hooteela#Iiiitti Haa Ta'u
Birra Gemediβ€οΈπŸ™
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashidaa hawiin egaa turtan.
Cilp isii tumuretiin jiraa
Insha Allah Gutuu isii Guyaa Salasaa..za.:1 galgalaa you tube kiya OBSA SULE..jalatii nii”Arkataan
Hanga sitii subscribe godhun matii kiyaa tahaa na”egaa Links πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://www.youtube.com/@obsasule4469
Channel photo updated
Forwarded from Hamdi abdujabar
As wr wb jaalowwan qaqqaali baga rabbiin guyyaa har'aatin isin gahe RAMADAN MUBAARAK baga ittiin isin gahe ka barana kan bara heddu nu haa godhu warra irraa fayyadamus nu haa taasisu

@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mabrook Fahmii & Rahma Allahumma BaarikπŸŽ‰πŸ₯³β€οΈ Nashiidaa aruuzaa babbareedaa barbaannaan nu qunnamaa. Dhihottis Guutuu Isas eeggadhaa πŸ™Œ links khanan subscribe godhuun 🫑https://www.youtube.com/@obsasule4469.



@obsana
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Neshida..kan cidha qofaaf ta'e gaggeessuu barbaaddu bilbili.09 72 26 26 34..🫑 Neshida..who wants to hold a wedding only call.πŸ“ž.
2025/06/27 21:12:15
Back to Top
HTML Embed Code: