Telegram Web
Forwarded from Hamdi abdujabar
Insha Allaah guyyaa Alhada youtube #Hamdi_abdujabar gubatti ganama 3:00 Subscribe godhuu nu eegaa.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Hamdi abdujabar
Gad dhifame jira Seena dawadha
Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb khabajamtota hordoftota kiyya inshallah akkuman isinin ja'e nashida harawa muhammed (SAW) Jattu isinif qabadhe dhufen jira inshallah guyya khamisa gama channels tiktok kiyyan trend isii isinif gad dhiisa hanqasitti #share godhun na jajjabessan isinin ja'a ammalle irra debi'e akka jaalattan abdin qaba πŸ™Œ ❀️‍πŸ”₯

Isin jaaladha ngyn naf tura!!βœŒοΈπŸ€Œβ€οΈβ€πŸ”₯
Forwarded from Hamdi abdujabar
Insha Allaah yeroo dhihotti walaloo "Hibboo" jattu bifaa addaatiin gama youtube kiyya HAMDI ABDUJABAR gubbati isin biraan gahuf qophi xumure waan jiruf
https://youtu.be/GzjlemkRTjA?si=kbeDGrbgEbil4hN8
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
SUBSCRIBE godhun na jajjabeessaa
Glt
Gad dhiifame jira seenaa daawadhaa Subscribe godhun na jajjabeessaa yaada yo qabaattanis comment jalatti naaf barreessaa glt.
Forwarded from Hamdi abdujabar
Jiruun sii ballataa
Kaznaa birrii guutaa.
Gamoos balloo jaartaa.
Yabbiis ni arkattaa.

Kan feetee galchitaa
Kan feetee Ariitaa.
Rakkana lagatta.
Quufuma arkatta.

Tan feete filattee
Dubartiis ni fuutaa.
Hanga feetee turtuus.
Garuu irraa duuta

Irraa duuta hbb hbbt Ibaada jabeeysi.
Ta yoo dutellee si jalaa hin hafne.

      JOIN GODHAA πŸ™
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
✍@Ammaar_Mohaammad
πŸ‘‰@hamdi_abdujabar
Forwarded from Hamdi abdujabar
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Lingua _Pro_English_privet_school

Iddon πŸ“ Mana barumsa lagahare sadarka 1ffaa fi 2ffaa keessaa.

Galmee egale jirra
Sa'a barnota  sa'a 11 irra hanga sa'a 12 fi cina  shiftin lammaffa sa'a 12 fi cina irra hanga sa'a 2    odeffanno dabalataf  :- 0901337250 or
                          0936160122
Forwarded from Hamdi abdujabar
Atis hin jenne anis hin dhagenye
Kuni hasawa nuun hin mallee
Warra kabajaa qabu yoo saahibde
Hamtuu te hin hasawan tola ke malee

@hamdi_abdujabar
@hamdi_abdujabar
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Mabrook Hamza & Mabruka Allahumma BaarikπŸŽ‰πŸ₯³β€οΈ Nashiidaa aruuzaa babbareedaa barbaannaan nu qunnamaa kesan Dhihottis Guutuu Isas eeggadhaa you tube Kiyaa πŸ™Œ links khanana.. https://www.youtube.com/@obsasule4469
Nashidaa hawiin egaa turtaan gadhifamate you tube Kiyaa πŸ™Œ links khanana.. seenun dawadhaa..❀️🫑

https://youtu.be/xvg3kSoyolY?si=DbZwePNuuqLqczxz
2025/01/23 05:23:22
Back to Top
HTML Embed Code: