Telegram Web
Airdrop Blum caalaa kaffalu hin jiru jedheetan tilmaamaa jira. πŸ€œπŸ€›

Ani akka dhuunfaatti hanga ammaatti Dogs fi Notcoin hojjedheera gaaru Blum $Dogs fi NOT caala buha isinif qabachuu hin holu πŸ—ΎπŸŽ‘πŸžπŸŒ…

Akkaawuntii adda addaatiin hojechuu itti fufa bu'aa hedduu argachuun keessan hin oolu jabadha hojedhaa.πŸ’“

Blum warra hin jalqabneef πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.tgoop.com/blum/app?startapp=ref_XApJUMtgmG
Biyya Wahiitti.

Jaartiitu jaarsa isii kan dubartii qashxii takka bilbilaan janajjanu agarte. Bilbila isaa fuutee facebook fi miseenjera seentee laalte. Jaalala Romantic jalqabe jaarsi. Xiqqo teesseeti yaadni tokko dhufeefi. Yaadichisi;

1. Chat inni barreesse hunda copy godhatte

2. Akkaawuntii haaraa maqaa dhiiraatiin bilbila ofiitiin banatte.

3. Hiriyummaa jaarsa isii kanattis ergatte. Innis accept godhe.

4. Isaan walbaruu itti fufte. Akkana jette "Maqaan kiyya Abu Dardaa'iidha miseensa BOKO HARAAMI. Chat ati jaartii tiyyaa wajji goote hunda argeetin jira. Yoo dhugumaan jiraatuu kan feetu tahe jaartii tiyyarraa fagaadhu. Qabatama natti himii kan feetu yoo tahe waan ati sii waliin haasoyte hunda harkarraan qaba, si garsiisuun dandaha" jetteen.

5. Kanaafuu, yooniif ati jaartii tiyyaa wajjiin haasawuu dhaabuu baatte akka jara saniitittin si qala.

6. Siis sirrittin beeka. Maqaan kee Jamiiluudha. Maqaan abbaa keetii Mohammedi, maqaan ummaa teetii Khadiyya, joollee sadi qabda. Amiin, Sara fi Yusufi. Abdurehman saahiba kee cimaadha. Usmaan ollaa keeti. Ati hoojjetaadha. Sa'aatii 3:30tti saahiba kee Usmaan wajjiin gara dalagaa deemta. Karaan irra deemtani karaa Jambutuuti. Sitti himeetin jira, yoo arra booda jaartii tiyyatti bilbilte, itti barreessite ykn chat goote irran sii deebi'a sin qal*a" jetteen.

Ganama itti aanu, jaarsi ganamumaan ka'eeti magaalaa dhaqee bilbila isaa gurguree, Nokia xiqqoo takka bitatee gale. Jaartii isaatiinis ganama bariisaa subii akka salaataa hogga hunda kaaftu itti himate.

Namtittiin sun, jaarsi kiyya eegasii salaata takkaa dhiisee hin beeku, yeroo isaatiis irra guddeessa mana keessatti nuwaliin dabarsa jette.

Akkanatti ayliidhaan jaarsa qabachuudha malee dirretti if hambisuun...!

©️Shamil N Mohammed

@orolovechats
Dheengadda saree online gubbatti horsiisaa gurguradhaa jennaan nu dhagahuu diddan, arraas isin yaamnaatii koottaa Bashoo tana horsiisaa gurguradhaa dalagaa hin tuffatinaatii.πŸ€”

Nuti waan Gaarii ifiin jaalattu obboleeysa keetiiniis jaaladhu jechuu hojiirra oolchu jirra malee callisuu hin wallaallee. πŸ™„

Warri Niiraa feetan Link asiin gadii tana tuqaa seenaa dalagadhaa. πŸ‘‹πŸ˜Ž

http://www.tgoop.com/catsgang_bot/join?startapp=ys2HxuDYnkRjAkOayTrVS
Dubartii Abbaa manaa qabdu takka yooniif isii akka dhiirattin dalagadha, akka dhiirattin alaa manas hooggana jettu agarte ykn gocha akkas fakkaatu qabaatte jaarsi isii dhiira dadhabaa tahuu bari. Dubartiin sun jaarsi waan itti laaffateef dhiira jabaa barbaadaaf alatti ija babaasuun isii hin hafu!

Ammaasis bara ammaa tana jaartiin namaa tan miidiyaa hawaasaa kan akka tiktok fi fb gubbaa akka hundan taha jettu dubartii akkasiiti.

Dhiirti jabduun humnaan osoo hin taane dhiirummaa waa hubdaa qabdu, dhalaa isii akka alatti baatu hin taasisu. Akka niin dalagadh jettu hin taasisu. Dhiirti jabduun dubartii gad jettee bu'uura boruu taatu, jaarsa isii karaa gaarirratti tumsituufi utubaa manaa taate oomisha ykn taasisa.

Dhalaa itti hin laafinaa, itti laafnaan ifiif jabaatuu filatti. Eegasii ammoo dhiira jabaadha barbaaddi!

Dhiirti teenya tan miidiyarratti wal lolaa ooltan faan eheeyiπŸ˜πŸ™„.

©️Shamil N Mohammed

@orolovechats
β˜‘οΈQormaanni biyyaalessaa halkan sa'aatii 6:00 gubbaatti gadhiifama karaa kanaan ilaallachuu dandeessu.

πŸ‘‰Karaa marsaarratti
http://result.neaea.gov.et

πŸ‘‰SMS 6284
πŸ‘‰Karaa Telegraama @eaesbot

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@orolovechats
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@orolovechats
Ahmed professional Hojii Ifaa/ibsaaπŸ’‘ diriirsu

βœ… Tajaajila nuti kenninu
♻️ manneen haaraa ni galchinaπŸ’‘
♻️ Ifaa gubate ni sirreessina πŸ’‘
♻️ Manneen gammoo ni galchinaπŸ’‘
♻️ Ijaarsa manneenii fi waajjiraalee mootummaa ni galchinaπŸ’‘
βœ… Magaalota kanneen keessatti nu argattu.
Dessie
Kombolchaa
Harbuu
Baatii
sanbate

πŸ‘†Magaalota kanneen keessati ni hojjenna
Hojii keenya arganii ragaa bahu
Nuuf bilbilaa,
deebii keenya saffisaa dha lakkoofsa bilbilaa
πŸ“ž0929423494
πŸ“ž0922581898
Irratti bilbila
Odeeffannoo dabalataaf T.me/Ruhiikoo jedhamuun beekama
πŸš€ Airdrop guyyaa inni gad dhiifamu ykn maallaqatti jijjiiramu: Don't Miss Out! πŸš€

πŸ—“οΈ Save the Dates and make sure you're ready for these upcoming opportunities!

πŸ”Ή Catizen – September 20
🎯πŸ”₯ Token Launch
Link
https://www.tgoop.com/catizenbot/gameapp?startapp=r_1312_13310572


πŸ”Ή Rocky Rabbit – September 23
πŸ”₯ Airdrop
https://www.tgoop.com/rocky_rabbit_bot/play?startapp=frId6865794652

πŸ”Ή Hamster Kombat – September 26
πŸ”₯ TGE + Listing
https://www.tgoop.com/hamster_kOmbat_bot/start?startapp=kentId6865794652


πŸ”Ή Cats – September/October 2024
πŸ”₯ Airdrop + TGE
Link
http://www.tgoop.com/catsgang_bot/join?startapp=ys2HxuDYnkRjAkOayTrVS

πŸ”Ή X Empire – September/October 2024
πŸ”₯ Airdrop + Tradeable In-Game NFTs
Link
http://www.tgoop.com/empirebot/game?startapp=hero6865794652

πŸ”Ή MemeFi – October 9
πŸ”₯ Airdrop
https://www.tgoop.com/memefi_coin_bot/main?startapp=r_27ceaf6dd1

πŸ”Ή TapSwap – Q3 2024
πŸ”₯ Listing + Airdrop
https://www.tgoop.com/tapswap_mirror_1_bot?start=r_6865794652 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift


Dabalata; isaan kanneenis yeroo dhihottin

1. Fintopio
https://fintop.io/2uMXcvdy19

2. Bits
https://www.tgoop.com/BitsTonboxBot/BitsAirdrops?startapp=49o9DaphuZpQ2g1KWTb1fz

3. Blum
https://www.tgoop.com/blum/app?startapp=ref_XApJUMtgmG

4. OKX
https://www.tgoop.com/OKX_official_bot/OKX_Racer?startapp=linkCode_125460660

5. Booms

https://www.tgoop.com/booms_io_bot/start?startapp=bro6865794652

5. Goats
https://www.tgoop.com/realgoats_bot/run?startapp=1254059e-9b14-42a0-bae3-55bdfa03e64d

6. Tomarket
https://www.tgoop.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0001BaKI

Farm πŸ… $TOMATO with me and secure your token allocation through Tomarket.ai.

Use my link to get 2,000 πŸ… $TOMATO!


Hub: Warreen durarra jiran sun warreen guyyaan isaan gadi dhiifaman dhihaatedha. Isaan kuunis yeroo dhihotti gad dhiifama.
Irratti hirmaadhaa!

Link hunda isaanii isiniif kaaheetin jira.

@orolovechats
Dhaamsa Jaalalaa πŸ’ pinned Β«πŸš€ Airdrop guyyaa inni gad dhiifamu ykn maallaqatti jijjiiramu: Don't Miss Out! πŸš€ πŸ—“οΈ Save the Dates and make sure you're ready for these upcoming opportunities! πŸ”Ή Catizen – September 20 🎯πŸ”₯ Token Launch Link https://www.tgoop.com/catizenbot/gameapp?startapp=r_1312_13310572…»
Dhiira heerumte!πŸ˜†

Qoosaafi barreeffama bareedaa haala yeroo wajjiin wal-qabatu!

Hiriyaa keenya tokkootu gaafaan ani barumsaaf bakka biraa ture fuudhe. Yeroo sanitti akkuma nama isarraa fagoo jiruttiin bilbilaan baga gammadde jedheen. Gidduu kana immoo eega boqoonnaaf dhufne isaas baga jaaramte jennee gaafachuuf hiriyoota koo waliin mana isaa deemne. Jaartiin isaa madaba jimaa qabdi mana hin ooltu. Ganama eega baate galgala galti. Isumaatu mana keessa oola.

Isa qofaatu guyyaa mana keessa oola waan ta'eef hojjettuu isarraa shakkiti hin qaban. Waan hojjettuun silaa gootu hunda isaatu hojjechaa oola. Ilmorraa daayperiis jijjiireeti, Aannaniis bitee damfisee, waan akka kasalaatiis qabsiisee, shiishaas dhiheeysee hanga isiin dalagaarraa galtu eega.πŸ˜₯ Isiin hoggaa dhufte waa nyaaatteetuma fuwaa jettee qamaati. San booda maalif waan akkanaa hin godhini, osoo ati eeysa jirtuuti re'een kushiinaa seentee qibaaba/ Eelee cabsite jetteefaa loltiin.🀭 Osoo qama'u jirtuu yoo ilmoon iyyitees isaatu sossoba. Kana hunda hoggaan arke booda niin rifadhe! Hiriyaa koo akkanatti arkuurra osoon dhufubaadhe jedheen gaabbe. Osoon hin dhufu ta'e kana hunda argee garaan nan badu ture.

Gammachuu fuudha isa maaliin qooddachuuf dhaqe ree? dhukkubbiin fudhachuuf dhaqe. Maalumaaf dhiira na gootafaa si jechisiifti gaafa waan akkanaa agartu. Lakkaan nama keenya gabrummaa hamtuu dhalaatu gabroomsaa jira. Gabrummaa xixiqqoon tuni yoo hin furamne abadan wanni nuuf dabartu hin jirtu. Isa qofaamiti ammatti namoonni hedduun rakkina akkanaa keessa jiraachu dandahan. Kan akkanumatti ittiin du'ees beeki numa jira. Nama keenyaahu rakkina keessaa Rabbummaan haa baasu wly!

Kunoo har'a osoon qama'u jiruutiin Sprite bitachuuf akkumaan gad bahetti " Yaabo bar gaa Abeluu tokko jaartiitu hiike"🀣 Haawwan ( Dhalaa) akkana waliin jettu dhagahe. Isheen takka immoo hedduu rifatte fakkaatti sagalee nama rifatee takkaan "Saaroo teenyaa amma dhugumaan hiitee?"πŸ˜₯ Jettee gaafatte. Taanis "Ee bar dhugumaan hiitee,manaahis firraa baafte" jetteen.😁 Isheen biraa takkaas way, yay,way,....... jetteeti harka waliin rukuttee,πŸ‘ "Bultii isaanii oowwituu; ta namni alaahuu hawwuuf san maalumaatu gidduu seenee isaan diige? Ilmni namaa ciisa waliif hin qabu kaa" jette.πŸ˜πŸ˜„ Aayyoon tun waan inni keessa ture osoo beekte abidda kana keessaa bahuu isaatiif hin gadditu ture. Hiriyaa koo jaartiin hiikuu dhagahuu kootitti wly hedduu takkaan gammade!😁 Wantootaan silaa abdii kutadhefaan lakki tuniis numa furamtii je'ee kana arkuu kootiif abdii godhadhe!

Rakkinoota addaa addaa kan namoonni keenya keessa jiran, kan nuti hin beekne hunda YAA RABBI ATI NI AGARTAA KEESSAA BAASI!

Ani waa malee kana hin jenne hojiin Rabbii tun dinqiidha. Noomotuma rakkinoota kana hunda dandahe, obsee jiraachaa turefaatu; kunoo miidiyaa hawaasaa kana gubbaa Dogoggoroota namoonni tokko tokko tarii beekkumsa dhabaaf godhan. Tarii osoo hin beekiniis godhuu dandahan kanumaaf immoo obsee rakkinoota akkanaa kanafaa nu wajjiin furuu dhiiseeti waan biraatitti nu jalaa jijjiiraa jira. Summii facaasaa jira. Namuma Gabrummaa akkasii hamtuu san dabarsefaatu amma as gubbaatti dogoggoroota xixiqqaa obsuu dadhabe duba! Nan qabinaa jecha jechaa jira.πŸ˜†

Ani waaniin isiniin je'u hin qabu. Waan biraatillee yoo godhuu dadhabdan waanuma dhufe hunda daftanii yaada irratti hin kenniinaa. Dhabbaadhaati ilaalaa. Namoota waanuma hunda fuudhee fiiguun akka itti fokkotu gaafas ni agartan. San booda yaada keessan kennadhaa. Waanuma namni jedhu hundaas hin amaninaa! Nama of ta'u kan waa baruuf tattaafatu nuhaa taasisu!

©️Murad Bedasoti.

@orolovechats
Waa sadii

dubartii gosa sadii hin fudhin:

1. Ta sirra beekkumsa qabdu. Beekkumsa fedhe haa tahu ka amantiitis tahu sirra beeynaan jireenyi kee ulfaataadha. Isii dhagayuu qabda hoggaa hunda sirra waan beeytuuf mataa si naanneeysiti. Dubartiin osoo humaa hin beeyneehu waa hunda ni beeyti gaafa si caalaa waa beeyte garuu ati humaa hin beeytu zeeroodha.

2. Dubartii Jaahilaa fajaajaa hin fudhin. Ati abbaa isii hin taane sirraa hin barattu, tiktok faa yoo fayyadamte beeytuu adunyaa tokkoffaa if seeti, keeysattuu beekkamtu akka joollee misraa yoo taate wallaalli namummaa fii hayaa irraa fuudhee fajaajoytee jirti. Irraa fagaadhu.

3. Dubartii faasiqa si dura dhiira wajji laaqqachuu barte hin fuudhin. Suni foolee dhiira hedduu barte, meeshaas gosa hedduu garte, hoggaa hunda ka gaafa kaanii saniitu isarra wayya jettee yaaddi gaafa sheeyxaanni isii itti dhufe. Boqonnaa sammuu hin qabdu isii wajjiin

Tam fuuta duuba:

dubartii beekkumsa amantii fii kaanis hanga tokko qabdu ykn si wajjiin qixa qabdu yoo taate hamtuu miti. Ati dhiirummaa Rabbi siif kenneen beekkumsaan wal qixas taatan isii hogganta. Dubartii siin hogganamuuf qophii hin tahan wal qixa beekkumsa qabaattanis hin fuudhin osoo doolaara miliyoona siif kennites.

Jafer Beyan

@orolovechats
πŸš€ Airdrop guyyaa inni gad dhiifamu ykn maallaqatti jijjiiramu: Don't Miss Out! πŸš€

πŸ—“οΈ Save the Dates and make sure you're ready for these upcoming opportunities!


πŸ”Ή Hamster Kombat – September 26
πŸ”₯ TGE + Listing
https://www.tgoop.com/hamster_kOmbat_bot/start?startapp=kentId6865794652


πŸ”Ή Cats – September/October 2024
πŸ”₯ Airdrop + TGE
Link
http://www.tgoop.com/catsgang_bot/join?startapp=ys2HxuDYnkRjAkOayTrVS

πŸ”Ή X Empire – September/October 2024
πŸ”₯ Airdrop + Tradeable In-Game NFTs
Link
http://www.tgoop.com/empirebot/game?startapp=hero6865794652

πŸ”Ή MemeFi – October 9
πŸ”₯ Airdrop
https://www.tgoop.com/memefi_coin_bot/main?startapp=r_27ceaf6dd1

πŸ”Ή TapSwap – Q3 2024
πŸ”₯ Listing + Airdrop
https://www.tgoop.com/tapswap_mirror_1_bot?start=r_6865794652 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift


Dabalata; isaan kanneenis yeroo dhihottin

1. Fintopio
https://fintop.io/2uMXcvdy19

2. Bits
https://www.tgoop.com/BitsTonboxBot/BitsAirdrops?startapp=49o9DaphuZpQ2g1KWTb1fz

3. Blum
https://www.tgoop.com/blum/app?startapp=ref_XApJUMtgmG

4. OKX
https://www.tgoop.com/OKX_official_bot/OKX_Racer?startapp=linkCode_125460660

5. Booms

https://www.tgoop.com/booms_io_bot/start?startapp=bro6865794652

5. Goats
https://www.tgoop.com/realgoats_bot/run?startapp=1254059e-9b14-42a0-bae3-55bdfa03e64d

6. Tomarket
https://www.tgoop.com/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0001BaKI

Farm πŸ… $TOMATO with me and secure your token allocation through Tomarket.ai.

Use my link to get 2,000 πŸ… $TOMATO!


Hub: Warreen durarra jiran sun warreen guyyaan isaan gadi dhiifaman dhihaatedha. Isaan kuunis yeroo dhihotti gad dhiifama.
Irratti hirmaadhaa!

Link hunda isaanii isiniif kaaheetin jira.

@orolovechats
Dhaamsa Jaalalaa πŸ’
Photo
GORSA!.... Facebook haqe post jalqaba dhiifama!

Ijoollee Hamster kombat dalagdan wanti isin gorsu tokko yoo jiraate... guyyaa 3 booda mallaqa hunda irra hin baafatinaa...Mallaqa achi irratti hambisaa maaliif dollara 20 hin taane...Gabaa digital currency keessa hin bahinaa..#Bitcoin waggaa 14 dura Dollara 0.3 ture hardha gatiin Bitcoin tokko dollara Kuma 60 oliidha(Qarshii Miliyoona 7.2)...Kanaafu Hamster Coin hardha 0.12 dollar gatiin isa(Ol ka'uus gadi bu'us danda'a) garuu yeroo muraasa booda daran dabalaa deema waan taheef akka nama mallaqa bank digital kaayateeti ilaala..Yeroo muxannoo horachaa deemtan achumatti ittiin daldaltu digital coin garaagaraa bitachaa...hammasitti garuu maaf dollar 10 hin taane keessatti dhiisa... Binance, BYBIT, OKX fi platform gabaa digital currency keessa hin bahinaa.. Namoonni Wallet irratti akka isiniif galu gootan immoo dhawatan gara Binance transfer gochaa ittiin daldaltu... Namoonni waggaa 14 dura Bitcoin 0.3 bitan hardha Miliyoonara Adunyaati.. Muldhata qabaadha!

Warri Afaan English sirnaan dubbisuu fi hubachuu beektan kuni isin hin rakkisu.. Namoonni rakkinna English qabdan immoo YouTube gubbaa Video Afaan Oromoo fi Amaaraan ykn Arabiffaan dalagame guutera waan taheef achirra hubannoo horachaa deema... Digital currency kan akka Bitcoin,Solana, Ethereum fi hedduun isaanii fuunduree mallaqa diinagdee Adunyaa tahu isaanii mirkaneessanii jiru... Adunyaan hard currency irra gara digital currency shift godhaa jirti.. Adunyaa faana fiigu dadhabdanis Jala suksukuun dirqama keessani... Digital currency keessatti ofeegannoon guddaan gootan yoo jiraate Password πŸ”‘ hedduu ulfaata fi Two-factor Authentication fayyadama because hattuun zeeroo isin gooti waan taheef..Kana goonaan isin investment keessa seentanii jirtu..Ummata Negative hin dhagahina Adunyaa faana imalaan dhaamsa kooti. ..!

Link comment irratti argattu namoonni haga amma hin eegalin...!

Jaalalaan itti dukkaneessaa jirra kunoo Hamster interlude πŸ’žπŸ’—πŸ’“πŸ’–πŸ’

@orolovechats
Binance Pirojektii mataa isaanii ta'uu Telegram Channel irratti beeksisaniiru, kanaaf warri hojjachaa jirtan itti fufaa...

Maqaa Pirojektii MOONBIX

BINANCE MINI-APP ta'uu isaa gadhiise

Daily check inβœ…

Task Completeβœ…

Play The GAMEβœ…

Yeroo Taphattan BINANCE LOGO fi GIFT BOX jira, CATCH it, BLACK ROCK malee.

https://www.tgoop.com/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_6865794652&startapp=ref_6865794652&utm_medium=web_share_copy

Join the Moonbix Journey! Get 1000 Coins as a new player and stay tuned for exciting airdrops and special rewards from Binance!

βœ… Ammas yoo ta'ellee gara Wallet Connect/Bind deemuuf hin ariifatinaa, yeroo beeksisni dabalataa bahu isin beeksifna.

βœ… Link sirrii argachuu keessan mirkaneeffadhaa.

START NOW

@orolovechats
ISHEE HIN BOOCHIN!πŸ₯Ί

Ija duraa si dhabuu hin dandeessu taanaan, egereekee yaaddee guddina keetiif dhamaati taanaan, dhiphina kee qooddattee kolfakee gammaddi taanaan, rakkina kee qooddattee "Abshiir hunda keessatti an sii waliinii bor dabraa naaf jabaadhu "jettee imimmaan kee haqxee hamilee sitti gooti taanaan, gammachuu isii caalaa gammachuu kee hawwiti taanaan, dhukkuba kee siif Aaddee cabakee okkolti taanaan, onnee isii hin cabsin.

Isii miidhuu sodaadhu, gatii isii beekii miira isii kabajiif, kunuunsii jabeessii qabadhu. Takka si harka baanaan namni akka ishee tasuma deebi'ee siif hin dhufu.
Dubartii siif boochu imimmaan isii sodaadhu. Si balleessa, jireenya gaabbiin guutame si jiraachisa. Sababni isaas Qulqulluummaan sitti of gattee ati miitee boochista taanaan imimmaan qulqullootaa gatii qaba. Gatiinsaa immoo gatii guddaa si baasisa. Waadaa ishee eegi imaanaa jaalala ishee hin nyaatin jabeessi.
Kun doorsisaa miti wallaahi dhugumatti imimmaan Dubartii sodaadhaa warri dhiiraa.

Leelloo Saba
@orolovechats
2024/09/27 02:24:28
Back to Top
HTML Embed Code: