Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
GUFUULEEใฐ๏ธ MILKAA'INAAโ๏ธ
1. Ofittummaa
2. Sodaa kufaatii
3. Karoora qabatamaa qabaachuu dhabuu
4. Galmaawwan beekamoo qabaachuu dhabuu
5. Jijjiirama haala jireenyaa
6. Waan har'a hojjechuu dandeenyu yeroo biraatti dabarsuu
7. Hanqina karoora/qarshii
8. Ittigaafatamummaa maatii
9. Waan tokko irratti xiyyeefachuu dhabuu
10. Faayidaa yeroof jennee mul'ata ykn kaayyoo keenya dagachuu
11. Qofaa keenya hedduu hojjechuu
12. Humna ofii ol yaaduu
13. Kutannoo qabaachuu dhabuu
14. Leenjii barbaachisaa qabaachuu dhabuu
15. Sabrii dhabuu
16. Filannoo beekama ykn qabatamaa dhabuu
Waliif #Share godha
Galatoomaa!๐
#Waan dubbiftaniif galatoomaa!!!
#Share Join๐
๐ @Jechootahayyoota ๐
๐ @Jechootahayyoota ๐
๐

Jiraachaa hojjadhu
Har'a jiraachaa hojjadhu malee hojjachaa hin jiraatin. Yeroon milkaa'en jiraadha jechuun Doofummaadha. Namni tokko tokko har'a osoo hin jiraatin qarshi (birr) argachuuf jecha fayyaa ofii nii dhaba. Yeroo qarshii argate san immoo fayyaa argachuuf jecha qarshii argate sana nii dhaba. Milkaa'inni isaa kufaatidha. Deeme deeme dhumarratti zeerodhaan (0) baay'isa. Ati garuu nama jiraachaa hojjatuudha kaayyoo akkana hin qabdu jedheen yaada.
@JECHOOTAHAYYOOTA

Namoonni baay'en obsa akka Gowwummaatti ilaalu. Akkas osoo hin taane, obsi ilaalchaf dandeettii fageessanii yaaduti.
akkasumas wallaalanii osoo hin taane, osoo beekanuu irra darbuudhas. Namoonni yakka hojjatanii waggaa 5 fi isaa ol akka hidhaman kan itti murteeffamu, daqiiqaa 20 ykn 30f obsuu dadhabaniiti.
Jireenya kee keessatti Guyyoonni akka ati abdii kuttuu fi akka ati of jibbitu si taasisan baay'etu jira. Guyyoota kana yoo obsaan bira dabarte malee, duubattii deebi'uun zeeroo irraa eegalta.
Kanaafuu obsuu qabda.
@JECHOOTAHAYYOOTA
akkasumas wallaalanii osoo hin taane, osoo beekanuu irra darbuudhas. Namoonni yakka hojjatanii waggaa 5 fi isaa ol akka hidhaman kan itti murteeffamu, daqiiqaa 20 ykn 30f obsuu dadhabaniiti.
Jireenya kee keessatti Guyyoonni akka ati abdii kuttuu fi akka ati of jibbitu si taasisan baay'etu jira. Guyyoota kana yoo obsaan bira dabarte malee, duubattii deebi'uun zeeroo irraa eegalta.
Kanaafuu obsuu qabda.
@JECHOOTAHAYYOOTA
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Gorsษ Jireenyษ keenyษ keessษtti nu fษyyษdu.
1 Gorsษ lษkkoofsษ 5 irrษ ilษษli
2 Dhiifษmษ dogoggoreeti lษkkoofsษ 11 irrษ illษษli
3 Mee ษl tokko hin dheekkษmin lษkkoofsษ 15 irrษ ilษษli
4 Tษsgษbbษษ'i Lษkkoofsษ 13 irrษ isiniif jirษษ
5 Durษษn dursee lษkkoofsษ 2 ilษษlษษ
6 Mษษltu si ษษrsษ lษkkoofsษ 12 irrษ ilษษli
7 Dubbisuun guutuu nษmษ godhษ!.
8 Gorsin jechuuf bษrbษษde lษkkoofsษ 14 irrษ jirษ
9 Obsษษn lษkkoofsษ 4 irrษ ilษษlษษ
10 Isษ dhumษษ lษkkoofsษ 16 irrษ ilษษlษษ
11 Dhiifษmษ guddษษ lษkkoofsษ 6 ilษษlษษ mษษl jedhษ?
12 Mษษloo lษkkoofsษ 8 irrษ ilษษlษษ
13 ษbdii hin kutinษษ lษkkoofsษ 10 irrษ isiniif jirษ
14 ษkkษm ษkkษn isiniin jedhu hin beeku cษllisษษtii lษkkoofsษ 3 irrษ bษrbษษdษษ
15 ษkkษ dheekkษmtษn nษษf gษlษ gษruu lษkkoofsษ 9 irrษษ ษrgษttu
16 Obsษ keessษniif heddun isin gษlษteeffษdhษ Gorsichi lษkkoofsษ 7 irrษ isiniif jirษ!.
Shษre
แฝแฌแแพแพ แถแชแชแแฅแฅ

๐๐๐๐ข๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ญ๐ข๐ง๐๐!
๐ด๐๐๐ ๐๐ข๐ก๐ ๐ด๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐ข๐ก๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ก๐ก๐ โ๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐๐ข๐ข๐ ๐ก๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐โ๐๐!
1, ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐๐๐๐๐.
dhalatee waggaa 21ffaa isaatti daldala eegalee kisaaran isa mudate. ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐ Dhalatee waggaa 22ffaa isaatti immoo mana maree seera murtuuf hirmaatee hin milkoofne ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐ Dhalatee waggaa 26ffaa isaatti jaalalleen isaa biraa boqotte ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee waggaa 27ffaa isaatti dhukkuba narviitiin qabamee baayyee dhukkubsatee ture ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee waggaa 34ffaa isaatti immoo Koongireesii Ameerikaaf dorgomee utuu hin milkaa'in hafe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 45ffaa isaatti akkasuma mana maree bakka bu'oota uummataa bakka bu'ee dorgomee kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 47ffaa isaatti itti aanaa pireezidantii Ameerikaa dorgomee kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 49 isaatti mana maree bakka bu'oota Uummataa dorgomee kufe ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhalatee, waggaa 52ffaa isaatti ๐๐ข๐ซ๐๐๐ณ๐ข๐๐๐ง๐ญ๐ข๐ข ๐๐ฆ๐๐๐ซ๐ข๐ค๐๐ ๐ญ๐'๐๐ ๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐๐๐ฆ๐. แตแตแตโฑโฑ แตแตแตแตโฟโฟแตแตหข แตแตแตโฑโฑ แตแตแตแตแถสฐโฑโฑหขแต!
2, ๐๐๐ ๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐. ๐. ๐ ๐๐๐๐ค ๐๐๐ dureessi biyya chaayinaa kun yeroo heedduu kufaati keessummeessun nama beekamu kan tureedha.
๐Barumsa sadarkaa 1ffaa yeroo baratu al-lama kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Barumsa sadarkaa 2ffaatti yeroo sadii kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Seensa Yuunivarsiitii Hangizyuu tiif qoramee yeroo sadii kufe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Yuunivarsiitii Harvardiitti barachuuf yeroo kudhan (10)n iyyate kurnanuu jalaa kuffisan ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Erga Barnoota xumuree booda yeroo soddoma qacaramuu dhaqee, hunduu fudhatama dhabe ๐จ๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Dhaabbanni KFC jedhamu namoota 24 dorgomsisee yommuu turetti, namoonni 23 darbanii inni qofti kufe ๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐!
๐Humna waraanaa keessa seenanii hojjechuuf namoota shan (5) ta'anii iyyatanii turan; garuu afur (4) darbanii inni qofti kufe ๐ฒ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐พ๐๐ฃ๐ฆ๐ฆ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฆ ๐ฑ ๐ฎ ๐ง ๐ฆ ๐ง ๐ฆ ๐๐
๐
๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐'๐๐, ๐ฐ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐ ๐โ๐๐๐ ๐๐๐ ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐!
Galatoomaa!
Join for more: @JECHOOTAHAYYOOTA YAADAF๐ @besilent12

Sodaa
Sodaan deebii yaada keetiti. Sodaan yeroodhan hin kolaafamne taanan humna yaaduu fi waa kalaquu namarraa mulqa. Inni jabaan sodaachuu dhiisudha,gootummaa. Icitiin sodaa kee injifattuun keessaa tokkoo fi jabaan wanta sodaattu hojjachuudha.
.
Maalummaa sodaa tolchii adda baafadhu. Sodaa sumatuu uuma,sammuu kee keessa malee eessayyuu hin jiru. Sammuu kee keessaa dhabamsiisnan eessallee hin jiru jechuudha. Sodaa of keessaa balleesite taanan bakka garaa keetii,bakka abjuu fi Mul'ata keetii ni geessa. Kun immoo jireenya kee keessatti gammachuu fi nageenya guddaa siif kenna.
Shษre
แฝแฌแแพแพ แถแชแชแแฅแฅ
@Oromotoo

โ Daandii qabattee jirtu hamma milkeessitutti yookaan hamma raawwattee kuftuttii goonkumaa addaan hin kutiin yookaan daandii biraa hin eegalin.
Dhimma kana irratti H.Rozi Perot akkas jedha; "Namoonni baay'een wayita milkaa'inatti dhiyaatan hojii dhaabu. Namoonni kunneen rakkoolee hedduu dandamatanii dhufanii wayita tarkaanfiin tokko qofti isaan haftu abdii kutaanii addaan kutu"
@Jechootahayyoota

SAMMUU KEENYATTI HAMMAM FAYYADAMAA JIRRAA?
==========================
โก๏ธ Dandeettiin sammuu namaa dhokataadha. Yommuu ittin hojjetan ba'ee mul'ata. Ittiin hin hojjenne taanaan garuu sammuun dadhabaa fakkaata.
โก๏ธ Sammuu ofii hojjechiisuun dandeetti horachiisuu osoo hin taane, dandeetti sammuu sanaa hojiitti hiiksisuudha.
โก๏ธ Saayintistichi beekaman dhalootaan Yihuudii, Lammummaan isaa Ameerikaa ta'e Albert Enstian utuu addunyaan hamma sana sammuu isaa ajaayibsiifattuu akkana jedhe, " Dandeettii sammuu kootti harka dhibba keessaa haraka digdamii shan (25%) qofaan waanan fayyadame natti fakkaata jedhe!"
โก๏ธ Hayyuun Wiliyam Jems jedhamu immoo giddu galeessaan ilmaan namootaa 10% -12% qofaa sammuu isaaniitti akka fayyadamanii darban ibseera. Kana jechuun sammuun ilmaan namaa heedduminaan sammuu isaa utuu hin hojjetin akkuma waliin dhalatetti waliin du'a jechuudha. Biyyeen albuuda guddaa ammana ga'u kuufachaa jirti.
โก๏ธ Addunyaa kana caalaatti dandeettii sammuu namaa qabeenya isaa kan godhate biyyeedha jechuudha.
โก๏ธ Akka ta'utti sammuu kee hojjechiisuu shaakali.
โถ๏ธ Karoorsi!
โถ๏ธ Hojjedhu!
โถ๏ธ Waan hojjettu madaali!
โถ๏ธ Bu'a qabeessa ta'e!
โถ๏ธ Addunyaan dirree wal dorgommiiti, ammuma ka'i dirreetti makami!
๐ Milkaa'inni fagoo miti, barruu harka kee keessa jira.

โ Mul'atni hin ilaalu ni arga malee. Arguufi ilaaluun baayyee garaa gara. Kanaafuu abbaan mul'ata ni arga malee hin ilaalu.
HIIKA MUL'ATAA
1. Adeemsa sammuuti.
2. Ta'udha malee taa'uu (iddoo qabachuu miti)
3. Boba'aa geggeessaan tokko ittiin adeemuu danda'uudha.
4. Humna ittiin waan haaraa uumaniidha.
5. Shaamaa ittiin dhaloota keessaa ga'umsa barbaadanii arganiidha.
6. Funyoo ittiin boolla gadi fagoo keessaa ol ba'anii tulluu irra ittiin dhaabbataniidha.
7. Kan namoonni gurguddoon addunyaa kanaa wareegamaniifiidha.
8. Har'a caalaa fira boriiti.
9. Ija foonii caalaa fageessee arga.
10. Madda qaba madda isaa malee ba'ee hin mul'atu.
11. Kutannoo fi ija jabina malee nama keessaa hin ba'u.
12. Haala amma keessa jirtu ganuu akka qabdu sitti hima.
13. Hojii garee miti.
14. Ni tarkaanfata malee hin tiratu.
15. Nama biraa ta'u akka hin dandeenye sitti hima.
16. Wanta ati ofi harkaa qabduu irratti hin hundaa'u.
17.Biyya ati dhalatte irratti hin hundaa'u.
18. Sin gatu yoo ati gatte malee.
19. Si hin sobu, yoo ati sobde malee.
20. Dhabamuu sababa baduu dhaloota baay'ee ta'eera .
21. Dhabamuun hiyyummaa namoota baay'eef sababa ta'era.
22. Dhabamuun akka geggeessitoonni baay'een uummata miidhan godheera.
By Miratu Shanko

MADDA BEEKKUMSAA๐ณ
Photo
Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
D๐๐๐ก๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐๐ ๐๐ง๐๐!
Minilik bara isaatti mootii ture.
Bara sana impaayera Itoophiyaa ijaaree, bulchee jiras.
Bara isaatti injifannoowwan heddus gonfatee jira(namoota inni hoogganuun ta'us).
Amma garuu Minilik ekeraadha. Kan nama gaddisiisu du'uu isaa namoonni amananii hin fudhanne ammas ni jiru.
Ekeraa faarsaa,sagadaa fi waaqessaa jiraatan jiru.
Dhaloonni ekeraa faarsee sagaduuf silas ekeraadhuma.
Dhaloota ekeraa!

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA (Jarr ๐ค)
hordoftoota Amantaa Musliimaa Martuu Baga Ayyaana Iid Al-fixrii 1445ffaa geessan.
Ayyaanni kun kan jaalalaafi gammachuu kan tokkumaa akka isiniif tahu hawwina.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Ayyaanni kun kan jaalalaafi gammachuu kan tokkumaa akka isiniif tahu hawwina.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
#JIREENYA_KOPPII
โ๏ธBarataan gaafa qormaata qoramuu akka wal-irraa hin korojneef barsisonnii mala isaan fayyadamantuu jira innis qormaataaf koodii laachuudhani. gaafa kanaa barataan duruu hatuun amala isa itti ta'ee akkumaa amala isa biyyi nagaadha jedhe hiriyyaa isa irraa waraabatee gala. Gaafa bu'aan qormaata dhufuu garuu mucaan akka darbuuf ofitti amanamumman qormaata kooppii godhe sana abdiidhan eeggachaa ture sana kufee mataa gadii buusee abdi kutate of arga.
โ๏ธQajeelfamnii kun jireenya dhala namaafis dhugaadha. Nuti yeroo baay'ee kaayyoo namaa, karoora nama jiraachuuf rakkannna, akka ebeluu yoon ta'ee malee, waan ebeluun baratee yoon baradhe malee, akka ebeluun dubbisuutti yoon dubbisee malee akka ebeluutti yoon uffadhee, yoon nyaadhee, yoon, yoon.....fi kkkf jechuun jireenya namoota biroo irraa kooppii gochuun jiraachuuf yaalla garuu dhumni keenya kufaatiidha.
โ๏ธMaalif seete beekta jireenyii koodii mataa ishee qabdi. Karaan isa tokkoof milkaa'insa ta'ee isa biraaf immoo kara kufaatitii, sababiin isa akkuuma qormaata sana jireenyas kooppii goonee waan jiraannuuf yeroo baay'ee kufaatiin nu mudata, Isa booda Abdi kutanna.
โ๏ธKanaaf Obboleessa koo jireenya jiraattuu tokko qabaadhuu, jireenya akkamii? Jireenya Qajeelfama namootan jirataamee osoo hin taane kan qajeelfama fi ilaalchaa sammuu keen fudhatamaa argatte keessii kee itti gammadee jiraachuuf tattaffadhuu gaafa sana kufaatii osoo hin taanee milkaa'insa goonfatta, jireenya boqonna qabus jiraatta. Sababiin isaas ati jireenya kan nama irra kooppii hin gooneeka.
"AKKA EBELUUTTIN SIRBAAN MORMA NAMA JAL'ISAA"
"Guyyaa bareedaa
qabaadha"
A_A dha...... YUUNIVERSIITII DIRE DHAWA irraa.
Join ๐

Wanta kana dhugaa nati fakkata mee linki isaa tuquudhan start godha achiin booda nama gara linkichati Afeeruudhan checki godha.
๐๐๐๐๐๐
Baga nagaahan gara hojii Online dhuftan nama tokko gara liinkii kana affeeruun qarshii 10 argachuu dandeessu. Qarshiin keessan yeroo 100 guutuu baafachuu dandeessu.
๐๐๐๐๐๐๐๐
https://www.tgoop.com/Hojionlinebot?start=r03531111220

#Sababa_hin_qabduu.
Nama komachuun baayyee salphaadha, sababa dhiheessuun baayyee salphaadha, kanaafis kufaatiif saaxilamuun salphaadha.
Sababa hin qabdu; Hammam fudhatama qabaatanis, hamma fedhe haa ta'u nama komattu hin qabdu.Akkaataa jireenyi kee itti ta'uuf itti gaafatamummaa akka qabduu fi wanti si mudatu hundi kan sirra jiru malee kan nama biraa akka hin taane hubattee yeroo jiraattu, gadi teessee waan dandeessu hunda hojjechuuf yaalta.
Sababni kee hangam dhugaa ta'us na amani hin lakkaa'amu. Itti gaafatamummaa fudhadhuu waantota hojjedhu, jireenya keessatti akkasitti injifatta. Hanga hojjetutti wanti tokkollee hin hojjetu, hanga sababa dhiheessuu dhiistee eenyuun akka komattu barbaaddutti hin hojjetu.
Jireenyi kun 100% itti gaafatamummaa kee ti, milkaa'ina kee fi kufaatii kee abbummaan qabadhuu hanga wanti tokko hojjechuu jalqabutti hojjechuu kee itti fufi.Yeroo hundumaa karaa argachuu yoo dadhabde sababa ni argatta, garuu hammam qorumsaa fi cimaa ta'us gonkumaa hin fudhatin. Yeroo hunda fagoodha, argachuun sirratti hundaa'a.
Sababni yeroo hunda siif jiraata, carraan hin jiraatu, waan fedhe haa ta'u, seenaan guutuun tokkuma, kan komatamu si qofa.
Har'a murteessii waadaa gali, sababa hin fudhatin, hanga hojjetutti hojjechuu itti fufi.
Join ๐๐๐

https://www.tgoop.com/hamster_kombAt_bot/start?startapp=kentId1130202262
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
๐ธ 2k Coins as a first-time gift
๐ฅ 25k Coins if you have Telegram Premium

Telegram
Hamster Verse
Description: Welcome to the HamsterVerse!
Play, have fun, and earn $HMSTR in the amazing games across our ecosystem.
Big updates are coming soon!

#Amma_Jalqabi!
Akka gaariitti hojjechuuf hin yaadda'in. Callisiituma hojjechuu eegali.
Kitaaba gatii guddaa baaasu barreessuudhaaf hin yaadda'in, barreessuu qofa eegali. Mo'ataa Grammy Award ta'uuf hin yaadda'in, muuziqaa qofa hojjedhu. Kufaatii hin yaadda'in, mul'achuu fi yaaluu qofa itti fufi. Tokkoffaa, wanti barbaachisaa taสผe, wanta gochuu barbaadde raawwachuu kee ti. Sana booda dogoggora kee irraa barachuudhaan yeroo darbaa deemuun bakka barbaadde gahuu dandeessa.
Dhugaan jiru garuu wanti ati hojjettu ajaa'ibaa fi addunyaa jijjiiru ta'uu fi dhiisuu isaa yoo yaaddofte milkaa'ina guddaa hin argattu. Wantoota kana kan argattu yeroo salphaatti waan hiika qabuu fi hiika qabu ofii keetii uumuuf of hayyamtudha.
Kanaaf mudaa kan hin qabne taสผuu mannaa guddina irratti xiyyeeffadhu. Waan tokko haala gaariin hojjechuu mannaa, hojii sana hojjechuu irratti xiyyeeffadhu. Sana booda hojii sana akka barbaaddetti gulaaluu, ijaaruu, fooyyessuu fi guddisuu dandeessa.
Gaara yaaddoo kee ofirraa baasuu qofa irraa jalqabi. Hiriyaa koo mee ammuma jalqabi!