Telegram Web
6.Eenyun akka Wal qunnamtu hin beytuti nama hundaafuu gaarii (gara laafaa) ta'i:-

Nama karaa deemurraa kaasee hanga aanaa(fira) keenya gahutti Namoonni Mataa keenyarratti gahee guddaa qabu, jiruu tee keessatti tuqaalen Ati kessee dabartu hundi dhumarratti Wal qabatanii sarara uumun isaanii hin hafu,
"kan tuffatan nama dhaala" Akkuma je'ame nama hin tuffatin.
Namoota haaluma tasaa kaminuu Wal qunnamtuuf wanta sirrii ta'e godhi.

7.Wantoota jijjiiruu hin dandeenye fudhadhu (qeebali):-

Namoonni hedduun dhippina keessa kan galaniif Waan jijjiiru hin dandeenye jijjiirudhaf Waan tattaafataniifi. Hanga fadhellee Wantoota jireenya keenya keessaa irra hedduu irratti angoo qabaannus wantoonni nuti jijjiiruu hin dandeenye ni jiru. Wantoota humna keeti ol ta'aniin of hin dhipisin
Wantoota humna keeti Olii Rabbii keetitti kennadhu.

8.Mataa keetif Aanaa(wadaj) Dhugaa ta'i:-

Hanga fedhellee Namoonni sirraa amantaa qabaatanis sin dhaadatanis ati Mataa keetirraa amantaa yoo dhabde jireenyi kee Homaa gatii hin qabu.
Jaalala namootati ol Jaalala Mataa keetitu murteessadha.
Kan nama ajaa'ibu..namoonninu kan si fadhuu danda'an yoo Ati dura if fadhuu dandessedha. Mataa kee sirriiti kunuunsi, Yeroo balleesite dhiifama ofiif godhi, Yeroo dadhabde of jajjabeessi, Yeroo galma geesse (milkoofte) ofiin booni. Sirra kan sitti dhiyaatu eenyutu jiraati?

9.Gaarii yaadi gaarii dubbadhu:-

Jalqabarratti namni bu'aa yaada isaa akka ta'e amani. Jiruun amma jiraannu tun bu'aa yaada fi ilaalcha kenyaati. Kana yoo Beyte yaadota kee of eggannoodhan qo'adhu.
Yaadota gammadaa ta'uuf filatame qabaachuu qabda.

10.Maalif akka jiraattu beeki:-

Jiruu jechuun Yeroo itti gaafatamummaa siif kenname itti Fixuuf sif kennamteedha. Itti gaafatamummaan ke Maali? Jiruu tetin wanni ati Godhuu Feetu Maali?
Deebisaa yoo beyte ilaalchi ati Jiruuf qabdu ni jijjiirama.
   
   Dr mehret Debebe
Kan hiike Sherif Nesru ( @ilmanesruu )
πŸ‘πŸ‘πŸ‘
@oroquotes
Baga Bara haarawa geessan bara milkii isiniif haa ta'u.

Happy new year
Channel kana gubbatti waa'ee airdropii tan Amma telegraman dhufte tana ykn maallaqa nuuf kafala je'anii harkaan tuttuqan (taptap) godhan tana baruuf fedhinnaa ni qabdanii? Mee yaada keessan comment jalatti fi react gochun na beeksisaa.

Namoonni fedhinnaa qabdan πŸ‘

Namoonni fedhinnaa hin qabne πŸ‘Ž
Tuqaa.
Mee warroonni Hamster combat taptap godhaa turtan jirtuuu? βœ‹
Namootni hamster combat daleydanii turtan wallet connect gootan keessa laalladhaa seenu jira.
Namni dubbisu hundi gaggeessaa miti, garuu gaggeessaan hundi nama dubbisu.

@ilmanesruu
@oroquotes
Manni nama hundaa seenaa adda addaa qaba.
Nama tokkoon jaalatamuuf oso xaartuu akka off hin dhabne.

@oroquotes
@ilmanesruu
Hanga feete dandeetti fi jabeenya qabaattus, wantoonni tokko tokko yeroo sitti fudhata.
Dubara 9 bakka takkaa ulfeessudhaan ji'a 1 keessatti ilmoo dhaluu hin dandeessu.

@oroquotes
@oroquotes
@ilmanesruu
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Namootni major⭐️ daleydan wallet connect gootan kessa seena laala. Seenu jira.

Asumaanuu namootni USDT ykn toncoin bitachuu barbaaddan na dubbisaa πŸ‘‡πŸ‘‡

@ilmanesruu
@ilmanesruu
@ilmanesruu
Forwarded from Sammuu kee jijjiiri (Nesru Jr) via @like
Irra deebitee yaaluu hin sodaatin.

Jireenyi ilma namaa gufuun kan guutameedha, eega ati karaa seente wantoonni duubatti si harkisan gariin ammoo bakka ati duraan turtee gaditti si kuffisan hedduudha.
Fknf business fudhadhu maallaqa tiqqaa harkaa qabduun akkuma hojitti seenteen hojicha keessa isaa sirritti hubannoo gahaa waan hin qabneef yeroo gababaa booda ni kasaarta, maallaquma tiqqaa duraan harkaa qabdu sanuu if harkaa dhabda.

Eegasi hoo?
Achi booda ati akkamittin kasaara? Maalumaafin maallaqa kiyya ballesse? Silaan eegaluu baadheehoo... Hin je'in.
Nama oso homaa hin hojjetin taa'urra sii kanaatu irra caala walumattuu hin dhuftaniihuu,
Humna siif hafte walitti sassaabadhuuti ammas ittuma deebi'i, irra deebitee yaaluu hin sodaatin yeroo kanatti muuxannoo yeroo dabre irraa waan qabduuf.. waan si gufachiise fi bakka itti mucucaatte waan adda baafatteef akka duraa san hin taatu.
Nama harka maratee taa'u bakka tanaan caalta..muuxannoo(EXPERIENCE) dhan.

Gaazexaan forbes qorannoo namoota milkaa'an(successfull) hedduu irratti taasiseen, namoonni milkaa'an kunneen giddu galaan yeroo 7 kufani ka'uun 8ffaa irratti bakka amma jiran tana gahan ja'ee barreessee ture.

Egaa bakka yaadde gahuuf irra deebite deddeebitee yaaluu qabda gufuu fi kufaatii sodaachuu hin qabdu.
Sammuu banamaadhan maalin irraa baradha jattee laallan milkaa'ina caalaa kufaatii irraa waan guddaa baratta galaa jireenyaa argatta.

Yaada yoo qabaattan An @ilmanesruu ti

@oroquotes
@oroquotes
Namoonni keessoo isaanitii kaka'umsa hin qabnee fi ofitti amanamummaa keessa isaanitti hin cimsatin,
Fedhinnaan isaan namoota biroo qeequf qaban paarsantii 80β„… oli.

@oroquotes
@ilmanesruu
Namticha tokkootu taksii keessatti mucaa isa biraan taa'ee chocolate nyaatu jiruun,

"mucaa maal godhu jirta ilkee ke sirraa balleessaa dhiisi"
ja'en, Mucaanis "akaakayyuun kiyya waggaa 110 jiraate" ja'en,
Namtichi dubbiin tun isa dhibdee "maaltu walitti fide ree, moo chocolate nyaatudhaan hangas jiraatee?" Ja'ee gaafate.
Mucaan "Lakkii inni dhimma isa naqu malee waan isa hin laallanne seenuu dhabuuni" ja'ee deebiseefii namticha afaan qabachiise.

An @ilmanesruu ti
Yaadni keessan nu jabeessa waan ta'eef yaada keessan nun gaha.

@ilmanesruu
@oroquotes
@oroquotes
Namootni toncoin ykn USDT bitachuu barbaaddan fi hamster, dogs, x, major coinuma hunda gurguratuu barbaaddan @ilmanesruu
@ilmanesruu
@ilmanesruu
Irratti na dubisa
Waan takallee tan dhaabbattuf yoo hin qabaanne,
Waanuma agarte hundaaf kufta!!!

@oroquotes
@ilmanesruu
Namni hiriyaa isaatif gaarummaa hin yadne rakkinaaf saxilamaadha. Namni akkasii ofii isaa qofa osoo hin taane namoota biroos ni madeessa.
Kufaatin namaatis eenyummaa akkasii irraa dhufa.

@ilmanesruu
@oroquotes
Forwarded from Sammuu kee jijjiiri
Har'as dollara 3 irraa baafadhetin jira isinis salpumatti irraa argachuu dandeessu link kanan seenaa

https://www.tgoop.com/lucky_gems_official_bot/app?startapp=GoR2pSrAiK1Ln7dA1euELn6mPtLKiAZWDkXA9KEupQaj5
πŸŽ‰ I've won 0.687 USDT! Click the link to help me earn more! You can also play & win money! πŸ’°
πŸ‘‡ Join now and let's earn more together! πŸ‘‡
2025/01/09 06:14:33
Back to Top
HTML Embed Code: