Yeroo fayyaa qabdu rakkinoota sagaltamii sagaliitu si yaaddessa,
Yeroo fayyaa dhabde ammoo waanuma takka qofaatu si yaaddessa.
Fayyaa qabnu tanaaf galata RABBIIF haa galchinuu.
@Ilmanesruu
Yeroo fayyaa dhabde ammoo waanuma takka qofaatu si yaaddessa.
Fayyaa qabnu tanaaf galata RABBIIF haa galchinuu.
@Ilmanesruu
Taa'anii dogoggora nama biraa gadi fageenyan yaaduu fi odeessuu caalaa dogoggorri kamtu jira?
Mee of haa gaafannuu.
@Ilmanesruu
Mee of haa gaafannuu.
@Ilmanesruu
Watch "Ati isa kana ni geessaa?" on YouTube
https://youtube.com/shorts/102QSxH6U-k?feature=share
Mee channel YouTube kanas achuman subscribe godhaa memberoota kiyya
https://youtube.com/shorts/102QSxH6U-k?feature=share
Mee channel YouTube kanas achuman subscribe godhaa memberoota kiyya
YouTube
Ati isa kana ni geessaa?
Watch "Waan amantu adda laalladhu" on YouTube
https://youtube.com/shorts/3oYh4r3MLSU?feature=share
Raaga ykn tilmaama Namoonni adda addaa siif Kennan ustee qeebalun duratti video kana laali.
Gaafa inni dhalatu doctoronni "mucaan kun sa'aa 24 Caalaa lubbuun turuu hin danda'u" je'aniinii turan. garuu inni amata 35 ol jiraate

Waan amantu adda laalladhu
Watch "Jechi Humna qaba" on YouTube
https://youtube.com/shorts/of0b6KhsNo8?feature=share
https://youtube.com/shorts/of0b6KhsNo8?feature=share
YouTube
Jechi Humna qaba
#xiinsammuu #afaan_oromoo #afaanoromoo #inspiration #oromo
Watch "Hasawa barack obama afaan oromootin" on YouTube
https://youtube.com/shorts/x0n6gZB4EHM?feature=share
https://youtube.com/shorts/x0n6gZB4EHM?feature=share
YouTube
Hasawa barack obama afaan oromootin
Nama irratti yeroo lamaa(2) ol hin bilbilin. Yeroo 2 yoo si jalaa kaasuu dhabe, tarii bilbila hin agarre ta'a, ykn bilbila kaasun isaaf hin mijjanne ta'a ykn immoo si jalaa kaasuu hin barbaanne ta'a,
Kanaafuu hanga inni deebisee sif bilbilutti itti dhiisi eegi.
Akkana jattee yeroo 2 caalaa bilbiltee kabajaa ifirraa hin fuudhin.
@ilmanesruu
Kanaafuu hanga inni deebisee sif bilbilutti itti dhiisi eegi.
Akkana jattee yeroo 2 caalaa bilbiltee kabajaa ifirraa hin fuudhin.
@ilmanesruu
Jiruu gammachuu jechuun jiruu qabsoo of keessaa hin qabne jechuu miti,
Jiruu qabsoo hiika qabu of keessaa qabduutu jiruu gammachuu je'ama.
@ilmanesruu
Jiruu qabsoo hiika qabu of keessaa qabduutu jiruu gammachuu je'ama.
@ilmanesruu
Waan beeytu takka akka beeytu beekhuu fi waan hin beekne ammoo akka hin beekne beekhun, beekkumsa dhugaati.
@ilmanesruu
@ilmanesruu
Sodaatun homaa hin qabu,
Garuu sodaattee yoo waa gochuu dhiifte sun rakkina guddadha.
@oroquotes
@oroquotes
Garuu sodaattee yoo waa gochuu dhiifte sun rakkina guddadha.
@oroquotes
@oroquotes
Nama goota jechuun nama Yeroo hunda "an hin dogoggoru, an beekaa dha ifin je'u " San osoo hin ta'in,
Nama Yeroo dogogore dogogora ofii beeke fi amanee irraa baratu sani..
Kun ofitti amanamummaa qabaachu agarsiisa!
@oroquotes
Share join godha
Nama Yeroo dogogore dogogora ofii beeke fi amanee irraa baratu sani..
Kun ofitti amanamummaa qabaachu agarsiisa!
@oroquotes
Share join godha
Bara haaraa kana keessatti kan dabre irra foyya'aa gochuuf, dhaappuu of laali waan dabarsite xiinxalii ilaalcha fi gochoota fooyyefatuu ykn jijjiiruu qabdu jijjiiri.
Hin ta'u taanan ammoo amata dhufu weyta akkanaa yoo lubbuun jiraanne bakkuma amma jirtu kanatti wali deebina.
@oroquotes
Hin ta'u taanan ammoo amata dhufu weyta akkanaa yoo lubbuun jiraanne bakkuma amma jirtu kanatti wali deebina.
@oroquotes
Watch "Hasawa barack obama afaan oromootin" on YouTube
https://youtube.com/shorts/x0n6gZB4EHM?feature=share
https://youtube.com/shorts/x0n6gZB4EHM?feature=share
YouTube
Hasawa barack obama afaan oromootin
Watch "Seera jiruu dargaggoonni hundi beeku qabu #shorts #afaan_oromoo #oromo" on YouTube
https://youtube.com/shorts/Ga_pLiDGWWA?feature=share
https://youtube.com/shorts/Ga_pLiDGWWA?feature=share
YouTube
Seera jiruu dargaggoonni hundi beeku qabu #shorts #afaan_oromoo #oromo
#oromo #afaanoromoo #afaan #inspiration
Forwarded from .
Waan takka yoo hin feene jijjiiri, jijjiiruu yoo hin dandeenye ilaalcha Waan saniif qabdu jijjiiri.
@oroquotes
@oroquotes
@oroquotes
@oroquotes