Telegram Web
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐ŸŽฅCamera manichatu badhaafamuu qaba ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜œ๐Ÿฅ‡

Join us ๐Ÿ‘‰ @seeqaa ๐Ÿ‘ˆ
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜œ๐Ÿ‘Ÿโšฝ๏ธ๐Ÿฅ…๐Ÿ‘
@seeqaa join & share

Intalli gurbicha baay'ee jaallattu Sana abjuudhaan arginaan
.
.
. @seeqaa
.
.
.
.
Naasuudhaan Kaatee makeup ishee dibattee hin raftu seetanii๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜œ


@seeqaa join for more๐Ÿ˜‚
@seeqaa

๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ’ผAbbaan manaa konkolaataasaa๐Ÿš˜ oofaa mooraa tokko cina osoo darbuu harroota baay'ee arga haadha manaa isaatiin "Firoota kee argitee?" Jedhee itti qoosa.
๐Ÿ‘ฉโ€๐Ÿ’ผHaati manaas "Firummaan keenya bar kan dhufe karaa Fuudhaati" jetteen.๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜œ

๐Ÿคฆโ€โ™‚warri dhiiraa dandeettii keessan malee dubara irratti hin rarra'iinaa!!

Like gochuun dirqama lammummaati....๐Ÿ‘๐Ÿ˜‚

๐Ÿ˜‚ @seeqaa share to ur friends

For any comment @seeqaabot
@seeqaa

Warri Chaayina yommuu hawwaannisa๐Ÿฆ— ariinu agartu
.
.
.
.
.
Ayii Akkam quufani jarri kunii๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ jetti


@seeqaa join fi share jodhaa
@seeqaa

๐Ÿ‘ฎโ€โ™‚Tiraafikiin beela'e tokko konkolaachisaa bilibila hasa'aa deemu tokko yeroo argu๐Ÿ˜ณ
.
.
.
.
.
Foon diimaa๐Ÿฅฉ dhuftee๐Ÿ˜‹๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿคฃ

@seeqaa join & share
@seeqaa
Hiriyyaan qananiisaa yeroo waa'ee ijoollummaa isaanii yommuu odeessu
.
.
.
.
.
.
Yeroo boqojjiitti akuukkuluu taphannu asallaa deemeetu ๐Ÿƒโ€โ™‚ dhokata ture๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

@seeqaa join and share for๐Ÿ˜‚more
๐Ÿ‘จโ€๐ŸฆฑBaacaa: Akkam bareeddu suura kee naa ergimee

๐Ÿ‘ฉโ€๐ŸฆฑBaaccuu: 'Profile Pic' irra ilaali

๐Ÿ‘จโ€๐ŸฆฑBaacaa : ihii 'Profile pic'kee konkolaataadha๐Ÿš˜ bar

๐Ÿ‘ฉโ€๐ŸฆฑBaaccuu : Banika keessan jira๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Join @seeqaa and share to friends
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜ฒ
@seeqaa kolfanii bira darbuun admaleedha share godhi
@seeqaa

Yommuu Chiikii guraagee waaddu(xabbastu)
.
.
Ani kanan jedhu galgala daftee kan galtu warrikee sitti dhekkamuuyii
.
.
.
Hin dheekkaman.. Galagala #Taxi_Transport 5birr waan galuufi ๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜

@seeqaa ๐Ÿคฉkolfanii lash jechuun dhorkaadha hiriyyaa keef #share godhi
๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„
Hordoftoota Amantaa kiristaanaa hundaan baga guyyaa dhalachuu Iyyeesuus Kiristoosiin isin gahe!
๐Ÿ‘Ayyaana gaarii!
๐Ÿ‘
๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„
@seeqaa
Bilginnaamoo bilxiginnaa?๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

@seeqaa join & share
#COVID19๐Ÿ˜ท Magaala Adaamaatti namni Koronaavaayrasiin qabame tokko argame jira.

Namoota nama kana waliin wal qunnaman/tuttuqqii qaban 24 adda baafamani qoratamaa akka jiran gabaafameera.

Of Eeggadhaaโ€ผ๏ธ

@oromobeauty
2024/06/26 03:36:16
Back to Top
HTML Embed Code: