Forwarded from Life Journey (LJ)
Audio
Walaloowwaan Looret Tsaggaayee Gabramadin guutummaa isaa CD tokko kuno itti dhiyaadhaa.
Yeroo turtii: 62.47
Hanga: 28.7MB
👉 JION
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Yeroo turtii: 62.47
Hanga: 28.7MB
👉 JION
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
@iyyaasuupost
Forwarded from Life Journey (LJ)
Ilma Dr. Gammachis Dastaa. Waaqayyo yoo nama eebbise dhala akkasiifaa namaaf laata.
https://vm.tiktok.com/ZMY8JF2xG/
https://vm.tiktok.com/ZMY8JF2xG/
Forwarded from Life Journey (LJ)
Forwarded from Life Journey (LJ)
Yoo Barumsa babbareedaa bifa gabaabaan barbaaddan Tiktoki kana follow godhaa kuno link https://vm.tiktok.com/ZMYD4tTFF/ kanaan. Waan gaggaarii hedduu argattu!
Forwarded from Life Journey (LJ)
Barumsawwan hedduu barbaachisoo garaa garaa argachuu yoo barbaaddan tiktok kana link https://vm.tiktok.com/ZMYyHnaTa/ kanaan seenaa Follow godhaa! Wantoota gara garaa barbaachisoo jedhaman salphumatti argattu.
Forwarded from Life Journey (LJ)
Ergaawwan/Dubbiiwwan Jajjaboo Hayyootni Keenyaa yeroo addaa addaatti dubbatan, Koottaa link tiktok https://vm.tiktok.com/ZMYfTQesg/ kana cuqaasaa follow godhaati irraa dhaga'aa; ilaalaas.
Jechi Jabaa tokko Yeroo fi bakka isaa eeggatee dubbatamu akkuma hunduu beeku labata akka jijjiiru ifadha!
Jechi Jabaa tokko Yeroo fi bakka isaa eeggatee dubbatamu akkuma hunduu beeku labata akka jijjiiru ifadha!
Forwarded from Life Journey (LJ)
KITAABA DUBBIFAMUU QABU. Maalummaa kitaaba kanaa Gulaaltonni isaa akkas jedhu!
Kitaabni kun akkuma maqaa isaatii siidaa dha. Siidaa ulaagaa katabbii kitaabaa dhalootaaf ibsuudha. Siidaan kun isa adeemsa barreessaan kitaabaa tokko hordofuu qabu qajeelchuuf tolfameedha. Kana booda siidaa yaadannoo bara baraa ta’ee bakka dhalootni qubee jiru hundatti socho’aa jiraata. Dhalootni qubees kan kitaaba Afaan Oromoo barreessuu fedhu kamiyyuu si'achi kitaaba kanaan akka qajeelfamu ani shakkii hin qabu. Osoo samni kitaaba barreessuuf karoorfate tokko ‘akkamitti kitaaba barreessuu? jedhee nagaafatee silaa 'Siidaa Socho'aa” dubbisiitii akkamitti akka ta‘e irraa hubadhu jedheetan gorsa. Rakkine Oogbarruun Oromoo qabu furuu keessatti ga'een kitaaba kanaa isa angafaa ta'a jedheen abdadha.
Amaanu’eel Oljiraa Duuloo (Barreessaa fi Barsiisaa) (BSc, MSc, Lecturer)
Galanni haayyoota Oromoof haa ta’u malee yeroo ammaa kana oogbarruun keenya akka galaanaa as dhangala’aa jira. Ta’us garuu qulqullinni barreeffamaa haalaan waan anama yaaddessuuf Muhaaddiin Hasan dawaa dhibee kanaa qabatee “Siidaa Socho’aa” jechuun as ba’eera. Dhugaa dubbachuuf kitaabni kun barreessaa kamiif iyyuu riqicha bareedaa dha. Keessummaa barreessitootni lafaa dhufaa jiran kitaaba kana dubbisuudhaan kitaabni akkamiin akka barreeffamuu qabu dursa hubachuu qabu jedheen amana!
Iddoosaa Margaa Karoorsaa (Barreessaa fi Gulaalaa)
Hunduu Online kana irraa bitatee haa dubbisu.
https://www.ethiobookreview.com/book/siidaa-sochoa

Ethiobookreview
Siidaa Socho’aa - Muhaaddiin Hasan Godaanaa
Kitaabni kun akkuma maqaa isaatii siidaa dha. Siidaa ulaagaa katabbii kitaabaa dhalootaaf ibsuudha. Siidaan kun isa adeemsa barreessaan kitaabaa tokko hordofuu qabu qajeelchuuf tolfameedha.
Forwarded from Life Journey (LJ)
Dubbiiwwan Jajjaboo Dhaga'uufis ta'e arguuf link tiktok https://vm.tiktok.com/ZMYuMjJAV/ cuqaasaa follow godhaa. Yeroo gabaabaa gidduutti like 100k irra geenyeerra.
Forwarded from Life Journey (LJ)
"Anis abbaan kos kan baranne mana barumsaa Onesimos Nasiib(Abbaa Gammachiis) bananitti" Barreessaa fi Gaazexeessaa Isaayyas Hordofaatu jedhe. Guutummaa Haasaa isaanii link https://vm.tiktok.com/ZMYusySWS/ kana cuqaasaa dhaggeeffadhaa!
Forwarded from Life Journey (LJ)
Akaakiliin Onesimos Nasiiba Waa'ee Onesimos Maal Jedha? Link https://vm.tiktok.com/ZMYHq3jWk/ cana cuqaasaa dhaggeeffadhaa!
Forwarded from Life Journey (LJ)
Raajiin Masaret Waa'ee Macaafa Qulqulluu addatti maal jedhe? Link https://vm.tiktok.com/ZMYxrcWJu/ kana cuqaasaa dhaggeeffadhaa
Forwarded from Life Journey (LJ)
Guutummaa isaa Link https://youtu.be/KZTU_ocIE1k kana cuqaasaa dhaggeeffadhaa!
Subscriber godhaa!
Walaloowwan biraas kanuma irratti fe'a.
Subscriber godhaa!
Walaloowwan biraas kanuma irratti fe'a.
YouTube
'Kakuu' Walaloo Kitaaba 'Sagalicha' Jedhu keessaa fudhatame.