ุจุณู
ุงููู ุงูุฑุญู
ูฐู ุงูุฑุญูู
๐ฆ
โAni.....ee ani....
โOsoo rasuulli S.A,W mee maal diin kanaaf taate?
โ Mee maal daleyde ?
โMaal narraa barattee barsiiste?
โMaal qopheeffatte?
โmaaliin na wajji jannata keeysa jiraatuuf deemta?
โSunnaa kiyyarraa maal qabatte?
โAduwwii diin kam deebiste..?
โEenyuun isalaamummaaf isa afeertee sababa qaceeluma isaa taate?
โsi hin beeku garuu ani ofii kiyyaa sodaataa jira
https://www.tgoop.com/tafak_or

Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf

Nama qeequun duratti, dursitee sirritti uf dubbisuu qabdaโฆ
Ergaa babbareeda argachuuf chanala Tafakkur Join godhaa ๐๐ป
https://www.tgoop.com/tafak_or
Ergaa babbareeda argachuuf chanala Tafakkur Join godhaa ๐๐ป
https://www.tgoop.com/tafak_or
๐๐ป
โ๏ธ Beekaa namaa jechuun nama gaarii fi hamaas addaan beeku osoo hin taane, beekaa namaa jechuun nama yoo waan gaarii arge hordofu; hamaa yoo arge irraa baqatu..!!
Sufiyaan binu Uyeeynaattu akkas jedhe (Rahimahullaah)
https://www.tgoop.com/tafak_or
โ๏ธ Beekaa namaa jechuun nama gaarii fi hamaas addaan beeku osoo hin taane, beekaa namaa jechuun nama yoo waan gaarii arge hordofu; hamaa yoo arge irraa baqatu..!!
Sufiyaan binu Uyeeynaattu akkas jedhe (Rahimahullaah)
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
Bismillahi Arrahman Arrahiim ๐
Assalamu aleykum werahmatullaahi webarakaatuh ๐น
โMee osoo addunyaa kanarraa milinear si tahee...osoo qabeenya wanni tahe si biratti walitti qabamee maal hojjatta?
โMaal fa'a daleeyda qabeenya kee kanaan?............
Comment๐
@tafak_or

Bismillahi Arrahman Arrahiim ๐ Assalamu aleykum werahmatullaahi webarakaatuh ๐น โMee osoo addunyaa kanarraa milinear si tahee...osoo qabeenya wanni tahe si biratti walitti qabamee maal hojjatta? โMaal fa'a daleeyda qabeenya kee kanaan?............ Comment๐โฆ
Ahbaabii
namoonni.....gaafii osoo milinear taate maal hojjatta jedhuuf niyyaa keessan warri baastanii himtan.....
๐ณGammadaa ๐
โNamni Qabeenya hin qabne kan osoo qabaadhee akka nama sanii akkana dalaga jedhee keyrii niyyate nama akkas dalagee fi kan niyyate ajriin isaanii qixuma.
โKan hamtuu niyyateefis akkasuma
๐ค Galatoomaa!
https://www.tgoop.com/tafak_or
namoonni.....gaafii osoo milinear taate maal hojjatta jedhuuf niyyaa keessan warri baastanii himtan.....
๐ณGammadaa ๐
โNamni Qabeenya hin qabne kan osoo qabaadhee akka nama sanii akkana dalaga jedhee keyrii niyyate nama akkas dalagee fi kan niyyate ajriin isaanii qixuma.
โKan hamtuu niyyateefis akkasuma
๐ค Galatoomaa!
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
ุงููุณููุงู
ู ุนูููููููู
ููุฑูุญูู
ูุฉู ุงููููู ููุจูุฑููุงุชููู๐น
FAMILY TAFAKUR HUDI KEESSAN.....
๐ธSABAAHAL KEYR
FAMILY TAFAKUR HUDI KEESSAN.....
๐ธSABAAHAL KEYR
๐ชMee hadha surprize isin haa godhuu.......
#Tafakkur yoom hundeeffame?
#Tafakkur maaliif hundeeffame.?
#Maalii barbaachisummaan isa.?
#Maali kaayoon isaa?
Deebii gaafii kanaa bifa gabaabaan isin hubachiisuuf deemna.
โIkwaaniii.....
Namoonni tafakkur hin beekneef,
namoota beekuu barbaaddaniifis kaayoon keenna ifaadha.
โTafakkur wal baraa irraa baraa namootas barsiisaa

๐คNamni tafakkur jaalattanii fi hordoftan.....Galtm.namootaafis share godhaa....koottaa wajjin islaamummaa jabeessinaa๐
Qoph.@Abulmansur edao/Ustz #Ibrahim edao

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waggaa meeqarraa family keenya taatan mee ?
Maal irraa fayyadamtan hang hardhaatti?
Gara fuulduraatti maal akka hojjannu nuuf dhaamtan?
Waan sirreeffachuu qabnu hoo ?

โ๏ธ Ilmi namaa kan madaalamuun hamma jiraate osoon taane, jireenya isaa keessatti milkaayinna meeqatti akka gaheedha. Rabbiin qurโaana keessatti yeroo dubbatu akkana jedha:
{ ูููุชุจ ู ุง ูุฏูู ูุง ูุขุซุงุฑูู ุ ูููู ุดูุก ุฃุญุตููู ูู ูุชุงุจ ู ุจูู }
Waan isaan dalaganii dabarsanii fi buโaa dalagaa isaanii barreessina jedhee dubbatee jira..!
โ๏ธ Firaa fi maatiin kankee waan ati asirratti dalagattee biraa deemteedha. Addunyaa tanaaf maal dabalte? Maal dalagaa turte? Maal akka gumaachiteedha?
https://www.tgoop.com/tafak_or
{ ูููุชุจ ู ุง ูุฏูู ูุง ูุขุซุงุฑูู ุ ูููู ุดูุก ุฃุญุตููู ูู ูุชุงุจ ู ุจูู }
Waan isaan dalaganii dabarsanii fi buโaa dalagaa isaanii barreessina jedhee dubbatee jira..!
โ๏ธ Firaa fi maatiin kankee waan ati asirratti dalagattee biraa deemteedha. Addunyaa tanaaf maal dabalte? Maal dalagaa turte? Maal akka gumaachiteedha?
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
๐ซ Ramadaanaaf guyyoota 10 qofatu hafa Rabbiin ittiin nu haa gahu.
Ramadaana barakaa Rabbiin nuuf haa godhu.

โโโ๏ทฝโโโ
โYaa nama salaata dhiisu.......
๐ชตyaa Nama salaanni subhii isa dabarte.......
๐ชตBar Yeroo ati sagalee azaanaatti hajaa dhabdee osoo dhageettu xiqqo jedha jettee ciiftu san.......
๐ชตMaaltu beeka qabriin takka iyyutti jirti......takkuma na deebisaa dalgaa gaggaarii dalagadhaa.jettee.......
๐ูุง ุชุงุฑู ุงูุตูุงู ุจููู ุง ุฃูุช ุชูุงู ูู ูุฑุงุดู ุบูุฑ ู ุจุงูู ุจุตูุช ุงูุฃุฐุงู........
๐ููุงู ุฃุญุฏ ูุตุฑุฎ ูู ูุจุฑู ูุงุฆูุง :....
๐ุฑุจู ุงุฑุฌุนูู ุฃุนู ู ุตุงูุญุงู
Share๐
https://www.tgoop.com/tafak_or
โYaa nama salaata dhiisu.......
๐ชตyaa Nama salaanni subhii isa dabarte.......
๐ชตBar Yeroo ati sagalee azaanaatti hajaa dhabdee osoo dhageettu xiqqo jedha jettee ciiftu san.......
๐ชตMaaltu beeka qabriin takka iyyutti jirti......takkuma na deebisaa dalgaa gaggaarii dalagadhaa.jettee.......
๐ูุง ุชุงุฑู ุงูุตูุงู ุจููู ุง ุฃูุช ุชูุงู ูู ูุฑุงุดู ุบูุฑ ู ุจุงูู ุจุตูุช ุงูุฃุฐุงู........
๐ููุงู ุฃุญุฏ ูุตุฑุฎ ูู ูุจุฑู ูุงุฆูุง :....
๐ุฑุจู ุงุฑุฌุนูู ุฃุนู ู ุตุงูุญุงู
Share๐
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
Munaafiqummaa
๐๐ป
โ๏ธ Jeedala wajjiin nyaata,
Saree wajjiin ni duta,
Tiksee wajjiin boohaa,
Galgala taaziyaa hoolaa dhufa..!!
Kuni munaafiqummaa ibsa Rbbiin nu haa eegu.

Allaahu Akbar
Oolmaa #Shaashamannee
Magaalaa shaashamanneetti guyyaa hardhaa Akka Laakofsa hijiraatti 1446/8/22 Akka Itiyoophiyaatti 2017/6/12
1. Eebba worra Dipiloomaa woggaa Lamaafi baratanii fixan
2. Worra qur'aana kattaman Nama 200 Ka gahan biyyota gara garaatii ka dhufan
3. Bishaan Ajaa'ibaa Naannoo miliyeena 15 kan gahu meetira 270 irratti kan bahee
4. Mana barattootaaf ijaarame balbala 11kan qabu
5. Konkolaataa sheekaa kan da'awaaf ittiin deeman, mil 5.5 bitamuu...
Mashallaah ๐
https://www.tgoop.com/tafak_or
Oolmaa #Shaashamannee
Magaalaa shaashamanneetti guyyaa hardhaa Akka Laakofsa hijiraatti 1446/8/22 Akka Itiyoophiyaatti 2017/6/12
1. Eebba worra Dipiloomaa woggaa Lamaafi baratanii fixan
2. Worra qur'aana kattaman Nama 200 Ka gahan biyyota gara garaatii ka dhufan
3. Bishaan Ajaa'ibaa Naannoo miliyeena 15 kan gahu meetira 270 irratti kan bahee
4. Mana barattootaaf ijaarame balbala 11kan qabu
5. Konkolaataa sheekaa kan da'awaaf ittiin deeman, mil 5.5 bitamuu...
Mashallaah ๐
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
Sagantaan bareedduu fi barsiiftuu taate takka isiniif qabannee dhufaa jirra. Sagantaa kana qooheessuun buโaa bahii hedduu qabaatus Inshallaah bifa adda taheen isiniif qooheessee jira.
Namoonni YouTube keenya hin qabnes asiin seenaa Subscribe godhaa๐๐ป
https://youtube.com/@tafakkurmedia2709?si=Jvk-PxsgDWKmMgP5

YouTube
IBRO TUBE
Dhugaa dubbachuu yoo hin dandaโin, dharaaf harka hin dhahin.
ุฅู ูู ุชุณุชุทุน ููู ุงูุญู ููุง ุชุตูู ููุจุงุทู
ุฅู ูู ุชุณุชุทุน ููู ุงูุญู ููุง ุชุตูู ููุจุงุทู
ุจุณู
ุงููู ุงูุฑุญู
ูฐู ุงูุฑุญูู
โจ
โ Yoo sii bariituu fi sii dhiitullee......
๐Osoo nama tokkoon walitti hin bu'in bariifadhuu dhiisifadhu.
๐Osoo nama tokkootti hamatuu hin yaadin bariifadhuu dhiisifadhu...
โGuyyaa waan qoma kee keessa jiruu mul'isuuf deemutu jiraa rabbiin waan qomq kee keessatti qabattu....tolfadhu..,laalladhu...
ูุญุตู ู ุง ูู ุงูุตุฏูุฑโ
Share๐
https://www.tgoop.com/tafak_or
โ Yoo sii bariituu fi sii dhiitullee......
๐Osoo nama tokkoon walitti hin bu'in bariifadhuu dhiisifadhu.
๐Osoo nama tokkootti hamatuu hin yaadin bariifadhuu dhiisifadhu...
โGuyyaa waan qoma kee keessa jiruu mul'isuuf deemutu jiraa rabbiin waan qomq kee keessatti qabattu....tolfadhu..,laalladhu...
ูุญุตู ู ุง ูู ุงูุตุฏูุฑโ
Share๐
https://www.tgoop.com/tafak_or
Telegram
๐ง๐๐๐๐๐๐จ๐ฅ /ุชููุฑ
๐๐ฐ๐ต๐ฐ๐บ๐บ๐๐/๐
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
ูููุงุฉู ุชูุนูู ุจุฎุฏู ุฉ ุงูุณููุฉ ุงูู ุญู ูุฏููุฉุ ุนูู ุตุงุญุจูุง ุฃูุถูู ุงูุตููุงุฉ ูุฃุชู ูู ุงูุณููุงู .
Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam)
Yaadaaf๐
https://www.tgoop.com/Ibrahim_92taf
ุงุฐูุฑูุง ุงููู!
โ๏ธ Guyyaa takkaafis taatu, gatii Zikrii godhuun qabu imagine gootee beektaa?
Altakka qofa โAlhamdulillaahโ jechuu kee qofaan, miizaanni kee toltuudhaan guutama. Dubbii tana Rasuulatu jedhee beeki (Sallallaahu aleyhi wasallam):
ยซูุงูุญู ุฏููู ุชู ูุฃ ุงูู ูุฒุงู ยป
ยซ Alhamdulillaahiin miizaana guutti ยป
๐๐ผ Kan yeroo takka qofa Alhamdulillaah jechuun Miizaana siif guuttu, osoo halkanii fi guyyaa kankee Zikriidhaan guuttee galmeen tee akka guuttu beeki obboleessoo..!!
Kanaan alatti kan keessi kee tasgabbii fi boqonnaa argachuudhaa waan haasahamee dhumaa miti..!!
Rabbiin nuuf haa laaffisu๐๐ป

๐Way Ajaa'ibaaa..............
โBoo eessaa qaraate ati #saalihtoonni hin dogongoranii?!
โWanni nama tahan marti isaatuu ni dgongora.
Eennullee Eeennullaa maa hin taane......habiibii kiyyaa fi kee kan rabbii isa eege san maleeโค๏ธโค๏ธโค๏ธ ุตูู ุงููููู ุนููู ูุณููู
๐Na hubadhu immoo๐ค
โNamoonni kan wal caalaniin dogongoruu dhabuudhaan osoon taane......dogongoranii tawbaa deebi'uudhaani.ok!
โBar jarri saalihni sunillee ni dogongoru garuu iimaana isaanii kan ma'asiyaan boccooytee ciccirte...#Tawbaan suphatu.
โ #Ibaadallaah.....
๐Tuubuu ilallaahi.
Yoo sitti tole.....๐น