Warning: Undefined array key 0 in /var/www/tgoop/function.php on line 65

Warning: Trying to access array offset on value of type null in /var/www/tgoop/function.php on line 65
2226 - Telegram Web
Telegram Web
Salah xiqqaan tiktok san Channel Telegram'aa haaraya banatee Link as jala jiru khanaan seenaatii Join godhaaf

https://www.tgoop.com/saalah_hbb

@Ammaar_Mohaammad
Naan dadhabee ja'ee
Hin kufnellee takkaa.
Ganaas waa hin kufu
Kufunilleen yakkaa.

Rakkoos tahee balloon
Hunduu rabbi harkaa.
Namni rabbi qabuu
Maluumaatu rakkaa.

Gawwaan walalumaaf
Shirkiif bid'aa daaka.
Shirkiin ni jaamsitee
Yoom tohidaa arkaa........

JOIN GODHAA

@Ammaar_Mohaammad
@Ammaar_Mohaammad
Baga mammadee

Sagalee ol fuudhee
Lallabuu siif iyyee.
Baga gammaddee ja'ee
Lallabuu lencoyyee.


Bareedaa koo warqii
Tokoo akka dhibbaa.
Yaa  Abbaa jalalaala
Enyuutu sijibbaa.

Yaa lammii too balloo
Ati waa dhageeysee.
Ijoolleen oromoo
kuma shantam geeysee.

Jalaluma MALEE
ISAAN jibba beekan
10k irraa
B HAA GAHAN

Ja'ee ti eybisaa
Afaan deemma qabu.
Leencoon keenya warqii
Warqiin gitan qabuu.

Addawwiin bayyaatteef
Takkaa sin sakkallee.
Baga arra geeysee
Bro koo jalallee .

Cirrachi addatteef
Warqiitti fakkaanne.
Hasadni kee qaalii
Takka si dhabbisnee

Kunuu si xiqqitta
Biliyeen gahi naa.
Fakkeenya koo gaarii
Ati naaf jabina.

Fuldurrii kee ifaa
Humaatuu yaadinii.
Akka milkooytullee
Shakkii qabaatinii.

Kana caalaa itti nuuf fufi..
Congratulations 10k
https://www.tgoop.com/B_OROMOO
@Famii_mikael

@Ammaar_Mohaammad
Forwarded from Filee bayaan (bayan)
Ofirratti Hojjechuuf Dursa Barbaadanii of Argachuun ni dursa!

Jecha "Of Barbaadi!" jedhu kana irra deddeebi'ee nan dubbadha! Of barbaaduun yaadolee armaan gadii of keessaa qaba.

Dandeettii ofii beekuu! Ani maal yoon hojjedhen milkaa'a jechuun of gaafachuu.

Mul'ata / Kaayyoo adeemaniif adda baafachuu fi irratti hojjechuu! Fiixan ba'iinsa ofiitiif yaada qulqulluu qabaachudha.

Wanta hojjetan yookiin gaarummaa isaa of amansiisuun jalqaban garaa guutudhaan hojjechuu dha.

Addunyaan kun nama waan jiraatuuf beekuun osoo hin taane, waan jiraatuuf nama hin beekneen guutuudha.

Osoo of hin barbaadiin, addunyaan ati keessatti of argattu dhibus, OF BARBAADUU DHABUU KEETIIN ADDUNYAAN ATI KEESSAA DHABAMTU JIRA!

Amma ati carraa guddaa tokko qabda. Namni baay'een guyyaa har'aa kana osoo hin argiin du'eera. Tarii atis guyyaa borii dhufaa jiru arguu dhabuu dandeessa. Namni hedduun nama borii ta'uu dadhabee nama kaleessaa ta'e. Namni nama kaleessaa ta'e nama biraa gargaaruu mitii ofii of hin gargaaru.

Namni kaleessaa nama borii akka hin taane beeknus, namni har'aa nama borii akka ta'u beekamaadha.
Of barbaaddee of argannaan carraa guddaan nama guyyaa har'aa fi borii kan ta'u si'i! Kana hin ta'u taanaan carraan si eeggatu tokko jira.

Wanta si eeggatu kana jalaa humnaa fi beekumsa qabdutti gargaaramtee guyyaa har'aa jalaa hin baatu taanaan, jalaa
ba'uuf humnaas ta'e jabina hin qabdu. Itti jabaadhuu amala isaa akka ati of hin barbaanne si taasisu jalaa of baasi! Dunkaana wallaalummaa ofitti hin xaxin! Godoo beekumsaa keessa of jiraachisi!

🔔 ʀᴇᴀᴅᴇʀ ɪs ʟᴇᴀᴅᴇʀ!

ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴋᴇᴇssᴀɴ @Oromoo_Inspire ᴀᴋᴋᴀ ɪʀʀᴀᴀ ʙᴀʀᴀᴄʜᴀᴀ ᴊɪʀᴛᴀɴ ʜᴏᴍᴀᴀ sʜᴀᴋᴋɪɪ ʜɪɴ ǫᴀʙɴᴜ.

♻️Ergaa dabalataa argachuuf👇
  @Oromoo_Inspire  @Oromoo_Inspire

💫⭐️🌟STARS TELEGRAM STARS 🌟⭐️💫
AS WR WB NUMA JIRTANII SAA NI JIRRAA
"Lafa gabaa qubannee
Hamma namaa hubanne"

Jedhe jedhan titiisni
Inni argee hubatee
Garuummoo jecha kana
Titiisatu dubbatee?

Dubbichi dhugaa taanaan
Galatoomi titiisaa
Ofii jettan yoo tahe
Dubbii sobaa nu dhiisaa!

😁😂😂😂😂😂😂😂
Koottu siin Eegaa jiraa
Jijjiramaan seehaa
Haalli zabaanaatii.
Haalli jijjiraamnaan
Fagaannee akkattii.

Kan kaleeysa firaa
Arra waliif diinaa.
Walii jiraachaati
Haada waliif hiinaa.

Bobbahuu kee Maalee
Galuutuu jabaatee
Lubbuun galgala  amantee
Ganama kafartee.

Mee du'aa'ii godhaa
Qadara debiiftii.
Lubbuu balaaf kaatee
Keyrirra teysiftii
Farree leenca keenya join gochuun jajabeeysaa
https://www.tgoop.com/FERHANGURSUM
An fakkeessuu beeku
Dhugaan sitti himaa.
Sahibbummaa malee
Sirraa qabu dhimma.

Wanni na jalatteef
Rabbiif erga tahee.
Funyoo Odinsaa hoo
Maaltu sirraa kaahee

Maaltu si kakaasee
Akkatti fagaattu.
Akka ija Aariin
Dalga naa ilaaltuu.

Dhiisi kun sin baasu
Dubbadhu keysa khee.
Waniin hin yaadaniin
Hin godhiin shakkii khee

JOIN GODHAA 🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Ammaar_Mohaammad
@Ammaar_Mohaammad
Waamtee na gorfachuuf
Kharaan si dheeratee.
Akkam na hamachuuf
Haalli siif mijatee?

Na wajjiin jiraachaa
Dhibdee anaaf laattee.
Sobdee fakkeyfachaa
Summii na waraantee.

Khaniin sitti himeef
Iccitti koo sana
Akka baaftuuf mitii
Beeki yaa namana.

Meeqa jechaa oola
Hiriyaan yoo ganu.
Ja'ii of gaafadhu
Amanamaa anuu.?

Amanamaa tanaan
Rabbiin sin salphisuu.
Xiyyi adawwiidhaa
Abad sin salphisu.

YOO SI Tolte lake coment godhi
        JOIN GODHAA 🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉@Hamdi_abdujabar
@Ammaar_Mohaammad
#JAALALA_GAR_GAR_MURE
💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔

Jecha naamatu
Maqaa koo balleesse.
Gocha namaatuu
Onnee koo madeessee.

Kijiba naamaatu
Fanjii nattii dhoosee.
Gara wal jaalatu
Gargar nu fageesse.

Soba dhuga godhee
Tabba dharaa guutee.
Jalala kichuu san
Muree gar gar kutee.

Dhugaan ni mullatti
Akkatti waan hafu
Hundaaf rabbii jira
Kan nuuf garaa laafu.

JOIN GODHAA 🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
@Ammaar_Mohaammed
@Ammaar_Mohaammad
HAATI RAKKOO DESSE
AMMAAS ULFA JA'ANII?

DHAGEEYSANII ISIN
😂😂😂😂😂😂😂😂
قال وهب بن منبه :

إنما الدُّنْيا والآخرة كرجلٍ له امرأتانِ ،
إنْ أَرْضَى إِِحْدَاهما أَسْخَط الأُخْرَى .

,@Ammaar_Mohaammad
2025/07/05 21:28:24
Back to Top
HTML Embed Code: