ERGAA DIINAL ISLAAM!!
📧Ergaa Diinal islaam🚀 #Garaagarummaa salaata fardii fi salaata leylii👇 💡Salaata fardii ~Yaamichi mu'aazina(namoota)irraayi. Salaata leylii 👉Yaamichi rabbii mootii ilma namaa allaahii irraayi. 💡Salaata fardii ~Yaamichi koottaa gara salaata,koottaa gara toltuuti.…
#የፈርድ ሰላት እና የለይል ሰላት ልዩነቶች
💡ፈርድ ሰላት
🎤ጥሪው ከሙአዚኖች (ከሰዎች) ነው።
የለይል ሰላት
🎤ጥሪው ከሰው ልጆች ጌታ ከአላህ ነው።
💡ፈርድ ሰላት
🎤ጥሪው "ኑ ወደ ሰላት" "ኑ ወደ መድህን ነው "
የለይል ሰላት
🎤ጥሪው "ማን ነው የሚለምነው? እሺ የምለው" ነው።
💡ፈርድ ሰላት
🎤ለሰዎች እይታ ተሰግዶ ይሆናል
ለይል ሰላት
🎤የሰው አይን የማያገኘው ለአላህ ብቻ የሚሰገድ ነው
💡ፈርድ ሰላት
🎤ሙስሊሞች ሁሉ ይሰግዱታል
ለይል ሰላት
🎤ግን ልዩ የአላህ ወዳጆች ብቻ የሚሰግዱት ነው።
🍂ቢሆንም ግን በላጩ ፈርድ ሰላት ነው። ፈርዱን ሳይሰግዱ ለይል ብቻ መስገድ ከንቱ ልፋት ነው።
✍አላህ ሆይ በእዝነትህ ጥራን !
ጥሪህን የሚሰማ ቀልብም ስጠን🤲
Join and share
👇
@Attaqwa3

إِنَّا أَنزَلْنَا إِلَيْكَ الْكِتَابَ بِالْحَقِّ لِتَحْكُمَ بَيْنَ النَّاسِ بِمَا أَرَاكَ اللَّهُ ۚ وَلَا تَكُن لِّلْخَائِنِينَ خَصِيمًا
Dhugumatti, akka waan Rabbiin sitti agarsiiseen gidduu namootaatti murteessituuf jecha kitaabicha haqaan gara keetti buufnee jirra Gantootaaf falmaa hin ta'in.
Dhugumatti, akka waan Rabbiin sitti agarsiiseen gidduu namootaatti murteessituuf jecha kitaabicha haqaan gara keetti buufnee jirra Gantootaaf falmaa hin ta'in.
إِنَّمَا وَلِيُّكُمُ اللَّهُ وَرَسُولُهُ وَالَّذِينَ آمَنُوا الَّذِينَ يُقِيمُونَ الصَّلَاةَ وَيُؤْتُونَ الزَّكَاةَ وَهُمْ رَاكِعُونَ
Dhugumatti, jaalalleen keessan Rabbiifi ergamaa IsaatiAmmas isaan amanan, kanneen salaata dhaabaniifi kan rukuu'a godhan ta'aa zakaa kennaniidha.
Dhugumatti, jaalalleen keessan Rabbiifi ergamaa IsaatiAmmas isaan amanan, kanneen salaata dhaabaniifi kan rukuu'a godhan ta'aa zakaa kennaniidha.
📧Ergaa Diinal islaam🚀
🍂Faayidaa addunyaa kana irraa ija kee dunuunfadhu,qalbii keellee irraa joorsi..
🍂Habiibii,Amaanaa duniyaan tun akkuma namoota siin dura turan balleessite sillee akka hin balleessine👌
✍Kufaatii isaaniitii fi badii isaan hanbifatanis an argeera [umar ibn alkhaxxaab r.a]
Join and share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3

Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
ለሁሉም ሰው መልካም ነገርን እንድመኝ ሕይወት አስተማረችኝ ።
የነርሱ መደሰት ከኔ ደስታ አይቀንስም።
የነርሱ ማግኘት ከኔ ሲሳይ አያጎድልም።
የነርሱ ጤና መሆን የኔን ጤና አይረብሽም።
የነርሱ ሰላም መሆን የኔን ሰላም አያደፈርስም።
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
የነርሱ መደሰት ከኔ ደስታ አይቀንስም።
የነርሱ ማግኘት ከኔ ሲሳይ አያጎድልም።
የነርሱ ጤና መሆን የኔን ጤና አይረብሽም።
የነርሱ ሰላም መሆን የኔን ሰላም አያደፈርስም።
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
۞ وَسَارِعُوا إِلَىٰ مَغْفِرَةٍ مِّن رَّبِّكُمْ وَجَنَّةٍ عَرْضُهَا السَّمَاوَاتُ وَالْأَرْضُ أُعِدَّتْ لِلْمُتَّقِينَ
Gara araarama Gooftaa keessan irraa ta’eefi gara jannata warra Rabbiin sodaataniif qophooftee kan bal’inni ishee akka samiifi dachii taateetti ariifadhaa.
Gara araarama Gooftaa keessan irraa ta’eefi gara jannata warra Rabbiin sodaataniif qophooftee kan bal’inni ishee akka samiifi dachii taateetti ariifadhaa.
✍Qaqqaaliwwan maatii ergaa diinal islaam dhaamsi koo kan har'aa..
✍Qur'aana kanaan wolbaraa isiniin jechuun fedha..
✍Maal jechuudha qur'aana dura nuti hin beeknu moo maaliif akkas jetta gaafiin jedhu yoo isin keessatti dhalate..
🍂Mee ajaa'iba argitanii qur'aana kana suuta suutaan dubbisaa hubataa hojitti hiika..
🍂Gaafa amriin tun siif laafte waa hundatu isinitti salphata juruutu isinitti badhata🤝
🪴Rabbiin cufa keenya worra qur'aana jiraatu nuhaa godhu🤲

S - See your goal
U - Understand the obstacles
C - Create a positive mental picture
C - Clear your mind of self-doubt
E - Embrace all challenges
S - Sacrifice free time
S - Show the world you can do it
F - Feed your focus
U - Utilize all opportunities
L - Learn from all failures.
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
U - Understand the obstacles
C - Create a positive mental picture
C - Clear your mind of self-doubt
E - Embrace all challenges
S - Sacrifice free time
S - Show the world you can do it
F - Feed your focus
U - Utilize all opportunities
L - Learn from all failures.
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
۞ وَسَارِعُوا إِلَىٰ مَغْفِرَةٍ مِّن رَّبِّكُمْ وَجَنَّةٍ عَرْضُهَا السَّمَاوَاتُ وَالْأَرْضُ أُعِدَّتْ لِلْمُتَّقِينَ Gara araarama Gooftaa keessan irraa ta’eefi gara jannata warra Rabbiin sodaataniif qophooftee kan bal’inni ishee akka samiifi dachii taateetti…
الَّذِينَ يُنفِقُونَ فِي السَّرَّاءِ وَالضَّرَّاءِ وَالْكَاظِمِينَ الْغَيْظَ وَالْعَافِينَ عَنِ النَّاسِ ۗ وَاللَّهُ يُحِبُّ الْمُحْسِنِينَ
(Isaan) warra yeroo gammachuufi gaddaa arjooman; kan dallansuu liqimsaniifi namootaaf dhiifama godhaniidha Rabbiinis toltuu hojjattoota ni jaalata.
(Isaan) warra yeroo gammachuufi gaddaa arjooman; kan dallansuu liqimsaniifi namootaaf dhiifama godhaniidha Rabbiinis toltuu hojjattoota ni jaalata.
#Gaaffii: Nama salaata tokko salaata tokko dhiisu ammoo ka sadaqatu maal godhan? sadaqaan isaa sun salaata isaa irraa bakka buuti? Qadaa deebisaa?
#Deebisaa: Bakka hin buutu. Nasihaa godhaniif akka walitti dhaabee salaatu. Towbadhu gama Rabbi kankeeti kadhu. Yoo ka beeku taate guyyaa inni irraa dabre sani qadaa deebisa. Yoo ka hin beeyne taate toowbaa godhaa jechu. Namni salaata dhiisu takkaa waliigalatti haa dhiisuu takkaa keessaa waa haa dhiisuu namni salaata dhiisu tokko Rabbi biratti abaarama. Ulamaa’ii islaama garii biratti inumaahuu kaafira diinaa islaamaa keessaa ni baha.
✍Sheikh Abdurrahmaan Shariif
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
#Deebisaa: Bakka hin buutu. Nasihaa godhaniif akka walitti dhaabee salaatu. Towbadhu gama Rabbi kankeeti kadhu. Yoo ka beeku taate guyyaa inni irraa dabre sani qadaa deebisa. Yoo ka hin beeyne taate toowbaa godhaa jechu. Namni salaata dhiisu takkaa waliigalatti haa dhiisuu takkaa keessaa waa haa dhiisuu namni salaata dhiisu tokko Rabbi biratti abaarama. Ulamaa’ii islaama garii biratti inumaahuu kaafira diinaa islaamaa keessaa ni baha.
✍Sheikh Abdurrahmaan Shariif
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
🍂የንስር አሞራ ለማደን ሲፈልግ ወደታች ይምዘገዘጋል ... ካደነ በኃላ ደግሞ ተመልሶ በከፍታ ይበራል ... ያደነውን አጥንት በድንጋይ ለመስበር ከከፍታ ላይ ሆኖ በመልቀቅ ያጋጫል ... የተሰባበረውን አጥንት ለማንሳት ደግሞ ዝቅ ይላል ... ካነሳ በኃላ እንደገና ወደላይ ይምዘገዘጋል ...
🍂የንስር አሞራ ከፍታውም ዝቅታውም ምክንያታዊ ነው ... ምን ለማለት ፈልጌ ነው ለህይወትህ አስፈላጊና ምክንያታዊ እስከሆነ ድረስ ከፍም ዝቅም ብለህ ለመኖር ድፍረቱ ይኑርህ ...
🍂ህልምህ ተሳክቶ ስኬትህን ከፍ ብሎ በመብረር ማረጋገጥ እስከምትችል ድረስ ከፍ ማለት ብቻ ሳይሆን ዝቅ ብሎ መብረርን ተለማመድ

7 Every day things that waste our time:
1. Overall negative thinking
2. Letting your past define you
3. Not being organized
4. Constantly checking social media
5. Worrying about the mistakes you’ve made
6. Procrastinating on important things.
7. Comparing yourself to everyone else.
Join and share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
1. Overall negative thinking
2. Letting your past define you
3. Not being organized
4. Constantly checking social media
5. Worrying about the mistakes you’ve made
6. Procrastinating on important things.
7. Comparing yourself to everyone else.
Join and share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
ከ ሰዎች ጋር ለመኗኗር 9ኙ የሱረቱል #ሁጁራት ምክሮች :-
#የመጀመሪያው_ምክር:
فَتَبَيَّنُوا
{ አረጋግጡ }
አንድ ወሬ ስንሰማም ሆነ ስናወራ እውነት መሆኑን ማረጋገጥ
#ሁለተኛው_ምክር :
فَأَصْلِحُوا
{ አስታርቁ }
ሰዎችን ለማስማማት መጣር ሰላምን ማስፈን
#ሦስተኛው_ምክር :
وَأَقْسِطُوا
{ አስተካክሉ }
ፍትሃዊ ሁኑ
#አራተኛው_ምክር :
لَا يَسْخَرُ
{ አታሹፉ (አታላግጡ) }
ማዋረድ; ማሳነስ ጉድለቱን አጉልቶ ማሳየት በማሳቅ መልክ
#አምስተኛው_ምክር :
وَلَا تَلْمِزُوا
{ አታነውሩ }
አንዱ ወንድሙን አሳንሶ ባየው ሰአት ያነውረዋል ያሾፍበታል
#ስድስተኛው_ምክር :
وَلَا تَنَابَزُوا
{ በመጥፎ ስሞች አትጠራሩ }
ሰውን ከተሰየመበት ውጪ በማይሆን ስም መጥራት
#ሰባተኛው_ምክር :
اجْتَنِبُوا كَثِيرًا مِّنَ الظَّنِّ
{ ከጥርጣሬ ብዙውን ራቁ }
ሰውን በመጥፎ አትጠርጥሩ
#ስምንተኛው_ምክር :
وَ لَا تَجَسَّسُوا
{ ነውርንም አትከታተሉ }
ባለቤቱ (ሰውየው)የደበቀውን ነውር እና ጉድለት አትከታተሉ
#ዘጠነኛው_ምክር :
وَلَا يَغْتَب بَّعْضُكُم بَعْضًا
{ ከፊላችሁም ከፊሉን አይማ }
ሰውየው በሌለበት በሚጠላው ነገር ማንሳት
በቀረችው ህይወትህ ውስጥ አስታውሳት አጥብቃህም ያዛት
"ሁሉንም ሰው ማስደሰት አትችልም ፡ ነገር ግን ማንንም አለመጉዳት ትችላለህ!! "
አላህ ይርዳን🤲
👆

✍It takes a lot of courage to dust yourself off and try again..
✍So keep believing in yourself👌
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
✍So keep believing in yourself👌
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✍Namootaaf yeroo hunda gorsa qofaa miti kan barbaachisu yeroo tokko tokko yaada isaanii nama dhageeffatu isaan cinaa dhaabbatee nama ol isaan qabu akkasumas nama yaada isaanii hubatuuftu isaan barbaachisa...🗝
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Share
👇
https://www.tgoop.com/Attaqwa3
Telegram
ERGAA DIINAL ISLAAM!!
✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
✔Darsiilee gara garaa
✔Wolaloo
✔Seenaa sahaabota
✔Dhaamsa woliigalaa
✔Gaafii,odeeffannoo,
yaadaaf @Allahi_qofa
irraan na argattan🙏
#ወደት ሄድክ..
🌿ወደ ትላንት..
#ለምን..
🌿ነገ አስፈራኝ አሳቀቀኝ..
🌿ዛሬህስ..🗝
🍂ዛሬ? ትላንትን እየናፈቀ ነገን እየፈራ ለሚኖር ዛሬ ምኑ ነው ያ ሸይኽ
🍂ልክ ነህ በትላንት እየተጎተትክ በነገ እየተሳቀቅክ መኖር ዛሬን ይቀማል አዎ በትላንት ላለመቅረት ወደ ነገ ላለመውደቅ በሚደረግ ትግል ያልፋህ ዛሬህ አንተ ነህ አንተ ዛሬ እንጂ ትላንት አይደለህም ! ማነህ እንጂ ማን ነበርክ አይደለም ቁምነገሩ::
አንተ ወጣት አይንህን ግለጥ ዛሬህ ሳያልቅ!
Join and Share

:قال ﷺ
إن الله لينادي يوم القيامة
أين جيراني
أين جيراني
فتقول الملائكة
ربنا ! ومن ينبغي أن يجاورك
فيقول : أين عمار المساجد.
Prophet ﷺ said: “Allāh will proclaim on the day of Qiyāmah: "Where are my neighbours?"
The Angels will say: "Who is suitable to be your neighbour?"
He will say: Where are those who used to fill the Masjid!"
● [سلسلة اﻷحاديث الصحيحة ٢٧٢٨]

• Wantootni 5 yeroo fitnaa onnee Diinii irratti gad dhaabuuf barbaachisoo dha •
• خمس مثبتات في عصر الفتن •
1- Qur'aana
١- القرآن الكريم
﴿ كَذلِكَ لِنُثَبِّتَ بِهِ فُؤادَكَ ﴾.
﴾ Akka kanatti onnee kee isaan gadi dhaabuuf jecha (adda addaan buufne) Suuta suutaan isa ibsine ﴿
2- Seenaa Ergamtoota Rabbii dubbisuu
٢- قراءة السيرة وقصص الأنبياء
﴿ وَكُلًّا نَقُصُّ عَلَيكَ مِن أَنباءِ الرُّسُلِ ما نُثَبِّتُ بِهِ فُؤادَكَ ﴾.
﴾ Oduu ergamtootaa irraa waan ittiin onnee kee raggaasifnu hunda sirratti odeessina ﴿
3- Beekumsatti Dalaguu
٣- العمل بالعلم
﴿ وَلَو أَنَّهُم فَعَلوا ما يوعَظونَ بِهِ لَكانَ خَيرًا لَهُم وَأَشَدَّ تَثبيتًا ﴾.
﴾Osoo isaan waan itti ajajaman kana dalaganii silaa sanatu isaaniif caalaadha Akkaan (amantii isaanii) raggaasisas ture﴿
4- Du'aayyii Baay'isuu
٤- الدعاء
﴿ ا هدِنَا الصِّراطَ المُستَقيمَ ﴾
﴾ Daandii sirrii nu qajeelchi ﴿
( يا مقلب القلوب ثبت قلبي علي طاعتك ).
(Yaa Isa qalbii gagalagalchuu, qalbii koo diinii keerratti dhaabi)
5- Hiriyyaa Gaarii Filachuu
٥- الرفقه الصالحة
﴿ وَاصبِر نَفسَكَ مَعَ الَّذينَ يَدعونَ رَبَّهُم بِالغَداةِ وَالعَشِيِّ يُريدونَ وَجهَهُ وَلا تَعدُ عَيناكَ عَنهُم تُريدُ زينَةَ الحَياةِ الدُّنيا ﴾.
﴾ Lubbuu keetis isaan Fuula Isaa fedhanii Gooftaa isaanii ganamaafi galgala waammatanii wajjiin hidhi Miidhagina jireenya addunyaa feetee ija kee lamaan isaan irra hin qaarsin ﴿
أسأل الله أن يثبتنا واياكم على طاعته ويقينا فتنة المحيا والممات .
🤲 Rabbi akka qalbii keenyaaf keessan Diiniirratti gad nuuf dhaabu kadhanna, fitnaa jireenyaaf du'aallee nu haa tiksu.