Telegram Web
Filannoon Ameerikaa kana irratti eenyu yoo injifatetu lammiile Itoophiyaaf fi mootummaa Itoophiyaaf irra wayya?Dimokraatota moo Rippaablikaanota ?

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tLbJqog
Abbaafi haatiishee wayita isheen intala waggaa torbaa jirtu wal hiikan. Kunis erga abbaan ishee Yunivarsiitii Istaanfoord keessatti hojii argataniin yeroo muraasa booda ture. Kaamalaafi obbooleettiin ishee Maayaan yeroo isaanii mana lamaan gidduutti dabarsaa turan.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UwxoY6V
Dhimmicha qorachaa kan ture Manni Murtii Olaanaa Godina Qeellam Wallaggaas dhaddacha Onkololeessa gaafa 25 bara 2017 ooleen fakkaattotasaa ni barsiisa jechuun himatamaa Obbo Geetaachoo Mootii irratti murtee du’aa mureera. Attamii? Kunooti.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RKzsUWh
Lammiileen Ameerikaa miliyoonaan lakkaa'aman Tiraampiif carraa lammaffaa kennuudhaaf sagalee saanii kennaniiru. BBCnis maaliif akka ta'e ilaaluu yaaleera.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hXrqOlV
Filannoon pirezidantummaa US Sadaasa dhufu gaafa bultii 05, 2024 gaggeeffama. Garuu carraan kaadhimamtoonni baayyina sagalee uummataa argataniin filannocha mo'achuu dhaban jiraachuu danda'a.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/g4CNYTK
Namni gaa’ela qabuufi abbaa ijoollee ta’e maqaan isaa Baaltazaar Ebaang jedhamu kun ministeera maallaqaa Ikkuwaatooriyaa Giinii keessatti aanga’aa olaanaa kan ture yoo ta’u, waajira keessatti dubartoota garagaraa hedduu waliin osoo saal-qunnamtii raawwatuu viidiyoowwan agarsiisan miidiyaa hawaasaarratti gadhiifamaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xtwSUoO
Deeggartoonni kubbaa miilaa Israa’el Amisterdam keessatti haleellaan irratti raawwatamuun gabaafame. Kun kan ta’e wayita kilabni kubbaa miilaa Israa’el Maccabi Tel Aviv jedhamu tapha Yurooppaa Liigiitiif Amisterdam deemetti ture.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l6buK9o
Iraanifi Israa’el Baha Giddu Galeessatti biyyoota jajjaboo lama, garuu argaa walii jibbuun ija waliitti tufaniidha. Yeroo kaan arrabaan, yeroo kaan ammoo misaa'elaan wal-haleelu. Isa fageenyarraa walitti dhaadataniin alatti marsaa lama misaa'elaan wal-haleelaniiru.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5qLNFEZ
Doonaald Tiraamp Kaaba Kaarolinaa fi Joorjiyaa injifachuun isteetoota murteessoo tana shanan hafan kanneen filannoo Ameerikaa injifachuu murteessan keessaa irra caalaansaanii Kamalaa Haarisiin dursaa akka turan tilmaamni michuu BBC Ameerikaa CBS ni agariisa.

via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HqGbB0e
2024/11/14 03:54:01
Back to Top
HTML Embed Code: