Doonaald Tiraamp Kaaba Kaarolinaa fi Joorjiyaa injifachuun isteetoota murteessoo tana shanan hafan kanneen filannoo Ameerikaa injifachuu murteessan keessaa irra caalaansaanii Kamalaa Haarisiin dursaa akka turan tilmaamni michuu BBC Ameerikaa CBS ni agariisa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WFB8gGn

BBC News Afaan Oromoo
Kaamalaa Haaris carraan injifachuu ishee dhiphachaa dhufnaan dhiibbaa jala galte

Iraanifi Israa’el Baha Giddu Galeessatti biyyoota jajjaboo lama, garuu argaa walii jibbuun ija waliitti tufaniidha. Yeroo kaan arrabaan, yeroo kaan ammoo misaa'elaan wal-haleelu. Isa fageenyarraa walitti dhaadataniin alatti marsaa lama misaa'elaan wal-haleelaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dhn2Ov1

Biyyi 'tarsiimoo obsarratti hundaa’e qabdu' Iraan Baha Giddugalaatti akkamiin dhiibbaa uumuu dandeesse?

Waliigalteen Piritooriyaa bara 2022 mootummaa Itoophiyaafi TPLF gidduutti mallattaa'e guutumman hojiirra akka ooluf Ameerikaan deeggarsa gochuuf duubatti akka hin jenneefi lolli naannolee Itophiyaa biroo keessatti gaggeeffamaa jiru karaa nagaan akka furamuuf Biliinkan MM Abiy waliin kaleessa, Sadaasa 4, 2024, mariyachuusaanii Waajjirri Dhimma Alaa U.S beekisise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FrwpL4V

MM Abiy fi Biliinkan dhimma nageenya keessoo Itoophiyaafi muddama Gaanfa Afrikaarratti mariyatan
Waliigalteen Piritooriyaa bara 2022 mootummaa Itoophiyaafi TPLF gidduutti mallattaa'e guutumman hojiirra akka ooluf Ameerikaan deeggarsa gochuuf duubatti akka hin jenneefi lolli naannolee Itophiyaa biroo keessatti gaggeeffamaa jiru karaa nagaan akka furamuuf…
Abbaafi haatiishee wayita isheen intala waggaa torbaa jirtu wal hiikan. Kunis erga abbaan ishee Yunivarsiitii Istaanfoord keessatti hojii argataniin yeroo muraasa booda ture. Kaamalaafi obbooleettiin ishee Maayaan yeroo isaanii mana lamaan gidduutti dabarsaa turan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UwxoY6V
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UwxoY6V
BBC News Afaan Oromoo
Kaamalaa Haaris: Seenaa jireenyashee suuraan
Abbaafi haatiishee wayita isheen intala waggaa torbaa jirtu wal hiikan. Kunis erga abbaan ishee Yunivarsiitii Istaanfoord keessatti hojii argataniin yeroo muraasa booda ture. Kaamalaafi obbooleettiin ishee Maayaan yeroo isaanii mana lamaan gidduutti dabarsaa…
Doonald Tiraamp aangoo pirezidaantummaa UStti deebi'uunsaanii Itoophiyaaf carraa gaarii fidee akka dhufu himu xinxaaltonni.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/veTz6XC
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/veTz6XC
BBC News Afaan Oromoo
'Tiraamp filamuun Abiyyiif boqonnaa ta'uu danda'a' - xiinxaltoota
Doonald Tiraamp aangoo pirezidaantummaa UStti deebi'uunsaanii Itoophiyaaf carraa gaarii fidee akka dhufu himu xinxaaltonni.
Ministeerri Ittisaa Israa'el xayyaarota waraanaa F-15 jedhaman lakkoofsan 25 ta'an bituuf dhaabbata Booying wajjin waliigaltee mallatteessuu beeksise jechuun Rooyitars gabaase.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/873WqlQ
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/873WqlQ
BBC News Afaan Oromoo
Israa'el doolara bil. 5 oliin xayyaarota waraanaa US irraa bituuf waliigalte
Ministeerri Ittisaa Israa'el xayyaarota waraanaa F-15 jedhaman lakkoofsan 25 ta'an bituuf dhaabbata Booying wajjin waliigaltee mallatteessuu beeksise jechuun Rooyitars gabaase.
Jette jettee, himannaawwan dogoggorsoo fi oduun sobaa sagalee kennuu ilaallattuufi waliin dhahuun filannoo US irratti miidiyaa hawaasaa gubbaa naanna'u kan kana dura mul'ateen beekuun ol ta'eera.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G24MKJk
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G24MKJk
BBC News Afaan Oromoo
Oduun sobaa fi waliin dhahuun filannoo UStti burjaajii hammeesse
Jette jettee, himannaawwan dogoggorsoo fi oduun sobaa sagalee kennuu ilaallattuufi waliin dhahuun filannoo US irratti miidiyaa hawaasaa gubbaa naanna'u kan kana dura mul'ateen beekuun ol ta'eera.
Tiraamp deeggarsa meeshaalee waraanaa Baayideen Israa'liif taasisan akka carratti fayyadamuun filattota Muslimaa irraa sagalee argachuuf yaalaa jiru
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/N8Ls4CO
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/N8Ls4CO
BBC News Afaan Oromoo
Tiraamp filattota Musliimaa hawwachuuf maal hojjechaa jira?
Tiraamp deeggarsa meeshaalee waraanaa Baayideen Israa'liif taasisan akka carratti fayyadamuun filattota Muslimaa irraa sagalee argachuuf yaalaa jiru
Duula filannoo Ameerikaa guutuu keessatti filattootni suuraa kaadhimamtoota lamaan, kan Kaamalaa haaris fi kan Donaald Tiraamp qabatanii mullachuun baramaadha. Mee seenaa gabaabaa kaadhimamtoota lamaanii suuraadhaan dabalaame kunooti dubbifadhaa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/T6KW8X9
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/T6KW8X9
BBC News Afaan Oromoo
Jireenya Haarisii fi Tiraamp addaa kan kanaan dura argitanii hin beekne
Duula filannoo Ameerikaa guutuu keessatti filattootni suuraa kaadhimamtoota lamaan, kan Kaamalaa haaris fi kan Donaald Tiraamp qabatanii mullachuun baramaadha. Mee seenaa gabaabaa kaadhimamtoota lamaanii suuraadhaan dabalaame kunooti dubbifadhaa.
Lammileen Afriikaa Ameerikaa keessa jiratan Ameerikaa keessatti dhimmoota sanyummaa fi qoodinsi godaantota irratti ta'u akka mootummaa Immaata cimaa qabu filachuu barbaadu
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ru3rwyl
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ru3rwyl
BBC News Afaan Oromoo
Waan Afrikaanonni US keessa jiran filannoo baranaarraa barbaadan
Lammileen Afriikaa Ameerikaa keessa jiratan Ameerikaa keessatti dhimmoota sanyummaa fi qoodinsi godaantota irratti ta'u akka mootummaa Immaata cimaa qabu filachuu barbaadu
Yeroo darbe Doonaald Tiraamp pirezidaantii yeroo turaniitti ministirri mummee Israa’el baay’ee gammadanuun, hawaasa tokko maqaa isaatiin moggaasan. Amma hoo mirrii kaadhimamtoota lamaan irratti gama Israa'eliifi Filisxeemiin jiru maal fakkaataa?
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UQX6Fxy
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/UQX6Fxy
BBC News Afaan Oromoo
Israa'eloonniifi Filisxeemoonni filannoo Ameerikaa attamiin ilaalu?
Yeroo darbe Doonaald Tiraamp pirezidaantii yeroo turaniitti ministirri mummee Israa’el baay’ee gammadanuun, hawaasa tokko maqaa isaatiin moggaasan. Amma hoo mirrii kaadhimamtoota lamaan irratti gama Israa'eliifi Filisxeemiin jiru maal fakkaataa?
Iraanifi Israa’el Baha Giddu Galeessatti biyyoota jajjaboo lama, garuu argaa walii jibbuun ija waliitti tufaniidha. Yeroo kaan arrabaan, yeroo kaan ammoo misaa'elaan wal-haleelu. Isa fageenyarraa walitti dhaadataniin alatti marsaa lama misaa'elaan wal-haleelaniiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dhn2Ov1
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dhn2Ov1
BBC News Afaan Oromoo
Biyyi 'tarsiimoo obsarratti hundaa’e qabdu' Iraan Baha Giddugalaatti akkamiin dhiibbaa uumuu dandeesse?
Iraanifi Israa’el Baha Giddu Galeessatti biyyoota jajjaboo lama, garuu argaa walii jibbuun ija waliitti tufaniidha. Yeroo kaan arrabaan, yeroo kaan ammoo misaa'elaan wal-haleelu. Isa fageenyarraa walitti dhaadataniin alatti marsaa lama misaa'elaan wal-haleelaniiru.
Waliigalteen Piritooriyaa bara 2022 mootummaa Itoophiyaafi TPLF gidduutti mallattaa'e guutumman hojiirra akka ooluf Ameerikaan deeggarsa gochuuf duubatti akka hin jenneefi lolli naannolee Itophiyaa biroo keessatti gaggeeffamaa jiru karaa nagaan akka furamuuf Biliinkan MM Abiy waliin kaleessa, Sadaasa 4, 2024, mariyachuusaanii Waajjirri Dhimma Alaa U.S beekisise.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FrwpL4V
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FrwpL4V
BBC News Afaan Oromoo
MM Abiy fi Biliinkan dhimma nageenya keessoo Itoophiyaafi muddama Gaanfa Afrikaarratti mariyatan
Waliigalteen Piritooriyaa bara 2022 mootummaa Itoophiyaafi TPLF gidduutti mallattaa'e guutumman hojiirra akka ooluf Ameerikaan deeggarsa gochuuf duubatti akka hin jenneefi lolli naannolee Itophiyaa biroo keessatti gaggeeffamaa jiru karaa nagaan akka furamuuf…
Doonaald Tiraamp Kaaba Kaarolinaa fi Joorjiyaa injifachuun isteetoota murteessoo tana shanan hafan kanneen filannoo Ameerikaa injifachuu murteessan keessaa irra caalaansaanii Kamalaa Haarisiin dursaa akka turan tilmaamni michuu BBC Ameerikaa CBS ni agariisa.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WFB8gGn
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/WFB8gGn
BBC News Afaan Oromoo
Kaamalaa Haaris carraan injifachuu ishee dhiphachaa dhufnaan dhiibbaa jala galte
Doonaald Tiraamp Kaaba Kaarolinaa fi Joorjiyaa injifachuun isteetoota murteessoo tana shanan hafan kanneen filannoo Ameerikaa injifachuu murteessan keessaa irra caalaansaanii Kamalaa Haarisiin dursaa akka turan tilmaamni michuu BBC Ameerikaa CBS ni agariisa.
"Injifannoo ajaa'ibaa'! Pirezidantii kessan 45 fi 27 gootanii na filachuu keessaniif galatoomaa!" jechuun deeggartootatti dubbatan Doonaald Tiraamp.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zYkKlq1
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zYkKlq1
BBC News Afaan Oromoo
Doonaald Tiraamp filannoo mo'achuu hordofee miira deeggartootasaa
"Injifannoo ajaa'ibaa'! Pirezidantii kessan 45 fi 27 gootanii na filachuu keessaniif galatoomaa!" jechuun deeggartootatti dubbatan Doonaald Tiraamp.
Ministirri Muummee Israa'el Beenijaamin Netaaniyaahuun gidduu isaaniitti ''rakkoon wal amantaa'' jira jechuudhaann ministira ittisa biyyattii Yo'aav Gaalant hojiirraa ari'atan.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YKD5bpt
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/YKD5bpt
BBC News Afaan Oromoo
MM Israa'el Netaaniyaahuun ministira ittisaa Yo'aav Gaalant hojiirraa ari'uu hordofee mormii guddaan ka'e
Ministirri Muummee Israa'el Beenijaamin Netaaniyaahuun gidduu isaaniitti ''rakkoon wal amantaa'' jira jechuudhaann ministira ittisa biyyattii Yo'aav Gaalant hojiirraa ari'atan.
Miniteerri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad dabalatee gaggeessitoonni biyyoota hedduu ergaa baga gammaddee Doonald Tiraampiif ergaa jiru. Tiraamp filannoo Ameerikaa mo'achuu labsuusanii hordofee ergaan baga gammaddee gaggeessitota biyyoota garaa garaa irraa ergamaafii jira.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VDIfXTd
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/VDIfXTd
BBC News Afaan Oromoo
MM Abiy dabalatee gaggeessitoonni biyyoota garaa garaa ergaa baga gammaddee Tiraampiif ergaa jiru
Miniteerri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad dabalatee gaggeessitoonni biyyoota hedduu ergaa baga gammaddee Doonald Tiraampiif ergaa jiru. Tiraamp filannoo Ameerikaa mo'achuu labsuusanii hordofee ergaan baga gammaddee gaggeessitota biyyoota garaa garaa irraa…
Jireenyi Doonaald Tiraamp pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa kan ta'an yoo suuraan ibsamu kana fakkaata.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/96EVBU0
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/96EVBU0
BBC News Afaan Oromoo
Doonaald Tiraamp: Seenaa jireenyasaa suuraan
Jireenyi Doonaald Tiraamp pirezidaantii Ameerikaa 47ffaa kan ta'an yoo suuraan ibsamu kana fakkaata.
Duula filannoo warra dimokiraatotaa wajjin kokkee wal-qabuun gaggeessaa ture booda paartii Rippaabilikaanotaa bakka bu'uun Doonald Tiraamp filannoo pirezidaantummaa U.S mo'atanii jiru.
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/epmHaRs
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/epmHaRs
BBC News Afaan Oromoo
Tiraamp Filannoo US 2024 mo'ataniiru, himannaawwan yakkaa irratti banaman amma booda akkam ta'u?
Duula filannoo warra dimokiraatotaa wajjin kokkee wal-qabuun gaggeessaa ture booda paartii Rippaabilikaanotaa bakka bu'uun Doonald Tiraamp filannoo pirezidaantummaa U.S mo'atanii jiru.
Loltootni Kooriyaan Kaabaa Raashiyaa deeggaruun waraana Yukiraan haleeluu jalqaban, Yuukireen Raashiyaan waraanicha gara biyyoota biratti babal'isuufi jechuun himatte
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AZo1f90
via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/AZo1f90
BBC News Afaan Oromoo
Loltoonni Kooriyaa Kaabaa yeroo jalqabaaf loltoota Yukireen waliin wal waraanan