tgoop.com/Biqiltuuu/506
Last Update:
#Barnootaaf
Barnoota jechuun bu'ura ykn ka'umsa jalaqaba jireenya ilma namaa jeechuun nidanda'ama.
Ilmi namaa barnootan malee jireenya isaa foyyeeysuus ta'e of arkachuufis karaan waan jiru natti hin fakkaatu.
#Barnoota jechuun maqaa walii galaa kan gosa muxannoo garaagara of keessa qabu yoo tahu akkataan arkama isaa karaale adda adaatin arkama san keessa tokkoof lama haailaallu
*1 Barnoonni jalqabaa maati biraa ka'a barnoonni maati amala ilmoo isaa muuxee basuuf gahee guddaa kan qabuudha.
Namoonni tokko tokko ilmoo keenya qananiin guddifna yaada ja'urraa kan ka'e ilmaan isaani guddisaa balleeysantu jira kun garuu deebi'e hanqina maatirra kan ka'e dhiibba ilmaan isaani irratti fida.
rakkoollen akkanaa kanarra ka'e dhalonnii booda kun maqaa qananiin guddifna ja'u kanarraa badaa kan dhufuu agarta.
*2barnoonni inni khaan kan namoota ganda jiran irraa muxannoo horataniidha,hiriyaas tahee jarsooli gandaas haa ta'u barnoota guddaatu bakka kana keeysatti argama.
Ati nama ilmaan qabu yoo taate ilmaan kee qartee basuudhad gahee sirra jiru hunda bahi.
πKanaaf ati sammuu barnootaaf qopheeysuun bayyee barbaachisaadha.
πBarnoonni namummaa kee kan ibsu yoo waa baratte qofaadha.
#Ergaan itti fufa.......
@Biqiltuuu
Yaada kessan ergachuuf π
@BarisaaaBot
BY π₯π π Γπ ΓΓπ £ΓΓπ
Share with your friend now:
tgoop.com/Biqiltuuu/506