tgoop.com/Biqiltuuu/522
Last Update:
β¨ Naamusa!
Jireenya keessatti namusa qabaachuun iddoo guddaa qaba akka aada oromoottis akkasuma amantii keeysatille bakka ballaa qaba.
Jireenya Keessatti Filannoo Lama qabda.
Filannoon Kunis Aarsaa Naamusni Gaafatu Kaffaluu ykn
Gaabbaa Jiraachu Kana Qofa.
Kaniin Siin Ja'u Namoonni Baayyeen Galma Isaani Maalif Akka Milkeeysudadhaban Of Gaafatte ?
Namoonni Baayyeen Maalif Waan Godhan Dhabanii , Jireenyi Bitaa Isaanitti Galee.
Namoonni Tokko Tokko Garuu Milkaainarrati Milkaaina Goonfata. Namoonni Kaan Ammoo Utuma Ifaajani Kufaatin Jiraatu Kun Maalif Ta'e Sitti Fakkaata?
Namni Kamiyyu Naamusa Malee Waan Barbaachisa Ta'e Tokko Argamsiisus ta'e gochuufillee Hindanda'amu.
Kanaaf ati akka nama dhuunfaatti naamusa kee eeggachuun barbaachisaadha.
Ergaan itti fufa.....
@Biqiltuuu @Biqiltuuu
BY π₯π π Γπ ΓΓπ £ΓΓπ
Share with your friend now:
tgoop.com/Biqiltuuu/522