Tarii kallattiin kee isa ati yaadde san tahuu dhabuu dandaha hin sodaatini ittuma deem. Carraan jireenya waan baayyee nama muda taatee saniiniis hamileenkee bu'uu mala.Maalitti beeyta ati karaa ati hin beeyneen yoo hireetee si tolche Rabbiin An carraan kanaan dura mudadhee turerraa baayyee hamileen koos na cabee jira hammaan hiriyoota koo kan wajjiin barachaa turreettille gad bahuu sodaadhu takka gaheen ture garuu guyyuma tokkolle harka hin kannine garuu jireenya jiraannu kana keeysatti namni Rabbiin qabu waan dhabe waa hin qabu pls Jiruun gaari taate tan ati Rabbii keeti wajjiin jiraatteedha qashtii

4How to customize a Telegram channel? The initiatives announced by Perekopsky include monitoring the content in groups. According to the executive, posts identified as lacking context or as containing false information will be flagged as a potential source of disinformation. The content is then forwarded to Telegram's fact-checking channels for analysis and subsequent publication of verified information. So far, more than a dozen different members have contributed to the group, posting voice notes of themselves screaming, yelling, groaning, and wailing in various pitches and rhythms. Co-founder of NFT renting protocol Rentable World emiliano.eth shared the group Tuesday morning on Twitter, calling out the "degenerate" community, or crypto obsessives that engage in high-risk trading. How to create a business channel on Telegram? (Tutorial)
from us