DRMOHAMMEDIBRAHIM Telegram 1489
Waayee Liivarpuulii miti garuuGurbaan kun yeroo hunda garaa nayaata!😥Vinícius Junior ibsa gaazexeessitootaaf garee biyyaalessaa Biraazil irraa bakka bu'uun yeroo muraasa dura gaggeesse irratti waa'ee sanyummaa kubbaa miilaa keessa jiru yeroo gaafataman miiraa keessa seenee imimmaan dhap dhap gochaa ture,gochi fii arrabni yeroo hunda warroonni sammuun dooman isaan jedhan sammuu isaa keessa deddeemee isa gugguba. conference kana irra junior akkas jechuun dubbate.

🗣Dhiifama. Ani Kubbaa miilaa taphachuu qofan barbaada, kilabii koo fi maatii kootiif waan hunda hojjechuu dha, namoota bifaan gurraachaa isaanii rakkatan gonkumaa arguu hin barbaadu".

tgoop.com/DrmohammedIbrahim/1489
Create:
Last Update:

BY Dr mohammed Ibrahim

Share with your friend now:
tgoop.com/DrmohammedIbrahim/1489

View MORE
Open in Telegram

Telegram News

Date: |

Telegram Android app: Open the chats list, click the menu icon and select “New Channel.” Write your hashtags in the language of your target audience. Today, we will address Telegram channels and how to use them for maximum benefit. On Tuesday, some local media outlets included Sing Tao Daily cited sources as saying the Hong Kong government was considering restricting access to Telegram. Privacy Commissioner for Personal Data Ada Chung told to the Legislative Council on Monday that government officials, police and lawmakers remain the targets of “doxxing” despite a privacy law amendment last year that criminalised the malicious disclosure of personal information.
from us

Telegram Dr mohammed Ibrahim
FROM American